#Congratulations
Deemsi itti fufaππ»ββοΈππ»ββοΈππ»ββοΈ
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
DUUDHAALEE JIREENYAA
Principles of Life
α¨α ααα΅ αααα½ β’
1. Of Fudhachuu (simachuu)
π Self Acceptance
α«α΅α ααα α
2. Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
π Living for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
3. Dorgommii irraa fagaachuu
π Avoiding competition
α¨αα΅α΅α αα«α
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
π Positive Thinking
αα αα°α₯
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
π Being willing to learn
αααα ααα°α ααα
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
π Walking with wisdom
α α₯α α₯ ααααα΅
7. Gamna (qaxalee) Ta'uu
π Being Intelligent
α₯αα ααα
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
π Taking no offence easily
α ααα α αααα¨α
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
π Leading a life with gratitude
α¨αα΅αα α ααα΅ ααα
10. Waan gaariidhaaf (Fooyya'aadhaaf) deemuu
π Going for the best
ααα‘α αααα
11. Yeroo hubachuu
π Understand the timing
αααα ααα
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
π Accept what you can't change
αααα₯ α¨ααα½αα΅α ααα α
13. Waraana kee filadhu
π Chose your Wars
α¨αααα΅α α¦ααα΅ ααα¨α₯
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
π Forgiving all and avoiding vengeance
ααα αα α ααα΅α α ααα αα°α
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
π Preserve in suffering
α αα¨α« αα΅α₯ αα αα΅
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
π Pure joy and rest
ααα α°α΅α³α α₯α¨αα΅
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
π Value inner beauty
ααα΅α₯ αα α΅ αα αα΅α α΅
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
π Being humble and not despising others
α΅αα΅ αααα ααα½α α αααα
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
π Being disciplined in life
α α΅α α΅αα α΅ ααα
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
π Giving and receiving
αα΅α α΅α ααα α
21. Onnee kee hordofi!
π Follow your heart (Instinct)
αα₯α αα¨α°α
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu!
π Give due honor
αα₯α αααα£α αα₯α αα΅α α΅
23. Cimanii kadhachuun!
π Pray seriously
α°ααΆ αααα
24. Seenaa hojjechuu! yaadannoo (ashaaraa) kaa'anii darbuu
π Make history, leave legacy
α³αͺα αα΅α«α΅ α α»α« αα°α viv Getu

#Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamus Dr. Gutu Tesso
Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo Sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba, guyyaa ati milkaaβuu eegaltu moo........!
Gaafa waan haaraa eegaltu..!.
Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.

#Sammuun Akka Iddoo #Biqiltuuti πͺ΄|
β Mul'ata kee namoota Ijaarama sammuu guddataa/#GrowthMindset fi qajeelaa qabaniif qoodi malee namoota sammuu Ego fi ijaarama sammuu dhaabbataa/#FixedMindset qabaniif hin qoodin!
Β» Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraan miidhagaa, namatti kan tolu ija godhachuuf kan daraaru ta'a. Garuu yoo tuffatte margi hin barbaachifnee fi qoraattiin bakka isaa biqiluu danda'a.
Β» Yaadni kee akka sanyii ati facaaftu ti. Yaada gaarii yoo facaafte buβaa gaarii argatta. Garuu yaada gadhee yoo facaafte, waan hamaa qofa haammatta. Filannoon kan keeti.
Β» Gammachuun waan ariβamu yookiin horachuu dandaβan miti. Duraan si keessa jira.
Β» Milkaaβinni dhugaa, qabeenya yookiin aangoo kuufachuu osoo hin taane, jireenya hiika qabu kan ofis, namoota biroos fayyadu jiraachuudha.
Β» Of beekuun guddina dhuunfaa fi jijjiirama dhuunfaaf furtuudha. Yaada, miiraa fi amala keenya caalaatti yommuu hubannu, jireenya keenya irratti jijjiirama gaarii gochuu jalqabuu dandeenya.

