KENNAA
7.92K subscribers
2.25K photos
91 videos
25 files
1.86K links
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!


Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Download Telegram
Waa'ee wanticha tapswap jedhuu kana dhageessanii jirtuu. Mee tartiiba kanaa gad jiru kana hordofaa yaalaa




Mee linkii kanaa gad jirtu tuqaatii galmaa'aa, tap tap godhaa , kheeyrii hin dhabdu!!


1, Jalqaba linkii kana irratti click gootanji seentu

2, Itti aansuun start isa jedhu tuqxanii galmooftu

3, Itti fuftanii taptap gootanii 500 fixxu.

4, Join our social ishee jettuu fi join our sooiana wallet ishee jettu xuqxanii galmooftu.


Ammuma jalqabaa linkii kanaa gadii xuqaa seenaa👇👇👇




https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_480700549
Ibaadaan Qeebalamuuf Ulaagaa Qabdii ?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Ee ulaagaa 3iin Ibaadaan Qeebalamti.

1. Rabbitti Amanuu
2. Rabbi Qofaaf Godhuu (Ikhlaasa)
3. Akka ergamaan Rabbii Muhammadﷺ dalaganitti godhuu qabna.

Eegaa Rabbitti amanuun hunda dursiti. Kan Ibaadaa haqa godhatu Allaah qofa. Kan Ibaadaa(dalagaa gaarii) Qeebaluufi Jannataan galata namaaf galchu Rabbi. Rabbiin akkaataa Ibaadaa itti goonu Muhammad irraa akka barru, isa akka hordofnu nu ajaje. Hojiin ergamaa Rabbii Muhammadﷺ irraa nu hin gahin Ibaadaa hin taatu.

Rabbitti amannee, dhaamsa ergamaa Rabbii hordofnee, yoo qulqulleessinee Rabbi qofaaf Ibaadaa goone Rabbiin nuuf Qeebala.

Yaa Rabbi ibaadaa teenya Hunda nuuf Qeebali.





@Kennaapost @Kennaapost





T.me/Kennaapost
♥️🍇JUMU'AA MILKAA'INAA🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.

Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu


Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!

Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️

صلی الله علیه وسلم

😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍

@Kennaapost
t.me/Kennaapost
Kun mana nama bor galagala gara Hajjii deemuuf sa'atii muraasa qofa eegaa tureeti.🥺
~~~
Yeroo ammaa kana nama Hajjii deemuuf waan hunda xumuree bor galgala gara Sa'uudii bararuuf jedhuutiif mana isaa isa dhugaa awwaalcha qotaafii jirra. Akka tasaa gama fuula Rabbii adeeme. Nuti tasa jenna, lubbuu isaatiif garuu guyyaa beellamaatu ga'e.

Nuti waa heddu yaadna, karoorsina,

Hajjiif tokkeettii muratte jechuun deemte jechuu miti. Waamichi aakhiraa guyyaa tokkeettii ati muratte duursee si qaqqabuu danda'a.

Kanaafi akka nama biyya wayii deemuuf jedhee tikkeettii muratee guyyaa balallii eeguutti guyyaa du'a keenyaa eeguu kan qabnu.

Awwaalchi kun kana nama Hajjii deemuuf waan hunda xumuree bor galagala gara Sa'uudii bararuuf jedhuuti. Akka tasaa gama fuula Rabbii adeeme. Nuti tasa jenna, lubbuu isaatiif garuu guyyaa beellamaatu ga'e. Odeeffannoon kan obboleessa koo Mahaammad Sa'idi. Keenyas yoom akka ta'e hin beeknu. Rabbiin gala keenya nu haa tolchu.

Amar Temam

@Kennaapost. @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu

Rabbiin rizqii halaaliin bakka kheeyrii tana nu haa dhaabu obboloota koo


@Kennaapost @Kennaapost


T.me/Kennaapost
Subhaana Allaah 🥲

Abbaa guddaa kana maqaan isaa Mohammed Umar jedhama intalli isaa Faatuma Mohammed Umar jedhamti Barumsa Fixxee Ebbifamuuf Guyyaa Sadii Hafeef Gara Fuula Rabbii Deemte Abbaan intala isaa Awwaallatee Bakka Eebbatti argame Xaarii intalli isaa waggaa Meeqa itti Xaarte dhiiftee Deemte Arguf bakka sanatti argame🥲💔

Abbaan Nama Dhugaan Rabbii isatti Amaneedha Akkas jedhe

Yaa Rabbi Hundaaf Galanni keeti
intalas Siitu naaf kenne
Ammas Siitu fudhate
Xaarii ishee arguuf Galannii keeti yaa Rabbi
ishee naaf kennite na jalaa fudhachuu gallanni keeti yaa Rabbi Akkuma Gaafa naaf kennitu gammade Gaafa na irra fudhattuus Gammadun kan kooti jedhee imimaanin Waltajjii Goolabe😭💔🙏

Mudaan Muddii
😭😭😭😭😭😭



@Kennaapost @Kennaapost




T.me/Kennaapost
#Habiibii_Simalee
Addunyaan Dukkana
Habiibii Simalee
Nuura Kheen Ibsitee
Musxafaa Jaalallee

Ifaa Addunyaadhaa
Nuura Biyya Makkaa
Mirga Dhala Namaa
Saahiba Malaayikaa

Urgaa'aa Akka Miskii
Mi'aawaa Akka Deymaa
Salaawatullaahii Aleyka
Sirratti Amma Ammaa

Rasuula ﷺ ❤️‍🩹🤍

@Kennaapost @Kennaapost




T.me/Kennaapost
Baatiin Zulhijjaa Mul'attee jirti

Baatiin Zulhijjaa guyyaa harraa waan mul'atteef bor Jum'aa Zulhijjaa 1 ta'a. Haaluma kanaan harri xumura baatii Zul Qa'adaati.

Gama biraatiin Ayyaanni Iid al Adahaa kan bara kanaa gaafa zulhijjaa 10 ykn ammoo Alhadaa waxabajjii 9 bara 2016 irra oola

Nuuralhudaa



@Kennaapost. @Kennaapost


T.me/Kennaapost
Kiristaana Hin ta'u
■■■■■■■■■■
Kutaa_1ffaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡

● “Sababoota salphaa Kudhan (10) kan Kiristaanummaatti deebi'uu hin dandeenyeef”.
- Fatimah O Victoria

Fatimah O. Victoria Giiftiin Kiristaana Naayijeeriyaa waggoota muraasa dura gara Islaamummaatti deebite, “maaliif gara amantaa Kiristaanummaatti deebi'uu akka hin dandeenyeef akkana jechuun barreessite.”

🛑 1. Kiristaanonni mataan isaanii amantaa isaanii guutummaatti akka hin hubanne himatu. iccitiidha. Burjaajiidha. Kanaaf itti deebi'uu hin danda'u! Keessattuu yeroo sadan tokkummaa barsiisuuf yaalan dhumarratti rakkoo keessa galu, hafuura qulqulluu si barbaachisa jedhu, yeroo isaan hafuura qulqulluu qabanis hin hubatan.

🛑 2. Kiristaanummaan uumamaan common-sense Nama tokkoo wajjin hin deemu.

