Forwarded from Knowledge and business group(Abdisa Assefa) via @like
Barnoota kompiteraa hangaa danda'amee
akka irraa barattan abdiin qaba itti dhiyaadha
F1_ Help
F2_ Edit
F3_ Paste name
F4_ Repeat last action
F4_ While
F5_ Go-to
F6_ Next pane
F7_ Spell check
F8_ Extend mode
F9_ Recalculate all workbooks
F10_ Activate menubar
F11_ New chart
F12_ Save As
Ctrl+A_ Sellect all
Ctrl+B_ Bold
Ctrl+C_ Copy
Ctrl+D_ Fill down
Ctrl+F_ Find
Ctrl+G_ Goto
Ctrl+H_ Replace
Ctrl+I_ Italic
Ctrl+K_ Insert hyperlink
Ctrl+O_ Open
Ctrl+P_ Print
Ctrl+R_ Fill Right
Ctrl+S_ Save
Ctrl+U_ Underline
Ctrl+V_ Paste
Ctrl+W_ Close
Ctrl+X_Cut
Ctrl+Y_ Repeat
Ctrl+Z_ Undo
Ctrl+N_ New word book
Shift+F1_ What's this?
Shift+F2_ Edit cell comment
Shift+F3_ Paste function in to formula
Shift+F4_Find next
Shift+F5_ Find
Shift+F6_ Previous pane
Shift+F8_ Add to sellection
Shift+F9_ Calculate active worksheet
Shift+F10_ Display shortcut menu
Shift+F11_ New worksheet
Shift+F12_ Save
Ctrl+F3_ Define name
Ctrl+F4_ Close
Ctrl+F5_ XL, restore window size
Ctrl+F6_ Next work book window
Ctrl+F12_ File open
Alt+F2_ Save As
Alt+F4_ Exit
Alt+F11_ Visual basic editor
Ctrl+Shift^_ Exponential format
Ctrl+Shift+&_ Place out line border arrond
Sellection cells
Ctrl+Shift+_ . Remove
Ctrl++_ Insert
Ctrl+-_ Delete
Ctrl+Shift+F3_ Create name by using names Of row column labels
Ctrl+Shift+F6_ Previous window
Ctrl+Shift+F12_ Print
Alt+shift+F1_ New worksheet
Alt+= _ Autosum
Ctrl+'_ Toggle value/formula display
Ctrl+Shift+A_ Insert argument names into formula
Alt+down arrow_ Display auto complete list
Ctrl+F7_ Move window
Ctrl+F8_ Resize window
Ctrl+F9_ Minimize window
Ctrl+F10_ Maximize or restore window
Ctrl+F11_ Inset 4.0 macro sheet
Waan duubbistaniif
๐๐๐๐๐๐๐
๐GALATOOMA๐
๐๐๐๐๐๐๐
Channela @source_of_knowladge
@source_of_knowladge
๐๐๐๐
๐JOIN๐ gochuu fi hiriyyaa keessanif qoodu hin dagatiina
๐Yaada fi qeeqa qabdanillee karaa @aman_royal na qunnama

