Wabii Sanyii
6.68K subscribers
860 photos
26 videos
56 files
964 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Boston Partners ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Postion:
01.Hair Salon Receptionist 05
02.Senior Accountant01
03.Human Resources Manager01
04.Event Coordinator01
📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
Diploma or BA in Marketing, Accounting or Management,BA in Accounting and Finance or Business Management.

🇪🇹 የስራ ቦታ :Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
13/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ/ odeeffannoo guutuu hordofuuf👇

https://orojops.com/jobs/boston-partners-plc-vacancy-2022/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno seena join godhaa
Qatar Charity ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Postion:
1:Civil Engineering,
2:Programs Manager,
3:Accountant
4:Admin Coordinator

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
Bachelor’s Degree in Civil Engineering,
Bachelor’s Degree in project management relevant field.

🇪🇹 የስራ ቦታ :Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
14/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ Odeeffannoo dabalataaf link tuquun dubbisaa👇

https://orojops.com/jobs/qatar-charity/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno seenaa hordafa join godha
Jupitar Trading Ethiopia ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Postion:
1:Junior Printer Technician 2
2:Junior Photo Copy machine Technician 2
3:IT Technician 2
4:Store keeper 3
5:General Service 1
6:Driver 2
📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
Degree in Computer Maintenance & Networking/IT,
Degree in Purchasing and Procurement/ Logistics & Supply Chain of
Degree/Diploma Public Administration or Supply Chain Management Logistics Or Management,
Driving License publi1/Cargo,Degree/Diploma Office Machinery.

🇪🇹 የስራ ቦታ: Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
15/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ odeeffaannoo guutuu dubbisuuf link cuqasaa👇

https://orojops.com/jobs/jupitar-trading-ethiopia-vacancy/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno seenaa hordafaa join godha
Berhan Insurance S.C ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Postion:Branch Manager

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
BA/BSc Degree in Economics/ Management/ Accounting/ Statistics or related fields from a recognized College/ University

🇪🇹 የስራ ቦታ :Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
10/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ Odeeffannoo dabalataaf 👇

https://orojops.com/jobs/berhan-insurance…vacancy-oct-2022/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno seenaa hordofaa join godha
Oromia Insurance S.C ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Postion:Director, Risk Management And Compliance Services Directorate

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
a minimum of bachelor’s degree from a recognized higher learning institution and preferably have diploma or advanced diploma in insurance from Chartered Insurance Institute (CII) .


🇪🇹 የስራ ቦታ :Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
13/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ odeeffannoo guutuu hordofuf link cuqaasa
https://orojops.com/jobs/oromia-insurance-s-c/


🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno seenaa hordofa join godha
New Jobs at Amhara Bank S.C

🔰 Amhara Bank S.C invites qualified applicants for the various positions. 👇👇

1: Customer Service Executive – II
2: Customer Service Executive – III
3: Internal Control– I
4: Branch Cash Supervisor – I
5: Branch Manager Grade–I
6: Security Guard– I
7: Messenger & Cleaner–I
8: Digital Marketing Officer

📌Deadline: Oct 16, 2022

📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇
👉Read Detail:- https://orojops.com/jobs/12001/

🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.orojops.com

Ⓜ️Telegram:- @oromiatecno
Osoo hin du'in jiraadhu!


Addunyaa kanarraa wanti ilma namaa hundaa tasgabbeessu tokko ni jira. Innis jecha “wanti hunduu ni darba jedhuudha.” Gaddis ni darba; gammachuunis ni darba; fedhii fi hawwiinis ni darba; fedhiin wanta ilma namaa barbaachisu yoo ta'u, hawwiin immoo waan ilmi namaa barbaadudha. Kunis ni darba; guyyaanis ni darba; yeroonis ni darba; umrii fi bareedinnis ni darba; qabeenyis ni darba;  isa biraa dhiisi anaa fi atis ni darbina. Uumama lafa kanaa hundarrattii fi lafa kanarratti olaantummaan ajajaa ta'ee kan jiraatu rabbii uumama uume qofa.


