Wabii Sanyii
6.5K subscribers
882 photos
26 videos
56 files
969 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Dhaabbata Ubuntu school of life
Pirofeesarummaa Iwunatuu Haayiluu hundeefamee Leenjii yeroo gabaabaa matadureewwaan armaan gadii irratti ogeessota muuxannoo amansiisaa fi ogummaa guguddaa qabaniin qophaa'eera isiin eegaa jirra.

Pirofeesarummaa Iwunatuu Haayiluu
Muuxannoo #jireenya hojjataa humnaa guyyaa fi #Waardiyyaa Irraa  barsiisaa, qorataa, leenjisaa fi gorsaa dhalootatti karaa agarsiisu hangaa  Haayiluu (PhD)  nama gahanii dha.

“Namni kaleessa waardiyyaa waajjira gandaa ture sun amma barsiisaa, qorataa fi nama dhalootatti karaa agarsiisu ta’eera.

#Galmeen
Qamaan Finfinneeti
Bilbilaan ykn Imeelii jalatti ibsameen ni danda'ama
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Naannoo jiraannu keessa namoota gosa sadiitu argama:

1. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an gonkumaa hin amanne.

° Isaanis namoota jireenyi gaariin jira jedhanii hin amanne (comfortable zone) keessatti kufanii kan argamanidha.

2. Namoota qalbiin isaanii gar-tokkeen milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amananidha.

3. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amantii guutuu qabanidha.

➡️ Ati sadan keessaa kam keessatti argamtaa?
FURTUU MILKAA'INAA
     (Keys to Success)
┄┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
Namni kamiyyuu Jireenya milkaa'aa, karaa milkaa'aa fi Gabaa milkaa'aa Keessa jiraachuu akka barbaadu waan irratti mari'atamu miti.

Milkaa'inaaf sababni:- haala jireenya maatii kee, haala biyya keetii fi iddoo jireenya keetii utuu hin ta'in,
✔️ Karoora,
✔️ Sagantaa,
✔️ yaadaa fi
✔️ Ilaalcha mataa keetiif qabdu irratti hundaa'a.

🔑 Furtuun Milkaa'inaa Dandeettii fi Humna qabduun haala kamiyyuu keessatti of jijjiiruuf kutannoo jijjiiramaaf ati gochuu qabduu dha.

Mee har'aaf Wantoota 4 milkaa'inaaf barbaachisoo ta'an haa ilaallu:

1️⃣ Wanta barbaadduu fi eessa akka adeemtu murteessi!
—(Decide what you want and where you want to go)

2️⃣ Galma xumuuraa qopheessi! Galmicha gahuuf karoorsi!
—(Set a deadline and make plan to get there)

3️⃣ Karoora kee irratti hojjadhu! guyyaa guyyaadhaan kallattii galmichaatti imali!
—(Take action on your plan; do something every day to move toward to your goal)

4️⃣ Hanga milkaa'inaatti Gonkumaa:
👉 hin dhaabatin!
👉 hin laafin !!
👉 Mogoleen si in bu'in!
👉 harka hin kennin!
—(Until Succed, you will never give up )


https://www.facebook.com/100070669717820/posts/368658478833140/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
❍ Qabeenyi addunyaa kanaa inni guddaan #Sammuu/Mind dha.

❍ Eenyuu keenyatu akka ta'utti itti fayyadamaa jira laata...?

"Train your mind to see what’s right. Positivity is a choice. The peace and happiness of your life heavily depends on the quality of your thoughts today."

Namonni leenjii #PersonalDevelopment barbaadan keessan na dubbisaa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Loading 137,000 subscribe

Kayyoon #Chaanaalii kan Telegiramii  @segnigudeta Kan irratti #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa hiryoota keessan afferraa Galatoomaa.


#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Biizinaasii hojjachuuf tooftaalee 【10】:
1. Iccitii itti namaa waliin hojjettu malee iccitii hojii keetii gonkumaa namaaf hin himin!

