#Gatiin_Bilisummaa_Meeqaa?
Saree tokkotu jeedala huuqqattee jirtu argee akkana jedhaanii; "Yaa firakoo! Maaliif akkana of dadhabsiifta? Kanarraan cinatti, beelaafi balaa gammoojjiifi bosonaatti of laattee jirta! Kanarra, namatti dammaqi! Yoos, nyaataafi bakka jireenyaa bilisa ta'e argatta."
Jeedallis gara saree sanaa ilaalaa, "Maalinni mormakee irra jiru kun?" jechuun gaafattiin. Sareenis "Cancala" jechuun deebisaafii. Dhumarratti, jeedalli dubbiin kun ajaa'ibsiise akkana jetteen; "Gabrummaatti furdachuurra, bilisaan huuqqachuu yookaan beela'uu wayya!"
Wayyamoo wayya!
•Animmoo, gatiin bilisummaa hin madaalamun jedha.
Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa!
Abdiisaa Ejjetaati
@Orobook

DARGAGGUMMAA
"Ergaa dargaggoota gargaaru kana #share waliif godhaa!
"... Yaadni galgala dhufa, humni ganama dhuma!"
▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ "Jireenya keessatti wanti gaddisiisaan dafnee dulloomuu keenyaafii turree immoo ogeessota ta'uu keenya" ─ Beenjaanii Firaankiliin
๛ Dhugaa dubbachuuf jechi beekaan kun dubbate baay'ee nu ilaallata. Maaliif yoo jenne dargaggoonni keenya baay'een isaanii yeroo dargaggummaa wantoota baay'eetti humna isaanii fixu. Kunis lafa itti ogeessota ta'an miti.
Lafti yeroo dulloomtu teessu, lafa yeroo dargaggummaa turteedha.
๛ Dargaggummaatti ogeessota ta'uu kan qabnu yeroo humni keenya dhume/yeroo dulloomne warra yaada hubatan taana! Kanaaf yeroo dargaggummaatti ogeessota ta'uudhaaf yeroo hunduma dubbisuun sammuu ofii misoomsuun karaa milkaa'ina keenya jalqabaati.
Akkasuma namoota dullooman yaada irraa fudhachuun caalatti gaariidha. Wanta hojjechuu qaban yeroo hojjetamuu qabutti hojjechuu dadhabanis eenyu hojjetee milkeessuu akka danda'u in beeku. Gorsa fudhachuun eenyuufuu gaariidha.
๛ OGUMMAAN JIRAATANII DARBUU CAALA, WANTI NAMA GAMMACHIISU HIN JIRU!
Namoota ogummaa isaanii fi yaadni isaan keessaa burqu ajab nama jechisiisu, nama umurii isaa 36 keessatti kitaabota 89 barreesse Felix B. Carter link kana tuquun dubbisaa! ─>
https://t.me/wabisegni

