Wabii Sanyii
6.52K subscribers
885 photos
26 videos
56 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#GuutummaaBeeksisaGuyyaa8_1_2015Bahe
👇👇👇
Guutummaa isaa join gochuun atgattu

🔥waliif #qoodaa

⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaa #Irratti

🌈Telegrami join gochuun #Dadhabbii malee #mana kessan ta'aa #baasiif osoo hin saaxilamiin gitoota feetan irrattis #dorgomaa
👇👇👇👇

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0


⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti

🌈Telegram BeeksisaaHojii
👇👇 👇👇
@segnigudeta | https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
⬇️Today Sept22/2022

Call for Job Interview Session
(Attorney)

🔥Dear Applicants,
Thank you for your application for the position of Attorney for Commercial Bank of Ethiopia.

♨️We are pleased to invite you for an interview session to be conducted on Saturday Sept. 24, 2022 starting at 02:00 local time (Morning) at CBE Zagwe Building/Lideta/ in the Legal Division Office, Addis Ababa.

Please check name lists of interviewees using the following link:

https://egeree.com/commercial-bamk-of-ethiopia-call-for-job-interview-session-attorney/

⬇️Page Fb keenyas #follow godha

https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid025P37HNNnWQycNpfkK99i5qytGJM925ERrjfbpvmfai4St6XCXEtVcGNPNXPAhvPQl/?app=fbl


♨️Dadhabbii malee mana keessan ta'aa #Odeeffannoo argadhaa

🌈TELEGRAM JOIN GODHA

🔥Beeksisaa Hojii #madda qabatamaaf qulqqulluu #irraa burjaajii malee hordofaa

⬇️Beeksisoota #heeddus isniif #dhoobneerra dorgomaa
Liinkii #telegramii asii gadi jiru cuqaasuun
👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Ethiopian Shipping and Logistics Service በሚከተሉት የስራ መደቦች በዜሮ ዓመት ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position:- Junior Assessment & Clearance Officer – (22000023)

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
1st Degree in Logistics and Supply chain Management and related.

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ አዲስ አበባ

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ መስከረም
21/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ
https://orojops.com/jobs/ethiopian-shippi…ogistics-service/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram fi Facebook page keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno
Admas University በሚከተሉት የስራ መደቦች በርካታ ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position:-
1: Lecturer for undergraduate and postgraduate programs
2: Department Head
3: Central Human resource management Director
4: Central Human resource management assistant Director
5: College of distance education Administrative Head
6: Tutor/Tutorials partners
7: Library Head
8: Registrar Head


📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
Accounting and Finance,
Business management
Marketing Management
Computer science and
Hotel management

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ አዲስ አበባ

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ መስከረም
22/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ

https://orojops.com/jobs/admas-university/
🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram fi Facebook page keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno
Bank Of Abyssinia (BOA)በሚከተሉት የስራ መደቦች ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position:-
1: Banking Business Officer
2: Banking Operation Officer
3: Grade I Branch Business Manager
4 Senior Property Administration Officer
5: Grade I Branch Manager

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
BA Degree in Accounting, Management, Marketing, Banking and Finance, Economics or other Business Related Field

🇪🇹 የስራ ቦታ :Dire Sebategna Branch, Karamara Branch, Dire Airport Branch, Bedessa Branch, Sabian Branch

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ መስከረም
19/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ

https://orojops.com/jobs/bank-of-abyssiniaboa/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram fi Facebook page keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno
YEROO┃A TIME
• Gatii Yeroo •
• Times VALUE •
▬▬▬▬▬▬▬▬
Yeroon qabeenya qabeenyaan oliiti !!! Namni yeroo isaaf kennametti fayyadamu nama hubataadha.
❍ Yerootti fayyadamuun dandeettii xiyyeeffannoo namaa guddisa.
❍ Xiyyeeffannoon fiixaan bahuumsa karoora keenyaaf humna jalqabaati.

Namoonni GATII YEROO (times value) beekan yommuu dubbatan:

❍ "Yakki guddaan akka yeroo balleessuu, addunyaa kana irra hin jiru." jedhu. "Yeroon kan akeekaati, akeeknis kan yerooti."

❍ Ogeeyyiin fayyaa maaliif "time is life" yookiin yeroon jireenya jedhu beektaa?? Sababni isaa lubbuu namaa darbuuf daqiiqaa muraasni hafe du’a oolchu waan ta’eef.

❍ Atileetiin yookiin warri fiigan "Time is gold" yookiin yeroon warqiidha maaliif jedhu itti yaaddee jirtaa? Sababni isaa yeroo isaaniif kenname sana keessatti fiiganii maayikiroo sekondiidhaan dursanii mo'achuun warqii argatu waan ta’eef.

