Dargaggoon kun giddu gala Oromiyaatti dhalatus, bakki dhalootasaa mana barumsaa meeshaalee barnootaan guutame tokkollee hin qabu.
Inni garuu asuma keessaa ba'ee milkaa'e.
Ashannaafii Milkeessaa barnootasaa osoo adda hin kutin walitti fufiinsaan barachuun umrii xiqqaa waggaa 23tti sadarkaa PhD ga'e.
Maddi:- BBC
Beeksisa dhuunfaaf karaa
π@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Barattoota_Hundaaf
ππππ πππππππ
https://t.me/AbdiiSabaabooks
π‘MIIDIYAAπ‘
https://t.me/ABDII_SABAA

Maatiin daa'imni isaanii kadhannaa irratti bobba'e argame adabbi Loon Shaniifi Qabee Saddeet kan adabaman ta'uun ibsame.
ABDII SABAA

Barmaatilee badaa ta'aaniifi daa'imman naannawa hara Laangaanootti argaman raawwachaa turan Gadaa Sikko Mandootiin aadmalee jechun seerri tumame, lallabame.
Gadaan Shanan Sikkoo fi Torban Mandoo hundi walga'ee, dhaddacha hara Laangaanootti taa'een barmaatiilee badaa daa'imman naannawaa hara Laangaanootiin raawwatamaa ture balaaleeffachuun aadmalee jedhe seera tume, lallabe.
Daa'imman naannawa hara Laangaanoo daandiirratti bahuun Turistoota maallaqa kadhachuun gocha yeroo dheeraaf itti fufe barmaatii ta'eedha.
Hojii qindaawaa yeroo dheeraa fudhateefi Abbooti Gadaa Sikko Mandoo, Hadhoolii Siinqee, Bulchiinsa Aanaa Nagellee Arsiifi Bulchiinsa Godina Arsii Lixaa hirmaachise kun milkaa'ee har'a barmaatiin Daa'immanii kun Aadmalee jedhame seeran tumame, lallabame.
Sirna Dhaddacha Seera tumuuf guyyaa har'aa Hara Laangaanootti taa'aamee kana irratti Abbootiin Gadaa, Haadhooliin Siinqee, Hogganssi ol'aanaan Komishinii Turizimii Oromiyaa, Qaamooleen hogganssaa Bulchiinsa Godina Arsii Lixaafi Aanaa Nageelle Arsii, qaamooleen hawaasaafi daa'imman bakka argamanitti gaggeeffame.
Akka Abbootiin Gadaa jedhanitti Oromoon Sirna Gadaatiin waaqa malee nama hin kadhatu, Kadhannaan waaqaa immo yeroo, iddoofi sirna of danda'e kan qabuudha.
Daai'imman keessummaa gara ona Arsi dhufan kadhaan rakkisuun aadmaleedha jechuun kanaan boda daa'imni haala kamiinu daandii irratti bahee kadhatuun maatii daa'imaa kan adabsiisu ta'u muran.
Akkaataa seera tumame har'a lallabameetti kana booda maatiin daa'imni isaanii kadhannaa irratti bobba'e argame adabbi Loon Shaniifi Qabee Saddeet kan adabaman ta'uun ibsame. Seera kana manni murtii aadaa kan raawwachiisu ta'uun isaatiis lallabameera.
Beeksisa dhuunfaaf karaa
π@YaadaafQeeqabot'n nu qunnamaa!
#Barattoota_Hundaaf
ππππ πππππππ
@AbdiiSabaabooks
π‘MIIDIYAAπ‘
@ABDII_SABAA