2. Waan si harka hin geenye abdattee hin gammadin, yoo dhabde ni miidhamta.
3. Hojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu!

4. Waan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin ariifatin, hojiin kee iyyu sii mul'isaati.

5. Amma dura hojiin kee yoo siif hin milkoofne san yaaddee of hin jeeqin sababa kufaatii keetii san irraa baradhu malee!

6. Yoo dandeesse nama gargaari malee maallaqa liqeessuu hin heddummeessin, maallaqa kees dhabdee nama sanas dhabdaati.

7. Waan guddaa bor hojjattu ilaaltee xiqqoo har'aa hin tuffatin yookiin hin balleesin!

8. Waan hojjechuuf yaadde dursitee hin odeessin!

9. Yoo dandeesse abbaa ogummaa waan tokkoo ta'uuf yaali!

10. Kaayyoon kee yoo galma siif gahe of qofaaf hin jiraatin!

Isiin moo itti dabalaa....
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
"Barnoonni dhugaa jiru barachuu osoo hin taane,sammuun akka yaadu leenjisuudha jedha bar!!"

"Education is not the learning of facts, but the training of the mind to think!!"

"#Trainyourmind to see what’s right. Positivity is a choice. The peace and happiness of your life heavily depends on the quality of your thoughts today."
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota #maqaa fi #suuraa namaan daldalaniif; Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira.

Ani beeksisa guyyaa guyyan bahu isin gahu malee #Faddala miti hojataa fi hojachiisa waliit hin fidu Odeeffannoo beeksisa maxxansuu malee hojii nama galchuu hin danda'uu

Namoonni maqaa namaan daldaltan salphachuuf jirtu waan ta'eef akka adabattan isanan hubachiisa. Guyyaan isin salphisa! Kabajamtoonni fi hordooftoonni koo sinaan jaalladha galatoomaa.

#Fb koo kan qofa #Follow godha

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jimaata galgala sa'a 3:00 Irratti leenjii #Namoota akkamiin Marfamate jirta..? Jedhu irratti Obbo Asfawu Mul'ataa waliin kara telegiramii nuu eegaa @segnigudeta


"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."— (Giriikota) #Obbolee namoota akkamiin Marfamate jirta...?
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Namoota akkamiin Marfamate jirta..?

Waan irraa hubattan nu barreessaa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Focus on your goals, not your fear. Focus like a laser beam on your goals. What you stay focused on will grow.

S - See your goal
U - Understand the obstacles
C - Create a positive mental picture
C - Clear your mind of self doubt
E - Embrace all challenges
S - Sacrifice free time
S - Show the world you can do it
F - Feed your focus
U - Utilize all opportunities
L - Learn from all failures

@segnigudeta @segnigudeta
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha. Liinkii kan dubbisaa hiryoota keessan Share godha
https://www.facebook.com/100070669717820/posts/374163104949344/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj
Leenjii #SirnaDiijitaalaa/Digital Systems/irratti Wiixtata galgala sa'aa 3:00 irratti nu eegaa. Telegiramii @segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Maaloo ano siin jaladha #Shamarran keenya #dhiiraa akkasii hin godhiin lakkii.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Leenjii gabaa Dijitaala/Digital Marketing

Roobii galgala sa'aa 3:00 irratti nu eegaa

Telegiramii @segnigudeta irraatti
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa/Attention

Namoota Chaanaalii #Telegiraamii
kan irratti walii qeequu, cabsuu, arrabsuu fi siyaasaa afarsuu qofa itti fayadamuu barabaadan #Banusers gochuu #blocked gochuun ni danda'ama waan ta'eef miidiyaa hawaasaa waan sirrii qofaf akka fayyadamataan kabaja isiin beeksisan @segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kan mucayyootu aja'ibaa dhugaa baay'ee nama kolfachiisaa