Maarree wanta darbuuf jennee maaf darbaa cinqamna? Maaf sammuu keenya dhiphisna? Ol jedhii har'a lubbuu keetitti jireenya hori! Sammuu keetitti sanyii otoo hin du'in si jiraachisu facaafadhu! Wanta jaallattu kan kee taasifachuuf socho'i!  Isa dhufu akka dhufaatii isaatitti keessummeessuf qophaahi! Osoo lafa kanarraa hin godaanin jireenya jiraachuf dhalatte guutuu dhandhami Otoo hin du'in jiraadhu obbolee koo

@segnigudeta @wabisegni

"Egereen dhalootaa si fuuldura utuu hin taane si keessa jira" Dr. Maayels Munroo abdiin fuulduratti dhalootaaf ta'u, mul'ata kee keessaa burquun dheebuuf quufa, yaaddoo dhalootaaf boqonnaa ta'a"

Dhaloonni har'a lalisee boru dirree milkaa’insa fi biisummaa keessatti of arguu barabaada. Kun immoo hawwii fi fedhii nama hundaati. Egereen dhalootaa tattaaffi fi hordoffii mul'ata kee irratti bu'uureffama.

Mul'anni kee gaarii fi sirrii taanaan wantuma gaarii dhalootaaf burqa. Namni kamuu gara fulduratti
Hiyyeessa, jibbamaa, kadhataa, garboomaa, tuffatamaa ta'uuf namni hawwu hin jiru. Akkasis ta'uuf namni uummaame hin jiru egeree kee dabalatee kan dhalootaa biroo murteessuuf ga'ee guddaa qabda. Jireenyi ati jiraattu kana namoota biiroof fakkeenya waan ta'uuf. Ati madda fakkeenya jireenya namoota hedduuti. Dhaloonni ammaa kun ammaa qofaaf hin dhalanne, har'a waan hojjetee, boruuf waa kaa'ee darbuuuf malee. Har'a jireenya akkana fakkaatu jiraachaa jirta hireen jireenya kee boruu waan ta'u yaaddee beektaa.? Kan dhalootaa si cinaa jiranii hoo.? Mul'ata keetii fi egeree wal simsistee beektaa.? "Kara siif danda'ame hundumaan, bakka siif danda'ame hundummatti, namoota dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame hundumaatti, waan gaarii siif danda'amu hojjedhuuf"

Kitaaba Xiin-sammuu Atis akka kee
Barreessaa Yeroosan Tulluu

@segnigudeta @wabisegni
Ethiopian Ministry of Revenues በዜሮ ዓመት ና በስራልምድ ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Postion:
36 – positions with zero year &
38 – positions with experience

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
BA or Diploma
professions: Accounting, Banking, Business administration, Business management,Economics, Marketing, Finance management, Cooperative accounting, Information system, Information technology, Public finance management, Insurance, Development economics, Management, Auditing, Public administration, Purchasing, Sales, Child care, Supplies management and other related fields of study.

🇪🇹 የስራ ቦታ: Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
12/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ
https://orojops.com/jobs/defense-construc…ise-vacancy-2022/

🔰 beeksisa yeroo yerootti ba'u hordofuuf telegram keenya seenaa hordofaa akkasuma share fi join godhaa
@oromiatecno
Defense Construction Design Enterprise ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Postion:
1:Laboratory Technician / Medical, 2:Druggist,
3: Intermediate Communication Officer, 4:Senior Communications Officer, and More

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
Diploma or Degree in relevant field

🇪🇹 የስራ ቦታ: Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
12/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ
https://orojops.com/jobs/amazon-ethiopia-jobs/

🔰Odeeffannoowwan haaraawa yeroo yerootti ba'an hordofuuf telegram keenya kana join akkasumas share godha
❏ "Nuti karoora hin qabnu taanaan namoota karoora qabanitu nu irratti hojjata."

๛ MUL'ATA MATAA KEE,
๛ KAROORA MATAA KEE,
๛ KAAYYOO MATAA KEE QABAADHU!

❍ Namni karoora cimaa karoorsee karoora isaa sana hojii irra hin oolchinee fi namni karoora hin qabne tokkuma.

❍ Karoorsuun qofti immoo bu'aa hin qabu. Karoora karoorsaniif amanamaa ta'uun, waan nama irraa barbaachisu hundumaaf aarsaa kanfaluun hojiirra oolchuu barbaachisa.

