Wabii Sanyii
6.55K subscribers
872 photos
26 videos
56 files
965 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Barreessaan #RoobertKoyaasaakiidha.
Garaagarummaa #hojjetaafi #hojjechiisaa jidduu jiru isa sirrii lafa kaa'a. Sooressi maaliif akka soorome, hiyyeessi maaliif akka hiyyoome suura kaasee namaa ibsa. Maaliif akka galgalli barataa cimaa, yeroo baay'ee, harka barataa isa cimaa hintaaneetti akka kufuuf deebii quubsaa qaba. Itti dhiyaadhaa ilaalaa.

"Abbaa laman qaba!" jechuun eegala, barreessichi karaa kitaaba isaa kanaa (RICH DAD, POOR DAD). 'Ajaa'iba! Abbaa lama irraa dhalatuu?' jechaan dubbisuu itti fufe. Innis hin dhaabne, ittuma fufa. Abbaan isaa inni tokko sooressa, inni biraan immoo hiyyeessa akka ta'etti hima. Abbaan isaa inni tokko baay'ee kan barateefi digirii hedduu of harkaa kan qabudha. Faallaa kanaa, abbaan isaa inni biraan immoo kutaa 8ffaa iyyuu kan hin xumurredha. Lamaanuu hojii isaaniitti cimoofi milkaa'oo ta'uun immoo wal isaan fakkeessa. Garuu inni tokko rakkoo maallaqaan mudatama, inni biraan immoo nama sooressa beekamaa ganda isaaniiti. Inni tokko doolaara miiliyoona kudhan maatii, mana waaqeffannaa isaafi gargaarsa biraaf dhiisee du'e. Inni biraan immoo, waraqaa ittiin liqiin irraa kanfalamu dhiiseefii du'e. Inni kun, isa hiyyummaa dhala isaa dhaalchisee du'edha.

Akkuma sila jenne, lamaanuu jaboofi dhiibbaa uumtotadha. Lamaan isaanii ni gorsuunii; garuu waan wal fakkaataan isa hin gorsani. Namoonni kun lamaanuu haalaan barnootatti amanu. Garuu, kenninsa barnoota wal fakkaataa hin gorsaniin. Inni tokko, "Jabaadhuu baradhu; koolleejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii filatamaatti qacarami!" yoo jedhu, inni biraan immoo, "Jabaadhuu baradhu; koollejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii mataakee horadhu!" jedhaani.

"Osoon abbaa tokko qofaa qabaadheera ta'ee, yaada isaa tokkicha qofaa fudhadha yookaan fudhachuun dhiisa. Abbaa lama qabaachuunkoo filannoo yaada waliif faallaa kanaaf gorsa naa kenna. Haalaan wal bira qabee akkan filadhu na godha!" Akkanaan abbaa lama qabaachuu isaaf waan itti dhagaahamu ibsata. Yaada faallaa qabaachuun abboota isaan lamaan kanaa akkuma itti fufetti. Fakkeenyaaf: Inni tokko, "Jaalalli qarshii hundee jal'inaati!" jedha; inni biraan immoo, "Dhabinsi qarshii madda jal'inaati!" jedha.

●Guutummaa kitaabichaa siniif dhiiseera. Akkuma jara olii kana, gaaffii hedduuf akka deebii argattan hin shakku. Yaadichi mata duree guddaafi dhaloonni irratti xiyyeeffachuu qabu ta'uu eddan hubadhee booda, siniif qooduun filadhe. Dubbisaa!

Viv Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2022
@segnigudeta @wabisegni

Dargaggoonni keenya ammayyuu Qabsoo Diinagdee guddaa nu barabaachiisa ilalchaa hojii irratti qaban sirreessuu, ilalchaa biizinaasii irratti qabnu gabbifachuu baay'ee murteessaadha.
                  
Ilamee obbolee koo.

Soorata Sammuu maltuu barabachisaa.?

❏ Namni guyyaattis ta'u torbeetti hangam qaamni isaa akka dabale ilaaluuf hangaa fi dheerina isaa ni safara.
➢ Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu #sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba. Barnoonni sirriin soorata sammuuti.

➢ Barnoota sirrii yoo jennu barnoonni dhugaan kan waa'ee dhala namaa, addunyaa, ardiif samii akkasumas kan waa'ee uumamaa fi uumaa dhugaa qabatamaan jiruun barsiisu jechuudha.

➢ Barnoonni sirriin dhugaa qabatamaa lafarra jiru waliin was simee sammuu dhala namaa misoomsuu qaba.

➢ Sammuun dhala namaa barnoota sirriin gabbatee jiruu fi jireenya namaa jijjiiruu qaba. Kana irraa maqnaan jireenyi dhala namaas milkii irraa maquun, guddinaaf gumaata dhiisee gufuu ta'a.

