Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso
Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo Sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba, guyyaa ati milkaa’uu eegaltu moo........!
Gaafa waan haaraa eegaltu..!.
Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.

#Sammuun Akka Iddoo #Biqiltuuti 🪴|
❍ Mul'ata kee namoota Ijaarama sammuu guddataa/#GrowthMindset fi qajeelaa qabaniif qoodi malee namoota sammuu Ego fi ijaarama sammuu dhaabbataa/#FixedMindset qabaniif hin qoodin!
» Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraan miidhagaa, namatti kan tolu ija godhachuuf kan daraaru ta'a. Garuu yoo tuffatte margi hin barbaachifnee fi qoraattiin bakka isaa biqiluu danda'a.
» Yaadni kee akka sanyii ati facaaftu ti. Yaada gaarii yoo facaafte bu’aa gaarii argatta. Garuu yaada gadhee yoo facaafte, waan hamaa qofa haammatta. Filannoon kan keeti.
» Gammachuun waan ari’amu yookiin horachuu danda’an miti. Duraan si keessa jira.
» Milkaa’inni dhugaa, qabeenya yookiin aangoo kuufachuu osoo hin taane, jireenya hiika qabu kan ofis, namoota biroos fayyadu jiraachuudha.
» Of beekuun guddina dhuunfaa fi jijjiirama dhuunfaaf furtuudha. Yaada, miiraa fi amala keenya caalaatti yommuu hubannu, jireenya keenya irratti jijjiirama gaarii gochuu jalqabuu dandeenya.

Yaadadhu | Dubbiilee Hayyootaa •
➊. Abrahaam Liinken
— Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
— Waan feete ta'i; garuu itti cimi!
— Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
— Kufaatii keef dhimma hin qabu; kanan dhimmu ka'uu keef!
➋. Beenjaamiin Firaankiliin
— Namni obsa qabaachuu danda’u waan barbaadu argachuu danda’a.
— Qophaa 'uu yoo dadhabde kufaatiif qophoofta.
— Yookiin waan dubbifamuuf malu barreessi!
— Yookiin waan barreeffamuuf malu hojjedhu!
— Investimentiin beekumsa irratti ta'u dhala hunda caalu namaaf kaffala.
— Foddaan mana kee fuullee yoo qabaate, ollaa keetti dhagaa hin darbatin!
➌. Guutamaa Budihaa
— Kan nuti taanee jirru bu'aa wanta nuti yaadneeti.
— Namni ogummaadhaan jiraatu du'ayyuu hin sodaatu.
— Yoo waa dubbachuu feete yeroo hundumaa dubbiin sun dhugaa, barbaachisaa fi gaarii ta'uu of gaafadhu!
— Okkoteen copha cophaan guutti!
— Gammachuun keessa keetii dhufa, alaa hin eegiin!
— Rakkoon kee maali seete? Yeroo qaba jettee yaadda.
➍. Maatamaa Gaandii
— Namni dadhabaan dhiifama hin godhu. Dhiifama gochuun amala nama jabaati.
— Gammachuun yeroo waan ati yaaddu, waan ati dubbattuu fi waan ati hojjettu tokko ta'aniidha.
— Namni gaariin michuu uumama hundumaati.
— Namni bu'aa yaadota isaati, waan yaadu ta'a.
➎. Maartiin Luuter Kiing
— Umurii qofaa lakkaa'uu dhaan dheerina yeroon namaa nyaatame caalaa kan nama gaddisiisu hin jiru.
— Humni diina ofi irratti jijjiiruu danda’u tokkichi jaalaladha.
— Namni dhiifama gochuuf humna dhabe, jaalachuuf humna hin qabu.
— Urjoota arguu kan dandeessu dukkana keessatti qofaadha.
— Fincilli sagalee warra hin dhaga'amneeti.
➏. Maazar Tereezaa
— Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaalachuuf yeroo hin qabaattu.
— Jechoonni gaggaariin gabaaboo fi salphoo ta'uu danda’u, sagaleen isaanii garuu dhuma hin qabu.
— Namoota dhibba nyaachisuu yoo dadhabde tokko qofa nyaachisi!
— Hojiin jaalala hin qabne garbummaadha.
— Jireenyi namoota kaaniif hin jiraatamin jireenya miti. via leadership @segnigudeta @segnigudeta