Kana gochuu baannaan garuu umurii harka namaa eeggachuu hin qabnetti harka namaa eeggachuu, yeroo ergachuu qabanitti ergamuu, yeroo hogganuu qabanitti hogganamuu, iddoo kabajamuu qabanitti xiqqeeffamuu namatti fiduu danda'a.

❍ Utuu akka namaa gaarii uffatanii, nyaatanii, dhuganii gammaduu hawwanuu, hamilee qofaan darbuu, utuu humna ofiitti fayyadamuun mul'ataa fi kaayyoo ofii hin dhugoomsin, utuma kan namaa ilaalanii hawwanii jireenya ofii gadi qabuun, addunyaa irraa darbuu Waaqni nama haa baasu!

👉 Karoorsanii karoora ofiis hojiin miidhaksuudha. Nama tahuu barbaannaan akkasumas galma gahuu barbaadaniif hojjechuuf karoora ofiitiif amanamaa tahuun hunda caalatti nama milkeessa! @segnigudeta @wabisegni
መስከረም 30/2015 ዓ.ም. የወጣ የስራ ማስታወቂያ

🔶   #chemical_industry_coorporation 🔶
... 4 ቦታዎች ልምድ ላላቸው 

Professions With Exp:
#accounting 🔍  ,
#business_administration 🔍  ,
#chemical_engineering 🔍  ,
#finance_management 🔍  ,
#industrial_engineering 🔍  ,
#management 🔍  ,
#mechanical_engineering 🔍  ,
#public_administration 🔍  ,

Deadline:  October 24, 2022
Location: #zeway, #addis_ababa,
odeeffaannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa
👇            👇  

https://orojops.com/jobs/12022/


Beeksisoota haara gara fuula duraatti ba'anif telegram keenya join godhaa akkasuma hiriyaa keessaniif share godha
@oromiatecno
ጥቅምት 1/2015 ዓ.ም. የወጣ የስራ ማስታወቂያ

🟡 #ethiopian_civil_aviation_authority 🟡
... 8 ቦታዎች ልምድ ላላቸው

Professions With Exp:
#aeronautical_engineering 🔍 ,
#civil_engineering 🔍 ,
#ecology 🔍 ,
#electrical_engineering 🔍 ,
#environmental_science 🔍 ,
#mechanical_engineering 🔍 ,
#natural_resource_management 🔍 ,
#pilot 🔍 ,
#wild_life_management 🔍 ,

Deadline: October 20, 2022
Salary: 9056
Location: #addis_ababa,
ሙሉ ዝርዝሩን ለመመልከት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ
👇 👇

https://orojops.com/jobs/12027/

Beeksisoota haara gara fuula duraatti ba'anif telegram keenya join godhaa akkasuma hiriyaa keessaniif share godha
@oromiatecno
ጥቅምት 2/2015 ዓ.ም. የወጣ የስራ ማስታወቂያ

🟡 #jemal_seid_drug_and_medical_equipments_import_and_distributor 🟡
... 12 ቦታዎች ልምድ ላላቸው

Professions With Exp:
#accounting 🔍 ,
#agriculture 🔍 ,
#animal_science 🔍 ,
#automotive_technology 🔍 ,
#chemical_engineering 🔍 ,
#electro_mechanical_engineering 🔍 ,
#environmental_health 🔍 ,
#finance_management 🔍 ,
#food_process_engineering 🔍 ,
#hygiene 🔍 ,
#industrial_engineering 🔍 ,
#irrigation_engineering 🔍 ,
#mechanical_engineering 🔍 ,
#plant_science 🔍 ,
#sanitary_science 🔍 ,
#water_engineering 🔍 ,

Deadline: October 26, 2022
Location: #adama, #ethiopia,
odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa
👇 👇
https://orojops.com/jobs/12031/

Beeksisoota haara gara fuula duraatti ba'anif telegram keenya join godhaa akkasuma hiriyaa keessaniif share godha
@oromiatecno
ጥቅምት 2/2015 ዓ.ም. የወጣ የስራ ማስታወቂያ

🟣 #ethiopian_ministry_of_revenues 🟣
36 ቦታዎች በ0አመት ... 38 ቦታዎች ልምድ ላላቸው

Professions for 0 year:
#accounting 🔍 ,
#banking 🔍 ,
#business_administration 🔍 ,
#business_management 🔍 ,
#cooperative_accounting 🔍 ,
#economics 🔍 ,
#finance_management 🔍 ,
#information_system 🔍 ,
#management 🔍 ,
#public_administration 🔍 ,
#public_finance_management 🔍 ,
#purchasing 🔍 ,
#supplies_management 🔍 ,