71. "Heeruma dharraanee, heerumnee rarraanee" jette misirroon.
72. "Namaaf duutuu hinxiqqaate" jette Wangoon.
73. "Bishaantu afaan najiraaf malee, silaa waabaay'een dubbadha" jette Qurxummiin.
74. "Alli fagoo qabaa jennaan, ittuu gad-baana" jedhe namichi.
75. Kan qaban qabaa hinguutnee, gadhiisan bakkee guuttii.
76. Utuu kan sinjedhan beektee kan siif kennan hin-nyaattu yaaSaree!
77. Saani Harree keessa ooltu akkuma Harree dhudhuufti.
78. "Hiiqa ta'a jedhee goor-duuba bulee.
79. Of-hin'agarreen raafuu tuffatti.
80. Harree manaa hinqabduu Farda namaa tuffattii.
81. Ilkaan malee Baaqelaa, fagaara malee surree!
82. Haadha gabaabduu ijoolleen hiriyyaa seetii.
83. Kan mataatti baatantu mataatti nama tufaa.
84. "Adurreen maaf boonti?" jennaan eessuma bosonaa qabdii.
85. Leenci dulloome, boombii funaanaa.
86. Qilleensiifi hiyyeessi hinteessuu.
87. Arfaasaa dagattee birraa afaan dabartee.
88. Waanuma fish gootuuf kadhaan ba'aaf gala nadhorkitaa jette intalli gurbaadhaan.
89. Gondoshitee natti kaastee, sukkuummii naaf hintolchinee!
90. Saani ibidda dhaltee arraabuuf ibidda taatee, arraabuu dhiisuuf dhala taatee.
91. Biyya gootni hinjirre dabeessatu geeraraa.
92. Gaggabasaa hinqabuu sagalin heerumee.
93. Kan haati burree qabdu, ilmoon kalawwee hindhabduu.
94. Intalli adaadaa baddii, ilmi eessuma badaa!
95. Sodaafi surree wajjin kufuu.
96. Soddaafi ibidda halaalattii.
97. Ollaafi kateen nama duugdii.
98. Ollaafi dugdaan lafaa ka'uu.
99. Manni of-jajjuu karaa duraa.
100. "Na'argi na'argiin, nadhoksi nadhoksii fidaa!"
101. Keessummaa Qamalee utuu dhufashee hin'argiin raafuu qenxesaashee arguu.
102. Kan firaaf eelee hindhaabnee, halagaaf eegee dhaabdii.
103. Kan jibbantu nama dhaalaa.
104. Dhaqqeen lafatti jibban mataa namaatti dacaatii.
105. Kan garaa malee kan maqaa maaltu nudhibe..... n!
106. Utuma beeknuu huubaa wajjin jette Sareen.
107. "Kunuu warri rafnaani jette Sareen xiqqoo sillim" jettee.
108. "Kan hammanaa hindhibiin" jette warri baaduu qallaa.
109. Dhimni Harree kan Waraabessaatii.
110. Afaankoo afaanshee seetee afuura ajaahaan nadhungattee!
111. Dhaqa hinjajiin, gala jajii.
112. Duulli hamma oduu hinga'uu.
113. Torban fagoo boroo jahaa!
114. Barri hindarbu seetee afaan baddii.
115. "Iyyaaniif dhalchuu" jette Hollaan korbeessa Reettiidhaan.
116. "Lafa gabaa qubannee hamma namaa hubanne!" jette Gugeen.
117. "Dhirsan dhabe malee, dhiira hindhabne!" jette haftuun.
118. "Durba duudaan barbaada jennaan, aniyyuu badaa hindhaga'u" jette haftuun!
119. Kennuhoo hinbeektuu, kenniimmoo eenyutu sibarsiisee?
120. Ofii balleessitee Waaqa komattii!
121. Rakkataan ulfa fuudhaa!
122. "Maal hasaasuu?" jennaan hinliqeeffatuu; "Maaliif wacuu jennaan?" liqii galchu" jedhe namichi.
123. Kankeetiin qabii mucaakoo naaqabii!
124. Midhaan ormaa daggalaa, dhalli ormaa qancaraa!
Mammaaksa Oromoo kana waliif qoodaa; Mammaaksoleen kun miidihaa hawasaa, kitaabolee dubbisneefi kan saba keenyarraa dhageenyedha. Walyaadachiisuun qabeenya keenya kunuunfachuudha.
Guddaa galatoomaa!

MUL'ATA = FAKKII SIRRII + KAROORA + ADEEMSA"
🌎 Dhalli namaa waan hedduu hojjachuu danda'a.
✧️ Nama uumama kamiyyuu caalatti jiraachuu fi yaaduu kan isa dandeessisu mul'ata haaraa qabaachuu, waan fuuldura isaa jiru beekee xiyyeeffannoon jiraachuu fi itti adeemuu isaati.
═══════════
"Mul'ata = Fakkii sirrii + Karoora + Adeemsa"
═══════════
➊. Wanta ta'uuf jirtu maalitti akka adeemtu har'a irra dhaabbattee fakkii sirrii isaa arguu qabda.
➋. Karoorri kee (Abjuun kee) yeroo hundumaa hojii kee ta'uutu irra jiraata.
➌. Adeemsa kee mirkaneessaa (Challenge hir'isaa) adeemuu qabda.
🌿 Namni kamiyyuuu haa xiqqaatuu haa guddatuu mul'ata mataa isaa qaba.
I HAVE DREAM!
Ani mul'ata nan qaba yommuu jettu kanneen armaan gadii walbira qabi (consider) godhi!
The 3P Important for your Vision Development:
①. Mul'ata kee adda baasi! (Picture)
②. Kaayyoo fi Karoora Qabaadhu! (Plan)
③. Irratti Hojjadhu! (Process)
🌿Namoonni addunyaa keenya kana irratti beekamtii gurguddaa qaban hundi baratanii miti, mul'ata qaban akkaataa ta'uun itti
Leenjii ijaarsa dhuunfaa/Sammuu
Personal Development Training
Leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf leenjii Eenyummaa keenya gabbisuu fi caalaatti jabaanne akka tarkaanfannu nu godhudha.

Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!
1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i.
2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti.
3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi.
4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.
5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu).

5 BENEFITS OF PERSONAL DEVELOPMENT.
1. Self-Awareness and Emotional Intelligence: Personal development encourages self-reflection and introspection, enabling individuals to gain a deeper understanding of themselves. By exploring their strengths, weaknesses, values, and beliefs, people can develop greater self-awareness. This enhanced self-awareness also fosters emotional intelligence, allowing individuals to recognize and manage their own emotions effectively, as well as understand and empathize with others.
2. Continuous Learning and Growth: Engaging in personal development means actively seeking new knowledge, skills, and experiences. It encourages a mindset of lifelong learning, promoting personal growth and development in various areas of life. By acquiring new knowledge and honing existing skills, individuals can expand their capabilities, boost their confidence, and open doors to new opportunities.
3. Goal Setting and Achievement: Personal development involves setting specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals. By setting clear goals, individuals gain direction and focus in their lives. They can break down their goals into smaller, actionable steps, which helps them make progress and achieve their desired outcomes. Regularly setting and accomplishing goals boosts motivation, increases productivity, and enhances self-discipline.
4. Improved Relationships and Communication: Personal development encompasses interpersonal skills, such as effective communication, active listening, conflict resolution, and empathy. Developing these skills allows individuals to build stronger and healthier relationships with others, whether in personal or professional settings. Effective communication and empathy foster better understanding, collaboration, and harmony, leading to more fulfilling relationships and improved teamwork.
5. Increased Confidence and Resilience: Personal development helps individuals build confidence and resilience. As they gain new knowledge, skills, and experiences, they become more capable and competent, which boosts their self-confidence. Additionally, personal development encourages individuals to face challenges, embrace failures as opportunities for growth, and develop resilience in the face of setbacks. Increased confidence and resilience empower individuals to overcome obstacles, take risks, and pursue their goals with greater determination.
THANK YOU FOR READING.
Don't miss this opportunity
👉Leenjii gahumsa dhuunfaa(Personal development training )
☑️to reprogram our subconscious mind to achieve our conscious goals.
👉Carraa Biizinasii (business opportunity)
☑️To be a business owner (to get passive income) by team work.
Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a Jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba.
Leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf leenjii Eenyummaa keenya gabbisuu fi caalaatti jabaanne akka tarkaanfannu nu godhudha.
Namoota Sammuu guddataa fi qaajeelaa qaban qofa ilaalta keessan na dubbisaa.
@segnigudeta @wabisegni

Personal Development, Inspirational, Motivational "To reprogram our subconscious mind to achieve our conscious goals.
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Leenjii dhugaatti namni eenyummaa isaa beekuu fi abjuu isaa argatee fulduratti imaluuf garagaruuf leenjii Eenyummaa keenya gabbisuu fi caalaatti jabaanne akka tarkaanfannu nu godhudha. @segnigudeta

Dhalli namaa qaamoota sadii qabatee gara addunyaa kanaatti dhufe. Namnis nama jedhamuuf ijaarama qaamaa kan sadeen yoo qabaate, nama guutuu jedhama. Kunneenis..
1. Qaama Lubbuu /Sprit
2. Qaamaa Foonii/Body
3. Qaamaa Sammuu/Mind
Qaamni sammuu qaama leenjifamee, qaamota keenya biroo akka to'atuuf aangeffamudha qaamni sammuu kun bakka sadiiti qoqqoodama.
1. Sammuu dhokataa /Subconscious mind
2. Sammuu hatattamaa/Critical mind
3. Sammuu dammaqaa/conscious mind
Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin.
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef.
Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf of qopheessi.
Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
Positive mind find opportunity in everything.

