Turullee Dhugatu Mo'ata
10.9K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Kaayoon_isaanii milkaahuu dhabe malee hawwiin isaanii #fagoo_ture.
Kaayyoo #Aatseewwanii #dhugoomsuuf dhama'aa jiruu (biyya takka, #amantaa #takka sunis #Ortodoksii isa jedhu).

#አላማቸው_ባይሳካም ነገር ግን ምኞታቸው #ሩቅ_ነበር
#የአጼዎችን (አንድ ሀገር  #አንድ_ሃይማኖት ይህችም #ኦርቶዶክስ ናት) የሚባለውን አላማውን #እውን ለማድረግ #እየጣሩ ነው።

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Shaashamannee
#Halqaa_Ilmii_sheek_Habiib.

#Godina_Arsii_Lixaa, Magaalaa #Shaashamanneetti, #Guyyaa 23/05/2024 or 15/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, barattootaa Diin Halqaa Shek #Habiib_Leencaatiif salaata Zuhrii booda hanga Asraatti ture kennuun, haala bareedan xumuruun gallee jirraa, Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Wolta'ii

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Gadab #Asaasaatti, #Guyyaa 24/05/2024 or 16/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, salaata Juma'aa booda hanga Asraatti kennamaa ture haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah