Wabii Sanyii
6.49K subscribers
886 photos
26 videos
57 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Seera_Haaraa
Fesbuukiin Itoophiyaatti hokkora kakaasuun beenyaa birrii biil. 100 ol akka kaffalu himatame
#Odeeffannoo karaa Telegramii argadhaa
Himanni Facebook irratti dhiyaate yeroo walwaraansi Itoophiyaa keessa jiru algoorizimiin Fesbuukii jeequmsii fi haasaan jibbiinsaa akka babal’atu gargaare kan jedhuudha.
#Telegramii warreen gargaaramtan fayadamoo taatuu
🌈Join godhaa #dubbisaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Waliif qoodaa
🌈Telegram #Beeksisa hojiis
Join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Ajaa'ibaa
France fi Morocco
#Beeksisa_Haaraa
#Waliif qoodaa
🌈Telegram #Beeksisa hojiis
Join godhaa #dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jijjiiramni Maaliif Barbaachisee ??

➥ Jiraachudhaaf rakkinaa fi gadadoo keessa jiru keessaa bahuudhaaf Jijjiramni barbaachisaadha.
Akkasumas yaadannoo badaa/gaarii hin taane kaleessa keessa turre keessaa bahuudhaf barbaachisaa dha.

Yeroo tokko tokko waan keessa jirru keessaa waan baanu nutti hin fakkaatu. Abdii kutannaa cimaa keessa galla. Namnis Waaqnis nu hin baasu jennee amana. Garuu ammayyuu Abdiin jira

● Waaqayyo carraa biraa siif kenna. Risaan waggaa 50 itti murtii lubbuu oolchuu fi jireenya hambisu erga murteessee nuti maaliif dadhabne??

● Daandii haaraa fi jireenya haaraa fuuldura kee jiru yoo barbaadde ofitti amanamummaa booddeetti si harkise jalaa bahi Waaqayyo si gargaara.

● Sammuu kee sirriitti bani akka Risaa/Joobiraa balali'uu dandeessa. Yeroo bokkaan roobu simbirroon hunduu godoo isaanitti gaggalu Risaan garuu bantii Waaqatti ol bahee bokkaa roobu gararraa balali'a.

● Rakkoon bokkaa jiru hundumaaf tokko haa tahu malee ilaalchi nuti wantoota itti ilaallee furmaata kenninutu adda adda beekaa.

● Jijjirama hin sodaatin jaalalaan fudhadhu!

Gaaffii:
➥ Akka Risaa balali'uu barbaaddaa ol kaatee??

"Yeroo sadiin barnoota koo koollejjii kufe, Yeroo 30 ol beeksisa hojii ba'e qacarriif iyyannoo galchadhee hundaa kufe, Yeroo dhaabbanni KFC jedhamu biyya Chaayinaa dhufe namoota 24 hojiif dorgoman keessaa kan otoo hin qacaramin kophaatti hafe ana qofaadha, Humna waraanaa chaayinaatti poolisii ta'ee qacaramuuf namoota 5 dorgomne keessaa ana qofa
fudhachuu didan. Yuunibarsiitii Harvaardiitti deebi'ee seenudhaaf yeroo 10 ol iyyata galfadhee yeroo 10 na fudhachuu didan".

Jack Maan Hundeessaa fi Abbaa qabeenyaa Marsariitii/Websaayitii beekamaa Chaayinaa www.alibaba.com yoo tahu akka barruun Forbees jedhutti dureessa beekamaa Addunyaa kanaa 22ffaadha qabeenyi isaa doolaara biliyoona 28.8 ture bara 2015ti.

Ijoon dubbii seenaa kanaa:
 ➨ "Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa'ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina sammuu keessanii hin ibsu karaa itti wantootni ittiin siif hojjechuu didan barta.

➨ Toomaas Ediisan namichi ibsaa elektiriikii uume yeroo 99 milkaa'uu dadhabe garuu yeroo gaafatamu ani hin kufne karaa ittin elektiriikiin ifu hin dandeenye 99 bare malee jedhe.

➨ Atihoo Abdii kutannaa keessaa baatee of jijjiruuf qophoofteettaa?? Jabaadhu Waaqayyo si gargaara.


 ➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ. Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

@segnigudeta @wabisegni
Sheger Public Transport Service

Location: addis-ababa
Job Posted on:
#December 13, 2022
Deadline: December 22, 2022
Number of Positions: 21 -positions 0 EXP , 400 + 11
– positions with EXP
10th-Degree
#Fore more #Information
Golagol area
☎️ 011 833 3460
#dorgomaa

Waliif qoodaa #Share gochuun #Aantee keesaniifis qoodaa
♨️liinkii #Asii gadii banuun #gitoota isin #Ilaallatu irratti dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
“The 7 Habits of Highly Effective People”

1.Be proactive: This means taking initiative and being responsible for your actions, rather than being passive and letting circumstances dictate your choices.

2.Begin with the end in mind: This involves setting clear goals and thinking about the long-term consequences of your actions.

3.Put first things first: This means prioritizing important tasks and avoiding distractions, in order to achieve your goals efficiently and effectively.

4.Think win-win: This involves seeking mutually beneficial solutions in relationships and negotiations, rather than trying to win at the expense of others.

5.Seek first to understand, then to be understood: This involves actively listening to others and trying to understand their perspective before communicating your own.

6.Synergize: This involves working cooperatively with others to achieve a greater result than could be achieved individually.

7.Sharpen the saw: This involves constantly improving and maintaining your physical, mental, emotional, and spiritual health in order to be effective in all areas of your life.

Are you ready to transform your life and achieve true effectiveness?

MILKAA'UUF CARRAAQI!

■ Nɑmni kɑmiyyuu Jireenyɑ milkɑɑ'ɑɑ, kɑrɑɑ milkɑɑ'ɑɑ fi Gɑbɑɑ milkɑɑ'ɑɑ Keessɑ jirɑɑchuu ɑkkɑ bɑrbɑɑdu wɑɑn irrɑtti mɑri'ɑtɑmu miti.

Milkɑɑ'inɑɑf sɑbɑbni: Hɑɑlɑ jireenyɑ mɑɑtii keetii, hɑɑlɑ biyyɑ keetii fi iddoo jireenyɑ keetii utuu hin tɑ'in,
  ❏️ Kɑroorɑ,
  ❏️ Sɑgɑntɑɑ,
  ❏️ yɑɑdɑɑ fi
  ❏️ Ilɑɑlchɑ mɑtɑɑ keetiif qɑbdu irrɑtti hundɑɑ'ɑ.

🔑 Furtuun Milkɑɑ'inɑɑ Dɑndeettii fi Humnɑ qɑbduun hɑɑlɑ kɑmiyyuu keessɑtti of jijjiiruuf kutɑnnoo jijjiirɑmɑɑf ɑti gochuu qɑbduu dhɑ.
️➊. Wɑntɑ bɑrbɑɑdduu fi eessɑ ɑkkɑ ɑdeemtu murteessi!
—(Decide whɑt you wɑnt ɑnd where you wɑnt to go)

️➋. Gɑlmɑ xumuurɑɑ qopheessi! Gɑlmichɑ gɑhuuf kɑroorsi!
—(Set ɑ deɑdline ɑnd mɑke plɑn)

️➌. Kɑroorɑ kee irrɑtti hojjɑdhu! guyyɑɑ guyyɑɑdhɑɑn kɑllɑttii gɑlmichɑɑtti imɑli!
—(Tɑke ɑction on your plɑn)
️➍. Hɑngɑ milkɑɑ'inɑɑtti Gonkumɑɑ:
➛ Hin dhɑɑbɑtin!
➛ Hin lɑɑfin!
➛ Mogoleen si in bu'in!
➛ Hɑrkɑ hin kennin!

Waliif #Share gochuu hin dagatinaa
@segnigudeta @wabisegni
Bakka #Tokkotti

Waliif qoodaa #Share gochuun #Aantee keesaniifis qoodaa
♨️liinkii #Asii gadii banuun #gitoota isin #Ilaallatu irratti dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Yeroo_Itti_Dhiibbaa Uumuu dandeessutti #Callistee hin ta'iin #Beeksisni kun #Isin hin Ilaallatu #taanaan #Aanteekeef qoodi
#Gitoota 200 #Ol dorgomaa
liinkii Telegramii banuun dorgomaa #Maagaalaa_finfiinnee akka ta'ees hin dagatinaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jιrєєиуα (basic things about life)
▬▬▬▬▬▬▬▬
▷ Ʀakkina qaba.
▷ Baldhina qaba.
▷ Salphina qaba.
▷ Ulfina qaba.
Isaan kanatu walitti dabalamee Jireenya hiika qabu ta'a.