Soorata Sammuu
❏ Namni guyyaattis ta'u torbeetti hangam qaamni isaa akka dabale ilaaluuf hangaa fi dheerina isaa ni safara.
Magaalaa keessa yeroo deemtan iddoo hedduutti waan ittiin hanga ofii safaran argattu. Namuu itti goree of ilaala. Keessattuu dargaggeessi hangam akka qaamni isaa dabale ilaaluuf yeroo hedduu hanga isaa safara. Kana biraan immoo boca qaama isaa eeguu fi jabaa ta'ee of arguuf sochii
qaamaa hojjeta.
✪ Kana qofa miti qaama isaa guddisuuf nyaata illee hanga humni isaa dandeessise filatee nyaata.
✪ Xiyyeeffannoon kun hunduu qaamaan guddaa fi boca gaarii qabaatanii guddina barbaadan argachuufi.
➢ Akka saayinsiin jedhutti ilmi namaa guddate (developed) ta'e jechuuf qaama biratti yaadaan, miiraan, hawwaasummaa fi dandeettii sammuun guddachuu qaba jedha. Sirriidha.
➢ Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu #sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba. Barnoonni sirriin soorata sammuuti.
➢ Barnoota sirrii yoo jennu barnoonni dhugaan kan waa'ee dhala namaa, addunyaa, ardiif samii akkasumas kan waa'ee uumamaa fi uumaa dhugaa qabatamaan jiruun barsiisu jechuudha.
➢ Barnoonni sirriin dhugaa qabatamaa lafarra jiru waliin wal simee sammuu dhala namaa misoomsuu qaba.
➢ Sammuun dhala namaa barnoota sirriin gabbatee jiruu fi jireenya namaa jijjiiruu qaba. Kana irraa maqnaan jireenyi dhala namaas milkii irraa maquun, guddinaaf gumaata dhiisee gufuu ta'a.
➢ Maarree guddinni dhala namaa sirrii akka ta'uuf, sammuun barnoota sirriin misoomee dagaaguu qaba.
➢ Hamma kana hin argannetti garuu dhamaatii gatiif hiika hin qabne, jireenya furtuu malee gad dhiisii ta'ee fi yaada hin hogganamneen raafamuudhaaf saaxilamna.
➢ Dandeettii ofii mirkaneessuun, cimina jajjabeessuu fi hanqina ofii irraa barachuun of guddisuuf mala jalqabaa ta'a. @personaldevelopmenforselfgrowh

Kabajamtoota hordoftoota chaanaalii telegiramii soorata sammuu
Kayyoon Chaanaalii kan.
👉 Barreefamoota Xiin-sammuu
👉 Jechoota kaka'umsaa
👉 Gorsa jireenyaa
👉Jeechoota Onnachiiftuu
👉 Soorata sammuu
👉 Muuxannoo jireenya namoota milkaa'ini irraa argaatu 👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! Itti fayyadami
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
Kayyoon Chaanaalii kan.
👉 Barreefamoota Xiin-sammuu
👉 Jechoota kaka'umsaa
👉 Gorsa jireenyaa
👉Jeechoota Onnachiiftuu
👉 Soorata sammuu
👉 Muuxannoo jireenya namoota milkaa'ini irraa argaatu 👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! Itti fayyadami
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Tilmaamaa, Badhaafamaa‼️
#Liverpool VS #Arsenal
#NB. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. @segnigudeta
Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 5ffaa carraa gaarii hundaaf.

