♡ Abduljalil Redwan ♡
1.49K subscribers
296 photos
24 videos
7 files
658 links
👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa....
🙏 @AbduljalilRedwan 🙏
👇 SUBSCRIBE 👇YouTube
https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l
📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤
@Abdulj14 @AbduljBot
Download Telegram
🕌🌴ኢድ ሙባረክ🌴 🕌!!! ተቀበለሏሁ ሚና ወሚንኩም ሷሊሃል አዕማል.🌙ሚነል አይዲን🌙.🌴🕌

Bagaa nagaaya ittiin isin gahe
Warra baranaa khan bara hedduu
Isin Haa godhuu ibaada kee cufa
ISinirraa haa qeebalu

Eid Mubarak🌺

@dubartiimuslimaa
Eid Mubarak to all Muslim brother and sister

@dubartiimuslimaa
" iji tee Rifeensa koo arguu waan
Hin dandeenyef malee ani malaaxa
Miti"

Jedhe malaaxan tokko💀

Yaa nama😩

Namoonni tokko tokko waan
Barbaadan amanuu diidaaf sababa
Hin dhaban ............

Isaaniin walmormuu ittin fufiini

🗣bas yeroo tokko tokkos dhugaas
Ija tiyyarrahi rakkoon ja'ati fayyaa
Keessan eegaa

@dubartiimuslimaa
Gammadaa ta'uun akkamitti
Dadhabnne?

Hawwii sirrii hin taane jala waan
Fiignuuf

Onneen teenya qulqulluu waan hin taaneef

Waan qabnuun ofgahuu waan
Dadhabneef

Waan daa'ima tahuu olluuf

Namoota waan beeyneef

Waan rabbii keenyarra fagaannefis
Dabalateeti

Waan hundaafu abshir

Raɓbiin keenya khan caalu
Qaba🥰

@dubartiimuslimaa
Dubartii yoo dhooyte ati
Dhiiraa mitii😑

Dubartiin yoo dhahmtes ati
Dhiiraa mitii😑

Wow😑

@dubartiimuslimaa
🌹🌹--------🌹🌹

Qur'aana sagaalee olkaastee 
Qara'a innis dhaggeeffata ture..


Qara'a osoo jirtuu yeroo ayaa
Qur'aana kana bira geessuu...

" dubartoota irraa isaan isinitti bareedan lama, sadi yookiin afur fuudhaaYoo wal hin qixxeessinuu sodaattan immoo tokkittii (fuudhaa); yookiin waan (gabrittii) harki keessan horatte (fuudhaa)Haqa dabsuu dhabuuf Kanatu irra dhihoodha. ":

Yeroo khan sagalee ishii xiqqessite.....

Innis seeqe akkan jedheen;-

" ati  naaf tan jalqabas, tan lamaffas, ta sadaffas tan afrafaas sumaa"

@dubartiimuslimaa
" rabbiin yeroo gabricha isaa tokkoof gaarii hawwe arraba isaa nabiyyii Muhammadi irratti salawaata buusu laaffisaaf !" Ibnu maajah (rahimahullah)

فيا ربي صل وسلم على حبيبي وحبيبك محمد وعلى آله وصحبه عدد ما كان وما يكون وما لم يكن وما لا يكون.

وأسألك يا مولاي أن تجمعني به كما وعدتنا بلسانه أنك تجمع المحب مع من أحب.

@dubartiimuslimaa
Yaadachisa:-

Har'a akkuma beekhamu
Isniina ture akkasumas

Guyyaan har'a shawwala
13 dha itti anes 14 fi 15
Itti fufee guyyoota ayyamal
Biidiiti::

Warree soomana shawwala
Soomantan lachuutu niyyatanii
Yoo soomantan lameeniinuu
Ni mindeeffamtan .

Har'a isiniin waan tureef
Warri har'a soomane miinda
Sadii bakkatti argate shawwala,
Ayyamal biidi, guyyaa isiniinas
Warra soomerra ta'a(guyyaa tokkotti ajrii 3👌) argatee

Guyyoota hafan khanas itti
Fufiinsan soomana 14 fi 15
Jechuu kiyya oky rabbiin hojii
Kheyrii cufa nurratti Haa laffisu.

Akkasumas niyyaa teessan barreecha.💞🌹

@dubartiimuslimaa
Namoota nannawa kee jiraniif
Fuula ifaa kenniif (seeqiif)
Sababa Seequu keetiin
Namootaf gammachuun ati
Kennitu deebi'ee gara kee dhufa::

@dubartiimuslimaa
Forwarded from Muslim women(dubartii muslimaa)❤️👌 (Lelistu Abdela Filan)
" dilii hin qabu" jechuun mataan
Isaatu diliidha

Yeroo hunda an sirriidha jechuun
Dadhabina keenyaf bu'uura jalqabaati ;

Yeroo tokko tokkos dogongore
Jechuun an sirridha jecha jedhu
Irra kabajaa namatti godha!

@dubartiimuslimaa
Ay jannata!