➛ Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti.
➛ Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.
➛ Kufaatii si mudateen miidhamtee hafuuf dhalatte osoo hin taane muuxannoo isa caalu gonfachuudhaan mootee jiraachuuf uumamte. Yeroo hundumaa sadarkaa itti aanutti darbuuf gatii si baasisu baasun, rakkina keessa darbuun dirqama.

➥ Mee namoottan addunyaa beekamoo ta'an hunda isaanii qoradhu! Hundi isaanii rakkina hammana hin jedhamne keessa darbanii kan mul'atan argatan.

RAKKINNI YAADNI HAARAAN KEESSA KEETII AKKA BURQU GODHA!

● Eenyummaa keetti rakkinni yoo dabalame of argita. Ofitti akka deebitu si godha. Si malee namni si ta'uu danda'u akka hin jirre sitti hima.

● Namoonni baay'een yoo waa rakkatan waanuma akkasitti hafan of se'uudhaan milkaa'ina cina isaanii jirutti aggaamuu of dhowwu. Lakki akkas miti eenyuyyuu rakkina baatee kan hafu hin jiru. Yeroodhaaf nutti fakkaata malee.

● Namni mul'ataa milkaa'uudhaaf rakkina keessa darbuun waanuma jiru.

Taphni Kubbaa miilaa kan Argentina kun illee kanuma nama barsiisa. Injifannoo Wagga 36 'f dharraa qofa taatee duraa hafte,osoo abdii hin kutin yaaluudhaan hawwii isaanii dhugoomsatan. Dhugaa waa guddatu irraa baratama! Kufaatii ofiitti,rakkinaan qoramuutti dafanii abdii kutuun hin ta'u. Seexannii fi Abdii kutannaan matumti isaa abdii haa kutatu!
Abdii hin kutin!
Torban hojii gaarii nuuf haa ta'u 🙏

🔴⚫️▬▬▬▬▬▬🔴⚫️
@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
ANI MAALIIFAN UUMAMEE?

What's your purpose of life.?

Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin.

Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.

Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?

Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef.

Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf battala barreefama kana dubbisteen of qopheessi. Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.

Maxxansa kana yoo jaalatte share gochuu qofaan hiriyootakee onnachiisi. Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha. Viv Tolasaa Burqaatiin

Leenjii ijaarsa dhuunfaa/Sammuu
We are in Personal Development Training Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha.

@segnigudeta @wabisegni
Bakka #Tokkotti

Waliif qoodaa #Share gochuun #Aantee keesaniifis qoodaa
♨️liinkii #Asii gadii banuun #gitoota isin #Ilaallatu irratti dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
JAAK MAA

Nama addunyaa keenya irratti seenaa isaa fi kan namoota hedduu jijjiire tokkoo waliinan wal isin barsiisa. Barsiisaa Afaan Ingiliffaa ture. Maatii hiyyeessa keessatti nama dhalatedha.

Firoota qabeenya qabanis hin qabu. Garuu akka of jijjiiruu danda’u yeroo umuriin isaa ganna 33 ta’u murteesse. Jaak Maa jedhama. Nama lammii chaayinaati. Guyyaa tokko jireenyi ani akka kanatti jiraadhu kun na ga’e jechuudhaan “LAKKI” jedhe. Gara hojii kompuuteraatti seenuu yaade. Bara sana waan nama ajaa’ibu interneetiin warra chaayinaaf haaraya. Inni garuu humnuma hin jirre kanaan kompputera barachuudhaaf bara 1995 A.L.A tti gara Amerikaa imale.