#Yeroodhiyooti #telegramlivestreaming irratti Muuxannoo jireenya ishee akka nu qooduuf
#Seenaa koo kanneen yeroon kaasu hiriyoota koof fakkeenya ta'uuf malee of himuuf akka hin taane himuun barbaada. Si'achi jireenya rakkisaa akkasii jiraachuu dhiisuu waanan danda'uuf! #BirqeeGassee
"#Gowwaan of irraa ilaalee bara; #gamni garuu nama biraa irraa ilaalee bara," akka jedhu Oromoon, waantoonni ani olitti barreesse kunneen anaaf #seenaadha, #obboloota baay'ee na duubaan dhufaa jiraniif garuu barnoota, gorsa akkasumas muuxannoo ta'uu danda'a jedhee waanan yaadeefan seenaa jireenyaa koo muraasa isiniif qooduu barbaade.
ERGAA
Dhalli namaa hundi gaafa dhalatu jireenya addunyaa wal fakkaataatti hin dhalatu. Kanaaf gaarii haa taatuu hamtuu hunduu hiree hiree isaa jiraachuuf dirqama. Jireenya mo'atanii milkaa'uun immoo injifannoodha.
https://t.me/sooratasammuua

➡️Misooma #sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
✍️Hojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha. Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha. Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!"
Misooma sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
✍️Mul'anni kee baay'ee gati jabeessadha
Jireenya kee kessatti mul'anni ati baastee ittin hin hojjenne addunyaaf bu'aa hin qabu. Dhaloota kana fayyadu isa ati baastee ittiin hojjette qofadha.
Kanaafuu, mul'anni keessa kee jiru akkuma jirutti gaaf tokko si waliin akka hin duune, dammaqxee irratti hojachuu si irraa eegama. Isa ta'uuf yaadamtee uumamte akka taatu, rakkoo murta'aa furuuf gara addunyaa kanaa dhuftes kan si taasisu mul'ata keeti.
✍️Umurii lakkooftee qofa akka dabartuuf miti jireenyi kan siif kenname. Galma gahinsa mul'ata keef hojjedhuu jireenya kee Jireenya lakkaa'amu, jireenya du'a kee boodaa ille dhaloonni yaadatu taasisi. Namoonni milkaa’inoo hojii jaallatu, hojiitti amanus, humna qaban hundaan yeroo qaban hundatti hojii hojjechuudhan beekamu. Iccitiin milkaa’inaa inni guddaan hojii akka ta'e haalaan waan beekaniif, hojii barabaachiisaadha jedhanii itti amanan kamuu ni hojjetu.
✍️Mul'anni kee kunuunsa guddaa barabaada Namonii baye'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'ee hafa!.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
👍 ❤ 🗨️ ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆 𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆

#MaatamaGaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
⓵. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
⓶. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
⓷. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
⓸. Daldala hamilee malee (business without morality)
⓹. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
⓺. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
⓻. Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
⓼. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
⓽. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
⓾. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).

Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin Isan)
🎴Gadaa Bank SC🎴🚩For Fresh & Exp
▪️1 - Trainee Banker
▪️2 - IT Trainee
▪️3 - Management Trainee
▪️4 - Branch Manager I
▪️5 - Branch Manager I (IFB Full-fledged Branch)
▪️6 - Accountant (IFB Full-fledged Branch)
▪️7 - Senior Cashier (IFB Full-fledged Branch)
▪️8 - Senior Accountant
▪️9 - Senior Merchant and Agent Banking Operation Officer
▪️10 - Senior Mobile and Internet Banking Officer
▪️11 - Cheif, Resource Management Officer
▪️For detail information please visit the below link
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/gadaa-bank-sc-dec-25-23/
▪️Deadline: Dec 30/2023

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Selfdevelopment
1. Self-awareness: Start by understanding yourself, your strengths, weaknesses, values, and beliefs. Self-awareness is the foundation of personal development.
2. Set Clear Goals: Define specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals for different areas of your life.
3. Continuous Learning: Make learning a lifelong habit.
4. Embrace Change: Be open to change and adaptability.
5. Time Management: Effective time management is crucial.
6. Positive Thinking: Cultivate a positive mindset.
8. Resilience: Understand that setbacks and failures are part of the personal growth journey.
9. Health and Well-being: Take care of your physical and mental health through regular exercise
10. Relationships: Nurture positive, meaningful relationships with others.
12. Reflection: Regularly reflect on your progress and adjust your strategies as needed.
13. Persistence: Personal development is a long-term journey.

