Mahir ibnu Ali official
141 subscribers
30 photos
8 videos
1 file
140 links
Chaanaalii kana irratti
◇Sagantaalee Da'awaa
◇Barnoota amantii
◇Seenaa
◇Boohaartii gara garaa kan nama bohaarsaniif ergaa dabarsan vidiyoo fi sagaleen argattuu
Join godhaa @Babilevine
Akkasuma Chaanaalii keenya @SDgroup_channel
Garee chate @SDgroupdawa
Download Telegram
Warri qabu Nyattanii Harka qalleeyyiin Beelaan akka Nu jalaa hin dhumneen sodaadhe. Yaa jallowwan kiyya Harka keenya Bal'ifnee Harka qalleeyyii keenya haa gargaarruu.

Islamummaan keenya Gaaroomina keenya.🙏

#Join 👇👌 godhun nu hordofa jzkeyran 💐

@Mahiralioffers
@Mahiralioffers
@Mahiralioffers
Faaruun kan rabbiitii
Mooticha aalamaa
Woggaadhaan nu ga'uuf
Situ faarfatamaa
Ammas nu naannessuus
Situ abdatamaa


Guduunfatee deemee
Yeroosaa fixatee
Edaa baatiin tokko
Akkas gabaabbatee?


Ahlan jenneen quufnee
Kan inni dhumate
Rabbi nu taasisi
Worra carraaqqatee
Kayrii baay'ifatee
Kan keessa buufate


Woggaanis nu ga'ii
Yaa mooti jabbaaruu
Abdatamaan sumaa
Kan biraa hin jiru


Egaa wol eebbifnaa
Hordoftoota keenya
Baga woggaa geessan
Obboleessa, obboleettii
Hiriyoottan keenya


Iida gammachuudhaa
Kan milkiin ooltanii
Kan kadhaa keessaniif
Qeebaltii argattanii
Siniif haa taasisu
Rabbal aalamiini


Gooftaan keenya guddaan
Maalikul qudduusuu
Worra bara hedduus
Isin haa taasisu
Worra umrii ofii
Ibaadaan dabarsu




Channel TELEGRAM keenyaa
https://telegram.me//Mahiralioffers

👆☝️👆☝️
#JOIN_GODHAA
Forwarded from Deleted Account
~ koo barii na hin komatiin
ani nama
~ dursi hubadhu kan akkam
jedhen sif hima
~ nama galmaf yaadu
kaayyoo qabu
~ kaayyoo isatif dhiha fi bari
ta'abuu
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
walalo akka damma fi filmi gagababa akkasumas jecha qalbii isiin hawwatu bohaartii barumsa garagara hunda ni arkatuu mal kan qofa #group ittin bashanantu mal barbadu hundu jira #join godhun nu walin turaa
💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Asalaamu alaykhum warahmatullahi wabarakaatuhu
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸

Channel armaan gadii kana Join gochuun daawaa fi oduu akkasumas seenaa rasuula rabbii (s,a,w) irratti bareeffamanii gad-dhiifamanu irraa haga tokko barnoota irraa argachuu waan dandeessaniif affeerraa keenya #JOIN gochuun nuuf afeeramaa.

⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@Sdgroup_channel
@SDgroup_channel
@SDgroup_channel
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

T.me/SDgroup_channel