Siinqee
Siinqee ulee qal'oo sorooroo muka harooressaarraa muranii tolchan, kan dubartiin heerumte qabattuun ibsama. Mukti harooressaa qaqal’aafi sorooroo wanta qabuufi kan laayyootti hincabne waan ta’eef filatama. Kanarraayi siinqee moggaafanne!
T.me/siinqee
If you have Telegram, you can view and join
Siinqee right away.