Shaakala kompuuteraa ga’aas erga argatee booda gara biyya isaatti deebi’uudhaan bara 1999 A.L.A tti dhaabbatta Alibaabaa giruup(Alibaba Group) jedhamu hundeesse. Hojiin dhaabbata kanaa namni kamuu meeshaa bitachuu barbaadu karaa weebsaayitii www.alibaba.com jedhamu kanaa seenuudhaan bitachuu akka danda’uuf haala aanjessa. Kunis e-commerce jedhamuun beekama. Addunyaa guutuutu gabaa interneetii kanatti hirmaata. Galiin Alibaba giruup yeroo har’aa kana ji’aan osoo hin taane seconkiidhaani jechuu dha.

Uummanni chaayinaa carraa kanatti fayyadamee mana isaa taa’ee meeshaa barbaadu manuma isaa taa’ee akka bitatu namni haala mijeesse nama kana. Jaak Maa dha. Egaa har’a Jaak Maan nama duureyyii addunyaa kana irra jiran keessa tokko ta’ee argamuu nama danda’e dha. Kana qofa miti of irra darbeeyyuu namoota hedduudhaaf carraa hojii bal’aa uumee jira. Kun abjuu osoo hin taane dhugaadha. Walumaa gala kaappitaalli alibaabaa giruup 165USD Bln(doolaara Amerikaa biliyoona dhibba tokkoo fi jahatamii shanidha). Amanuuf illee kan nama rakkisu dha jechuu dha. Sababni isaa baay’een namootaa sadarkaa baay’ee gadi aanaa ta’e irrraa ka’ee hanga kana deemu lakkoobsaan xiqqoo waan ta’eef.

Milkaa’inni hanga kana ga’u guyyaa tokkotti kana dhufe miti. Rakkoo walxataa, dukkana gadi fagoo fi abdii kutannaa hedduu booda bu’aa argamedha. Mee yaadaa sammuun dhala namaa hamma kana guddaadha jechuudha. Kanafuu osoo sirnaan itti gargaaramnee hamman akka nu fayyadu beekuu dandeenya. Jaak Maan kaayyoo fi mula’ta isaaf jedhee fira isaa irraa, nama baay’ee jaallatuu fi kabaju irraa fagaachuu hin hafne. Ati har’a yoon akkas godhe namni maal naan jedha jettaa? Yookaan ammo yaada kee kana namatti yemmuu ibsattu namni si harkatti kuffisaa? Mee takkaa dhaabadhuu itti yaadi! Erga yaaddee booda hojjechuu akka dandeessu sammuu kee amansiisi! Jaak Maa fakkeenya gaarii godhadhu. Yeroo kee har’aa kanaa fi bara J. Maan gara hojiitti seene(1995 A.L.A) wal bira fiddee yoo ilaaltu ati yeroo gaarii irra jirta. Garaagrummaan jiru garuu itti fayyadamuu fi dhiisuu keeti. Har’a interneetiin manatti nuuf dhufee jira. Meeqa keenyatu carraa kanatti fayyadamuudhaaf dammaqee jira laati? Har’a addunyaan kun foddaa tokkichaan wal dubbisaa jirti. Foddaa internerneeti. Nuuf har’a interneetiin iddoo barnootaa ol’aanaa dha. Itti fayyadamaa jirraaree? Moo ittiin bashannanaa oolla laata? Isinumaafaan dhiisa.

Daanddiwwan milkaa’iaa kurnan Jaak Maan tarreesse akka armaan gadiitti qixaayee jira.
1. Dogoggora namoota biro irraa baradhu(Learn from the mistakes of others)
2. Baayina caalaa qulqullina irratti xiyyeeffadhu(Focus on quality than on size)
3. Isa dursu ta’i(Be the first)
4. Waan gara fuuula duraaf qophaa’i(Prepare for the future)
5. Dorgomtoota kee kabaji(Respect your competors)
6. Rakkoollee akka carraatti ilaali(See challenges as opportunities)
7. Amani(Believe)
8. Guddummaa naannoo kee marsi(Sorround yourself with greatness)
9. Fayyaatti jiraadhu(Live healthy)
10. Have a fun(yeroo bashannanaa qabaadhu)

Isaayyaas Camadaa Dheeressaa(Eng.)
Naqamtee Mudde 21/2022

Seenaa ajaa'ibaa kan irraa waan hubatee hiryoota keef #Share gochuu hin dagatinaa

@segnigudeta @wabisegni