Forwarded from Wanofi page (Boonii too)
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ @ @wanofi_page
@ @wanofi_page
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Harra barnoota baayyee bareedduu sinii qabadhee dhiyyaadheeraa barnoota irraa barachuu dandeenyu irra caalaa shammaraniif faayidaa guddaa qaba
๐ฉโ๐ป DHIIRRI SII JAALLADHA SIIN JEDHEE GARUU GARAASAARRAA AKKA SIN JAALLANNE KARAA ITTIIN BEEKUU DANDEENYU
โ๏ธ Akkuma beekamu dubara hamam jaallatamtuu,soorettii,bareedduu,dhiirri siif jilbeeffatu taatullee. Akkasuma siif jaalala dhugaa siif kennuu kan hin dandeenye si mudachuu danda'a. Haa ta'u malee Faallaasaa immoo ati jaallattee isa hordofuu danddeessa ta'a.
โ๏ธ๐บ๐ฐ๐ฝ๐ฐ๐ฐ๐ต ๐ณ๐ท๐ธ๐ธ๐ ๐ ๐ธ ๐ ๐พ๐บ๐บ๐พ ๐ ๐พ๐พ๐ฝ ๐ ๐ธ ๐ท๐ธ๐ฝ ๐ฑ๐ฐ๐ ๐ฑ๐ฑ๐ฐ๐ฐ๐ฝ๐ฝ๐ด ๐ถ๐พ๐ฒ๐ท๐ฐ๐ฐ ๐ฐ๐บ๐บ๐ฐ๐ผ๐ธ๐ธ ๐ผ๐ ๐ป๐ธ๐ ๐ฐ๐ฐ
1. yeroo si waliin taa'u salphaatti yaannisaa gar babbaddi ,
Yeroon jedhu ykn lafa,waaqa,bakka biraa ilaala,silkii amma amma xuxxuqa,nama hedduu nagaa gaafata ykn ammoo bilbila al 10 si bukkee ka'ee haasa'a.kanaaf yeroo akka siif hin kennine hubachuu dandeenya jechuudha
2. Karoora si waliin hin qabu
Yeroon jedhu waan ofii hojjetu ykn fayyadamu keessa sii galchuu hin barbaadu. yeroon kana jedhu fknf yeroo bakka tokko deemee bashananuf jedhu, gara fuula duraa konkolaataa bituu,mana bituu,fi kkf. Of keessaa qabaatee waa'ee gaa'ila keessan booddee kan hin yaanne yoo ta'e salphaatti baruu dandeenya
3. Hiriyyoota,maatii isaa waliin wal si hin barsiisu yoo ta'e
Yeroon kana jedhu hiriyyaa isaa waliin si barsiisuuf fedha yoon qabaanne jaalallee isaa isa dhugaa waan ta'uufii hin dandeenyeefi ykn bukkeen jaalallee biraa qabaachuusaallee argisiisa
4. ITTI FUFA
Maaloo page kan join gochuun nu hordofaa @wanofi_page
@wanofi_page
@wanofi_page
Join gochuun nu hordofaa #shere gochuu hin dagatiin
Admin by @boonii_too โคโคโคโค