YAAYAA BASHIR Jaalala gootota Oromoo Shinnigga irratti dhumanii hunda keenyaaf haa kennu!
YAAYAA BASHIR
Jaalala gootota Oromoo Shinnigga irratti dhumanii hunda keenyaaf haa kennu!
Akka wal taajjabaa jirrutti iccitiin tokkummaa Oromoo nu warra Oromummaa himannu caalaa halagaaf waan gale natti fakkaata. Warri bitaanis mirgaanis nu gidduu seenee wal afoo nu deebisuu barbaadu roga laafina keenyaa hubatani. Dhimma masjiidota Shaggar keessaa diigamaa jiraniirratti yaada gamaa fi gamanaa darbatamaa jiran laaluun hedduu nama rifachiisa. Amantiin maal akka tahe namoota hedduuf waan gale hin fakkaatu. Amantiin waa'ee jiruu duniyaa (biyya-lafaa) osoo hin taane waa'ee jiruu aakhiraa (mana-waaqaa) isa bara baraan jiraatamuuti jedhamee amanama. Kun Islaama qofa osoo hin taane Kiristaanummaa dabalatee laalcha amantiilee gurguddoo addunyaa kanaa baay'ee ti. Namoonni yoo ulfinni amantii isaanii tuqame dafanii kan aaraniif jiruu har'aa mannaa isa boruu kan dabra hin qabne santu naa caala jedhanii waan amananiifi. Kun garuu sadarkaa imaana ykn itti-amanummaa abbaa irratti hundaawa. Waan taheefuu amantii eenyuufuu kabajaa qabaachuu feesisa.
Masgiida Shaggar keessaa mootummaan diigu saba tahe wayiitti maxxansuudhaan ibsuun cinaa ummata keenyaa kan tahe Oromoo Musliima hamilee tuqa jedhanii yaaduu hanqachuutu mul'ata. Biyyattii keessatti lakkoofsni ummata amantii kana hordofuu inni guddaan saba Oromoorraa kan lakkaawamu tahuu wallaaluu yookiin beekaa fudhachuu diduurraa madda rakkoon kun. Iccitii tokkummaa Oromoo wallaaluurraas tahuu mala. Lachuu nu diiga malee nun jaaru. Dhimma masgiidota kanaarratti akkuman dheengadda jedhe mootummaan osoo hin diigin dura koree Majliisaa waliin maryachuutu irra ture. Sun akka hin godhamin mormii Koreen Majliisaa dhageessisaa jirurraa hubachuutu danda'ama. Ammas kan tahuu qabu ummata tuffachuu dhiisanii badii dhalate fala itti godhuu dha.
Waa'ee masgiida diigamu kanaan wal qabatee maqaan Oromoo Tuulamaa dogoggoraan ka'aa jira. Gosa Oromoo kana badii dhalataa jiru keessatti maqaa dhahanii hafuura itti naquun cubbuu dha. Kan masgiida diigaa jiru mootummaa dha. Tuulama ofiifuu roorrifamaa mootummoota dhufaa dabranii malee Musliima waan godhe hin qabu. Warri maqaa Tuulamaa dhahatee jibba Musliimaaf qabu hafarsus tahee warri Muslimummaa himachaa mootummaa dhiisee ilmaan Tuulamaa arrabsuu fi xiqqeessu hunduu gufuu tokkummaa Oromummaa ti. Lachuu dhaabsifamuu qabu. Oromoon Tuulamaa hiree barnootaa dhabee lafa isaa irraa dantaa xixiqqoodhaan dhiibamee waardiyyaa namaa tahe malee hanna raaw'atamaa jiru keessatti waan buufate hin qabu. Warri maqaa Tuulamaa dhahachaa saamicha kana raaw'atu ammoo yoo qorannu inumaa baay'een isaanii Tuulamayyuu miti. Kanaafuu warra maqaa Tuulamaa of dura qabee sirna amma jiru keessatti saamicha raaw'atu yookiis boru raaw'achuuf dharra'e maqaa dhahanii balaaleffachuu malee gosa Oromoo ofiifuu madaarratti madaa baadhachaa jiraate irratti duuluun dogoggora guddaa dha.
Warra Musliimaa keessaan halagaan carraa kanatti fayyadamee wal afaan nu deebisuuf halaakaa jirus hedduu dha. Warri Oromoon biyya abbaa isaa Shaggar irratti abbaa tahuun isaan yaaddesse masgiidatu tuqame maqaa jedhuun carraa baname kanatti dhimma bahanii nurratti duulaa jiru. Hegereen magaalaa Shaggar kan Oromoon hawwu akka hin taanee fi akka gufatee hafu gochuuf afaan dubbatanu maraan wal qindeessanii ololaa jiru. Amantii jala gugatanii dantaa siyaasaa farra-Oromoo qaban tarkaanfachiisaa jiru. Jara kanaaf kan karra banee ol naqaa jiru ammoo numa. Warri diigama masgiidaa deeggarsu warri mormus hadheeffatanii walirratti bobba'uudhaan milkii halagaa kanaaf gumaachaa jiru.
Kanaafuu mee tasgabbaahaa. Oromoon Oromoo jedhamee sadarkaa guddina amma qabuu kanaan itti fufuuf tokkummaa isaatu furtuu dha. Iccitiin tokkummaa Oromoo ammoo amantii walii waliif kabajuu fi halagaan akka qaawwa argatee nutti hin seene itti cufuu dha. Sirni cubbuu Toophiyaa akka sabaatti jibba Oromoo irratti, akka amantiitti ammo jibba Islaamaa irratti jaarame. Warri beekumsa seenaa biyyattii qabu dhugaa kanatti ni amana jedheen abdadha.
#Barattoota_Hundaaf
ππ