#Jireenya_Keef_Itti_Gaafatamummaa_Guutuu_Fudhadhu!
“Dandeettiin raawwii gaarii kan eegalu wantota jireenya keef akkasumas jireenya kee irratti ta’an hundaaf itti gaafatamummaa fudhachuudhaani.” Brian Tracy
“Baay’een keenya bilisummaa hin barbaadnu, sababni isaas bilisummaan itti gaafatamummaa fudhachuu gaafata; baay’een keenya immoo itti gaafatamummaa fudhachuu ni sodaanna.” Sigmund Freud
Jireenya keef itti gaafatamummaa kan fudhatu nama tokko qofa, namni sunis si’uma mataa keeti! Hoogganaa kee miti, hiriyyaa gaa’elaa kee miti, warra kee miti, hiriyyoota kee miti, maamiltoota kee miti, dinagdee miti, haala qilleensaas miti. Si mataa keeti! Wantota jireenya keenya keessatti ta’an hundaaf namoota biroo komachuu yoo dhaabnu waan hunduu jijjiiramuu eegala! Jireenya keef itti gaafatamummaa fudhachuu jechuun jireenya kee ofii kee hoogganuu fi taatoo adda duree jireenya keetii ta’uu jechuudha. Wantotaan miidhamuu mannaa humna ittiin wantota mataa keetii uumtu argatta yokaan immoo yoo xiqqaate waldhaansoowwan jireenya keetii akkamitti akka injifattu humna ittin murteessitu argatta. Jireenya kee keessatti maalti iyyuu yoo si mudate wanti murteessaan ilaalcha ati wantichaaf qabdudha. Ilaalchi ati qabaattu immoo filannoo mataa keeti!
Hir’ina jireenya keetiif namoota kaan kan komattu yoo taate, jireenya kee fooyyessuuf maaltu ta’uu qaba? Isaan kaan hunduu jijjiiramuu qabu jechuudha. Michuu koo sittan hima, kun immoo waan ta’uu danda’u miti. Jireenya kee irratti taatoo adda dureen si’i yoo ta’e, humna ittiin wanta jireenya kee keessatti hin barbaadne jijjiirtu ni qabaatta! Yaadota, gochaawwanii fi miirawwan kee kan to’atu si mataa keeti. Jechoota kee, wantota TV irraa ilaaltu, namoota yeroo kee waliin dabarsuu barbaaddus kan murteessu si’i. Bu’aawwan jireenya kee keessatti argatte jaallachuu yoo baatte galteewwan kee jijjiiri—yaadota, miirawwanii fi hawwiilee kee. Warra kaan waliin falmuu dhiisiitii deebii gaarii kennuu jalqabi. Falmiin otoo hin beekiin kan raawwattu yoo ta’u, deebii kennuun garuu deebii kee hubannoodhaan filachuu jechuudha.
#Jireenya_kee_harka_dhuunfaa_kee_keessa_yoo_taasistu_maaltu_taha? … #Nama_komattu_hin_qabaattu! (Erica Jong). Namni xiin-sammuu miidhamaa qabu akkana jedha, “Tokkoo tokkoo rakkoo jireenya koo mudateef sababni namoota birooti!” Haa ta’u malee, qaama rakkinichaa ta’uudhaa yoo baatte qaama furmaataas ta’uu hin dandeessu yookaan jecha biroon ibsuuf, rakkinichi kan uumame qaama alaan yoo ta’e, furmaanni isaas qaama alaa irratti kan hundaa’e ta’a. Gara hojii yoo deemtu kan barfattu sababa karaan cufatuuf yoo ta’e, yeroodhaan bakka hojii kee ga’uuf maaltu ta’uu qaba? Ajaa’iba ta’e tokkoon karaan cufate sun banamuu qaba jechuudhaa? Sababni isaa yeroo karaan cufatu mara ati ni barfatta waan ta’eef. Ta’uu baannaan garuu akka taatoo adda duree tokkootti dursitee manaa ba’uu qabda. Amma murteessaan si ta’e jechuudha.
Kanaaf amma illee addunyaan alaa wantota to’achuu hin dandeenye akka waldhaansoo qabdu si taasisu illee, eenyummaa ittiin haalicha dura dhaabattu filachuuf bilisummaa qabda.
Namni xiin-sammuu miidhamaa qabu yeroo hundaa falmii hin barbaachisne jaallata, yeroo hundaa akka waan balleessaa hin qabneetti of yaada, kanaaf rakkinoota isa mudatan hundaaf namoota biroo komachaa jiraata. Namni akkanaa yeroo isaa isa darbe miidhamuu isaaf komachaa gara fuula duraatti rakkoowwan isaaf furmaatonni ajaa’ibsiisoon akka uumaman yookaan namoonni rakkinicha uuman haala ajaa’ibaan akka jijjiiraman abdiidhaan eeggata.
Nama akkanaaf yeroo inni darbe barumsa barbaachisaa kan irraa argatu, yeroon ammaa tasgabbiidhaan kan itti jiraatuu fi carraawwan jijjiiramaa addaan hin cinne kan itti argatu akkasumas galmawwan isaa gara fuula duraa murteessuudhaan gara hojiitti kan itti seenudha. Gaaffii inni guddaan,“Jireenyi haalawwan kana yeroo siif dhi’eessitu hojii keen eenyu ta’uu barbaadda?” isa jedhudha. Via Ebisa Bayissa