➢ Maarree guddinni dhala namaa sirrii akka ta'uuf, sammuun barnoota sirriin misoomee dagaaguu qaba.

➢ Hamma kana hin argannetti garuu dhamaatii gatiif hiika hin qabne, jireenya furtuu malee gad dhiisii ta'ee fi yaada hin hogganamneen raafamuudhaaf saaxilamna.

We are in Personal Development Training. Keessan na dubbisaa @segnigudeta
#Haaraa

⬇️Eenyuu #Iyyuu Gaarumaa isaa itti #hafufu

Yoo #Isin hin #Ilaallatu ta'e
#Obblleessakee_Obboleettikeef yaadi Share godhi
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
#Beeksiisaa_Qacarrii_Haaraa

🏘🏬Korporeeshinii Ijaarsa Oromiyaa

Job vacancy in oromia construction corporation
OCC

#Liinkii banuun gitoota 100 baasee jiru irratti akkataa Isin Ilaallatuun dorgomaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Haaraa_Dorgomaa
Waliif qoodaa
Murtee Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa zoonii jahaa fi aanaalee addaa shan naannoo D/B/B/H irratti kenneef; Iyyattoonni akka qondaaltota filannootti hirmaachuuf fedhii qaban beeksisa baasuun akka galmaa’an ni beekama. Haa ta’u malee, buufataalee filannoo fi buufataalee filannoo armaan gaditti tarreeffaman irratti qondaalli filannoo gahaa waan hin jirreef,
#guutummaa join gochuun apply godhaa
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Gadaa Bank External Vacancy Announcement

Position – IS Trainee

Qualification and Work Experience: BSC degree in Software Engineering,Computer Science,Management Information Systems,Electrical and Computer Engineering,Information Technology or related fields with zero years of experience

CGPA:2.75 and above for female, 3:00 and above for male
Age: 30 and below
Year of Graduation: 2022 only
Place of Work: Head Office

Deadline: December 08/2022

How To Apply
👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#BeeksisootaWalitti qabuun #Isiniif dhoobneerra
Liinkii banuun dorgomaa
♨️Hiriyaaf #Aantee keesaniif
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Gaafa ati ariifattee deemuu jalqabdu.

Gufuun ni heeddummata. Ilaalchi namaa, jibbi namaa, hamiifi maqa balleessiin miillakee qabuutti jabaatanii hojjetu. Gariin waan si beekuuf dhumakee argee jalqabakee gatachuuf dhama'a. Kun sodaafi inaaffaarraa madda. Gariin ammoo utuu sin beekin hafuura jibbaan guutamee iji Isa diimata. Maqaa ati hin qabneen si waamuum filata. Waan ati dandeessee jijjiirama fiddu itti hin fakkaatu. Humna wayii si duuba barbaada.

Dhugaan ati beekuu qabdu, yeroo ati waan haaraa eegaltu, namni si deeggaru muraasa yookiin dhabamuu danda'a. Wanti kun hin fayyaduu, ni ulfaataa, miidhaa qaba, karaan kun sirrii miti, siif hin milkaa'u jedhanii sitti iyyu. Sababni isaa ofiif sammuu waan ati hojjechuuf kaate hojiitti hiikuu miti yaada isaayyuu hin qabani. Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.

Kaan ammoo faana ati tarkaanfachuuf fuute humdumaaf milkii siif hawwu. Waaqa siif kadhatu. Gammachuukee kolfanii gaddakee boo'u. Atis warra gara bakka kaayyoookeetti si butan firoomfadhuutii imalakee itti fufi! Cal jedhiima deemi! Hamma warri hin dandeessu siin jedhaniifi si dhaabuuf dhama'a marti "hojiin yoo si bira jiraate na qaxari!" jedhanii si gaafatanitti..

@segnigudeta @wabisegni
Guyyaa 23/3/2015

Beeksisa!

Waajjirri Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Addis Ababaa beeksisa hojii gaazexaa Addis Dema irratti gaafa 13/02/2015 digrii IT (Information Technology) fi PVA (performing and visual art) diploma fi digrii Afaan Ingiliffaa (diploma and degree); Afaan Amaaraatiin; Barnoota saayinsii naannootiin mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Alpha Deaf keessatti barsiisaa taatee qacaramuuf qorannoo marsaa jalqabaa, ragaa barnootaa jalqabaa fi ragaa leenjii afaan mallattoo, Waajjira Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Addis Ababa waliin gaafa 26/03/2015 ( Isniina) fi 27/03/2015 (Kibxata) qaamaan akka gabaastan isin beeksifna.
#Liinkii banuun maqaa kessan ●●●
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Vacancy Announcement
_____
Position