Magaalaa Finfinneetti "Fooramiin Oromummaafi Lammii Oromoo" Jedhu, Kan Yuunvarsiitii Riifti Vaaliin Qophaa'e, Kaleessa Xumurame.
ABDII SABAA
Photo

Fooramiin ibsa qorannoo adda addaa, Waldaa Qo'annoofi
Qorannoo Oromootiin kan dhihaate, qindeessummaa Yuunvarsiitii Riiftivaaliitiin, Guyyaa kaleessaa, Caamsaa 26, 2023, Magaalaa Finfinnee Yuunivarsitii Riifti Vaalii, Kaampaasii Gotaraatti taa'amuun xumurame.
Dura ta'aan waldaa Qo'annoofi qorannoo Oromoo Yuunvarsiitii Riiftivaalii, Dr. Gammachuu Magarsaa, waltajjicha irratti ibsa bal'aa kennaniin, "Oromummaan kan yeroo kamii caalmaatti akka dagaaguuf, dhaloonni qubee ga'ee isaa ba'achuu qaba" jedhan.
Fooramicharratti mata duree "Oromummaafi Lammii Oromoo (Oromummaa and Oromo Nation) jedhuun, Dr. Gammachuu Magarsaa ibsa kennaniiru. Dr.Gammachuun,
βOromummaan dhimma jiruufi jireenya Oromooti" jedhan. Ilaalchota siyaasaafi jibbaa akkasumas olaantummaa babalβisuuf kan yaadxineeffame miti, Oromummaan ooltoo bultoo, safeeffannaa, aadaa, afaaniifi eenyummaadha β jechuun kaa'an.
"Sirnoota darban keessatti, Oromummaan akka baduuf "Pirojektiin" bocamee hojjetamaa akka ture kan himan Dr. Gammachuun, dhamaatii
hayyootaafi sabboonummaatiin, Oromummaan baduurraa baraarameera" jechuun dubbatan.
"Dhaloonni amma jiru, Oromummaa tiksuuf akkasumas dagaagsuuf,
barnoota ammayyaa irratti dabalata Argaa Dhageettiif bakka kennuun, jabaatee hojjechuu qaba" jedhan Dr. Gammachuun Magarsaa.
βItoophiyaatti sirnoota darban keessatti, Oromummaan akka cabuuf projektiin bocame ture. Ilaalchi hayyootaafi
finxaaleyyiin, Oromummaaf qaban akkasumas akkaataa isaan ittiin Oromummaa ibsan hundeerraa rakkina qabaβ jedhan.
"Oromummaan siyaasaan oli, yaadama kamiinuu oli, hayyoonni, dhaloonniifi ilmi oromoo kamuu beekumsa barnootaafi Amantii argatuun alatti, beekumsa Uummatasaa akkasumas argaa dhageettiif bakka addaa kennuutu irra jiras" jedhaniiru.
Yeroo kamiyyuu caalaa yeroo dhaloonni Oromummaa itti kunuunfatuufi baratu amma
ta'uu qabaa jechuun, daangaa dabboonummaa dhaloota qubeefi ilmaan Oromoo Oromoo beekuu qofa hin taane, Oromummaa hubachuufi itti jiraachuurra ga'uu akka qabu dhaaman.
Oromummaa hubachuun, beekumsa, qaroomaafi eenyummaa ofii dhugumatti maal akka ta'e beekuudha jedhan Dr. Gammachuu Magarsaa.
Fooramicharratti hayyoonni kan biroos, waraqaalee qorannoo adda addaa kan dhiheessan yoo ta'u, hayyoonni, barattoonniifi namoonni biroo hedduun irratti argamuun gaaffii gaafatniif deebii argataniiru.
Yuunvarsiitiin Riifti vaalii kana boodas, wallatajjiiwwan
akkanaa akka itti fufanii fi gabateen beekumsaa kan dhaloonni itti beekumsa Uummatasaa hayyootarraa sooratu akka qophaa'u hime.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

Ameerikaatti, Namni Lammii Kaalifoorniyaa, Dogoggoraan Waggaa 33 Hidhame, Bilisa Bahe.