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
If u can't Fly ,then Run
If u can't Run ,then walk
If u can't walk,then crawl
But whatever u do
You have to keep moving forward.
Martin Luther King .
Positive mind find opportunity in everything.
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
If u can't Run ,then walk
If u can't walk,then crawl
But whatever u do
You have to keep moving forward.
Martin Luther King .
Positive mind find opportunity in everything.
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
"Jalqaba maal akka ta'uu feetu ofitti himi, isa booda wanta hojjechuu qabdu callisii hojjadhu."
-Hippectatus
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
-Hippectatus
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Iccitii Milkaa'inaa /The secret to success/.
Dargaggeessa hojidhabeessa tokkotu ture. Dargaggeessi kun dinagdeedhaan milkaa’ee nama guddaa ta’uuf waan hawwii qabuuf hayyuun kalaqaa #Sooqiraaxos iccitii milkaa’inaa akka itti himu gaafata.
Irra deddeebiin milkaa’uun barbaadaa maaloo iccitii milkaa’inaa natti himi jedhee isa rakkise.
Sooqiraaxosis tole jedhee guyyaa ittaanu qarqara lagaatti akka dhufu; achittis akka isa gorsu itti hime. Dargaggeessichis tole jedhee ganameeffatee gara lagichaa deemee Sooqiraaxos eeguu eegale.
Sooqiraaxosis sa’aatii isa beellametti bakkichaatti qaqqabee uffatakee baasi jedheen. Ofiifis baafate. Dargaggeessichis Sooqiraaxosis baafatan. Harkasaa qabatees gara lagichaatti seenan.
Dargaggeessichis eessa nageessita? jedhee Sooqiraaxos gaafate. Bakka milkaa’inni jirun sigeessa jedhee ammas garuma gidduu lagaatti seensise.
Utuma bishaan jalqaba mogolee, jilba, mudhii, kokkee jedhuu dhumarratti gaafa isa liqimsuuf jedhu maaloo nabaasi, natti haahafu jedhee itti marame. Sooqiraaxosis didee gara handhuura lagaatti galchee keessatti gadi dhiibee (xillikse) ofirraa darbate.
Dargaggeessichis harkasaa facaasaa wixxifachaa bishaan isa liqimse keessaa ba’uuf harkasaa olii gadi raasaa lubbuu ofii baraaruu warraaquufi tattaafachuu eegale.
Gaafa lubbuun itti mi’ooftu Sooqiraaxos ittisiqee harkasaa qabee maal taate jedheen? Maaliif lagatti na darbatte jennaaniin inni deebisee ati maal barbaacha harkakee facaasta? jedhee gaafate.
Dargaggeesichis deebisee maaloo afuurri nacinnaan qilleensa fudhachuufan wixxifadha jedhee deebiseef. Sooqiraaxosis bishaan keessa qilleensi jiraa? jedhee gaafateen.
Maarree yoon wixxifadhe bakkeetti bahee qilleensa argadha. Kunoo wixxifannaan ukkaamsaa keessaa bahee afuura baafadhe jedhee deebiseef.
Sooqiraaxosis, egaa ilmakoo milkaa’inni akkasuma olii gadi fiiganii kufanii ka’anii dhama’anii mul’ata nama keessa jiruun hojjetanii malee taa’anii yoo eegan hindhufu kanuma gorsikoo jedheen. Dargaggeessichis guyyaa sanaa kaasee kufee ka’ee hojjechuun dureessa ta’e. Sooqiraaxosis galateeffate jedhama.
Dubbistootaa, dhaloota ammaa keessaa tokko tokko osoo mul’ata isa keessa jiruun dhama’ee, ifaajee milkaa’uu danda’uu kan baratee itti leenji’een qofa milkaa’uuf carraaqus eeggattummaaf saaxilamaa rakkoo hamaa keessatti dhidhimee dhaabachaa jira

Dhaloota Ida'amuu maal jedha?
Akka yaada Dr.Abiyyitti Yeroo kanatti Itiyoophiyaa keessa kan jiru Dhaloota gosa shantu jira jechuun Kitaaba Dhaloota Ida'amuu irratti barreesse. Isaanis
1) Dhaloota Cichaa(Dhaloota sirna Fiwudaalaa leellisu)
2) Dhaloota hawwaa fi abjootaa (Dhaloota bara 1960ffaa keessa uumamee namoota yaada tarkaanfatoo qabu nyaatee carraan jala darbe fi hanga ammaa MOOTUMMAA CE'UMSAA hawwu.
3) Dhaloota burjaajawaa (Dhaloota sooshaalizimii ulfaa'ee kaapitaalizimii dhale)
4) Dhaloota keessummaa (Dhaloota bara 2000 irraa eegalee uumame yoo ta'u dhalootni kun Dhaloota komii fi mufii baay'isuu, akkasumas dhaloota ilaalcha gosumaa fi siyaasaan mirgatti ykn bitaatti bahee dha.
5) Dhaloota Ida'amuu (dhalootni kun Dhaloota miidiyaa hawaasaa duukaa deemuu fi ijjannoo hin qabne akkuma bishaan gabaterraa daddaaquti.
Dhaloota 5ffaa kanarratti yoo hojjatame biyya tana Sadarkaa itti aanutti ceesisuun ni danda'ama yaada jedhu kan of keessatti hammateedha.
👉Dhalootni kun hundi yeroo kanatti walitti makamanii teessoo mootummaa bakka adda addaatti qabatanii jiru. Kitaabni kun hundi keenya eenyu akkaa taanee fi eessa akka jirru , akkasumas maal akka nurraa eeggamu dadhabbinaa fi cimina keenya xiinxala. Isini Dhaloota Kam keessa jirtu?
kitaaba kamiyyuu dubbisuun nama namaa tasisaa malee nama hinmidhuu