ANI MAALIIFAN UUMAMEE?
What's your purpose of life.?
Jireenya keessatti waanti ati ta'uu qabdu sitti himameera ta'a,atis isa sitti himame hojjachuuf tattafatteetta ta'a,garuu itti hin milkooftu.Sababni isaa immoo,sitti himame malee,ati ofitti hin himne.Hojiin milkaa'ina qabu ofumaaf ofitti himuu irraa jalqaba!
Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin.
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef.
Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf battala barreefama kana dubbisteen of qopheessi. Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
Kanafuu obbolee kayyoo jireenya kee beeki..? Ani maliifan uumamee?

Viidiyoo kanarraa waa’ee jireenyaa barattu daawwadhaa #Jireenyi yeroo tokko ol ka’u deebi’anii kufuu gaafata kaayyoo qabaannan ammoo waan hundumaa ni baratta jedhen amana. Via Gemeda
Maal irraa Barannaa...?
Maal irraa Barannaa...?
Galatoomaa/ThankYou
@segnigudeta @segnigudeta
Congratulations/Baga gammaddan
Deemsi itti fufa🏃🏻♂️🏃🏻♂️🏃🏻♂️
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa
@segnigudeta @segnigudeta
Congratulations/Baga gammaddan
Deemsi itti fufa🏃🏻♂️🏃🏻♂️🏃🏻♂️
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#DhangaaUbuntuu
"Ani ana kanin ta'e isiin waan isin taataniifi" I am Who I am because of who you are Olmaan guyyaa har'aa dhangaa Ubuntuu Waliin.
Personal development
Entrepreneurship
Leadership skills
Accounting skills
Ewnetu Hailu (PhD)
Hundeessaa fi Hogganaa
Ubuntu school of life
Leenjiin Afaan Oromoo, English, Amharic
"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyaa filadhu."— (Giriikota)
Ilaalchi gaariin jireenya keessatti utubaa dha! Ilaalcha gaarii qabaachuu (Posative thinker) ta'uun kennaa hunda caaluu dha! Namonni barabaadan #Galmeen ewnetuu@gmail.com
Bilbila 0944116753