Namichi Lammii Kaalifoorniyaa, Ameerikaa keessatti Waggoota 33 dogoggoraan hidhamee ture, Daani'eel Saldaanaa "bilisa" jedhamuun lakkifame.
Namni kun, dargaggeessa ganna 22 yoo ta'u, yaalii ajjeechaatiin shakkamee to'annoo jala oolfamee ture.
Namni dhuunfaa kun, Jiβa Jiβaan Bara 1990 keessa barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Los Anjiles irratti, haleellaa qawweetiin raawwatameen shakkamee, toβannaa Poolisii jala oolfame jedhame.
Daani'eel Saldaanaa yakka himatame kanaan hidhaa waggaa 45 itti murtaa'ee kan ture, murtii isaa osoo raawwachaa jiruu, "yakka kana hin raawwanne
jechuun hidhaa waggaa 33 booda mana hidhaatii bahuu isaa, Dhaabbata "America Study" jedhamutu gabaase.
"Yeroo hunda hirribaa dammaqee yakka kana hin raawwanne jedhee qalbii koo waliin wal loluun na nuffisiise," kan jedhu Daani'eel, mana hidhaatii ba'uu isaatti gammadee, umurii isaa hafe gaabbii malee bilisummaan jiraachuu akka barbaadu dubbate.
Abbaan Alangaa Waliigalaa Kaalifoorniyaa, Daani'eel Saldaanaa Waggoota 33 dura yeroo mana Barumsichaa irratti haleellaan raawwatame, iddoo sana akka hin turre himuun isaa kan yaadatamudha.
Daani'eel yeroo haleellaan kun raawwatame hojii ijaarsaa hojjechaa akka ture, Mana Murtiif ibsullee, Mana Murticharraa dhageettii akka dhabe ibsame.

