Wabii Sanyii
6.52K subscribers
885 photos
26 videos
56 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Don't share your Big Dream
With Small Mind People

tiktok.com/@sanyiigudataa2
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Leenjii/Training M/Finfinnee GGAO.
Hoggansa/Leadership
Biizinaasii/Daldalaa
Daandii milkaa’inaa/journey of Success
Gurmuun hojjechuu/Team Work
Tooftaa hojii fkkk
Leenjisaan Dr. Gammachiis Dastaan
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
EEBBA KITAABAA
*
Sir
ni Ifoomsa Kitaaba 'Gola Harmee' Gaafa Guyyaa 28/11/2016 Waaree booda Sa'a 6:30 irratti Finfinnee Hoteela Ililii Internaashinaaliitti geggeeffama.
Kanaafuu Hiriyoonni Koo, firoonni koofi Jaalattoonniifi Leellistoonni Ogbarruu Oromoo hundi Maatiifi hiriyoota keessan waliin ta'uun keessummaa kabajaa sagantaa kanaa akka taatan waamicha Koo kabajaan isiniif dhiyeessa.

@segnigudeta @WABIISG
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Omishaa fi #Tajaajila
keessan beeksifadhaa!

#HUBACHIISA. Namonni beeksisa daldalaa, biizinaasii, omishaa fi tajaajila  fkk fakkaata beeksifachuuf yeroo baay’ee na gaafachaa turtanii isiin beeksisu danda'a keessan na dubbisaa. @WABIISG

Logo dhaabbata fi biizinaasii keessaniif yoo barbaddan Qajeelaa Graphics dubbisaa bilbila 0910166955

Galatoomaa/ThankYou
Sanyii Guddataa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Sagantaa kamiifuu yoo makeup hojjechiifachuu barbaaddan, bilbila armaan olii ykn karaa telegiramii nu qunnamuu dandeessu!!  @makeup_by_ayuti


Chaanaalii Telegiramii keenya #join #Share godha https://t.me/+vx2m8mgA5YFkNzFk

ለማንኛው አይነት ፕሮግራም makeup እንሰራለን በ0928858290 ይደውሉ ቡክ ያድርጉ እናመሰግናለን!


https://t.me/+vx2m8mgA5YFkNzFk
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Gatii Sammuu Beekuu

Sammuun dhala namaa kallattii sirriidhaan yoo ttiin hojjetan bu'aa buusa. Kallattii hamaatti yoo oofan miidha fida. Itti fayyadamuu dhiisnaan immoo bu'aa malee hafa.

#Sammuun qaama dhala namaa keessaa isa tokko tahee kan yaaduu, hubachuufi murtee kennuuf fayyadudha. Kana jechuun sammuun dhala namaa qaama hooggansaati jechuudha. Qaamni hooggansaa warra isa jalatti hoogganamaniif yaada ajajafi erga dabarsa. Warri isa jala jiranis dirqama isa irraa fudhatu. Dirqama isa irraa fudhatanis hojitti hiiku. Kanaaf sammuun dhala namaa madda yaadota haaraafi kalaqoota haaraati. Namni itti fayyadamu muraasa tahus.

Xiyyeeffannoon dhala namaa garuu sammuu gaariidhaan addunyaa gara gaariitti jijjiiruu irra osoo tahee bu'aa qabeessa ta'a. Yeroos addunyadhaaf furtuu tahuun danda'ama waan taheef.

Garuu, wanti nama gaddisiisu immoo namootni baay'een sammuu isaanitti hinfayyadamani. Warri kaan immoo sammuu kanaan hamaa hojjechaa diigaa oolu. Via Moonaa Fikaaduu

@segnigudeta @WABIISG
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Step_By_Step_Guide_to_Register_on_Udacity_5_million_Ethiopian_coders.pdf
1.3 MB
▪️🚩JOIN 5M+ Developers🎴Digital Literacy for Ethiopian Youth initiative🎴

▪️The launch of the 5 Million Ethiopian Coders Initiative, in partnership with the UAE, delivers these comprehensive benefits. Empowering Ethiopia’s Future by Cultivating 5 Million Coders.

The program offers 3 courses:
▪️1 - Programming Fundamentals
▪️2 - Data Science Fundamentals
▪️3 - Android Kotlin Developer.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/digital-literacy-for-ethiopian-youth-initiative-july-24-24/

▪️Deadline: Open Now

@segnigudeta @WABIISG

5,000,000 SOFTWARE DEVELOPERS

Gama mootummaan waggoota sadan dhufan keessatti akka biyyaatti ogeessota "Software Developers" miliyoona shan(5,000,000) barsiisuuf karoorsuun isiniif carraa guddaadha.

Share Step By Step Guide to Register on Udacity - 5 million Ethiopian coders Initiative.pdf

Waliif #share godha #Ijooleen keenya sila osoo #sookoo fi #soorgoo meeqa irraa barbaadu carraa irraa darba.

@segnigudeta @WABIISG
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
⚽️⏰️Odeeffannoo Ispoortii yeroo isaanii eeggatan Afaan keessaniin argachuu barbaadduu?

👕👕Waqtii jijjiirraa ganna kanaan taphattoota kilaba isin deeggartanitti makaman daftanii baruu hoo?

🎤📻Taateewwan ajaa'ibsiisoo kubbaa miillaa keessatti mudatan, seenessa bareedaa waliin dhiyaatanillee yoo feetan:

GoaLine Talks hordofaa, maatii keenya ta'aa!

Telegram Channel: @goalinetalks
Facebook Page: GoaLine Talks

Liinkii kunooti

@goalinetalks @goalinetalks
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
𝗘𝘅𝘁𝗲𝗿𝗻𝗮𝗹 𝗩𝗮𝗰𝗮𝗻𝘆 𝗔𝗻𝗻𝗼𝘂𝗻𝗰𝗺𝗲𝗻𝘁
Engineering Corporation of Oromia invite qualified and competent applicants.
Positions
𝟏. 𝐃𝐫𝐚𝐟𝐭𝐬 𝐌𝐚𝐧
𝟐. 𝐒𝐞𝐧𝐢𝐨𝐫 𝐇𝐢𝐠𝐡 𝐖𝐚𝐲 𝐄𝐧𝐠𝐢𝐧𝐞𝐞𝐫
𝟑. 𝐀𝐬𝐬𝐢𝐬𝐭𝐚𝐧𝐭 𝐑𝐞𝐬𝐢𝐝𝐞𝐧𝐭 𝐄𝐧𝐠𝐢𝐧𝐞𝐞𝐫
𝟒. 𝐒𝐞𝐧𝐢𝐨𝐫 𝐌𝐚𝐭𝐞𝐫𝐢𝐚𝐥 𝐄𝐧𝐠𝐢𝐧𝐞𝐞𝐫
𝟓. 𝐆𝐫𝐚𝐩𝐡𝐢𝐜𝐬 𝐃𝐞𝐬𝐢𝐠𝐧𝟔. 𝐔𝐫𝐛𝐚𝐧 𝐃𝐞𝐬𝐢𝐠𝐧
𝟕. 𝐔𝐫𝐛𝐚𝐧 𝐏𝐥𝐚𝐧𝐧𝐞𝐫𝟖. 𝐖𝐚𝐭𝐞𝐫 𝐒𝐮𝐩𝐩𝐥𝐲 & 𝐒𝐚𝐧𝐢𝐭𝐚𝐫𝐲 𝐄𝐧𝐠𝐢𝐧𝐞𝐞𝐫
𝟗. 𝐄𝐜𝐨𝐧𝐨𝐦𝐢𝐬𝐭
𝟏𝟎 𝐒𝐨𝐜𝐢𝐨𝐥𝐨𝐠𝐢𝐬𝐭
𝟏𝟏. 𝐆𝐞𝐨𝐦𝐚𝐭𝐢𝐜 𝐨𝐫 𝐆𝐞𝐨𝐝𝐞𝐬𝐲 𝐒𝐮𝐫𝐯𝐞𝐲𝐢𝐧𝐠

Qualification and to apply.

ecoet.org/jobs/internal-external-vacancy-announcement/
𝐃𝐞𝐚𝐝𝐥𝐢𝐧𝐞 𝟎𝟐/𝟎8/𝟐𝟎𝟐𝟒 𝟏𝟏:𝟎𝟎:𝟎𝟎

@segnigudeta @WABIISG
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Galatoomaa
Deemsi itti fufa🏃🏻‍♂️🏃🏻‍♂️🏃🏻‍♂️
Maatii 166,000 tanne jirra
@segnigudeta @WABIISG
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#AshaaraaMagariisaa.
Duula guyyaa tokkotti biqiltuu
Miiliyoona 600 dhaabuu

@segnigudeta @WABIISG