Biyyuma akkam haataatu dhiroo!
Badhaasa rabbii tahuu kee yeroon
Yaadu immoo qalbii too si yaada
Garaa koo si hawwaa.💗


Jannata.............
@dubartiimuslimaa
Qalbii waan barbaadu
Ni gaafatti rabbiin immoo

Waan ishiif gaarii isiif deebisa

Rabbiin waan nuuf kheyrii qabu
Cufa nuuf Haa kennu🤲

@dubartiimuslimaa
Forwarded from Muslim women(dubartii muslimaa)❤️👌 (Lelistu Abdela Filan)
እውነተኝት

አላህ እንዲህ ሲል ተናግሯል

" እናንተ ያመናችሁ ሆይ! አላህ ፍሩ
ከእውነትኞቹም ጋር ኹኑ" ( towba119)

".... እውነተኞች ወንዶችና እውነተኞች ሴቶችም...."(azaaba 35)

"......እውነተኞች በኾኑ ኖሮ ለእርሱ የተሻለ
በኾነ ነበር....."(muhammed 21)


- እውነት የመናገር ጠቃሚነት እውነት የመልካም ነገሮች ሁሉ ምክንያት
ነውና.
ከሐሰት መጠንቀቅ ሐሰት የመጥፎ ነገሮች
ምናጭ ነውና .አንድን ባሕሪ የተላበሰ ሰው
በዚያው ባሕሪው ሊጠራ ይገባል.

- ምንዳ ወይም ቅጣት የሰው ልጅ በሚጠራው
መልካም ወይም መጥፎ ተግባር ላይ የተንተራሰ ነው.

ቢንት አብደላ

@dubartiimuslimaa
Forwarded from Muslim women(dubartii muslimaa)❤️👌 (Lelistu Abdela Filan)
Kitchen seenanii meeshaa
Dhiqulle osoo taate warreen
Haadha mana isaanii gargaaran

nageeny fi rahmanni rabbii
Isaan Irraatti Haa roobu::


Haadha mana ofii hojii gargaaruun
Sunnaa nabiiyyi Sallallaahu Aleeyhi
Wasallami malee dhiirumàa nama
Gadi hin buusu::

@dubartiimuslimaa
#haadha

Way haadha tana
Aayyoo na deesse
Anaaf jacha jattee
Rakinni si baase
Halkaniifi guyyaa
Waan ati naaf taate
Maal himen maalin dhiisa
Galata khee yaa umma too
Rabbumaafin dhiisa (2)

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
♡ Abduljalil Redwan ♡ pinned «#haadha Way haadha tana Aayyoo na deesse Anaaf jacha jattee Rakinni si baase Halkaniifi guyyaa Waan ati naaf taate Maal himen maalin dhiisa Galata khee yaa umma too Rabbumaafin dhiisa (2) @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan»
Balbala Namummaa ilma namaa!

Nama namummaa barbaadeetu madaala isaanii malee hin madaalamne. Barakaa diinii fi duniyaatu barsiisa keessaniin malee hin argamne. Iimaana Mu'mintootaatu jaalala keessaniin malee hin guutamne.

Siituu Rabbii kee faarsee Faaruu Rabbii nu barsiise, Karaa keetiin malee Rabbi gabbaruun akka sirrii hin taane dhugaa jirtuutu nu garsiise.

Gaafa Funyoo Ergama Keetii Jalatti walitti qabamnu Humnaa fi Milkaa'inaani guutamne. Gaafa Ergaa tee laaffifnu Walitti garagallee Wal nyaatuu jalqabne.

Osoo nuti waliif jirra jennee Walitti himnuu, Osoo nuti wal qabna jennee dhaadannuu, Osoo Rabbiin «Waliif ni Rahmatan, Diina isaan irratti ammoo ni jabaatan» jedhuu Walirratti duuluun oogummaa fi beekumsa taate.

Yaa Ifaa addunyaa Funyoo Rabbiin biraa gad kaate, Tan ati fiddee walitti nu hiitee, San lakkisuu keenyaatuu nu galaafate.

Jiirkaa jaalalaa Tan qubsumti ishii Mowlaa biraa taate, Tan fedhaa fi ajaja Rahmaaniin haguugamte, Xiiba Warra amanee kan wal jaalatee tan taate, Rahmaanoon arshii gubbaa nuuf haa roobsu.

Namni karaa abbaa Jaalalaa jala deemu Waan dhabe hin qabu, waan obboleessa isaa kan rakkateen gargaaru hin dhabu, kabajaa obboleessa isaa tuquuf onnee fi yeroo itti hin qabu.

Hundi dogongora keenyaa baasee nu saaxila. Guyyaa tokko dirree adiitti nu waxiila. Sodaan Rabbii nu keessaa Dhabamuutu Kana hundaaf Nu cunfa/Xaliila.

Hadaraa Rabbii haa Sodaannuu, Jechaa fi gocha jaalallee Keenyaa, Sayyida aalamaa, Dubbataa Ergaa Rabbii kan Ta'e Nabii keenya( Sallallaahu aleyhi Wasallam) itti haa hojjannuu.

Barakallahu fiikum!
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Channel photo updated
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_842856810
🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Dubartii balleessanii dubartii gaarii nan fuudha jedhu.
Tokko tokko dubartii jaalala waliin jalqabne sana hin fuunuu jedhu. Ishii jaallachaa turte ni fuutaa!
Obboleettiin isaatu boolla inni dubartii biraaf qotu itti seena.

Shamarree tokko balleessuu kee dura kana yaadadhu:
√ Isheen abbaa qabdi, gara fuulduraattis abbaa taata beekhi atis. Sana booda namni tokko intaal kee ni balleessa maalsitti fakkata mee so akkanuma beekhi
Obboleetiin namaas.

√ Akkuma obboleessa ishiin qabdu, atis obboleettii qabda.
√ Gara fuulduraatti abbaa manaa ni qabaatii, ati immoo haadha manaa ni qabaatta.

By the way, haala amma keessa jirru keessatti dhiironni dubartoota balleessan illee itti dabalamuu hin
Barbaadan. Dubartoonni akka manca'an waan hayyaman fakkaata.

Wollahu-l-Mustaan!

@dubartiimuslimaa