Ibsa Ejjannoo majlisa Federaalaa! Ibsa Qabxii 11 Of Keessaa Qabu!
Ibsa Ejjannoo majlisa Federaalaa!
Ibsa Qabxii 11 Of Keessaa Qabu!
Nuti miseensonni yaa'ii waliigalaa, mana maree ulamaa'ii fi miseensonni mana maree ol'aanaa dhimmoota islaamummaa naannoolee Caamsaa 19/2015 mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaatiin waamamnee dhimmoota waaktawaa ummata Muslimaa irratti marii gooneen ibsa ejjannoo kanaa gadii baafneerra.
1. Adeemsa diiggaa masjiida magaalaa Shaggaritti taasifamaa jiru ilaalchisee guyyaa kaleessaa muslimoota magaalaa Finfinnee naannawaa masjiida Anwaariifi Nuuritti diiggaa masjiida kana balaaleeffatan irratti haleellaa raawwatameen muslimoota qulqulluu lubbuun darbaniif Allahaan shahiidummaan (wareegamummaadhaan) akka isaan simatu, maatii, firaafi aantee isaaniitiif Rabbi jajjabina akka kennu gaafanna. Kanneen miidhaan irra gaβes Rabbi akka dafee fayyisu kadhanna.
2. Gareen walabaa taatee kaleessa magaalaa Finfinnee masjiida Anwaariifi Nuuritti mudate akkamiin akka mudateefi sababa ka'umsa du'aafi miidhaa qaqqabee bakka mootummaafi manni maree islaamummaa jirutti qoratu akka iijaaramu gaafanna.
3. Naannoo Oromiyaa magaalaa Shaggaritti diiggaan masjiidaa jumlaadhaan bifa Islaamaafi muslima tuffateen gaggeeffamaa jiru hariitiin akka dhaabbatu, akkasumas lafa bakka masjiidota diigamanii bu'u mootummaan naannichaa kennuun hariitiin dafanii akka ijaaraman gochuun hawaasa Muslimaas dhiifama gaafachuun akka kiisu hubachiifna.
4. Mootummaan naannoo Oromiyaatis ta'u naannolee biroo biyya keenyaatti bakkoota amantiitiif kabajniifi eegumsi malu akka kennamu ykn godhamu, akkasumas masjiidota kaartaa dhowwachuufi taβe jedhanii rakkoolee birokraasii baay'isuun kanneen hawaasa hiraarsaniif mootummaan xiyyeeffannaa malu kennuun rakkina kana akka furu ni hubachiifna.
5. Bilisummaa amantaa heera mootummaatiin beekamtiin kennameef faallessuun kutaalee biyyattii garaa garaatti keessumaa godina Guraagee Gunchireetti gochi barattoota muslimaa addatti barnoota irraa hari'uu hatattamaan fala akka argatu. Rakkoowwan walfakkaatoon bu'uura irraa furuuf mootummaan akka heera rakkoowwan jibba islaamaatiin muslimoota irra ga'u haambisuufi qaamolee sarbama mirga amantaa raawwatan adabu akka baasu gaafanna.
6. Ummanni muslimaa dhaabbata bakka isa bu'u mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa cinaa dhaabbachuun tattaaffiin mirgoota amantii kabachiisuuf taasifamu karaa seera qabeessaafi nagaa ta'een qofa akka ta'u waamicha goona.
7. Kabaja amantaa inumaayyuu ammoo mana Rabbii kan ta'e masjiida salphisuun waan baay'ee keessa namaa hubu inumaa miira keessa nama galchu ta'uu qaamoleen nageenyaa hubachuun hawaasatti dhukaasuu irraa akka of qusatan hubachiifna.
8. Hawaasni Muslimaa gaaffii mirgaa isaa kabachiifachuuf dhaabbata isaa majlisa cinaa dhaabbachuun qabsoo seera qabeessa gaggeessu shira qaamolee dhimma isaaniitiif itti fayyadamaniifi akka madda babal'ina rakkootti itti fayyadamanii irra akka of eeggatu waamicha taasifna.
9. Gaaffii mirgaa hawaasa muslimaa kan kabachiifnu tokkummaafi waldhaga'uun waan ta'eef hawaasni muslimaa milkaaβina adeemsa kanaatif masjlisa sadarkaa sadarkaan jiran waliin akka dhaabbatu waamicha goona.
10. Mootummaan qaamolee jibba Islaamaa qabaniifi caasalee mootummaa garaa garaa keessa jiran calaluun qaamolee mootummaafi ummata walitti busuufi biyya keenya gaaga'ama badaa keessa galchuuf hojjataa jiran sakattaβee ejjannoo fudhachuun caaseffama isaa akka qulqulleessu waamicha goona.
11. Adeemsa marii biyya keenyaa keessatti hawaasa muslimaa baay'inaan hirmaachisuun rakkoowwan, gaaffiiwwaniifi ajandaalee hawaasa muslimaa barootaaf harkifamaa dhufan kaasuun biyya lammiilee Itiyoophiyaa hunda walqixxummaafi haqqummaan keessummessitu ijaaruuf tattaaffii taasifamu keessatti gahee keenya akka ba'annuuf waamicha goona.
Caamsaa 19/2015
Finfinnee.

Shaampiyoonaa liigota gurguddoo shan 2022/23
Piriimer Liigii_ Maanchister Siitii, Haalaandi bara dorgommii tokkotti galchii 36'n rikardii kan cabse
Laaliigaa_ Baarseloonaa, leenjisaa isaa Zhaaviif waancaa Laaligaa jalqabaa isaa
Bundisliigaa_Baayern Munik, Boorushiyaa Dortimondiin galchiin caalee, walitti aansee yeroo 11'f.
Serie A Xaaliyaanii_ Naappoolii waggoota 33 booda
Liig 1_ PSG _ Waancaa Lig1 waliigalaa 11ffaa isaa, Meesii galchii Liigota gurguddoo 496 galchuun rikardii haaraa kanitti galmeesse

#Update
Filannoon pirezidaantummaa Turkii irratti lakkoofsi sagalee qabatamaan dhibbeentaa 97.94 gaheera / saanduuqni filannoo banamee lakkaa'amaara.
Haala kanaan, prezidaantiin ammaa Recep Tayyip Erdogan sagalee %52.14n kan dursaa jiru yoo taβu, morkataa guddaa Erdogaan kan taβe ClikdarΔlu ammoo sagalee %47.86 argachuun isa hordofaa jira.
Ammuma irra ka'uun hoggantoonni biyyootaa ergaa "#BagaGammadde" jedhu preezdaantii ammaa kanaaf dabarsaa jiru.