Wabii Sanyii
6.49K subscribers
886 photos
26 videos
57 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
H i r i y y u u m m a a !
Ilkaaniin sesseeqaa
Garaan keessi orma
Arrabban naaf fira
Miirrikeemmoo orma

Qaawwakoos lakkaa'aa
Iccitiikoo baasnaan
Imaanarra tartee
Waadaa keenyas haallaan

Erga gaafan kufu
Na wajjin hin kufne
Erga gaafan du'u
Na wajjin hin duunee

Mucuucachuu kiyyaaf
Yoo taatu sababa
Hiriyyummaan maali
Maaliin madaalama

Erga waliif yaaduurra
Walitti aaduu taatee
Erga iccitiinkoos
Karaa kankee baatee

Hiriyyummaakeerra
Qofaakoon jiraadha
Daandiin dugda lukkuu
Siif ta'uun kadhadha
Filanookeen dhiisiin
Qofaakoon jiraadha !

@segnigudet @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Biyya Argentina keessatti helicopter t-shirt maqaa Messi qabu harkisaa balali'u jira World Cup 2022

Argentina 3 : 0 Croatia
For Daily Update and Jobs Join Our Telegram Channel
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Seera_Haaraa
Fesbuukiin Itoophiyaatti hokkora kakaasuun beenyaa birrii biil. 100 ol akka kaffalu himatame
#Odeeffannoo karaa Telegramii argadhaa
Himanni Facebook irratti dhiyaate yeroo walwaraansi Itoophiyaa keessa jiru algoorizimiin Fesbuukii jeequmsii fi haasaan jibbiinsaa akka babal’atu gargaare kan jedhuudha.
#Telegramii warreen gargaaramtan fayadamoo taatuu
🌈Join godhaa #dubbisaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Waliif qoodaa
🌈Telegram #Beeksisa hojiis
Join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Ajaa'ibaa
France fi Morocco
#Beeksisa_Haaraa
#Waliif qoodaa
🌈Telegram #Beeksisa hojiis
Join godhaa #dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jijjiiramni Maaliif Barbaachisee ??

➥ Jiraachudhaaf rakkinaa fi gadadoo keessa jiru keessaa bahuudhaaf Jijjiramni barbaachisaadha.
Akkasumas yaadannoo badaa/gaarii hin taane kaleessa keessa turre keessaa bahuudhaf barbaachisaa dha.

Yeroo tokko tokko waan keessa jirru keessaa waan baanu nutti hin fakkaatu. Abdii kutannaa cimaa keessa galla. Namnis Waaqnis nu hin baasu jennee amana. Garuu ammayyuu Abdiin jira

● Waaqayyo carraa biraa siif kenna. Risaan waggaa 50 itti murtii lubbuu oolchuu fi jireenya hambisu erga murteessee nuti maaliif dadhabne??

● Daandii haaraa fi jireenya haaraa fuuldura kee jiru yoo barbaadde ofitti amanamummaa booddeetti si harkise jalaa bahi Waaqayyo si gargaara.

● Sammuu kee sirriitti bani akka Risaa/Joobiraa balali'uu dandeessa. Yeroo bokkaan roobu simbirroon hunduu godoo isaanitti gaggalu Risaan garuu bantii Waaqatti ol bahee bokkaa roobu gararraa balali'a.

● Rakkoon bokkaa jiru hundumaaf tokko haa tahu malee ilaalchi nuti wantoota itti ilaallee furmaata kenninutu adda adda beekaa.

● Jijjirama hin sodaatin jaalalaan fudhadhu!

Gaaffii:
➥ Akka Risaa balali'uu barbaaddaa ol kaatee??