Yaadadhu | Dubbiilee Hayyootaa β’
β. Abrahaam Liinken
β Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
β Waan feete ta'i; garuu itti cimi!
β Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
β Kufaatii keef dhimma hin qabu; kanan dhimmu ka'uu keef!
β. Beenjaamiin Firaankiliin
β Namni obsa qabaachuu dandaβu waan barbaadu argachuu dandaβa.
β Qophaa 'uu yoo dadhabde kufaatiif qophoofta.
β Yookiin waan dubbifamuuf malu barreessi!
β Yookiin waan barreeffamuuf malu hojjedhu!
β Investimentiin beekumsa irratti ta'u dhala hunda caalu namaaf kaffala.
β Foddaan mana kee fuullee yoo qabaate, ollaa keetti dhagaa hin darbatin!
β. Guutamaa Budihaa
β Kan nuti taanee jirru bu'aa wanta nuti yaadneeti.
β Namni ogummaadhaan jiraatu du'ayyuu hin sodaatu.
β Yoo waa dubbachuu feete yeroo hundumaa dubbiin sun dhugaa, barbaachisaa fi gaarii ta'uu of gaafadhu!
β Okkoteen copha cophaan guutti!
β Gammachuun keessa keetii dhufa, alaa hin eegiin!
β Rakkoon kee maali seete? Yeroo qaba jettee yaadda.
β. Maatamaa Gaandii
β Namni dadhabaan dhiifama hin godhu. Dhiifama gochuun amala nama jabaati.
β Gammachuun yeroo waan ati yaaddu, waan ati dubbattuu fi waan ati hojjettu tokko ta'aniidha.
β Namni gaariin michuu uumama hundumaati.
β Namni bu'aa yaadota isaati, waan yaadu ta'a.
β. Maartiin Luuter Kiing
β Umurii qofaa lakkaa'uu dhaan dheerina yeroon namaa nyaatame caalaa kan nama gaddisiisu hin jiru.
β Humni diina ofi irratti jijjiiruu dandaβu tokkichi jaalaladha.
β Namni dhiifama gochuuf humna dhabe, jaalachuuf humna hin qabu.
β Urjoota arguu kan dandeessu dukkana keessatti qofaadha.
β Fincilli sagalee warra hin dhaga'amneeti.
β. Maazar Tereezaa
β Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaalachuuf yeroo hin qabaattu.
β Jechoonni gaggaariin gabaaboo fi salphoo ta'uu dandaβu, sagaleen isaanii garuu dhuma hin qabu.
β Namoota dhibba nyaachisuu yoo dadhabde tokko qofa nyaachisi!
β Hojiin jaalala hin qabne garbummaadha.
β Jireenyi namoota kaaniif hin jiraatamin jireenya miti. via leadership @segnigudeta @segnigudeta

Soorata Sammuu
β Namni guyyaattis ta'u torbeetti hangam qaamni isaa akka dabale ilaaluuf hangaa fi dheerina isaa ni safara.
Magaalaa keessa yeroo deemtan iddoo hedduutti waan ittiin hanga ofii safaran argattu. Namuu itti goree of ilaala. Keessattuu dargaggeessi hangam akka qaamni isaa dabale ilaaluuf yeroo hedduu hanga isaa safara. Kana biraan immoo boca qaama isaa eeguu fi jabaa ta'ee of arguuf sochii
qaamaa hojjeta.
βͺ Kana qofa miti qaama isaa guddisuuf nyaata illee hanga humni isaa dandeessise filatee nyaata.
βͺ Xiyyeeffannoon kun hunduu qaamaan guddaa fi boca gaarii qabaatanii guddina barbaadan argachuufi.
β’ Akka saayinsiin jedhutti ilmi namaa guddate (developed) ta'e jechuuf qaama biratti yaadaan, miiraan, hawwaasummaa fi dandeettii sammuun guddachuu qaba jedha. Sirriidha.
β’ Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu #sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba. Barnoonni sirriin soorata sammuuti.
β’ Barnoota sirrii yoo jennu barnoonni dhugaan kan waa'ee dhala namaa, addunyaa, ardiif samii akkasumas kan waa'ee uumamaa fi uumaa dhugaa qabatamaan jiruun barsiisu jechuudha.
β’ Barnoonni sirriin dhugaa qabatamaa lafarra jiru waliin wal simee sammuu dhala namaa misoomsuu qaba.
β’ Sammuun dhala namaa barnoota sirriin gabbatee jiruu fi jireenya namaa jijjiiruu qaba. Kana irraa maqnaan jireenyi dhala namaas milkii irraa maquun, guddinaaf gumaata dhiisee gufuu ta'a.
β’ Maarree guddinni dhala namaa sirrii akka ta'uuf, sammuun barnoota sirriin misoomee dagaaguu qaba.
β’ Hamma kana hin argannetti garuu dhamaatii gatiif hiika hin qabne, jireenya furtuu malee gad dhiisii ta'ee fi yaada hin hogganamneen raafamuudhaaf saaxilamna.
β’ Dandeettii ofii mirkaneessuun, cimina jajjabeessuu fi hanqina ofii irraa barachuun of guddisuuf mala jalqabaa ta'a. @personaldevelopmenforselfgrowh