HAQA AJAA'IBAA
โ Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabiin du'aa(death penality) akka hafu labsite biyya venzuweelaa jedhamti.
โ Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf istaampii poostaa eegalte biyya biritaaniyaa dha.Maqaan istaampichaas("PENNY BLACK") jedhama.
โ Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf VAT (value added tax) eegalte biyya faransaayi.
โ Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirna dimookraatawaa eegalte biyya giriiki.
โ Biyyoota afrikaa keessaa biyyi uummanni ishii hundi afaan tokko dubbatu somaaliyaa qofa.innis afaan somaalii dubbatu.
โ Namni furdaan addunyaa kanaa lammii USA JON BROWER yoo ta'u 635kg ulfaata.
โ Akka addunyaatti kitaabni umurii dheeraa qabu ETRUSCAN GOLD BOOK jedhama.Umurii waggaa 2673 qaba.Biyya bulgaariyaatti argama.Kitaabichi warqeerraa hojjetame.
โ FAZAH dhalataa biyya laabeeriyaati afaanota 58 dubbachuu fi dubbisuu danda'a.
โ Mucaan yeroo dhalatu halluun dursee adda baasu halluu diimaa dha.Dhalatee halluu adda baasuu kan eegalu torbee 2 booda.
โ Lubbu qabeeyyii lafarra jiran keessaa gogaa furdaa kan qabu roobii dha.Gogaansaa 3.5cm furdata.
โ Lubbu qabeeyyii lafarra jiraatan keessaa sagalee guddaa kan qabu BLUE WHALE jedhama.Sagaleen isaa fageenya kiloomeetira 1610 irratti dhageessisa.
โ Mirga hunda nama dhabsiisuun mirga finciluu namaaf mirkansuudha (Thomas Paine)
โ Worri gaafii karaa nagaa ukkaamsan warraaqsa jeequmsaatti ummata geessan.(John F.Kennedy)
โ Warraqaa ajjeesuun ni dandaโama; warraaqsa ajjeesuun tasa hin dandaโamu.(Fred Hampton)
โTooftaan abbootii-irree moofaan namoota muraasatti dhimma bayuudhaan ummata ukkaamsuudha. (Thomas Jefferson)
โ Umanni hacuucame mootummaa hacuucu kuffisee isa naaf taโa jedhuu dhaabachuuf haqa warraaqsa gegeessuu qaba. (Abraham Lincoln)
โ Warraaqsi hundi gara jalqabaatti waan hin yaadamne/hindandaโamne fakkaata. Takka eegallaan waan dhaabamu ykn tooโatamuu miti. (Bill Ayers)
โ Karaan tokkichi waan addaa ykn waan cimaa ittiin hojjachuu dandeeysu waan hojjattu jaallachuudhaan. Waan jaallattu hanga aammaatti bira hingeenne, wolitti hinbaane yoo taโe barbaaduu itti fufi,tasa hin taaโin.(Steve Jobs)
โ Dadhabbii ykn hujiin alatti, wonti margu tokko hinjiru aramaa malee.(Gordon B Hinckley)
โ Abjuun keenya hunduu dhugaatti nijijjiirama; yoo ariโuu ykn bira gahuuf onnee ykn gootummaa qabaanne.(Walt Disney)
โ Harโa eenyuun akka taane ufbeekna. Wonti nuti hinbeekne boru eenyuun akka taโuu malluudha. (William Shakespeare)
โ Yeroo hunda diina keetiif dhiifama godhi. Wanti akkas isaan aarsu tokko hinjiru waan taโeef. (Oscar Wilde)
โ Yoo abbaan-irrummaa sabate, worraaqsi ummataa dhugaa argate. (Victor Hugo)
โ Namoonni kutatan addunyaa hin jijjiiran jettee hin yaadin. Hanga harโaattis kan taโaa ture kanumaa. (Margaret Mead)
โ Murannoon milkaayuuf qaban cimaa taanaan, kufaatiin tasa namarra hin injifattu.
(Og mandino)
waan dubbistanif galatooma
kan isinitti tolee like tuqaa

Forwarded from The Growth - Channel (Sรฃbรฆif Chรฆlรฃยฉ)
Seenaa Qabsaa'ota Oromoo fi Wareegama.pdf
17.5 MB
Forwarded from Qoosa
Namni dubbisu hundi hayyuu taโuu baatus, hayyuun hundi garuu nama dubbisudha.
Ijaarsa qaamaaf nyaanni akkuma barbaachisu, sammuun ilma namaa immoo ijaarramee guddachuuf barnoota sirrii barbaada. Barnoonni immoo barachuu, dubbisuufi qorachuun argama. Biyyi takka guddattee siyaasaan, dinagdeefi birmadummaa ishee eeggattee jiraachuuf lammiileen ishee sammuudhaan guddachuu qabu. Sammuun namaa kan guddatu immoo inni tokko dubbisuudhaan.
Addunyaa kana irratti warra dubbisee, baratee, qorateefi qoโatee beekumsa sirriin fagaatetu seenaa dalaga. Seenaan namoota gurguddaa kanneenii immoo barreeffamee dhaloonni dhufu dubbisa. Irraa baratees, jijjiirama yaadaa, beekumsaa, ofitti amanamummaa, ogummaafi dandeettii sammuu ofii gabbifata. Sammuun yoo gabbate, biyya gabbisa. Sammuun deegaa taanaan biyya gabbatuu, qabeenya uumamaan badhaate keessa taaโanii, biyya qabeenya uumamaan deegduu garuu sammuun gabbatte kadhachuun waan hin oolledha.
Biyya kan gabbisu sammuu hayyootaati.
Namni dubbisu hundi hayyuu taโuu baatus, hayyuun garuu nama dubbisudha.
@Walmalee

๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐
1 ๐Kan gammachuun hin fayyisne, qorsi fayyisuu hin danda'u... Gabiri'eel Gaarshiyaa Maarkuweez
2 ๐ Diina keessoo yoo hin qabaatin, diinonni alaa homaa si miidhuu hin danda'aan...Wiinisten Charchil
3 ๐ Amma dhugaan hubadhe, du'i salphaa akka ta'eefi jiraachuun akka cimuudha...Gaayil Foormaan
4 ๐ Namni beekaan diinota isaa jaallachuu qofa utuu hin taane michoota isaa jibbuus ni danda'a... Fireedirik N
5 ๐ Barsiisaan maaliidhaa? Sittan himagaa: Inni nama wanta tokko barsiisu miti, garuu nama barattoota akka isaan wanta kana dura beekan argataniif kakaasuudha... Paawuloo Koohilho( The Witch of Portobello)
6 ๐ Daa'imni tokko waa sadii ga'eessota barsiisuu dandeessi: Sababa tokko malee gammaduu, yeroo hundaa waa tokkoon of kurkursuu( 'busy' of gochuu) fi akkamitti waan barbaadnu tokko humna qabnu hundaan argachuuf akka hawwinu... Paawuloo Koohilho
7 ๐Wanta ati waa'eesaa yaaddu hamma Sammuu keetii murteessa... Marcus Aurelius
8 ๐Iccitiin milkaa'inaa kaayyoo irratti cichuudha(constancy)...
Beenjaamin Disiraa'el
9 ๐ Abaaboowwan mara ciruu dandeessa, akka arfaasaan hin dhufne dhorkuu hin dandeessu. Paabiloo Neerudaa
10 ๐ Aarii keef adabamuu baattus, aariima kee sanaan adabamta... Budihaa
11 ๐ Dubbachuun dura itti yaadi. Yaaduun dura dubbisi!.. Firaan Leeboowiz
12 ๐ Namoonni du'an kanneen jiraatan irra abaaboowwan hedduu fudhatu, sababni isaa gaabbiin galata(gratitude) irra cimaadha ijaa ta'eef... Aanni Firaanki
13 ๐ Akka bishaanii tahuun barbaada. Quboota irraa gadi mucucaachuun barbaada, garuu doonii asii olan kaasa...Miisheel Wiiliyaamsi
14 ๐Gammachuu ofii keetiif itti gaafatamummaa fudhu, Tasa harka namoota biroo keessa hin galchin...Rooyi T. Beenneti
15๐ Sammuu kaleessa yaadduun, murtoo Kan guyyaa har'aa gochuu hin dandeessu... C Nizingihaa Ismiizi
16 ๐Yaadakoo hatuun isaanii nan dhibu, Kan ofii isaanii homaallee qabaachuu dhabuutu na dhiba...Niikolaa Teslaa
Barreeffamoota mata-duree adda addaa irratti qophaa'an argachuuf Channel
๐๐๐๐
@FayoFaye๐
@FayoFaye๐
@FayoFaye๐ JOIN godhaa!

Gafii cimaa namnii tokkoo nama ta'uu issaatiif maliin madalamaa? ๐๐๐๐๐๐๐
Debiin issa ilaalchaa issatiin. Yoo jettaan galaatoomaa. Kaanfii, kitaabnii siif galeeraa jedhuu irrattii namanii waanumaa nyaatuu fakataa jedhaa. Dhugaadha wanuumaa keessa kee jiruu gubbaattii mulistaa waan ta'eef.

Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)

โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโคโค๐ผ๐ผโ๏ธโ๏ธโ๏ธ๐
Namoonni Appiin cashzine isiiniif gadi bu'uu didde as irra bufachuu ni dandeessu,
code isa immo kana ๐ 21121631
Namoonni Appiin cashzine isiiniif gadi bu'uu didde as irra bufachuu ni dandeessu,
code isa immo kana ๐ 21121631
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
cashzine-buzz-interact-get-reward-daily_3.79.apk
11.8 MB
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Coin 8000 argachuuf kana galacha๐๐ฒ๐
21121631