Professions With Exp:
#accounting 🔍 ,
#auditing 🔍 ,
#banking 🔍 ,
#business_administration 🔍 ,
#business_management 🔍 ,
#child_care 🔍 ,
#cooperative_accounting 🔍 ,
#development_economics 🔍 ,
#economics 🔍 ,
#finance_management 🔍 ,
#information_technology 🔍 ,
#insurance 🔍 ,
#marketing 🔍 ,
#public_finance_management 🔍 ,
#sales 🔍 ,
#supplies_management 🔍 ,

Deadline: October 20, 2022
Salary: 4,828 - 9,246
Location: #addis_ababa,
ሙሉ ዝርዝሩን ለመመልከት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ
👇 👇
https://orojops.com/jobs/12037/

Beeksisoota haara gara fuula duraatti ba'anif telegram keenya join godhaa akkasuma hiriyaa keessaniif share godha
@oromiatecno
ጥቅምት 2/2015 ዓ.ም. የወጣ የስራ ማስታወቂያ

⚪️ #addis_ababa_revenue_authority ⚪️
... 60 ቦታዎች ልምድ ላላቸው

Professions With Exp:
#accounting 🔍 ,
#cashier 🔍 ,
#data_base 🔍 ,
#driver 🔍 ,
#motor_driver 🔍 ,
#office_administration 🔍 ,
#record_management 🔍 ,
#sales 🔍 ,
#secretary 🔍 ,

Deadline: October 20, 2022
Salary: 4828
Location: #addis_ababa,
ሙሉ ዝርዝሩን ለመመልከት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ
👇 👇
https://orojops.com/jobs/12042/


Beeksisoota haara gara fuula duraatti ba'anif telegram keenya join godhaa akkasuma hiriyaa keessaniif share godha
@oromiatecno
🔥Qormaata Barreeffamaadhaaf bilbilaa

♨️ Ogeessa dizaayinii
♨️Injinarii Elektirikii
♨️ Injinarii Elektirikii Olaanaa
Kabajamtoota Iyyattoota,

Baankii Daldalaa Itiyoophiyaaf gitoota hojii Arkiteektii, Elektirikaal Injinarii fi Injiinara Elektirikaa Olaanaa ta'uun iyyata keessaniif galatoomaa.

Qormaata barreeffamaa Kibxata Oct 19, 2022 sa'aatii biyya keessaa (ganama) sa'aatii 03:00tti kutaa konfiraansii CBE Zagwe Building, Lideta, Addis Ababa keessatti akka fudhattan gammachuu guddaadhaan isin afeerra.
🔥N.B. Waraqaa eenyummaa ykn Paaspoortii keessan dhiyeessuun dirqama. Mobaayila fayyadamuun dhorkaadha.

Maaloo tarree maqaa iyyattoota qormaata barreeffamaaf taa'uuf hidhannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaalaa:
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Dashen Bank S.C ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Postion:Attorney Legal Research & Advisory

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:
Academic & Professional Qualification: Bachelor’s degree in Law from a recognized university.

🇪🇹 የስራ ቦታ: Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ ጥቅምት
14/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ

https://orojops.com/jobs/dashen-bank-s-c-…vacancy-oct-2022/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram f
keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno seenaa hordofaa join godhaa
SBG Industry PLC ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position: - Sales Operation Coordinator

📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
BA Degree sales / marketing experience with tertiary qualifications in technical / business related areas.
Competencies /Knowledge, Ability and Skill

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ አዲስ አበባ

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡ እስከ ጥቅምት
14 /2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ /odeeffannoo guutuu hordofuuf kanaan seenaa hordofa👇
https://orojops.com/jobs/sales-operation-coordinator/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno
🔥Share & Forward For Your Beloved Freinds
🔥waliif #qoodaa

⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaa #Irratti

🌈Telegrami join gochuun #Dadhabbii malee #mana kessan ta'aa #baasiif osoo hin saaxilamiin gitoota feetan irrattis #dorgomaa

👇👇👇👇

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti

🌈Telegram BeeksisaaHojii

👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0