Amaloota namoota milkaa'anii shanan
1. Ganamaan ka'u
2. Ni galateeffatu
3. Waan barbaadan sammuutti yaadu
4. Waan yaadan gara gochaatti jijiiru
5. Gareen hojjetu.
Positive mind find opportunity in everything.
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
1. Ganamaan ka'u
2. Ni galateeffatu
3. Waan barbaadan sammuutti yaadu
4. Waan yaadan gara gochaatti jijiiru
5. Gareen hojjetu.
Positive mind find opportunity in everything.
https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
5 BENEFITS OF PERSONAL DEVELOPMENT.
1. Self-Awareness and Emotional Intelligence:
Personal development encourages self-reflection and introspection, enabling individuals to gain a deeper understanding of themselves. By exploring their strengths, weaknesses, values, and beliefs, people can develop greater self-awareness. This enhanced self-awareness also fosters emotional intelligence, allowing individuals to recognize and manage their own emotions effectively, as well as understand and empathize with others.
2. Continuous Learning and Growth:
Engaging in personal development means actively seeking new knowledge, skills, and experiences. It encourages a mindset of lifelong learning, promoting personal growth and development in various areas of life. By acquiring new knowledge and honing existing skills, individuals can expand their capabilities, boost their confidence, and open doors to new opportunities.
3. Goal Setting and Achievement:
Personal development involves setting specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals. By setting clear goals, individuals gain direction and focus in their lives. They can break down their goals into smaller, actionable steps, which helps them make progress and achieve their desired outcomes. Regularly setting and accomplishing goals boosts motivation, increases productivity, and enhances self-discipline.
4. Improved Relationships and Communication:
Personal development encompasses interpersonal skills, such as effective communication, active listening, conflict resolution, and empathy. Developing these skills allows individuals to build stronger and healthier relationships with others, whether in personal or professional settings. Effective communication and empathy foster better understanding, collaboration, and harmony, leading to more fulfilling relationships and improved teamwork.
5. Increased Confidence and Resilience:
Personal development helps individuals build confidence and resilience. As they gain new knowledge, skills, and experiences, they become more capable and competent, which boosts their self-confidence. Additionally, personal development encourages individuals to face challenges, embrace failures as opportunities for growth, and develop resilience in the face of setbacks. Increased confidence and resilience empower individuals to overcome obstacles, take risks, and pursue their goals with greater determination.
Hiriyyoota kee #add gochuu hin dagatin!

"How to get rich"
✅ Proper mindset for rich life.
✅ Investing to yourself.
✅ Having a vision of what your rich life is.
✅ Controlling your spending habits.
✅ Being disciplined.
✅ Avoiding a debt trap.
✅ Wise investing and your cash flow.
✅ Creating a budget.
And many more! 🥳

#Jireenya filatamaa jiraachuu dura
jireenya filachutuu dursa!
✓jireenyi seenaa keessattis ta'ee har'as nama filatee hin jiraatu. Namatu jireenya filatee jiraata malee, kanaaf siif galee jira yoo ta'e jireenya kee ofii dhuma keetii filadhu!.
✓"Teessoon ati yeroo jaarsummaa/dullomtu irra teessu yeroo dargaggummaa kee eessa dhaabbattee akka turte murteessa" jedhu kanaafuu waa'een filannoo keenyaa akkuma kafana jijjirtu kan jijjiirrattuu miti. Fageessanii yaaduu gaafata!.
✓namoota addunyaa kana ajaa'ibsiisaniif jireenyi isaanii yeroo baayyee dirree filannoo fi dirree lolaa kan kaayyoon isaanii itti dhugoomte ture. Kanaaf hin sodaatin, akkasumas filannoo laga si hin ceesifnetti harka hin kennin!.
Yoo isinitti tole namoota #jaallattaniif #add