Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️
113 subscribers
3 photos
4 videos
16 links
This channel is for Website developer tutorials like HTML, CSS, Media query, Bootstraps and Javascript... etc. and get tips on how to succeed in technology.
Download Telegram
Hi, my family how are you doing today
1
If Allah says we will come soon with good things
👍3
Channel name was changed to «Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️»
🔊 Waan si fayyaduu, Hunda dubbisi

🔹As Wr Wb barattoota keenya akkami nagaya qabdanii? Warri kutaa 12ffaa dabartan baga gammaddan, Ammoo warri xiqqo jalaa irrattees humaa miti kutaa 12ffaa kufte jechuun ati jireenya keeysatti kufte jechuu miti, ati may be barnootaan osoo hin taane ati nama dalagaadhaan jireenya isaa firraa jijjiiru tahuu dandeeysa.

🔹Ati jireenya keeysatti ni kufte yeroon ja'amu yeroo ati abdii murattee harka marattee ani faayidaa hin qabu jattee teeyse qofa. Yeroo ammaan tanaa carraa hedduutu jira, Online irraa waan adda addaa barattee dandeeytii horattee hojjechuu ni dandeeysa.


♦️ Hojii Online kanneen akka:
Website Development
App Development
Video Editing
Graphic Design and etc.

📢 Aniis kana👆👆👆keeysaa "Website Development" isinii qabadhee dhufe

🔹Website Development: namni isa barate website gara garaa hojjechuu dandaya, namaaf hojjechuudhaan galii argachuu dandeeysa, mataa keetiifiis online shopping fi kkf faa hojjachuu dandeeysa. barumsa kana barachuudhaaf maallaqa yoo xiqqaate 1000birr/month baafta, garuu An bilaashitti obboleeyyan kiyya kana waaniin beeku niin barsiisa ja'eetiin qophaawee isin Eegaa jira.

🔻Obboleeyyan keeysan kan biraatiis warri barachuu barbaadan waan jiraniif, akka irraa fayyadamaniif share godhaaf

🔅Barachuudhaafii waan biraatiis baruuf Link asii gadii 👇👇👇 kana xuqaa join godhaa
https://t.me/web_tech1

Share share🙏🙏🙏
ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝
👍2
Computer (laptop/pc)
moo bilbila qabdan filadhaa
Anonymous Poll
28%
Laptop'n qaba
60%
bilbilaan qaba
12%
Lachuutuu niin qaba
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️ pinned «Computer (laptop/pc)
moo bilbila qabdan filadhaa
»
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️
Computer (laptop/pc)
moo bilbila qabdan filadhaa
🔻 Yeroo dhuftan filannoo kana filadhaa akkaan addaan baruuf

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝
🤝2👍1
»» Barumsa torbaan as deemu keeysa ni Eegalla waan taheef joolleen biraatiis akkaniif irraa fayyadamaniif share godhaafi.
»» Group gara garaa keeysatti share godhaa

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝
👍2
♻️ Website Development jechuun maalii
»»Jecha kana👆👆 hubachuuf, wantoota kana 3'n hubachuu si barbaachisa:
»Full-stack development maali?
»Front-end development maali?
»Back-end development maali?
♦️Website Development jechuun website akka itti ijaaran jechuudha.
fkn: google chrome yoo fudhanne:
➡️ website'n isaa guutuun »Full-stack jedhama.
➡️fuulli duraa kan yeroo google bante sitti mullatu »Front-end jedhama.
➡️yeroo search bar irratti waan barbaaddu barreeysitee, gara fuula itti aanutti ykn waan barbaaddu san siif fide »Back-end jedhama.

▶️Full-stack : waan lama(2) of keeysaa qaba:
Front-end
Back-end
Front-end
🔹Language (afaanoota) isa keeysatti baratamu:
* HTML
* CSS
* Media query
* Bootstraps fi
* JavaScript
* JavaScript Frameworks (React, Angular, Vue.js)
* Git fi Github (version control) namootaan wal qunnamuudhaaf

🔅Barachuudhaaf ji'a 3 namatti ni fudhata.

Back-end
🔹Language (afaanoota) isa keeysatti baratamu:
*  Node.js (JavaScript wajjiin)
      *  Python (Django, Flask)
      *  Java (Spring Boot)
      *  PHP (Laravel, Symfony)
*  NoSQL Databases (MongoDB, Cassandra)

🔅Barachuudhaaf ji'a 3 namatti ni fudhata.

🔻Namni tokko Full-stack baratee xumuruuf gara ji'a 6 hanga 7 itti fudhata.
⚠️walumaa galatti yeroon namni tokko itti Full-stack baratee itti xumuru nama sanirrattiis ni murtaawa, yoo nama dafee waa hubatee barachuu dandayu tahe ji'a 6 bira hin kutu.

📢Yeroo hundaahuu wanti ati beekuu qabdu jireenya kana keeysatti wanti osoo hin laffaane dhufu akka hin jirreedha.

