Wabii Sanyii
6.49K subscribers
886 photos
26 videos
57 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Booranaaf Anis Jira.

Oromoo gaafa rakkoo
Oromoo gaafa gaddaa
Cabakoo situ dhidhibaa
Gaafa dhabuuf rakkoo

Naaf dirmadhu Tuulamaa
Naaf dirmadhu Sikkoo
Naaf dirmadhu Gujii
Naaf biramdhu Harargee
Naaf biramdhu Walloo
Naaf birmadhu Baalee
Naaf birmadhu Karrayyuu
Naaf birmadhu Iluu
Naaf birmadhu Jimmaa

Waa'een Booranaa amma humnaa ol ta'ee jira. Booranni seenaa qofa ta'uutti jira. Garuu maaliif? @segnigudeta @wabisegni
WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN!
▬▬▬▬▬▬▬▬
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har'a qofatu itti mul'ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef abdii kutachuun barbaachisaa miti. Dhaloota abdiidhan jiraatu haa taanu.

2) Gabaabsanii yaaduu: Egeree ofii gabaabsanii yaaduun doofummatti nama gata. Daandii nu milkeessuu fi nu kuffisuu danda'u sirriitti kan nuti adda baafannu; fageessinee yeroo yaadnudha. Kanaafuu dhaloota fageessee yaadu haa taanu.

3) Sirna Addunyaa fi imala karaa addunyaa adda baafachuu dhabu: Sirnootni addunyaa kana keessa jiran kan nama fayyadan akkuma jiran faallaa isaa immoo kan baay'ee nama miidhanis sirriitti jiru. Kanneen kana adda hin baafannu yoo ta'e abjuun keenya kufuuf lakkoofsa tokko irra jira. Abjuu keenyaa fi kaayyoo keenya milkeessuuf sirnootni addunyaa kana keessa jiru adda baafachuun barbaachisaadha.

4) Jijjiiramaaf qaama biroo eeguu: Jijjiiramaaf qaama biroo eegna yoo ta'e hirkattummaa jalatti kufna; abjuu keenyatu maseena. Kanaafuu abjuun keenya akka hin maseenneef jijjiiramaaf hojjechuun barbaachisaadha. Dhaloonni qubee dhaloota jijjiirama fidu malee dhaloota jijjiiramaaf qaama biroo irraa eegu miti.

5) Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu: Abjuu keenya milkeessuu keessatti yeroon nuti qabnu baay'ee murteessadha. Yeroon warqeedha. Itti fayyadamnaan boollaa nama baasa; itti hin fayyadamnu yoo ta'e garuu bool'a nama buusa. Yeroo duukaa fiiguun galma keenya qaqqabuuf hojjechuun abjuu keenya milkeessuu keessatti ga'ee ol aanaa qaba.

6) Of tuffachuu: Dhalli namaa beekaas haa ta'u wallaalaa karoora mataa isaa ni qabaata. Akkasuma haa guddatu, haa xiqqaatu abjuu mataa isaa ni qabaata. Yeroo kallattii garagaraatiin teenyee yaadnu wantoonni haamilee nu buusanii abjuu keenya doomsan jiraachuu malu. Nuti garuu abjuu qabanne galmaan gahuuf hojii tokko keessatti of tuffachuun hin barbaachisu.

7) Hiyyummaa kunuunsuu: Abjuu ofii kunuunsuu keessatti hiyyummaa kunuunsuun hin barbaachisu. Hiyyummaa kunuunsuun, karoora keenya karaatti hambisa, abjuu keenya dukkaneessa. Kanaafuu dhaloota hiyyummaa balleessu ta'uu qabna malee dhaloota hiyyummaa kunuunsu ta'uu hin qabnu.

8) Itti gaafatamummaa sirriitti hubachuu dhabuu: Hojii hojjennu keessatti itti gaafatamummaa qabnu sirnaan hin baanu yoo ta'e abjuu keenya irra dabarree abjuu dhalootaa dukkaneessuu dandeenya. Hojii hojjettu keessatti itti gaafatamummaa ofii beekuun mirga osoo hin taane dirqama.

9) Mul'ata qabaachuu dhabuu: Mul'atni hin bitamu. Mul'atni bifa hin filatu, kutannoo fi obsaan galma ga'uu gaafata malee!

