Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Waan gaarii hojjechuun ofiifi!!
Muudannoo har'a magaalaa tokkotti na muudate. Akkas ture! Dhimma dhuunfaaf gara magaala tokkoo deemeen ergan achi gahee booda qarshii of harkaa fixe. ATM hin hojjatu, system baayβee busy ta'e. Osoo kanaan jiruu hojjetaan baankii tokko waamee na dubbisee maaliif akkan deeme na gaafate. Dhimman deemee fi qarshii ariifachisaa akkan barbaadu itti hime. Innis qarshii of harkaa fuudhee naaf kennee yeroo Finfinneetti deebite naaf ergi jedhe.
Ilaalchi gaariin jireenya keessatti utubaa dha! Ilaalcha gaarii qabaachuu (Posative thinker) ta'uun kennaa hunda caaluu dha!
Namootni keessi isaanii ilaalcha hammeenyummaatiin (negative energy) guutaman, kan arganis ta'ee, kan dhaga'an waan baduu qofaadha. Kanaafuu warroota akkasii irraa gaarummaa dhaga'uus ta'ee arguun Gaangee irraa dhala eeggachuudha.
"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi,
garuu hiriyaa filadhu."β (Giriikota)

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gama hundaan guddachuu
Leenjii eenyummaa fi kaayyoo uumamteef si hubachiisu irraa argatta. Kallattii jireenyaa keenya torbaan sirriitti siguddisa
πA.Guddina hafuuraa
πB.Dinahdeen
πC.Hawaasummaan
πD.Jireenya maatiin
πE.Fayyaakeetiin
πF. Beekumsaa fi ogummaan
πG.Fixee milkaa'inakeetti sigeessa
Leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf leenjii Eenyummaa keenya gabbisuu fi caalaatti jabaanne akka tarkaanfannu nu godhudha. @segnigudeta

Thank you so much to each and every one of my followers on telegram ! It means the world to me that you have chosen to join me on this journey. Your support allows me to continue creating and sharing content with all of you. Please invite your friends.
@segnigudeta
@segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Congratulations on your incredible success! #Sanyii Leenjiitoota 99 keessa #7ffaa xummuree Certified ta'u koof gammadde jirra
βFormal education will make you a living; self-education will make you a fortune.β β Jim Rohn
#PersonalDevelopment
βFormal education will make you a living; self-education will make you a fortune.β β Jim Rohn
#PersonalDevelopment
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Kabajamtoota hordoftoota
#Telegiramii koo hundaaf
#Kayyoon koo. #Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu #barsiisuuf, #leenjisuu fi #fakkeenya ta'e jiraachuu dha
Kayyoon #Chaanaalii kan Telegiramii @segnigudeta Kan irratti #beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuu, #Odeeffannoo waamicha qormaata fi waamicha af-gaaffii maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa.
#Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baayβee na gaafachaa turtanii kanfaltii gidduu galeessa ta'een isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa.
Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa

Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources
"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata. Garuu namonni baay'ee galii dabalta hawwii qofa malee feedhi hin qabanni.
"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu" @segnigudeta

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Qabeenyi Addunyaa kan in guddaan
#Sammuu/Mind dha. Eenyuu keenyati seeran itti fayyadamaa jirra...?

"Ofi irraati hojechuun gochaa yommilee namni jireenyaa isa keessaati gochu qabudha. Kun immoo jireenya dhunfaa kee qofa osoo hin tanee,jireenyaa namoota naanoo kee jiranillee jijjiru ni danda'a"
Robin SharmaSammuu ofii hojjechiisuun dandeettii horachiisuu utuu hin taane, dandeettii sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.β· Saayintistiin Albeert Enistaayin utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaa'ibsiifattuu akkana jedhe, "Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa harka digdamii shan (25%) qofaan jedha.
β² Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.
Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha. Namoota ijaarama sammuu guddataa/Growth mindset find opportunity in everything.
"Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"!

Dhaabbata Ubuntu school of life
Pirofeesarummaa Iwunatuu Haayiluu hundeefamee Leenjii yeroo gabaabaa matadureewwaan armaan gadii irratti ogeessota muuxannoo amansiisaa fi ogummaa guguddaa qabaniin qophaa'eera isiin eegaa jirra.
Pirofeesarummaa Iwunatuu Haayiluu
Muuxannoo #jireenya hojjataa humnaa guyyaa fi #Waardiyyaa Irraa barsiisaa, qorataa, leenjisaa fi gorsaa dhalootatti karaa agarsiisu hangaa Haayiluu (PhD) nama gahanii dha.
βNamni kaleessa waardiyyaa waajjira gandaa ture sun amma barsiisaa, qorataa fi nama dhalootatti karaa agarsiisu taβeera.
#Galmeen
Qamaan Finfinneeti
Bilbilaan ykn Imeelii jalatti ibsameen ni danda'ama

Naannoo jiraannu keessa namoota gosa sadiitu argama:
1. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an gonkumaa hin amanne.
Β° Isaanis namoota jireenyi gaariin jira jedhanii hin amanne (comfortable zone) keessatti kufanii kan argamanidha.
2. Namoota qalbiin isaanii gar-tokkeen milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amananidha.
3. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amantii guutuu qabanidha.
β‘οΈ Ati sadan keessaa kam keessatti argamtaa?

FURTUU MILKAA'INAA
(Keys to Success)
βββββββ βοΈβ βββββ
Namni kamiyyuu Jireenya milkaa'aa, karaa milkaa'aa fi Gabaa milkaa'aa Keessa jiraachuu akka barbaadu waan irratti mari'atamu miti.
Milkaa'inaaf sababni:- haala jireenya maatii kee, haala biyya keetii fi iddoo jireenya keetii utuu hin ta'in,
βοΈ Karoora,
βοΈ Sagantaa,
βοΈ yaadaa fi
βοΈ Ilaalcha mataa keetiif qabdu irratti hundaa'a.
π Furtuun Milkaa'inaa Dandeettii fi Humna qabduun haala kamiyyuu keessatti of jijjiiruuf kutannoo jijjiiramaaf ati gochuu qabduu dha.
Mee har'aaf Wantoota 4 milkaa'inaaf barbaachisoo ta'an haa ilaallu:
1οΈβ£ Wanta barbaadduu fi eessa akka adeemtu murteessi!
β(Decide what you want and where you want to go)
2οΈβ£ Galma xumuuraa qopheessi! Galmicha gahuuf karoorsi!
β(Set a deadline and make plan to get there)
3οΈβ£ Karoora kee irratti hojjadhu! guyyaa guyyaadhaan kallattii galmichaatti imali!
β(Take action on your plan; do something every day to move toward to your goal)
4οΈβ£ Hanga milkaa'inaatti Gonkumaa:
π hin dhaabatin!
π hin laafin !!
π Mogoleen si in bu'in!
π harka hin kennin!
β(Until Succed, you will never give up )
https://www.facebook.com/100070669717820/posts/368658478833140/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
β Qabeenyi addunyaa kanaa inni guddaan #Sammuu/Mind dha.
β Eenyuu keenyatu akka ta'utti itti fayyadamaa jira laata...?
"Train your mind to see whatβs right. Positivity is a choice. The peace and happiness of your life heavily depends on the quality of your thoughts today."
Namonni leenjii #PersonalDevelopment barbaadan keessan na dubbisaa