ABDII SABAA
497K subscribers
12.4K photos
181 videos
205 files
6.25K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
Oduu Gabaabaa

"Nama Gargaaruuf nama ta'uu ga'aadha!"

Biiniyaam Ballaxee hundeessaan dhaabbataa namoomaa Maqadooniyaa guyyaa harraa Yuunivarsitii Finfinnee irraa doktora kabajaa fudhate.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
Guyyaa har'aa irraa ka'uun Oduu Gabaabaa miidiyaa @Abdii_Sabaa hordofaa.

Gaaffii, Yaadaafi Qeeqa karaa @yaadaafqeeqabot ni simanna!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
#Kutaa_12ffaa

Sagantaa Qormaata Kutaa 12ffaa!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
Oduu Gabaabaa

Guyyaa har'aa barattoonni nuummee Mekaanikaal Injiineriing Yuunivarsitii Arbaa Mincii sagantaa eebbaa irratti komii qormaata bahiinsaa irratti qaban dhageessisan.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ODUU BIYYA ALAA

Imbaasiin Siwiidiin Bagdaad jiru weerarame.

Tarkaanfiin kun kan fudhatame karoora Siwiidiin Qur'aana gubuuf qabdu mormuun akka ta'e himameera.

Poolisiin Siwiidiin walga’ii ummataa irratti Qur’aannii fi alaabaan Iraaq akka gubatu hayyama kenneera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ODUU GABAABAA

Afaan Amaaraa Naannoo Tigiraay mana barumsaa hundatti kanaan booda akka hin baratamne Biiroon Barnootaa naannicha berksiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ODUU GABAABAA

Pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa irra deebiin waamicha araaramaa Waraana Bilisummaa Oromoof taassisaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ODUU BOONSAA

Magaalaa Finfinnee, Kutaa Magaalaa Booleetti Manni Barnoota Maqaa gooticha Jaarraa Abbaa Gadaan moggaafamee ijaarame guyyaa har'aa eebbifameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ODUU GABAABAA

Qaroo Arjoomuu

Ragaan Ministeera Fayyaarraa argame akka mullisutti argisiisni Fayyaa Godaa Hambaa Saayiinsitti Waxabajjii 14, 2105 irraa eegalee hanga Adoolessa 13, 2015’tti gaggeeffamaa jiru irratti namoonni 81 yeroo boqotan tola ooltummaan qaroo ija isaanii arjoomuuf waadaa galaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
Barattoonni Yuunivarsitii Arbaa Miinci Muummee Electrical Engineering Sagantaa Eebba irratti Waraqa we need Justice for Electrical Engineering jedhu qabachuun sagalee isaanii dhageessifatan.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ODUU BIYYA ALAA

Yukireen boombii kilaastaraa Ameerikaan kenniteef fayyadamaa akka jirtu Ameerikaan mirkaneeffachuu ishee ibsite.

Boonbiin kilaastaraa kun yeroo dhohu boombiin hedduun isa keessa jiru bakka hedduutti faca'uun namoota nagaa irratti miidhaa waan geessisuuf biyyoota 100 keessatti akka hojii irra hin oolleef dhorkamee jira.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
#KUTAA_12FFAA

Sagantaa qormaata kutaa 12ffaa.

➭ Qoramtoonni saayinsii hawaasaa gaafa Adoolessa 16 fi 17, 2015 dhaabbata itti ramadaman ni seenu.

➭ Adoolessa 18/2015 qoramtoonni saayinsii hawaasaaf ibsi ni kennamaaf.

➭ Adoolessa 19 hanga 21/2015tti qormaanni saayinsii hawaasaa kutaa 12ffaa ni kennama.

➭ Qoramtoonni saayinsii uumamaa gaafa Adoolessa 22 fi 23/2015 dhaabbata ramadaman ni seenu.

➭ Adoolessa 24/2015 Qoramtoonni saayinsii uumamaatiif ibsa ni kenna.

➭ Adoolessa 25 hanga 28/2015tti qormaanni saayinsii uumamaa kutaa 12ffaa ni kennama.

Qormaata Seensaa Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2015 fudhachuuf barattoonni kumni 869 ol toora interneetii irratti galmaa’aniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
Yuunivarsitiin Maqalee barattootaaf waamicha godhe.

Adeemsa baruu fi barsiisuu idilee itti fufsiisuuf Yuunivarsitiin Maqalee barattoonni armaan gaditti tarreeffaman Adoolessa 26 fi 27/2015 qaamaan akka galmaa'an waamicha dhiyeessee jira.

Haaluma kanaan
1. Barattoota idilee digirii jalqabaa bara 2013 eebbifamuuf turan
2. Barattoota digrii 2ffaa
3. Barattoota Barnoota itti fufiinsa qabuu fi barattoota galgalaa fi
4. Barattoonni fayyaa ta’an Adoolessa 26 fi 27, 2015 qaamaan argamuun galmaa’uu qabu.

🏷 Yuunivarsitichi galmeen barattoota idilee digirii jalqabaa Fulbaana 4 fi 5/2016 akka ta’e beeksiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
ABDII SABAA
Yuunivarsitiin Maqalee barattootaaf waamicha godhe. Adeemsa baruu fi barsiisuu idilee itti fufsiisuuf Yuunivarsitiin Maqalee barattoonni armaan gaditti tarreeffaman Adoolessa 26 fi 27/2015 qaamaan akka galmaa'an waamicha dhiyeessee jira. Haaluma kanaan…
#update

Iddoo galmee barattoota Yuunivarsitii Maqalee

🏷 Barattoonni E-iTM , CoDANR fi CNCS mooraa guddichatti.

🏷 Barattoonni CVS fi MIT  Mooraa Qaalaminootti .

🏷 Barattoonni CSSL, CLG, CBE fi CHS Mooraa Ayidaaritti akka ta'e ibseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot
#Kutaa_12ffaa

Har'a irraa eegalee Qormaanni wiirtuuwwan qormaataa ni seena.

Sababa malee mooraa yunivarsitiiwwanii keessaafi naannawa isaa dhaabbachuun suuraa ka'uun gonkumaa dhorkaadha.

Lakkoofsi buufata qormaataa 2100 ol ture gara 150 gadi bu'eera. Kun kan taassifame raabsa qormaataaf haala mijeessuufi hanqinoota yeroo darbe mullate hanbisuuf.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA

💬YAADA💬
@yaadaafqeeqabot