1.Interest Free Banking Retail CRM

Job Location: Adama District Office (Adama Town)
Registration Place: Adama District Office (Adama Town)

For more information on qualifications and more, please visit our website:
How To Apply
👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Beeksisa Hojii bakka tokkotti liinkii banuun hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
https://t.me/+L3LSyWBrXQVhZWI0
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Qooruu imimmaankee
Utuun hawwuu arguu
Harca'an ilmaankee
Akka baala harbuu

Dukkubbikee beekeen
Kan garaa si hube
Siif darbakee eegeen
Darbuunkee na gube

Dubbachuuf ni cima
Dhiisuus hin danda'u
Eenyuttan sii hima
Dhibe kan dhaga'u

Asirraa iyyinaan
Gatii dhabe iyyoo
Biyyatti sii hiimnaan
Cal siin jedhe biyyoo

Ayi yaa lammiikoo
Yasa meeqa cabe
Akkkam siif ta'uure
Akkan ta'un dhabe

Homaa jechan dhabe
Jechuu malee wayyoo
Dhugaakeef waaqarra
Haa ka'u Waaqayyoo

@segnigudeta @wabisegni
#Beeksisa_Haaraa

Unversity #Dire_Dawa baase

♨️Namootni fedha qabdan #dorgomuu dandeessu

🌈Liinkii #Telegrami asii gadi jiru banuun
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
CARE Ethiopia ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position: - Health and Nutrition Specialist

📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
BSc Degree in Health science, Nutrition, Nursing, Public Health officer

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ Head Office (HO), Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡ እስከ ታህሳስ
03 /2015 ዓ.ም

📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ/Odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa👇
👉 Read Detail:https://orojops.com/jobs/he/

🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.orojops.com

🌍Telegram:- https://t.me/oromiatecno

መረጃውን #Share /ሸር/ በማድረግ ለሌሎችም/ በስራ ፍለጋ ላሉ ወገኖቻችን
Ashewa Technology Solution S.C. ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position: - Marketing & Business development Director

📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
experience as Marketing Director

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ አዲስ አበባ

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡ እስከ ህዳር
03 /2015 ዓ.ም
📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ/Odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa👇
👉 Read Details https://orojops.com/jobs/ma/

🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.orojops.com

🌍Telegram:- https://t.me/oromiatecno

መረጃውን #Share /ሸር/ በማድረግ ለሌሎችም/ በስራ ፍለጋ ላሉ ወገኖቻችን
Development Expertise Center (DEC) ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።

Position: - Youth Economic Empowerment Officer

📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
Masters/Bachelor’s degree in Business Management, Accounting, Development studies, Cooperative Management, Economics, Agribusiness, and other related fields.

🇪🇹 የስራ ቦታ ፡ ባህ ርዳር ፣ አማራ

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡ እስከ ታህሳስ
03 /2015 ዓ.ም
📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ/Odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa👇
👉 Read Detail:https://orojops.com/jobs/y/

🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.orojops.com

🌍Telegram:- https://t.me/oromiatecno

መረጃውን #Share /ሸር/ በማድረግ ለሌሎችም/ በስራ ፍለጋ ላሉ ወገኖቻችን
Ethiopian Human Rights Commission (EHRC) ሰራተኞችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።


Position: Senior Human Rights Officer/Technical Support Expert.


📚ትምህርት ዓይነት እና ደረጃ:-
MA/BA in Human Rights, LLM in International Law, LLM in law (Public Law relevant to human Rights);

🇪🇹 የስራቦታ: Addis Ababa

🧭የምዝገባ ጊዜ ፡ እስከ ታህሳስ
8/2015 ዓ.ም
📌 ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ/Odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa👇
👉 Read Detail:https://orojops.com/jobs/seni/

🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.orojops.com

🌍Telegram:- https://t.me/oromiatecno

መረጃውን #Share /ሸር/ በማድረግ ለሌሎችም/ በስራ ፍለጋ ላሉ ወገኖቻችን
#Share gochuun waliif #qoodaa

Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following position.

Position: Customer service officer/ Direct sale representative

Qualification: BA Degree in Baking & finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade & Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing or related fields.
Experience : 0 year( For Fresh Graduate)
Only Graduate of 2020 and 2021 invite to apply
CGPA: 2.5 and above

#Deadline: Dec 07, 2022

How to Apply
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Baankii_Bunnaa

♨️ቡና ባንክ የፈተና ውጤት

#Bunna_Bank_Written_Exam_Result

Position: Junior Customer Service Officer

#Liinkii banuun maqaa keessan ilaalladhaa
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Guyyaa 26_03_2015

Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
♨️Madda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8