Kanaaf egaa humnaa fi jabinaan akkasumas garaa guutudhaan kallattii ittiin abjuu keenya dhugoomsinu duukaa bu'uun nu irra jiraata.

We are in #PersonalDevelopmentTraining

@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
KENNAA UUMAMAA

๏ Namaaf, meeshaa hunda caalu, kan uumama hundaayyuu ittiin to'atu, sammuu kenne.
๏ Sammuun namaa kun neuroonii Biliyoona dhibba (100,000,000,000)
๏ Narvii gargaartuu (glial cells) Tiriliyoona kudhan (10,000,000,000,000) kan qabuu fi
๏ Diyaamenshiinii 1450cm³ qaba

๏Sammuun namaa gurra lamaan gidduu jiru sun, yaadannoo (memory) miliyoona 2.5GB ol kuusuu kan danda'uu fi aangoon isaa (power) 20W dha.

➲Namni meeshaa isaa kana walqixa itti hin fayyadamne; gareen tokko sammuu isaatti fayyadamuun argannoo addaa uumee, waan amanuufuu nama rakkisu kalaqee, addunyaan kun namaaf mijattuu akka taatuuf gahee isaa bahe; biyya isaas jijjiire.

๏Gareen biraa immoo kutaa sammuu isaa kana keessatti maal akka hojjetu erga taa'ee xinxalee booda, yaadaa fi qaamaan olii gadi gulufee, jibba, tuffii, hinaaffaa gadaantummaa, haaloo, hin danda'uu, dhibaa'ummaa, dhiphina, tuffii, hamii fi kan kana fakkaatan walitti funaanuun gara sammuu isaa geessee, mana hidhaa guddaa tokko ittiin ijaare marmaratee keessa ta'a
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Waamicha gargaarsaa atattamaa
Namni suuraa isaa argitan kun maqaan isaa Lateeraa Tasfaayee jedhama dhalataa magaalaa Gudar yoo ta'u barumsa isaa sadarkaa 1ffaa M/B Kaatoolikii Gudaritti yoo baratu sadarkaa 2ffaa immoo M/B Gudar sadarkaa 2ffaatti baratee fixuun gara Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaatti galuun digrii isaa jalqabaa Computer science and engineering hordofuun galmaan ga'eera. Mucaan barnoota isaan cimaa kun rakkoo fayyaa onnee isaa mudateen yaalii gurguddaa godhachaa turus qarshiin yaaliidhaaf gaafatame humna maatiidha ol ta'ee waan argameef gargaarsa lammii isaanii gaafachuuf dirqamaniiru.Qarshiin yaaliidhaaf gaafatames qarshii Itiyoophiyaa 700,000 (Kuma dhibba torba) dha
"Loomiin 50n nama tokkoof ba'aa nama 50f miidhagina" mitiiree
Lakkoofsa herreega baankii:
Baankii Daldala Itiiyoophiyaa=1000192115195 (CBE) Tsiggee Ulfaataa Waaqtolaa
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa=1009100130492 (Coop bank of Oromia) Tsiggee Ulfaataa Waaqtolaa Lammiin lammiif mee walii birmadhaa!
#Share godha
Forwarded from Egeree Post
#OfiiKeessaniif akkasuma #Firaaf namoota beektaniif qoodaa
Daandiin Qilleensa Itiyoopiyaa sababa "COVID_19" wal qabateen yeroo dheeradhaaf hojjetta haaraa qacaraa hin turre. Haalli hojii sababa COVID-19 miidhamee tures deebi'ee sirrachuu hordofeee bifa tana dura hin baratamneen namoota lakkofsan baayyee ta'ee qacaraa tureera,ammas itti jira.

Maarree isinis caarra kanatti fayyadama hojjettaa dhaabbata guddaa kana ta'aan isinin jedha. Ergaan kun namoota baayyee bira ga'u qaba. Kanaafis, namoota beektaniif qooduun biran akka geessan kabajaan isin gaaffadha.

Guutuu erga kanas hidhaa kana gadii banuun #dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

Galatooma!
Vacancy Announcement
Arsho Medical Laboratory (AML) would like to invite qualified and energetic candidates for the following positions.

Position 1: Officer Technology Laboratory

Position 2: Laboratory Technician

Position 3: Call Center Attendant

Workplace:- Addis Ababa

HOW TO APPLY

Interested applicants shall submit in person their non - returnable applications , CVs and supporting documents to Arsho Medical Laboratories PIC , Arat Kilo , behind Arada Sub City , Human Resource Office , Tel . 011-4670924

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
👇👇👇👇👇👇👇
@segnigudeta @segnigudeta
Baankiin Awaash gitoota hojii duwwaa armaan gadii irratti iyyattoota qacaruu barbaada.

Gitoota hojii
👇 Hojjetaa eegumsaa
Sadarkaa barnootaa- Kutaa 8ffaa xumure

Umurii- yoo danda’ame waggaa 25-40 gidduutti
Bakka hojii
Magaalaa Finffinnee
Mindaa- Akka iskeelii baankii

Iyyattoonni ragaalee armaan olii irratti dabalataan iyyata harkaan barreeffame fi waraabbii Ragaa Ministeera 8ffaa hin mallatteeffamne dhiyeessu qabu.
🎴Guutummaa isaa liinkii banuun #dorgomaa
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid0VpvHEgTCm4Q2D88xCi1M8iZwCCtnz6xFtyck3f4h8SFM9iuwZeGwUAixipnojkdsl/
Forwarded from Egeree Post
ኢትዮ ኢምፓክት አማካሪ ኃየተ/የግ/ማ አንድ  መንግሥታዊ ላልሆነ ድርጅት(NGO)  በኮሙዩኒኬሽንስ አሶሽዬት የስራ ዘርፍ አመልካቾችን አወዳድሮ ለመቅጠር እንደሚፈልግ ግልጿል።

ስለሆነም መስፈርቱን የምታሟሉ አመልካቾች CV እና ማመልከቻቹን በድረ-ገጽ www.ethioimpact.com ወይም በቴሌግራም @Ethioimpactapplication ላይ መላክ መላክ እንደምትችሉ ተገልጿል።

በአማራጭም ቄራ ከበግ ተራ ፊት ለፊት፣ ወርቄስ ፕሮሚስ 3ኛ ፎቅ በሚገኘው የድርጅቱ ቢሮ በአካል በመቅረብ ማመልከት ትችላላችሁ ብሏል።

ለበለጠ መረጃ በ 0901881133 ይደውሉ።

የማመልከቻው ጊዜ የሚያበቃበት ቀን ሚያዚያ 10 ቀን 2015 ዓ.ም የሚያበቃ ሲሆን ለስራ ሲያመለክቱ የስራ ዘርፍ መግለጽዎን እንዳይረሱ ተብሏል።
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
👇👇👇👇👇👇👇
@segnigudeta @segnigudeta
Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
Lakkoofsa Bil; +251911539551

Haala qabxiin kennamu!
1.Share gochuudhaan qabxii 10% argatta.
2.Maxxansikee immoo baay'ina react/like 'tiin siif qabama. Isaan immoo 90% argatta.

Dorgommiin kun har'a Wiixata galgala sa'aatii 2:00OM irraa eegalee hanga gaafa Jimaata guyyaa keessaa sa'aatii 10:00AM tura. Gaafa Jimaataa 06/08/2015 galgala irratti injifattoonni ni ifoomu.

Link #fb koo jal #like, #Share godha

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid02e2Jyz9CCCW3sarDUYQZapbkN2uhqo6nwva488AfJU7qHJjyWRWCBx1SaZycdqzGtl/?app=fbl
Ashama Akkam Jirtu?
#Kabajamtootaaf #Jaalatamtoota hordoftoota toora miidiyaa hawwasaakoo. Dorgommii badhaasa qabu kana na injifachiisaa.
 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/pfbid0aUfo4yZqMLXtT7mYkLheufg2gzZiM4nUprV4m47ZopKQNAsZYMHtWALZ5VgELSBMl/?app=fbl

Maxxansa koo kana #Like fi #Share. Dabalatas peejii Qubee kanan #meenshin taasise kana Follow taasisaafi.
Forwarded from Egeree Post
Guutummaa Maqaa keessanii #darbii cuqaasuun Ilaalladhaa

👇Liinkii qofa banuun maqaa keessaniif guyyaa #Isaa qofaa baraa Ariifachiisaa
#Share godhaa waliif

#Waamicha Ariifachiisadha
👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/563367552565781/