Wabii Sanyii
6.72K subscribers
857 photos
26 videos
55 files
962 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
EEBBA KITAABAA
*
Sir
ni Ifoomsa Kitaaba 'Gola Harmee' Gaafa Guyyaa 28/11/2016 Waaree booda Sa'a 6:30 irratti Finfinnee Hoteela Ililii Internaashinaaliitti geggeeffama.
Kanaafuu Hiriyoonni Koo, firoonni koofi Jaalattoonniifi Leellistoonni Ogbarruu Oromoo hundi Maatiifi hiriyoota keessan waliin ta'uun keessummaa kabajaa sagantaa kanaa akka taatan waamicha Koo kabajaan isiniif dhiyeessa.

@segnigudeta @WABIISG
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Omishaa fi #Tajaajila
keessan beeksifadhaa!

#HUBACHIISA. Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii, omishaa fi tajaajila  fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baay’ee na gaafachaa turtanii isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa. @WABIISG

Logo dhaabbata fi biizinaasii keessaniif yoo barbaddan Qajeelaa Graphics dubbisaa bilbila 0910166955

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Sagantaa kamiifuu yoo makeup hojjechiifachuu barbaaddan, bilbila armaan olii ykn karaa telegiramii nu qunnamuu dandeessu!!  @makeup_by_ayuti


Chaanaalii Telegiramii keenya #join #Share godha https://t.me/+vx2m8mgA5YFkNzFk

ለማንኛው አይነት ፕሮግራም makeup እንሰራለን በ0928858290 ይደውሉ ቡክ ያድርጉ እናመሰግናለን!


https://t.me/+vx2m8mgA5YFkNzFk
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Gatii Sammuu Beekuu

Sammuun dhala namaa kallattii sirriidhaan yoo ttiin hojjetan bu'aa buusa. Kallattii hamaatti yoo oofan miidha fida. Itti fayyadamuu dhiisnaan immoo bu'aa malee hafa.

#Sammuun qaama dhala namaa keessaa isa tokko tahee kan yaaduu, hubachuufi murtee kennuuf fayyadudha. Kana jechuun sammuun dhala namaa qaama hooggansaati jechuudha. Qaamni hooggansaa warra isa jalatti hoogganamaniif yaada ajajafi erga dabarsa. Warri isa jala jiranis dirqama isa irraa fudhatu. Dirqama isa irraa fudhatanis hojitti hiiku. Kanaaf sammuun dhala namaa madda yaadota haaraafi kalaqoota haaraati. Namni itti fayyadamu muraasa tahus.

Xiyyeeffannoon dhala namaa garuu sammuu gaariidhaan addunyaa gara gaariitti jijjiiruu irra osoo tahee bu'aa qabeessa ta'a. Yeroos addunyadhaaf furtuu tahuun danda'ama waan taheef.

Garuu, wanti nama gaddisiisu immoo namootni baay'een sammuu isaanitti hinfayyadamani. Warri kaan immoo sammuu kanaan hamaa hojjechaa diigaa oolu. Via Moonaa Fikaaduu

@segnigudeta @WABIISG