Warra Faaxeen Hiriyaa Godhatte🥰
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..!
Karoora kee.
Dadhabina kee.
Kufaatii kee.
Iccitii kee.
Sochii kee kan fuul-duraa.
Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
If you have Telegram, you can view and join
Warra Faaxeen Hiriyaa Godhatte🥰 right away.