Kabajamtoota hordoftoota chaanaalii telegiramii soorata sammuu
Kayyoon Chaanaalii kan.
π Barreefamoota Xiin-sammuu
π Jechoota kaka'umsaa
π Gorsa jireenyaa
πJeechoota Onnachiiftuu
π Soorata sammuu
π Muuxannoo jireenya namoota milkaa'ini irraa argaatu π Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! Itti fayyadami
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
Kayyoon Chaanaalii kan.
π Barreefamoota Xiin-sammuu
π Jechoota kaka'umsaa
π Gorsa jireenyaa
πJeechoota Onnachiiftuu
π Soorata sammuu
π Muuxannoo jireenya namoota milkaa'ini irraa argaatu π Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa! Itti fayyadami
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Tilmaamaa, BadhaafamaaβΌοΈ
#Liverpool VS #Arsenal
#NB. Yaada barreesitan ββeditββ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. @segnigudeta
Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 5ffaa carraa gaarii hundaaf.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
#Liverpool VS #Arsenal
#NB. Yaada barreesitan ββeditββ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. @segnigudeta
Namoota dursee tilmaamaan 1ffaa hangaa 5ffaa carraa gaarii hundaaf.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
#Yeroodhiyooti #telegramlivestreaming irratti Muuxannoo jireenya ishee akka nu qooduuf
#Seenaa koo kanneen yeroon kaasu hiriyoota koof fakkeenya ta'uuf malee of himuuf akka hin taane himuun barbaada. Si'achi jireenya rakkisaa akkasii jiraachuu dhiisuu waanan danda'uuf! #BirqeeGassee
"#Gowwaan of irraa ilaalee bara; #gamni garuu nama biraa irraa ilaalee bara," akka jedhu Oromoon, waantoonni ani olitti barreesse kunneen anaaf #seenaadha, #obboloota baay'ee na duubaan dhufaa jiraniif garuu barnoota, gorsa akkasumas muuxannoo ta'uu danda'a jedhee waanan yaadeefan seenaa jireenyaa koo muraasa isiniif qooduu barbaade.
ERGAA
Dhalli namaa hundi gaafa dhalatu jireenya addunyaa wal fakkaataatti hin dhalatu. Kanaaf gaarii haa taatuu hamtuu hunduu hiree hiree isaa jiraachuuf dirqama. Jireenya mo'atanii milkaa'uun immoo injifannoodha.
https://t.me/sooratasammuua

β‘οΈMisooma #sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
βοΈHojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha. Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha. Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!"
Misooma sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
βοΈMul'anni kee baay'ee gati jabeessadha
Jireenya kee kessatti mul'anni ati baastee ittin hin hojjenne addunyaaf bu'aa hin qabu. Dhaloota kana fayyadu isa ati baastee ittiin hojjette qofadha.
Kanaafuu, mul'anni keessa kee jiru akkuma jirutti gaaf tokko si waliin akka hin duune, dammaqxee irratti hojachuu si irraa eegama. Isa ta'uuf yaadamtee uumamte akka taatu, rakkoo murta'aa furuuf gara addunyaa kanaa dhuftes kan si taasisu mul'ata keeti.
βοΈUmurii lakkooftee qofa akka dabartuuf miti jireenyi kan siif kenname. Galma gahinsa mul'ata keef hojjedhuu jireenya kee Jireenya lakkaa'amu, jireenya du'a kee boodaa ille dhaloonni yaadatu taasisi. Namoonni milkaaβinoo hojii jaallatu, hojiitti amanus, humna qaban hundaan yeroo qaban hundatti hojii hojjechuudhan beekamu. Iccitiin milkaaβinaa inni guddaan hojii akka ta'e haalaan waan beekaniif, hojii barabaachiisaadha jedhanii itti amanan kamuu ni hojjetu.
βοΈMul'anni kee kunuunsa guddaa barabaada Namonii baye'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'ee hafa!.
https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
π β€ π¨οΈ βοΈ
ππππ πππππ πππππππ πππππ

#MaatamaGaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
β΅. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
βΆ. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
β·. Beekumsa sirna isaa hin hordofne (knowledge without character)
βΈ. Daldala hamilee malee (business without morality)
βΉ. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
βΊ. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
β». Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
βΌ. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
β½. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
βΎ. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).

Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin Isan)
π΄Gadaa Bank SCπ΄π©For Fresh & Exp
βͺοΈ1 - Trainee Banker
βͺοΈ2 - IT Trainee
βͺοΈ3 - Management Trainee
βͺοΈ4 - Branch Manager I
βͺοΈ5 - Branch Manager I (IFB Full-fledged Branch)
βͺοΈ6 - Accountant (IFB Full-fledged Branch)
βͺοΈ7 - Senior Cashier (IFB Full-fledged Branch)
βͺοΈ8 - Senior Accountant
βͺοΈ9 - Senior Merchant and Agent Banking Operation Officer
βͺοΈ10 - Senior Mobile and Internet Banking Officer
βͺοΈ11 - Cheif, Resource Management Officer
βͺοΈFor detail information please visit the below link
π§π§π§π§π§
https://elelanajobs.com/job/gadaa-bank-sc-dec-25-23/
βͺοΈDeadline: Dec 30/2023

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Selfdevelopment
1. Self-awareness: Start by understanding yourself, your strengths, weaknesses, values, and beliefs. Self-awareness is the foundation of personal development.
2. Set Clear Goals: Define specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals for different areas of your life.
3. Continuous Learning: Make learning a lifelong habit.
4. Embrace Change: Be open to change and adaptability.
5. Time Management: Effective time management is crucial.
6. Positive Thinking: Cultivate a positive mindset.
8. Resilience: Understand that setbacks and failures are part of the personal growth journey.
9. Health and Well-being: Take care of your physical and mental health through regular exercise
10. Relationships: Nurture positive, meaningful relationships with others.
12. Reflection: Regularly reflect on your progress and adjust your strategies as needed.
13. Persistence: Personal development is a long-term journey.

#Jireenya_Keef_Itti_Gaafatamummaa_Guutuu_Fudhadhu!
βDandeettiin raawwii gaarii kan eegalu wantota jireenya keef akkasumas jireenya kee irratti taβan hundaaf itti gaafatamummaa fudhachuudhaani.β Brian Tracy
βBaayβeen keenya bilisummaa hin barbaadnu, sababni isaas bilisummaan itti gaafatamummaa fudhachuu gaafata; baayβeen keenya immoo itti gaafatamummaa fudhachuu ni sodaanna.β Sigmund Freud
Jireenya keef itti gaafatamummaa kan fudhatu nama tokko qofa, namni sunis siβuma mataa keeti! Hoogganaa kee miti, hiriyyaa gaaβelaa kee miti, warra kee miti, hiriyyoota kee miti, maamiltoota kee miti, dinagdee miti, haala qilleensaas miti. Si mataa keeti! Wantota jireenya keenya keessatti taβan hundaaf namoota biroo komachuu yoo dhaabnu waan hunduu jijjiiramuu eegala! Jireenya keef itti gaafatamummaa fudhachuu jechuun jireenya kee ofii kee hoogganuu fi taatoo adda duree jireenya keetii taβuu jechuudha. Wantotaan miidhamuu mannaa humna ittiin wantota mataa keetii uumtu argatta yokaan immoo yoo xiqqaate waldhaansoowwan jireenya keetii akkamitti akka injifattu humna ittin murteessitu argatta. Jireenya kee keessatti maalti iyyuu yoo si mudate wanti murteessaan ilaalcha ati wantichaaf qabdudha. Ilaalchi ati qabaattu immoo filannoo mataa keeti!
Hirβina jireenya keetiif namoota kaan kan komattu yoo taate, jireenya kee fooyyessuuf maaltu taβuu qaba? Isaan kaan hunduu jijjiiramuu qabu jechuudha. Michuu koo sittan hima, kun immoo waan taβuu dandaβu miti. Jireenya kee irratti taatoo adda dureen siβi yoo taβe, humna ittiin wanta jireenya kee keessatti hin barbaadne jijjiirtu ni qabaatta! Yaadota, gochaawwanii fi miirawwan kee kan toβatu si mataa keeti. Jechoota kee, wantota TV irraa ilaaltu, namoota yeroo kee waliin dabarsuu barbaaddus kan murteessu siβi. Buβaawwan jireenya kee keessatti argatte jaallachuu yoo baatte galteewwan kee jijjiiriβyaadota, miirawwanii fi hawwiilee kee. Warra kaan waliin falmuu dhiisiitii deebii gaarii kennuu jalqabi. Falmiin otoo hin beekiin kan raawwattu yoo taβu, deebii kennuun garuu deebii kee hubannoodhaan filachuu jechuudha.
#Jireenya_kee_harka_dhuunfaa_kee_keessa_yoo_taasistu_maaltu_taha? β¦ #Nama_komattu_hin_qabaattu! (Erica Jong). Namni xiin-sammuu miidhamaa qabu akkana jedha, βTokkoo tokkoo rakkoo jireenya koo mudateef sababni namoota birooti!β Haa taβu malee, qaama rakkinichaa taβuudhaa yoo baatte qaama furmaataas taβuu hin dandeessu yookaan jecha biroon ibsuuf, rakkinichi kan uumame qaama alaan yoo taβe, furmaanni isaas qaama alaa irratti kan hundaaβe taβa. Gara hojii yoo deemtu kan barfattu sababa karaan cufatuuf yoo taβe, yeroodhaan bakka hojii kee gaβuuf maaltu taβuu qaba? Ajaaβiba taβe tokkoon karaan cufate sun banamuu qaba jechuudhaa? Sababni isaa yeroo karaan cufatu mara ati ni barfatta waan taβeef. Taβuu baannaan garuu akka taatoo adda duree tokkootti dursitee manaa baβuu qabda. Amma murteessaan si taβe jechuudha.
Kanaaf amma illee addunyaan alaa wantota toβachuu hin dandeenye akka waldhaansoo qabdu si taasisu illee, eenyummaa ittiin haalicha dura dhaabattu filachuuf bilisummaa qabda.
Namni xiin-sammuu miidhamaa qabu yeroo hundaa falmii hin barbaachisne jaallata, yeroo hundaa akka waan balleessaa hin qabneetti of yaada, kanaaf rakkinoota isa mudatan hundaaf namoota biroo komachaa jiraata. Namni akkanaa yeroo isaa isa darbe miidhamuu isaaf komachaa gara fuula duraatti rakkoowwan isaaf furmaatonni ajaaβibsiisoon akka uumaman yookaan namoonni rakkinicha uuman haala ajaaβibaan akka jijjiiraman abdiidhaan eeggata.
Nama akkanaaf yeroo inni darbe barumsa barbaachisaa kan irraa argatu, yeroon ammaa tasgabbiidhaan kan itti jiraatuu fi carraawwan jijjiiramaa addaan hin cinne kan itti argatu akkasumas galmawwan isaa gara fuula duraa murteessuudhaan gara hojiitti kan itti seenudha. Gaaffii inni guddaan,βJireenyi haalawwan kana yeroo siif dhiβeessitu hojii keen eenyu taβuu barbaadda?β isa jedhudha. Via Ebisa Bayissa