"Yeroo sadiin barnoota koo koollejjii kufe, Yeroo 30 ol beeksisa hojii ba'e qacarriif iyyannoo galchadhee hundaa kufe, Yeroo dhaabbanni KFC jedhamu biyya Chaayinaa dhufe namoota 24 hojiif dorgoman keessaa kan otoo hin qacaramin kophaatti hafe ana qofaadha, Humna waraanaa chaayinaatti poolisii ta'ee qacaramuuf namoota 5 dorgomne keessaa ana qofa
fudhachuu didan. Yuunibarsiitii Harvaardiitti deebi'ee seenudhaaf yeroo 10 ol iyyata galfadhee yeroo 10 na fudhachuu didan".

Jack Maan Hundeessaa fi Abbaa qabeenyaa Marsariitii/Websaayitii beekamaa Chaayinaa www.alibaba.com yoo tahu akka barruun Forbees jedhutti dureessa beekamaa Addunyaa kanaa 22ffaadha qabeenyi isaa doolaara biliyoona 28.8 ture bara 2015ti.

Ijoon dubbii seenaa kanaa:
 ➨ "Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa'ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina sammuu keessanii hin ibsu karaa itti wantootni ittiin siif hojjechuu didan barta.

➨ Toomaas Ediisan namichi ibsaa elektiriikii uume yeroo 99 milkaa'uu dadhabe garuu yeroo gaafatamu ani hin kufne karaa ittin elektiriikiin ifu hin dandeenye 99 bare malee jedhe.

➨ Atihoo Abdii kutannaa keessaa baatee of jijjiruuf qophoofteettaa?? Jabaadhu Waaqayyo si gargaara.


 ➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ. Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

@segnigudeta @wabisegni
Sheger Public Transport Service

Location: addis-ababa
Job Posted on:
#December 13, 2022
Deadline: December 22, 2022
Number of Positions: 21 -positions 0 EXP , 400 + 11
– positions with EXP
10th-Degree
#Fore more #Information
Golagol area
☎️ 011 833 3460
#dorgomaa

Waliif qoodaa #Share gochuun #Aantee keesaniifis qoodaa
♨️liinkii #Asii gadii banuun #gitoota isin #Ilaallatu irratti dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
“The 7 Habits of Highly Effective People”

1.Be proactive: This means taking initiative and being responsible for your actions, rather than being passive and letting circumstances dictate your choices.

2.Begin with the end in mind: This involves setting clear goals and thinking about the long-term consequences of your actions.

3.Put first things first: This means prioritizing important tasks and avoiding distractions, in order to achieve your goals efficiently and effectively.

4.Think win-win: This involves seeking mutually beneficial solutions in relationships and negotiations, rather than trying to win at the expense of others.

5.Seek first to understand, then to be understood: This involves actively listening to others and trying to understand their perspective before communicating your own.

6.Synergize: This involves working cooperatively with others to achieve a greater result than could be achieved individually.

7.Sharpen the saw: This involves constantly improving and maintaining your physical, mental, emotional, and spiritual health in order to be effective in all areas of your life.

Are you ready to transform your life and achieve true effectiveness?

MILKAA'UUF CARRAAQI!

■ Nɑmni kɑmiyyuu Jireenyɑ milkɑɑ'ɑɑ, kɑrɑɑ milkɑɑ'ɑɑ fi Gɑbɑɑ milkɑɑ'ɑɑ Keessɑ jirɑɑchuu ɑkkɑ bɑrbɑɑdu wɑɑn irrɑtti mɑri'ɑtɑmu miti.

Milkɑɑ'inɑɑf sɑbɑbni: Hɑɑlɑ jireenyɑ mɑɑtii keetii, hɑɑlɑ biyyɑ keetii fi iddoo jireenyɑ keetii utuu hin tɑ'in,
  ❏️ Kɑroorɑ,
  ❏️ Sɑgɑntɑɑ,
  ❏️ yɑɑdɑɑ fi
  ❏️ Ilɑɑlchɑ mɑtɑɑ keetiif qɑbdu irrɑtti hundɑɑ'ɑ.

