Wabii Sanyii
6.69K subscribers
860 photos
26 videos
56 files
964 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
"#Imalli Milkaa'inaa yeroo
hundaa ijaarsa irraa jira.

Chaanalii Telegiramii @segnigudeta Kan irratti beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu maxxansuun, Odeeffannoo beeksisa addaa addaa wayitawaa maxxansuu namonni baasii hin tanne osoo hin saaxilamne akka hojii motummaa fi miti motummaa akka dorgomaan gargaaruu waan ta'eef namonni na waliin hojjechuu barabaada beeksisa wayitawaa kamiyyuu yeroo argitaan Kara keessa na erga waliin taane waliif taanaa. ergaa kana waliif qooda

#Kayyoon koo. Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta'e jiraachuu dha.

Hiryoota keessan afferraa.