Sammuun keenya amantaa Kiristaanaa keessatti faayidaa hin qabu, kanarraa ka'uun warri dhihaa hedduun gara "atheists" garagala. Rabbiin sammuu dhimmoota hiikuu keessatti akka itti fayyadamnuuf nuu kenne, garuu Kiristaanonni sammuu qulqulluutti fayyadamuu dhiisaniiru.

𝗙𝗸𝗻:- Nama “barsiifni ani barsiisu kan koo miti, kan isa ana ergee ti malee. ” jedhe akkamitti, Waaqayyo jedhanii yaamu?
[Yohaannis 7:16].

Yesus Nama waanan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himee dha jedhe. [Yohaannis 8:40]. Kun immoo miira uumamaa keenyaa wajjin wal qixa.Yesus Kiristos Nama Waaqayyoon ergame, ergamaa ta’uu isaati. Garuu Kiristaanonni isa kana amanuu ni didu.

Yohannis 5:37 irratti Namni yeroo kam iyyuu Rabbiin argee hin beeku jedha. Kiristaanonni garuu Yesus Kiristosiin Waaqayyo isa mul'ate jedhanii yaamu. (kun faallaa sammuu keenya). Kanaaf gara Kiristaanummaatti deebi'uu hin danda'u.

🛑 3. Kiristaanummaan dubbii Yesus (s.a.w) faallaa hojjata. Jechoonni Yesus faayidaa kan hin qabne ta’u. Faayidaa yoo qabaatan, dubbii Yesus akka Phaawulos
balleessu barbaadu.

𝗙𝗸𝗻:- Yesus Kiristos, seerri hordofamuu qaba jedheera. [Maatewos 5:19]. [Maatewos 23:3-4].

Kiristaanonni barumsa seera jecha ykn barsiisa Phaawulosin ni ganu. Kanaaf gara Kiristaanummaatti deebi'uu hin danda'u.

🛑 4. Barumsi Kiristaanummaa Yesus qofa irratti hin hojjatu, barsiisa raajotaa guutuu irratti hojjedhu jedha malee. Raajonni hundinuu Namni tokko cubbuu namaatiif du’uu akka hin dandeenye lallabu. Waaqayyo guutummaatti 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗱𝗵𝗮. Ta’us amantaan Kiristaanummaa faallaa barsiisa Macaafa Qulqulluuti. Kanaaf gara Kiristaanummaatti deebi'uu hin danda'u.

🛑 5. Yihudoonni Kiristaanotaan Waaqa tokko waaqeffanna Kiristaanummaa dhiisaa jedhan. Yihudoonni barumsa ykn hiika kiristaanaa kamiyyuu hin amanan. Yihudoonni amantii Kiristaanummaa caalaa Islaamummaa ni jaallatu. Yihudoonni Kiristaanummaan waaqeffannaa waaqa tolfamaa amantaa warra Waaqolii tolfamoo warra amantaa Yihudootaa kuffisuu barbaadanii dha jedhu.

🛑 6. Kiristaanonni hundinuu hafuura qulqulluun akka geggeeffamnu himatu, garuu waldoota keessatti baay'ee qoodamaniiru. hiikkaa macaafa qulqulluu tin wal qabatee, ammas qoodama dameelee amantaanis. Kanaaf kun Macaafa Qulqulluu keessatti cubbuu dhiifama hin qabnee dha. Hafuura qulqulluun taphatu, Kanaaf itti deebi'uu hin danda'u.

🛑 7. Kiristaanummaan seexanaa fi Namoota hamoo waliin hojjata. Kana jechuun kiristaanummaan fannifamuu Nama qulqulluu kabaja. Ta’us kan Yihudaa kakaase seexana dha. [Luqaas 22:3].

Yesus Kiristosiin ajjeesuuf kan karoorfates Namoota hamoo dha. [Maatewos 26:3-5]. Kana ta'ee osoo jiruu Macaafni Qulqulluun afaan Ibrootaatiin jiru, 𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀 𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝘀 kan fannifame osoo hin taane Waaqayyoon du'a jalaa isa baase jedha.


Kutaa 2ffaa @Kennaapost seenaa ilaalaa!!!




@Kennaapost @Kennaapost


T.me/Kennaapost
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu

Kiristaana Hin ta'u
■■■■■■■■■■■

KUTAA 2FFAA
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

🛑 8. Kiristaanummaan gocha jibbisiisoo warra ormaa hordofa. Aarsaan Namaa Macaafa Qulqulluu keessatti bakka kamittiyyuu dhorkaa dha. [Deautronomy 12:30-31]. irratti kan ibsame. Shaakala xuraa’aa dhorkaadha ammas amantii kiristaanaa Waaqayyo gocha hamaa wal fakkaatu akka hojjete dubbata.