🔑 Furtuun Milkɑɑ'inɑɑ Dɑndeettii fi Humnɑ qɑbduun hɑɑlɑ kɑmiyyuu keessɑtti of jijjiiruuf kutɑnnoo jijjiirɑmɑɑf ɑti gochuu qɑbduu dhɑ.
️➊. Wɑntɑ bɑrbɑɑdduu fi eessɑ ɑkkɑ ɑdeemtu murteessi!
—(Decide whɑt you wɑnt ɑnd where you wɑnt to go)

️➋. Gɑlmɑ xumuurɑɑ qopheessi! Gɑlmichɑ gɑhuuf kɑroorsi!
—(Set ɑ deɑdline ɑnd mɑke plɑn)

️➌. Kɑroorɑ kee irrɑtti hojjɑdhu! guyyɑɑ guyyɑɑdhɑɑn kɑllɑttii gɑlmichɑɑtti imɑli!
—(Tɑke ɑction on your plɑn)
️➍. Hɑngɑ milkɑɑ'inɑɑtti Gonkumɑɑ:
➛ Hin dhɑɑbɑtin!
➛ Hin lɑɑfin!
➛ Mogoleen si in bu'in!
➛ Hɑrkɑ hin kennin!

Waliif #Share gochuu hin dagatinaa
@segnigudeta @wabisegni
Bakka #Tokkotti

Waliif qoodaa #Share gochuun #Aantee keesaniifis qoodaa
♨️liinkii #Asii gadii banuun #gitoota isin #Ilaallatu irratti dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Yeroo_Itti_Dhiibbaa Uumuu dandeessutti #Callistee hin ta'iin #Beeksisni kun #Isin hin Ilaallatu #taanaan #Aanteekeef qoodi
#Gitoota 200 #Ol dorgomaa
liinkii Telegramii banuun dorgomaa #Maagaalaa_finfiinnee akka ta'ees hin dagatinaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jιrєєиуα (basic things about life)
▬▬▬▬▬▬▬▬
▷ Ʀakkina qaba.
▷ Baldhina qaba.
▷ Salphina qaba.
▷ Ulfina qaba.
Isaan kanatu walitti dabalamee Jireenya hiika qabu ta'a.

➛ Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti.
➛ Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.
➛ Kufaatii si mudateen miidhamtee hafuuf dhalatte osoo hin taane muuxannoo isa caalu gonfachuudhaan mootee jiraachuuf uumamte. Yeroo hundumaa sadarkaa itti aanutti darbuuf gatii si baasisu baasun, rakkina keessa darbuun dirqama.

➥ Mee namoottan addunyaa beekamoo ta'an hunda isaanii qoradhu! Hundi isaanii rakkina hammana hin jedhamne keessa darbanii kan mul'atan argatan.

RAKKINNI YAADNI HAARAAN KEESSA KEETII AKKA BURQU GODHA!

● Eenyummaa keetti rakkinni yoo dabalame of argita. Ofitti akka deebitu si godha. Si malee namni si ta'uu danda'u akka hin jirre sitti hima.

● Namoonni baay'een yoo waa rakkatan waanuma akkasitti hafan of se'uudhaan milkaa'ina cina isaanii jirutti aggaamuu of dhowwu. Lakki akkas miti eenyuyyuu rakkina baatee kan hafu hin jiru. Yeroodhaaf nutti fakkaata malee.

● Namni mul'ataa milkaa'uudhaaf rakkina keessa darbuun waanuma jiru.

Taphni Kubbaa miilaa kan Argentina kun illee kanuma nama barsiisa. Injifannoo Wagga 36 'f dharraa qofa taatee duraa hafte,osoo abdii hin kutin yaaluudhaan hawwii isaanii dhugoomsatan. Dhugaa waa guddatu irraa baratama! Kufaatii ofiitti,rakkinaan qoramuutti dafanii abdii kutuun hin ta'u. Seexannii fi Abdii kutannaan matumti isaa abdii haa kutatu!
Abdii hin kutin!
Torban hojii gaarii nuuf haa ta'u 🙏

🔴⚫️▬▬▬▬▬▬🔴⚫️
@segnigudeta @wabisegni