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝
👍41
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️ pinned «♻️ Website Development jechuun maalii »»Jecha kana👆👆 hubachuuf, wantoota kana 3'n hubachuu si barbaachisa: »Full-stack development maali? »Front-end development maali? »Back-end…»
💤Wanti hundinuu xiqqoo irraa kaatee guddachaa deemti.💯

📢Nama hedduuf share godhaa isaaniis barumsa Eegalamuuf deemu kana haa baratanii

Join godhaa irraa baradhaa 👇👇 @web_tech1

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa
Join godhaa 👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝
3🔥1
🔊MARSAA-1
🌀 Gosoota course nuti barsiifnu
🔹Course-1
🔻 Warra Bilbila qofa qabuuf
Basic computer skill
HTML
CSS
🔻Warra Pc/Laptop qabuuf
Basic computer skill HTML CSS Media Query
Bootstrap

🔹Course-2
🔻 Warra Bilbila qofa qabuu
C++
🔻Warra Pc/Laptop qabuuf C++

🔴Course kana barachuuf Foormii asii gadii kana guuti
1. Lakkoofsa bilbilaa kee barreessi
2.Maqaa kee guutuu barreessi
3.University/High School/Collage barreessi
4. *Bilbila qofa yoo qabaatte
»Bilbila jedhi barreessi
*Pc/Laptop yoo qabaatte
»Pc/Laptop jedhi barreessi
5.Barumsa kana maaliif akka barachuu barbaadde yoo xiqqaate line/masmara 3 barreessi (by any language)
6.gosa course barachuu barbaaddee barreessi(1 or 2)

🔔Foormii kana yeroo barreeysitee xumurte link asii gadii 👇👇👇 kana irratti ergi
https://t.me/web_tech91
https://t.me/web_tech91

🔅Barachuudhaaf Link asii gadii 👇👇👇 kana xuqaa join godhaa

https://t.me/web_tech1
https://t.me/web_tech1

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa
Join godha 👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝

Yoo commentii qabaatte 👇👇👇
4👍1
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️ pinned «🔊MARSAA-1 🌀 Gosoota course nuti barsiifnu 🔹Course-1 🔻 Warra Bilbila qofa qabuuf Basic computer skill HTML CSS 🔻Warra Pc/Laptop qabuuf Basic computer skill …»
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️
🔊MARSAA-1 🌀 Gosoota course nuti barsiifnu 🔹Course-1 🔻 Warra Bilbila qofa qabuuf Basic computer skill HTML CSS 🔻Warra Pc/Laptop qabuuf Basic computer skill …
📍Don't miss this opportunity 🥁

🔔Foormii kana👆👆👆 yeroo barreeysitee xumurte link asii gadii 👇👇👇 kana irratti ergi

https://t.me/web_tech91

https://t.me/web_tech91

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa
Join godha 👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝

Yoo commentii qabaatte 👇👇👇
3👍1
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️ pinned «📍Don't miss this opportunity 🥁 🔔Foormii kana👆👆👆 yeroo barreeysitee xumurte link asii gadii 👇👇👇 kana irratti ergi https://t.me/web_tech91 https://t.me/web_tech91 Share share🙏🙏🙏 Waliif godhaa Join godha 👇👇👇 ╔═══════════╗ ♨️ ♦️@web_tech1 …»
📍Only 6 days left 💻💻💻
⚠️ Don't miss this opportunity

🔴Course kana barachuuf Foormii asii gadii kana guuti
1. Lakkoofsa bilbilaa kee barreessi
2.Maqaa kee guutuu.
barreessi
3. University/High School/Collage barreessi
4. *Bilbila qofa yoo qabaatte
»Bilbila jedhi barreessi
*Pc/ laptop yoo qabaatte
»Pc/Laptop jedhi barreessi
5.Barumsa kana maaliif akka barachuu barbaadde yoo xiqqaate line/masmara 3 barreessi (by any language)
6.gosa course barachuu barbaaddee barreessi(1 or 2)

🔔Foormii kana akkuma text barreeysita, yeroo barreeysitee xumurte link asii gadii 👇👇👇 kana irratti ergi


https://t.me/web_tech91

https://t.me/web_tech91

https://t.me/web_tech91



Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa
Join godha 👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝

Yoo commentii qabaatte 👇👇👇
4👍1
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️ pinned «📍Only 6 days left 💻💻💻 ⚠️ Don't miss this opportunity 🔴Course kana barachuuf Foormii asii gadii kana guuti 1. Lakkoofsa bilbilaa kee barreessi 2.Maqaa kee guutuu. barreessi 3. University/High School/Collage barreessi 4. *Bilbila…»
Web Tech~በነፃ(bilisaan)‼️
📍Only 6 days left 💻💻💻 ⚠️ Don't miss this opportunity 🔴Course kana barachuuf Foormii asii gadii kana guuti 1. Lakkoofsa bilbilaa kee barreessi 2.Maqaa kee guutuu. barreessi 3. University/High School/Collage barreessi 4. *Bilbila…
🔊 My brothers and sisters don't forget to fill the form

🔔Foormii kana👆👆👆 yeroo barreeysitee xumurte link asii gadii 👇👇👇 kana irratti ergi


https://t.me/web_tech91

https://t.me/web_tech91

https://t.me/web_tech91

Share share🙏🙏🙏
Waliif godhaa
Join godha 👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1  ♨️
♨️ ♦️@web_tech1 ♨️
╚═══════════╝

Yoo commentii qabaatte 👇👇👇