● Kiristaanummaan hamma gadi aanaatti Waaqayyoon arrabsa. Kiristaanummaan Waaqayyo gadameessa dubartii keessa akka ture amanu. Dhalate harma hoosisiifamee, dhagna qabamee, seexanaan kan qorqmee fi boo'ee qullaa akka du'e amanu. Akkamittan gara amantaa akkasiitti deebi'a?.

🛑 9. Kiristaanonni wanti beekan hundi Muslimoota arrabsuu, qoosuu fi soba Islaamummaa irratti uumuu qofa. How can I go back to that faith….that is on rampage to degrade other faith with lies?

● Kiristaanonni afaan Arabaa ni didu, afaan Arabaa tasumaa hin beekan. Kana irraa ka’uun 𝗔𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵 jechuun Waaqayyo (Rabbii) jechuu miti yeroo jedhan argita, ta'us fakkaattonni isaanii Kiristaana Arabaa fi Macaafni Qulqulluun Arabaa Allaah jecha jedhu Rabbiin tokkicha Waaqayyoof fayyadamu. Akkamittan gara amantaa wallaalummaa akkasiitti deebi'a ???. Bakka wallaalummaan tartiiba guyyaa ta'etti.

🛑 10. Kiristaanummaan seera Waaqayyoo ni dide... ta'us garuu seera Namoonni baase hordofan isa jalqabaati.

Akkamittan gara amantaa akkasiitti deebiʼuu dandaʼa? Kan Waaqayyo caalaa bulchiinsa Namaa ulfina kenna???.

.....

فَمَن يُرِدِ اللَّهُ أَن يَهْدِيَهُ يَشْرَحْ صَدْرَهُ لِلْإِسْلَامِ ۖ وَمَن يُرِدْ أَن يُضِلَّهُ يَجْعَلْ صَدْرَهُ ضَيِّقًا حَرَجًا كَأَنَّمَا يَصَّعَّدُ فِي السَّمَاءِ ۚ كَذَٰلِكَ يَجْعَلُ اللَّهُ الرِّجْسَ عَلَى الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ

"Namni Rabbiin isa qajeelchuu fedhe, qoma Isaa Islaamaaf bal’isa. Nama isa jallisuu fedhe immoo qoma isaa akkaan dhiphaa, akka nama samii keessa ol ba’uu taasisa. Akka kanatti Rabbiin adabbii warra hin amanne irratti godha." [Qur'aana 6:125].

Qoma Namaa Islaamummaaf banuu jechuun; dhugaa Islaamaa guutummaatti akka itti amansiisu gochuu fi shakkii, duubatti deebi'uu fi fedhii dhabuu isaa hunda irraa balleessuu jechuu dha.

وَهَٰذَا صِرَاطُ رَبِّكَ مُسْتَقِيمًا ۗ قَدْ فَصَّلْنَا الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَذَّكَّرُونَ

Kun qajeelaa haala ta’een karaa Gooftaa keetiiti. Ummata gorfamaniif mallattoo dhugaadhaan adda baafneerra. [Qur'aana 6:126]
.

۞ لَهُمْ دَارُ السَّلَامِ عِندَ رَبِّهِمْ ۖ وَهُوَ وَلِيُّهُم بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ

"Isaaniif Gooftaa isaanii bira ganda nagayaatu jira. Innis waan isaan dalagaa turaniif jecha gargaaraa isaaniiti." [Qur'aana 6:127

Fatimah O. Victoria dubbii isii xumuruun duratti akana jette: "Ani amma Muslima ta'uu kootiif baay'ee gammadeera".

”Gara Islaamummaa isin affeera.”
jechuun dubbii ishee xumurte.

© Ifaa Dhugaa



@Kennaapost @Kennaapost




T.me/Kennaapost
KENNAA pinned «Kiristaana Hin ta'u ■■■■■■■■■■ Kutaa_1ffaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ● “Sababoota salphaa Kudhan (10) kan Kiristaanummaatti deebi'uu hin dandeenyeef”. - Fatimah O Victoria Fatimah O. Victoria Giiftiin Kiristaana Naayijeeriyaa waggoota muraasa dura gara Islaamummaatti…»
🌺🌺🌺QOOSAA🌺🌺🌺

🙍‍♂🌹🌹Abbaa manaa🌹🌹. Fi 🤦
‍♀🌹🌹Haadha manaa turan

↩️Jaarsi halkan hunda ka'ee leeylii salaatee rafa. Jaartiin garuu hirriba guddatti. Yeroo hunda ni kaasa garuu ni diddi!!!!!!!!!

↩️Walumaa galatti hirriba jaalatti
Jechuudha!!!!
Inni silaa jaartiin Isaa wajjiin salaattee jaalata.

↔️Gaaf tokko mala dhawatee akkuma Kanaan duraa kaasee biraa deemee wudu'a godhatee dhufee salaata leeylii isaa jalqabe. Ishiinis akkuma kanaan dura gootuu hirriba ishiitti deebite.

♈️Haala niitii Isaa kan hubate namichi dafee salaata xumuratee du'aa'ii osuma godhatuu gara xumuraatti xiqqoo sagalee ol kaasee👇👇👇
.
.
..
.
.
.
.
.
.
🙏🙏🙏Yaa Rabbii koo haadha manaa tan leeylii na wajjiin salaattu naaf kenni jedhee kadhachuu jalqabe!
Niitittiinis tasa hirriba keessaa kadhaa tana dhageessee
Iyyuu jalqabde= du'aa'ii Isaa gargar kutee dhaqee yoo maal taate jedhee gaafatu.
.
👩‍🎤ISII
➡️🙏🙏Du'aa'iin sa'aatii kanaa akka kallattiin qeebalamtu ni dagattee?
👨‍⚕ISA
➡️Lakki hin daganne sirrittan beeka!

🙋ISII
➡️Marree💜 Bareedaa koo
Naaf kennii dura naaf qajeelchiin hin duursuu???????

🙋‍♂ISA
➡️Sirriidha. Garuu eda naaf qajeelchi jedhee kadhadheen ture. Garuu ati hin jijjiiramne, kanaafan naaf kenniitti darbee kadhadhe!!

💁ISII
▶️Lakki inni eda kadhatteyyuu qeebalamee jira. Arra guyyaa guutuu waa'ee kanan yaadaa oole. Kana booda leeyliin tokkoyyuu akka na hin darbine waadaa galeen ture. Garuu tasa ergan rafee xuriin waan natti dhufeefiin hin ka'ini. Yaadaan sihordofaan jira. Du'aa'iiwwan ati hanga ammaa goote hunda aamiin jechaan ture. Garuu ati boodarra ka na iyyisiisu itti dabalte!!!

🙋‍♂ISA
▶️Tole amma ka si gammachiisun kadhadhaa ati aamiin jedhi jedhee...... Akka Rabbiin waliin umrii isaan ibaadaa irratti dheeressu kadhatanii rafan!!

Jalqabumayyuu qoosaa isinitti himuuf miti qalbii keessan hatee ergaa kana isin biraan gahachiufani!!
Kuni qoosaa miti ergaa fi barumsa guddaa qaba waan ta'eef.
Lakki kolfuun qaba yoo jette xiqqeessii seeqadhu.





@Kennaapost @Kennaapost



T.me/Kennaapost
KENNAA pinned «🌺🌺🌺QOOSAA🌺🌺🌺 🙍‍♂🌹🌹Abbaa manaa🌹🌹. Fi 🤦 ‍♀🌹🌹Haadha manaa turan ↩️Jaarsi halkan hunda ka'ee leeylii salaatee rafa. Jaartiin garuu hirriba guddatti. Yeroo hunda ni kaasa garuu ni diddi!!!!!!!!! ↩️Walumaa galatti hirriba jaalatti…»
♥️🍇JUMU'AA MILKAA'INAA🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.

Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu


Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!

Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️

صلی الله علیه وسلم

😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍

@Kennaapost
t.me/Kennaapost
Guyyaa jabaa!
Hedduun keenya Halkan kabajamaa (Leeylatul-qadrii) malee guyyaa Arafaa hin beeynu. Garuu guyyaan Arafaa guyyaa guddaadha. Mee dubbisaa!

Leeylatul-qadrii fi guyyaa Arafaa jidduu garaagarummaa guddaatu jira. Leeylatul-qadrii keessa Jibriil dabalatee, Malaaikaatu gara dachii bu'a. Garuu guyyaa Arafaa keessa Rabbii guddaatu Arshii isaarraa bu'ee gara Samii addunyaa dhufee, gabroota isaatiin dhaadata. Guyyaan sheeyxaanni akkaan rifatu guyyaa arafaati.

Guyyaa Arafaa jachuun Baatii zulhijjaa guyyaa 9ffaa Yoo tahu guyyaa namoonni Miliyoonaan lakkaawaman Dirree Arafaa dhaabbatee "Labbeeyka allaahumma Labbeeyka" ja'uudha.

Warri biyya jiru ammoo Soomanaan dabarsan. Guyyaa Arafaa soomuun araarama dilii waggaa lamaa namaaf sabachiisa.
Hub: Guyyaan Arafaa Jun 15, 2024 ykn guyyaa boruu ti. Ofiifillee soomanii namallee afeeri. Ani siyaadachiiseera. Atiis Nama biraatiif dabarsi!
Warra guyyaa kana soomanee araarama Rahmaan milkaawu Rabbi nuhaa godhu!



@Kennaapost. @Kennaapost


T.me/Kennaapost
Guyyaa arafaa

1. Ibaadaa godhi guyyaa kee guutuu
2. Zikrii "laa ilaaha illallaahu wahdahu laasharika lahu, lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa ala kuli shey'in qadrii" guddisi
3. Soomani maatii teetis soomansiisi
4. Duaaii akkaaan heddumeeysi. Irra caaltuun duaaii ta guyyaa arafaati. Carraa tee lafa hin balleeysin. Allaah qabda isatti iyyadhu haajaa tee mara.
5. Facebook fii socail midiyaa guyyaa takkaaf irraa soomani.
6. Bakka socail midiyaa quraana fuudhi. Hoggaa lubbuun socail midiyaa feete hunda quraana, zikrii, duaaii, istighfaara malee jalaa didi
7. Sadaqadhu xiqqoo qabdurraa