ANI MAALIIFAN UUMAMEE?
What's your purpose of life.?
Jireenya keessatti waanti ati ta'uu qabdu sitti himameera ta'a,atis isa sitti himame hojjachuuf tattafatteetta ta'a,garuu itti hin milkooftu.Sababni isaa immoo,sitti himame malee,ati ofitti hin himne.Hojiin milkaa'ina qabu ofumaaf ofitti himuu irraa jalqaba!
Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa taβan hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waaβee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin.
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaaβina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf harβa siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan kaβii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan taβeef.
Namoonni baayβeen kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf battala barreefama kana dubbisteen of qopheessi. Akka nama bidiruudhaan galaana irra naannaβuudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaaβinni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaaβinni walitti fufinsaan daandii milkaaβinaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
Kanafuu obbolee kayyoo jireenya kee beeki..? Ani maliifan uumamee?

Viidiyoo kanarraa waaβee jireenyaa barattu daawwadhaa #Jireenyi yeroo tokko ol kaβu deebiβanii kufuu gaafata kaayyoo qabaannan ammoo waan hundumaa ni baratta jedhen amana. Via Gemeda
Maal irraa Barannaa...?
Maal irraa Barannaa...?
Galatoomaa/ThankYou
@segnigudeta @segnigudeta
Congratulations/Baga gammaddan
Deemsi itti fufaππ»ββοΈππ»ββοΈππ»ββοΈ
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa
@segnigudeta @segnigudeta
Congratulations/Baga gammaddan
Deemsi itti fufaππ»ββοΈππ»ββοΈππ»ββοΈ
Telegiramii t.me/segnigudeta Odeeffannoo beeksisa guyyaa guyyaan bahuu argachuuf hiryoota keessan afferraa galatoomaa
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#DhangaaUbuntuu
"Ani ana kanin ta'e isiin waan isin taataniifi" I am Who I am because of who you are Olmaan guyyaa har'aa dhangaa Ubuntuu Waliin.
Personal development
Entrepreneurship
Leadership skills
Accounting skills
Ewnetu Hailu (PhD)
Hundeessaa fi Hogganaa
Ubuntu school of life
Leenjiin Afaan Oromoo, English, Amharic
"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyaa filadhu."β (Giriikota)
Ilaalchi gaariin jireenya keessatti utubaa dha! Ilaalcha gaarii qabaachuu (Posative thinker) ta'uun kennaa hunda caaluu dha! Namonni barabaadan #Galmeen ewnetuu@gmail.com
Bilbila 0944116753