Sii Fuunduraa maaltuu jira?
36 subscribers
10 photos
1 video
4 files
39 links
Download Telegram
Forwarded from Qoosa
Namni dubbisu hundi hayyuu ta’uu baatus, hayyuun hundi garuu nama dubbisudha.
Ijaarsa qaamaaf nyaanni akkuma barbaachisu, sammuun ilma namaa immoo ijaarramee guddachuuf barnoota sirrii barbaada. Barnoonni immoo barachuu, dubbisuufi qorachuun argama. Biyyi takka guddattee siyaasaan, dinagdeefi birmadummaa ishee eeggattee jiraachuuf lammiileen ishee sammuudhaan guddachuu qabu. Sammuun namaa kan guddatu immoo inni tokko dubbisuudhaan.
Addunyaa kana irratti warra dubbisee, baratee, qorateefi qo’atee beekumsa sirriin fagaatetu seenaa dalaga. Seenaan namoota gurguddaa kanneenii immoo barreeffamee dhaloonni dhufu dubbisa. Irraa baratees, jijjiirama yaadaa, beekumsaa, ofitti amanamummaa, ogummaafi dandeettii sammuu ofii gabbifata. Sammuun yoo gabbate, biyya gabbisa. Sammuun deegaa taanaan biyya gabbatuu, qabeenya uumamaan badhaate keessa taa’anii, biyya qabeenya uumamaan deegduu garuu sammuun gabbatte kadhachuun waan hin oolledha.
Biyya kan gabbisu sammuu hayyootaati.
Namni dubbisu hundi hayyuu ta’uu baatus, hayyuun garuu nama dubbisudha.

@Walmalee
@Walmalee
Sii Fuunduraa maaltuu jira?
https://t.me/wwwSol
Forwarded from The Growth - Channel (Sãbæif Chælã©)
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚

1 👉Kan gammachuun hin fayyisne, qorsi fayyisuu hin danda'u... Gabiri'eel Gaarshiyaa Maarkuweez
2 👉 Diina keessoo yoo hin qabaatin, diinonni alaa homaa si miidhuu hin danda'aan...Wiinisten Charchil
3 👉 Amma dhugaan hubadhe, du'i salphaa akka ta'eefi jiraachuun akka cimuudha...Gaayil Foormaan
4 👉 Namni beekaan diinota isaa jaallachuu qofa utuu hin taane michoota isaa jibbuus ni danda'a... Fireedirik N
5 👉 Barsiisaan maaliidhaa? Sittan himagaa: Inni nama wanta tokko barsiisu miti, garuu nama barattoota akka isaan wanta kana dura beekan argataniif kakaasuudha... Paawuloo Koohilho( The Witch of Portobello)
6 👉 Daa'imni tokko waa sadii ga'eessota barsiisuu dandeessi: Sababa tokko malee gammaduu, yeroo hundaa waa tokkoon of kurkursuu( 'busy' of gochuu) fi akkamitti waan barbaadnu tokko humna qabnu hundaan argachuuf akka hawwinu... Paawuloo Koohilho
7 👉Wanta ati waa'eesaa yaaddu hamma Sammuu keetii murteessa... Marcus Aurelius
8 👉Iccitiin milkaa'inaa kaayyoo irratti cichuudha(constancy)...
Beenjaamin Disiraa'el
9 👉 Abaaboowwan mara ciruu dandeessa, akka arfaasaan hin dhufne dhorkuu hin dandeessu. Paabiloo Neerudaa
10 👉 Aarii keef adabamuu baattus, aariima kee sanaan adabamta... Budihaa
11 👉 Dubbachuun dura itti yaadi. Yaaduun dura dubbisi!.. Firaan Leeboowiz
12 👉 Namoonni du'an kanneen jiraatan irra abaaboowwan hedduu fudhatu, sababni isaa gaabbiin galata(gratitude) irra cimaadha ijaa ta'eef... Aanni Firaanki
13 👉 Akka bishaanii tahuun barbaada. Quboota irraa gadi mucucaachuun barbaada, garuu doonii asii olan kaasa...Miisheel Wiiliyaamsi
14 👉Gammachuu ofii keetiif itti gaafatamummaa fudhu, Tasa harka namoota biroo keessa hin galchin...Rooyi T. Beenneti
15👉 Sammuu kaleessa yaadduun, murtoo Kan guyyaa har'aa gochuu hin dandeessu... C Nizingihaa Ismiizi
16 👉Yaadakoo hatuun isaanii nan dhibu, Kan ofii isaanii homaallee qabaachuu dhabuutu na dhiba...Niikolaa Teslaa

Barreeffamoota mata-duree adda addaa irratti qophaa'an argachuuf Channel
👇👇👇👇
@FayoFaye👈
@FayoFaye👈
@FayoFaye👈 JOIN godhaa!
Gafii cimaa namnii tokkoo nama ta'uu issaatiif maliin madalamaa? 👉👉👉👉👉👉👉
Debiin issa ilaalchaa issatiin. Yoo jettaan galaatoomaa. Kaanfii, kitaabnii siif galeeraa jedhuu irrattii namanii waanumaa nyaatuu fakataa jedhaa. Dhugaadha wanuumaa keessa kee jiruu gubbaattii mulistaa waan ta'eef.
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
☝️☝️☝️☝️❤❤🌼🌼☝️☝️☝️👍
Namoonni Appiin cashzine isiiniif gadi bu'uu didde as irra bufachuu ni dandeessu,
code isa immo kana 👉 21121631
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Coin 8000 argachuuf kana galacha👇📲👇
21121631
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Wow kun immo appii haaraadha kan guyyaatti qarshii 500 ol irra argachuu dandeessan as tuqa bufadha haala itti fayyadama isa video isiniif qopheessan jira 👍❤❤💋📲📱💶💶
coming soon 👇👇👇
https://www.gamee.com/get/i2cedf8e