Wabii Sanyii
6.5K subscribers
878 photos
26 videos
56 files
966 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from michu Bright
#JowarDhekkame
#AdaraaOfEeggadhaaIjoollotniKeenya
Abshaalomaa
#baraafMurxuxxeeGadiJedhaniiJalabahuuJedhaOromoon
♨️Guutummasaa #dubbisaa
Barattoonni mooraa yunivarsitichaa keessatti bilbila qabatanii argaman to'annoo seeraa jala jiru" - Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa

Qormaattonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa wiirtuuwwan qormaataa seenuu isaanii Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa ibseera.

Qormaataan kamiyyuu meeshaalee dhorkaa ta’an qabatee akka hin galle godinicharraa ibsamuu kan ibse tajaajilichi, kanaan alattis inspeekshiniin qaamaa akka gaggeeffame beeksiseera.

Gidduu kanas, qoramtoonni mala hannaa adda addaa, keessattuu mobaayila fayyadamuun argaman mooraa yunivarsitichaa keessatti to’annoo seeraa jala akka ta’an himaniiru.

Gochi kun dambii qormaataa cabsuu cimaa waan ta’eef qormaata hundarraa kan haqamu ta’uu beeksiseera.

Haaluma walfakkaatuun kana booda qorataan kamiyyuu mooraa wiirtuuwwan qormaataa (university
👇👇
👇👇🔻
https://t.me/+V5L1UWTBIw1hYjE0
#Ulaagaa isaa hordofaa utuu hin galmahiin dura Maal akka isin irraa Eegamu #dubbisaa
🌈Telegramii #join gochuun
👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Ethiopian Airlines Group would like to announce a new vacant position in the capacity of Jr. Desktop Technician in our IT Division & Procurement Officer.

Dippiloomaa Kolleejjii /10+3/ Sadarkaa IV Ragaa Saayinsii Kompiitaraa/Computer Maintenance & Networking/Information Technology ykn damee barnootaa walqabatu kamiinuu TVET/Kolleejjii/University beekamtii qabu irraa yoo xiqqaate muuxannoo barbaachisaa waggaa sadii dhaabbata beekamaa keessatti qabaachuu.

NB: umurii: waggaa 18 – 35.
GUYYAA FI BAKKA GALMEESSUU

Waxabajjii 19 – 26, 2022tti, Waajjira Muummee Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa, Gamoo Intarpiraayizii Buufata Xiyyaaraa Itoophiyaa (Waajjira Qaxarrii)

#Seera ittin dorgomtan sirritti ilaalaa #Ulaagaa isaa guutuun

🔥Join godhaa #share waliif godhaa
👇👇👇👇
🌈Telegram Join godhaa dorgomaa
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#AriifachiisaaAsumaan Maqaa keessan Ilaalladhaa #Warreen Milkooftan

#Share gochuu hin #Dagatinaa
♨️Namoota galmahaan #akka qaqqabuuf
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa hoji gaggeessaa filannoo ta'aanii akka hojjetaniif Beeksisa baasuu isaa ni yaadatama Qeeqa akka laattaniif akkasuma namoota milkaa'aanis maqaa baaseera
#Telegramii seenuun guutummaa isaa #dubbisaa kanneen #Apply gootan qofti
liinkii banuun
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Mee #Dubbisaa Adaraa..

#JackMa jedhama. Nama lammii biyya chaayinaati. Jack seenaa isaa keessatti nama dadhabaa jedhamee beekama ture. Baratee qormaata seensa yuunivarsitii si'a 3 kufe. Jack hojii 30 olitti qacaramuuf iyyate. Tokkoon isaallee hin qacarre. Hunda caalaa kan nama dhibu yeroo hojii deemu poolisii wajjiin adeema, ati nama gaarii miti jedhuun. kampany KFC jedhamutti na qacaraa jedhee nama 24 wajjiin iyyate. Nama 23 qacaranii, isa dhiisan. Haata'uu malee Jack nam afaan Ingiliizii barachuuf guddaa ifaaje. Biycle'n deemsa karaa dheeraa qaxxaamuree waggaa 9f warroota US irraa dhufan irraa afaan ingiliizii kana barataa ture. Maqaa isaa afaan chaayinaatiin waamuun waan nama dhibuuf Jack jedhanii warri faranjii moggaasaniif. Jack nama dadhabaa jedhamuu isaaf tasuma abdii hin kutanne. karaa hiriyyoota isaa carraa USA daawwachuu argate. Hiriyyootni isaa akkataa internet itti fayyadamu barsiisan. Jalqaba irratti jecha "beer" jedhu search godhee ture. kan biyyoota biroo argus kan biyya chaayinaa hin argine.odeeffannoo garaagaraa kan biyya chaayinaa yeroo internet gubbaa barbaadu hedduu hin arganne. Hiriyyootni isaa website fokkataa chaayinaatti dhiyaatu tokko tolchanii isa wajjiin itti fayyadaman. Sa'aa muraasa booda namootni isa baruu barbaadan isaaf barreessanii, adaraa marsariitii(website" kampanii keenyaaf nuuf hojjadhu jedhan. Kana booda Jack wantichi gatii qabaachuu isaa gaafa baru, haadha manaa isaa wajjin doolaara 20, 000 walitti qabanii website hojjachuu eegale. kampaanotaaf erga hojjatee, waggaa 3 booda kaappitaala 800,000 argate. Achi booda gaazexessitootnii TV irratti gaafiif deebiin asiif achi butan. walumaagalatti kampaanota daldala addaa addaa irratti hojjataniif website hojjachaa erga turee, waggaa muraasa booda abbaa kaappitaala doolaara miliyoona 25 ta'e. Yeroo ammaa kanatti Jack nama sooressa biyya Chaayinaa jedhama. :D

Carraan namaa karaa tokko qofaan miti. Namni dadhabaan hin jiru, inni ulaagaa tokkoon dadhabaa, kan biraatiin baay'ee cimaa dha. Baruumsaan dadhabaa jechuun, waan biraatiin dadhabaa jechuu miti. Jireenyi karaa tokko qofa miti. Balballi gammachuu tokko yoo cufame kan biraattu banama.

@segnigudeta @wabisegni
Yoo Jaalattan "#Like "#Share"
gochuu hin dagatinaa.
#Seera_Haaraa
Fesbuukiin Itoophiyaatti hokkora kakaasuun beenyaa birrii biil. 100 ol akka kaffalu himatame
#Odeeffannoo karaa Telegramii argadhaa
Himanni Facebook irratti dhiyaate yeroo walwaraansi Itoophiyaa keessa jiru algoorizimiin Fesbuukii jeequmsii fi haasaan jibbiinsaa akka babal’atu gargaare kan jedhuudha.
#Telegramii warreen gargaaramtan fayadamoo taatuu
🌈Join godhaa #dubbisaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Dhalooti Maaliif #Abdii kuta?

#liinkii kan gadii #dubbisaa yaada
keessan barressaa galatoomaa

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/357999566565698/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj

"Yoo abdii hin kutanne, ammallee carraa of harkaa qabda, abdii kutachuun jalqaba kufaatii keenyaati.” @segnigudeta