8. Guyyaan arafaa guyyaa isa keeysa Islaamummaan guuttamte, amantiin filatamaan Rabbi biraa ilmaan namaatiif dhufe tolina isaa wajjiin guuttame, qananii guddoo Rabbiin Islaamummaa tanaan sirratti ole fakkari.
9. Magaalaa fii mana keeysattis takbiirtaa guddisi.





@Kennaapost. @Kennaapost

T.me/Kennaapost
Yaa Allaah kan guyyaa #Arafaatiin nu geeyse dachee arafaa tanas nu dhaabi!


لَبَّيْكَ اللَّهُمَّ لَبَّيْكَ، لَبَّيْكَ لاَ شَرِيكَ لَكَ لَبَّيْكَ، إِنَّ الْحَمْدَ، وَالنِّعْمَةَ، لَكَ وَالْمُلْكَ، لاَ شَرِيكَ لَكَ🤎

Dogoggora keenya xiqqaa fi guddaas irra nuuf darbi, hojii gaarii teenya xiqqoo fi guddoo isiis nurraa jaaladhu. Yaa Allaah gabroottan kee nu taasisi!


لَبَّيْكَ اللَّهُمَّ لَبَّيْكَ، لَبَّيْكَ لاَ شَرِيكَ لَكَ لَبَّيْكَ، إِنَّ الْحَمْدَ، وَالنِّعْمَةَ، لَكَ وَالْمُلْكَ، لاَ شَرِيكَ لَكَ🤎


@Kennaapost. @Kennaapost




T.me/Kennaapost
لَا إِلَهَ إِلَّا اللهُ ، وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ ، وهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ..

‏⁧ #حج1445هـ ⁩ ⁦ #Hajj



@Kennaapost. @Kennaapost




T.me/Kennaapost
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال  كل عام وانت بالف خير

♻️ 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐀𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐢𝐝 𝐀𝐥-𝐀𝐝𝐚𝐡𝐚𝐚 1445 𝐆𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 

𝐀𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐮𝐧 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐓𝐚'𝐮 𝐇𝐚𝐰𝐰𝐢𝐧𝐚𝐚.

♻️ 𝐈𝐢𝐝𝐧𝐢 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐞 𝐊𝐮𝐧

✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑴𝒊𝒍𝒌𝒊𝒊
✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒚𝒊𝒓𝒊𝒊
✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂
✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑫𝒊𝒊𝒏𝒊𝒊
✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑫𝒖𝒏𝒊𝒚𝒂𝒂
✔️ 𝑩𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂𝒅𝒉𝒊𝒏𝒂 𝑸𝒂𝒍𝒃𝒊𝒊
✔️ 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑩𝒖𝒍𝒖𝒖
✔️ 𝑯𝒊𝒓𝒓𝒊𝒃𝒂𝒂 𝑲𝒂'𝒂𝒏𝒊𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
✔️ 𝑴𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑮𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅𝒖𝒖
✔️ 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒍𝒎𝒂 𝑮𝒂'𝒖𝒖
✔️ 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒊𝒓'𝒂𝒕𝒆 𝑮𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖

     𝑲𝒂𝒏 𝑭𝒊𝒅𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒆 𝑺𝒊𝒊𝒇 𝑯𝒂𝒂 𝑻𝒂'𝒖𝒖

♻️ 𝑰𝒊𝒅𝒏𝒊 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑫𝒆𝒆𝒎𝒖𝒖𝒇 𝑲𝒂'𝒆

✔️ 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐢𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐖𝐨𝐥𝐥𝐚𝐚𝐥𝐮𝐦𝐚 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐃𝐡𝐮𝐤𝐤𝐮𝐛𝐚 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐇𝐚𝐧𝐪𝐢𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐆𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐊𝐞𝐞
✔️ 𝐃𝐡𝐢𝐩𝐡𝐢𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞

   𝐊𝐚𝐧 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐅𝐮𝐮𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐦𝐮 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐒𝐢𝐢𝐟 𝐇𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮.

♻️ 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐠𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐮𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐞𝐞𝐧𝐲𝐞𝐞.

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال  كل عام وانت بالف خير

𝐩𝐫𝐞𝐩. 𝐁𝐲: 𝚁𝙰𝙵𝙸𝙸𝚀𝚄𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼



@Kennaapost. @Kennaapost


T.me/Kennaapost