Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahimad miidiyaa Paan Afriikaa, "Pulse of Africa" hojii eegalchiisan
Mo’aa: Oct 7 . 2025 )Finfinnee
Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahimad miidiyaa Paan Afriikaa, "Pulse of Africa" hojii eegalchiisanii jiru.
Dr. Abiy ergaa Miidiyaa hawaasummaa isaaniirratti dabarsaniin ; Miidiyaa kana hojii eegalchiisuun odeeffannoo dharaa waa’ee Afriikaa miidiyaaleen addunyaa tamsaasan qolachuufi seenessa dhugaa Afriikaa addunyaaf beeksisuuf tarkaanfii jalqabaa ta’uu ibsan.
Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Kanbiroo argachuuf:-
Website; https://moaatv.com/
Telegram; https://t.me/tvmoaa1
Youtube; https://www.youtube.com/@moaatv479/videos
Tiktok:- https://www.tiktok.com/@tv.moaa2?lang=en 'Subscribe, like, share’ gochuun nu hordofaa.

👍2
Obbo Isaayyaas Jiraa Koree Farra Sanyumma 'FIFA' ta'uun filataman
Mo’aa: Oct 8 . 2025 )Finfinnee
Pirezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa obbo Isaayyaas Jiraan miseensa koree farra sanyummaa fi loogummaa 'FIFA' ta'uun filatamanii jiru.
Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afriikaa fi Pirezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa obbo Isaayyaas Jiraan waggoottan arfan itti aananiif miseensa Koree farra sanyummaa fi loogummaa ta’uun akka tajaajilaniif Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaan filatamaniiru.

Mo'aa TV
Fuula Duraa - Mo'aa TV
Mo’aan A.L.A Bara 2016 Luba Professor gammachiis Dastaan Dhaadannoo ‘TV Mo’aa Jireenya Mo’ichaaf’ Jedhuun Hundeeffame. TV’n Mo’aa Miidiyaa...

MM Dr. Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Rippaabiliika Saayipiras waliin mari'atan
Mo’aa: Oct 8 . 2025 )Finfinnee
Ministirri muummee Dr. Abiy Ahimad Ministira dhimma alaa Saayipires Dr. Konistaantiinoos Komboos waliin mari’atanii jiru.
Biyyoonni lamaan hariiroo dippiloomaasii, diinagdee fi siyaasaa caalmatti cimsuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.
Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Kanbiroo argachuuf:-
Website; https://moaatv.com/
Telegram; https://t.me/tvmoaa1
Youtube; https://www.youtube.com/@moaatv479/videos
Tiktok:- https://www.tiktok.com/@tv.moaa2?lang=en 'Subscribe, like, share’ gochuun nu hordofaa.
Mo’aa: Oct 8 . 2025 )Finfinnee
Ministirri muummee Dr. Abiy Ahimad Ministira dhimma alaa Saayipires Dr. Konistaantiinoos Komboos waliin mari’atanii jiru.
Biyyoonni lamaan hariiroo dippiloomaasii, diinagdee fi siyaasaa caalmatti cimsuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.
Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Kanbiroo argachuuf:-
Website; https://moaatv.com/
Telegram; https://t.me/tvmoaa1
Youtube; https://www.youtube.com/@moaatv479/videos
Tiktok:- https://www.tiktok.com/@tv.moaa2?lang=en 'Subscribe, like, share’ gochuun nu hordofaa.
Ministirri Muummee Abiy Ahimad Keeniyaa Naayiroobii seenaniiru.
Mo’aa: (Oct 9 . 2025 ) Finfinnee
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Yaa'ii Dureewwan Biyyoota COMESA 24ffaa irratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galanii jiru.

Inistiitiyuutii Teknoloojii Shaggar barattoota qaxalee akka biyyaatti qabxii olaanaa galmeessan simate
Mo’aa: (Oct 9 . 2025 ) Finfinnee
Inistiitiyuutii Teknoloojii Shaggar barnoota gochaa fi kalaqa Teknoloojii irratti xiyyeeffachuun dameewwan Barnootaa Saayinsii Hawaa, Hubannoo Nam-tolchee/Artificial Intelligence, Baayooteknoloojii, Baayoo Injiineringii, Mekaanikaalaafi Maateriyaalii akkasumas Niwukilaar Fiiziksiin barsiisuuf barattoota qabxii olaanaa galmeessan kutaalee Oromiyaa garagaraa irraa simachaa jira.
Haaluma kanaan Barattoota bara kana akka biyyaatti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessan keessaa barataa Kaalid Bashir qabxii 591 galmeesse, hiriyaa isaa qabxii 589 galmeesse Gosaa Nageessoofi kanneen biroo Inistitiyuutichatti simatamaniiru.

Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa walii galtee tumsa waloo mallatteessan
Mo’aa: (Oct 9 . 2025 ) Finfinnee
tiyoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa walii galtee tumsa waloo “Gilobal getway partinership” Mallatteessanii jiru.
Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee fi Pirezidaantiin Komishinii Awurooppaa Ursuulaa Voon der leyin waliigalticha Beeljiyeem Biraselsitti mallateessuusaanii fi
Waliigaltichi Hariiroo Obbolummaa yeroo dheeraa Itiyoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa gidduu ture Boqonnaa haaraa kan banu akka ta’e ibsamuu TOI gabaaseera.
Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Kanbiroo argachuuf:-
Website; https://moaatv.com/
Telegram; https://t.me/tvmoaa1
Youtube; https://www.youtube.com/@moaatv479/videos
Tiktok:- https://www.tiktok.com/@tv.moaa2?lang=en 'Subscribe, like, share’ gochuun nu hordofaa.
Mo’aa: (Oct 9 . 2025 ) Finfinnee
tiyoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa walii galtee tumsa waloo “Gilobal getway partinership” Mallatteessanii jiru.
Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee fi Pirezidaantiin Komishinii Awurooppaa Ursuulaa Voon der leyin waliigalticha Beeljiyeem Biraselsitti mallateessuusaanii fi
Waliigaltichi Hariiroo Obbolummaa yeroo dheeraa Itiyoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa gidduu ture Boqonnaa haaraa kan banu akka ta’e ibsamuu TOI gabaaseera.
Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Kanbiroo argachuuf:-
Website; https://moaatv.com/
Telegram; https://t.me/tvmoaa1
Youtube; https://www.youtube.com/@moaatv479/videos
Tiktok:- https://www.tiktok.com/@tv.moaa2?lang=en 'Subscribe, like, share’ gochuun nu hordofaa.
❤2
Guyyaan Alaabaa bara Kanaa Onkoloolessa 03 Bara 2018 Kabajama
Mo’aa: (Oct 9 . 2025 ) Finfinnee
Bara kana Guyyaan Alaabaa Onkoloolessa 03 Bara 2018 mata duree “𝐀𝐥𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚, 𝐌𝐢𝐬𝐢𝐫𝐚𝐚𝐜𝐡𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐎𝐥𝐤𝐚𝐚’𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚, 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚, 𝐁𝐢𝐫𝐦𝐚𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐨𝐦𝐬𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐟! "jedhuun guutuu biyyaatti sagantaawwan garaa garaan ni kabajama.
Guyyaan Alaabaa, Labsii Alaabaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baase Lak. 863/2006 Fooyya’ee Bahe bu’uura godhachuun waggaa waggaadhaan baatiin Onkoloolessaa seenee torban Wiixata duraa akka kabajamu tumamee jira.
Maddi:- Miidiyaa Hawaasaa Caffee Oromiyaa

Doktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu
Mo’aa : (Oct 27.2025) Finfinnee
Manni Maree Bakka Bu'oota uummataa guyyaa boruu ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 5ffaa Mana Maree 6ffaa ni gaggeessa.
Walgahii guyyaa boruu gaggeeffamu kana irrattis Ministirri Muummee Abiy Ahimad(PhD) argamuudhaan gaaffiilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa irraa dhiyaataniif deebiifi ibsa ni kennu jedhame.

👏1
"Shaggaritti manneen barnootaa Bu'uura Boruu 183 keessattis nyaata madaalamaa daa'immaniif dhiyeessuun danda'ameera" jedhame.
Mo’aa : (Oct 29.2025) Finfinnee
Magaalaa Shaggaritti inisheetiivii nyaata barattootaa manneen barnootaa hundatti hojiirra oolchuun manneen barnootaa Bu'uura Boruu 183 keessattis nyaata madaalamaa daa'immaniif dhiyeessuun kan danda'ame ta'uun ibsame.
Gama biraan hojiiwwan dijilaayizeeshinii milkeessuuf mana dubbisaa dijitaalawaa babal'isaa jiraachuu kan himan, kunis hanqina kitaabilee sirna barnootaa keessatti mul'atan kan furu ta'uu Ittigaafatamaa Waajjira Barnootaa Magaalaa Shaggar obbo Firakiyyaa Kaasahuun himuu isaanii Komnikeeshiniin Magaalaa Shaggar Gabaase.
Mul'ata Magaalaan Shaggar qabate galmaan gahuuf hojiiwwan gama barnootaan hojjetameen manneen barnootaa babal'isuun dhaqqabamummaa barnootaa guddateen jijjiiramootni gaariin qulqullina barnootaa mirkaneessuu irratti argamaa kan dhufe ta'uu kan himan, manneen barnootaa babal'isuufis bara kana ijaarsi manneen barnootaa Bu'uura Boruu 86fi manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa 7 eegalamuus obbo Firakiyyaa Kaasahuun ibsaniiru.