Yeroon, nama itti fayyadamuuf gahaa dha.
- Liyonaardoo Daveenchii

❍ Yeroo har’aaf siif kenname deebitee boru argachuu hin dandeessu. @segnigudeta
Guutummaa isaa join gochuun argattu

🔥waliif #qoodaa

⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaa #Irratti

🌈Telegrami join gochuun #Dadhabbii malee #mana kessan ta'aa #baasiif osoo hin saaxilamiin gitoota feetan irrattis #dorgomaa

👇👇👇👇

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0

⬇️Gaarummaa #gootaniif firiisaa isinumatu argata #share godhaa #chaneela beeksisaaf #group irratti

🌈Telegram BeeksisaaHojii

👇👇

@segnigudeta

https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Tarkaanfii Atattamaa Barruu Dogoggoraa/ Seer-maleessa waa’eee Oromoo irraatti baarraa’e ilaalchisuun fudhatame!

I/ Aanaa Perezdaantii Dhimmoota Akkaadaamiitiif
Yuunivarsiitii Jimmaa

Dhiimi isaa:- Tarkaanfiin Sirreeffamaa Ariifachiisaan Akka Fudhatamu beeksisuu ta’a

Yuunivarsiitii Jimmaatti Sagantaa barnoota fagoo Muummee Sooshiyoolojiitiin kennamuun moojuula gosa barnootaa ‘Sociology of Ethiopian Societies’ jedhamuuf barattootaaf qophaa’e irratti dhimma seenaa ummata Oromootiin walqabatee ibsi kenname dogoggoraafi seer-maleessa waan ta’eef murteewwan armaan gadii akka fudhataman isin beeksisa.

1ffaa- Moojuula sagantaa barnoota fagoo raabsame irratti yaadniifi ibsi dogoggoraafi seeraan alaa kenname kan ejjennoo Yuunivarsiitii Jimmaa hin ibsine tahuun hubatamee sirreeffamni atattamaa akka taasifamu

2ffaa- Moojuula sagantaa Barnoota fagoof raabsame irratti Ibsi dhiyaate kan ummataafi ummata walitti buusuu fi seera bilisummaa akkaadamii Dhaabbata Barnoota Olaanoo garmalee fayyadamuun kan barraa’e waan ta’eef moojulichi akka hin baayifamne , barattootaaf kan raabsames akka sassaabamu godhamee atattamaan akka dhabamsiifamu

3ffaa- Qaamonni hojii kana keessatti hirmaatan keessattuu barreessaafi gulaalaan moojuulichaa guyyaa har’aa Fulbaana 12 bara 2015 irraa kaasuun hojiirraa akka dhaabsifamanii seera Yuunivarsiitichaatiin dhimmichi koree namuusaaf dhiyaatee atattamaan murtiin akka itti kennamu

4ffaa- Rakkoon akkanaa irra deebiin akka hin mudanneef kitaabota barnootaa Yuunivarsiitichaa hunda irratti xiinxalli gadifagoon akka taasifamu

5ffaa- Murtiin bulchiinsaafi seeraa fudhatame ummataaf ifa akka godhamu akeekkachiisaa gara fuulduraatti xalayaan dhiifamaa marsariitii Yuunivarsiitichaafi toora miidiyaalee hawaasaa hunda irratti akka maxxanfamu cimseen isin akeekkachiisa
Viv Yuunivarsiitii Jimmaa
@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Beeksisa
MMWO, Fulbaana 13,2015
Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa ogeessota Gargaaraa Abbaa Seeraa ta’anii hojjachuuf fedhii qaban beeksisa baasuun galmeessee calallii gaggeessaa kan ture ta’uun ni beekama.
Bu’uuruma kanaan calallii gaggeeffamaa tureen kunneen qormaata barreeffamaatiif dabartan dubartoota 41 fi dhiirota 159 maqaa Keessan armaan gaditti kan maxxansine ta’uu hubachiisaa qormaanni gama Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa(ILQSO)n kan kennamu ta’uu fi guyyaa isaa gara fuulduraatti kan isin beeksifnu ta’uu beeksisaa hangasitti qormaata kennamuuf qophaa’aa akka turan ni hubachiifna.
@segnigudeta @wabisegni
Yuunivarsiitii Booranaa
@segnigudeta // @wabisegni
አማራ ባንክ ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position: - Customer Service Executive - II (Hawassa, Meti)

📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
BA in Accounting & Finance, Banking & Finance, Management, Business Management, Economics, Marketing Management, and related fields.

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ ሀዋሳ ፣መቲ

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡ እስከ መስከረም
17 /2014 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ

https://orojops.com/jobs/amhara-bank-s-c-external-vacancy/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram fi Facebook page keenya like godhaa!
Telegiraamii : keenya @oromiatecno
Tsehay Bank S.c በዜሮ ዓመት ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Position:- Trainee Banker

📚የትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
A minimum of BA degree holder from a recognized higher learning institution in Accounting and Finance,
Banking & Finance, Management, Business Administration, Economics, Marketing Management or related field of discipline

🇪🇹 የስራ ቦታ : Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡እስከ መስከረም
26/2015 ዓ.ም

🔔ስለ ስራው ሙሉ መረጃ ለማየት እና ለማመልከት ቀጣዩን ሊንክ ይጠቀሙ

https://orojops.com/jobs/11735/

🔰Beeksisa hojii haaraa argachuuf page Telegram fi Facebook page keenya like godhaa!
Telegiraamii: @oromiatecno join godhaa