Dawaa Qalbii
6.3K subscribers
1.04K photos
14 videos
10 files
1.7K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Abbaa feete jibbi, abbaa feete jaaladhu, jireenyi ittuma fufa.
Ati jaalatteef wanni nama biraatiif dabalamu, ati jibbiteef wanni nama biraa irraa hir'atu hin jiru.👌

حياتك اولا
#حياتك
Forwarded from Oromia Bank
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5728376436
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5728376436
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
Forwarded from Nuura Qalbii 🚥
RABBIIN ISINIIF HAA TAASISUU !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••

• Boqonnaa Keessan Salaata Isiniif Haa Taasisu
• Dubbii Teessan Qur’aanaa Isiniif Haa Taasisu
• Deeminsa Keessan Gara Masjida Isiniif Haa Taasisu

• Yaanni Keessa Hunda iimaana Rabbiin Isiniif Haa Taasisu
• Jaalallee Keessan Rasuula S.A.W Isiniif Haa Taasisu
• Qabeenya Keessan Isiniif niif Haa Taasisu

• Uffata Keessan Shari’aa Isiniif Haa Taasisu
• Fakkeenya Keessan Sahaabaa Isiniif Haa Taasisu
• Hawwwii Teessan Hunda Jannata Isiniif Haa Taasisu

• Jecha Keessan Kan Dhumaa Shahaadaa Isiniif Haa Taasisu
• Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda Rabbi Isiniif Haa Guutu
• Gufuu fii Gufaata Hunda Jalaa Najaa Isin Haa Baasu

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa



https://t.me/Nuura_qalbii
Forwarded from Oromia Education Bureau (BIIROO BARNOOTAA OROMIYAA(2016 E.C))
22/09/2016
#Hubachiisa

#Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:-
----------------------

Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera.
Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an,
#Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera.

#Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha.

Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha.

Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna.

#Xiyyeeffannoowwan;
#Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba.
#Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne,
#Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne.
#Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu..

#CARRAA_GAARII !

-BBO-

🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. |

👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/

📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️

𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂

𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+

Free Waver @Rafiqul_Islaam
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Forwarded from Redwan Amin (Redwan Amin)
Manni murtii Magaalaa Adaamaa murtii sirrii fi irraa baratamuu kenne. Eessattu nama nama ajjeese ajjeessuu qofatu furmaata. Malee; hidhanii qallabanii nama biroos akka ajjeesuu carraa kennufin sirri miti.

Yakkamaan haala Suukaneessaan Haadha isaa ajjeesse adabbiin du'aa itti murtaa'e

Caamsaa 23, 2016
Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Yakkamaa haala suukaneessaan Haadha isaa ajjeesuun himatame adabbii du'aa itti murteesseera.

Himatamaan dargaggeessi umrii waggaa 28 Fiqiruu Ashannaafii jedhamu Yakka Ajjeechaa suukaneessaa Haadha isaa irratti Bitootessa 21, 2016 kutaa magaalaa Boolee Aanaa Dhakaa Adiitti raawwachuun himatame ragaan mana yaalaa fi namaatiin itti mirkanaa'eera.

Haaluma kanaan Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa Dhaddacha har’a jechuun 23/9/2016) ooleen Seeraa yakkaa Ajjeechaa cimaa raawwachuun yakkamaa ta’uu mirkaneessera.

Manni murtichaa gulantaa 39 jalatti Adabbii du'aa himatamicha irratti murteesseera.


Chaanalii Teelegraamii Redwaan Amiin Hordofaa
https://t.me/redwanamin39
Jannata keessa laga Al-Khowsar jedhamutu jira. Lagni kuni ija lamaan Jannata keessaa gara alaatti gadi dhangala’a. Bishaan achitti walitti qabamu Al-Howdh jedhama. Al-Howdiin kuni dirree Mahshar lafarra ciisa. Lameenuu laggeen Nabi Muhammadiif RABBI badhaasa aakiratti badhaasaaf qopheesse !!

Al-Howdiin kuni osoo siraaxa gama achi hin bahin siraaxaa asitti argama. Namuu laga san habbuuqqatee qoma dheebuun bobahe qabbaneessuuf achitti fiiga. Garuu Ummata Sunnaa isaanii qabate qofaaf hayyamni kennama.

Miidhaginaa fi guddina laga sanii Nabi wayta himan dhagahi;”
Lagni koo Al-Howdh,bal’inni isaa deemsa baatii tokkoo dheerata,bishaan isaa aannan caala addaata. Mi’aan isaa damma caala mi’aawa. Fooliin isaa miskii caala urgaa’a. Hedduminni kubbaayyaa (Glass) isaa baay’ina urjii samii caala. Namni laga san takka habbuuqqate,abadan hin dheebotu “
Jedhan
رواه البخاريّ

!!! Yeroo himanuu akkatti namatti tolu argitee !?
“ Nama Karaa Isaani Hordofe Bishaan Kowsar Irratti Wal Argu rabbi anu haa Godhu Aamiin .
Oduu Gaddaa.
Dargaggoo cimaa fi daa'ii Islaamaa kan ta'e, Abdul Latif Miyaki har'a ganama du'aan addunyaa irraa godaane. Abdul Latif Miyaki dargaggeessa dandeettii guddaa qabu dha. Rabbiin ol-ta’aan isaaf haa araaramu, hojii gaggaarii isaa irraa haa qeebaluu, sadarkaa ol’aanaa jannataa keessatti isaaf haa kennu.

Yoo nuti du'a daganne malee, duuti nu hin daganne, nus dagachuudhaaf hin jirtu. Rabbiin kaatimaa keenna haa bareechu.
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
T.me/Sammaan
Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota miiliyoona 1.6 oliif Qormaata kutaa 6ffaa, kutaa 8ffaafi 12ffaaf kennuuf akka jedhu beeksise.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM