Computers Soln
2.06K subscribers
23 photos
32 links
Download Telegram
🌍 Elon Musk says AI & Robots "will be able to do everything, resulting in universal high income."

"Work will be optional." 🌐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4❤3🔥2
✅Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.📱

Hanga ammanatti, Facebook fi messenger irratti seenuuf password qofa fayyadamaa turre. Amma garuu:-

👩‍🎨 Pin code
👩‍🎨 Fingerprint
👩‍🎨 face authentication
👩‍🎨 Authentication App

.... Fayyadamuu Akka daanda'amu *meta* beeksise jira.

Kun immoo nageenya account Facebook fi messenger keenyaa cimsuu fi accountin keenya saffisaa fi amansiisumaa dabalataa Akka qabaatu taasisa jechuudha
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👏4❤3🔥2🥰1
⌨️ Save Your time with Short Cuts: 👩‍💻

Ctrl + A - Select All
Ctrl + B - Bold
Ctrl + C - Copy
Ctrl + D - Fill
Ctrl + F - Find
Ctrl + G - Find next instance of text
Ctrl + H - Replace
Ctrl + I - Italic
Ctrl + K - Insert a hyperlink
Ctrl + N - New workbook
Ctrl + O - Open
Ctrl + P - Print
Ctrl + R - Nothing right
Ctrl + S - Save
Ctrl + U - Underlined
Ctrl + V - Paste
Ctrl W - Close
Ctrl + X - Cut
Ctrl + Y - Repeat
Ctrl + Z - Cancel
F1 - Help
F2 - Edition
F3 - Paste the name
F4 - Repeat the last action
F5 - Goto
F6 - Next Pane
F7 - Spell Check
F8 - Extension of the mode
F9 - Recalculate all workbooks
F10 - Activate Menubar
F11 - New graph
F12 - Save As
❤5
🤖 Artificial Intelligence’n Maali?
(AI jechuun maal jechuu dha?)


Yeroo har’aa kana “AI” yookiin “Artificial Intelligence” jechuun waan yeroo hunda dhageenyu ta’eera. Social media irratti, bilbila keenya keessatti, hojii technology adda addaa keessatti maqaan isaa yeroo baay’ee ni ka’a. Namoonni gariin AI’n addunyaa jijjiiruu jedhan; gariin immoo hojii namaa guutummaatti bakka bu’a jechuun sodaatu.
Garuu gaaffiin guddaan tokko jira:

👉Artificial Intelligence jechuun maal dha?

Salphaatti yoo ilaalle, Artificial Intelligence jechuun technology akka namaatti “yaaduu”, “barachuu” fi “murtee kennuu” danda’u dha. Inni sammuu namaa guutummaatti hin qabu, garuu hojii tokko tokko akka namaatti hojjechuu danda’a.
Fakkeenyaaf:
sagalee kee hubachuu danda’a
gaaffii deebisuu danda’a
suuraa adda baasuu danda’a
afaan hiikuu danda’a
konkolaataa ofiin oofu danda’a
Kun hundi AI dha.

🧠AI Akkamitti Hojjeta?

AI’n akka namaatti hojii hojjechuuf odeeffannoo baay’ee irraa barata. Akkuma daa’imni yeroo dheeraaf barachuun guddatu, AI’nis data irraa barataa guddachaa deema.
Fakkeenyaaf:
📸 Yoo AI’n suuraa adurree adda baasuu baratu:
suuraa kuma hedduu ilaala
suuraa sana keessaa halluu, ija, qaama fi bifa adda baasa
booda yeroo suuraa haarawa argutti “kun adurree dha” jechuun beekuu danda’a
Kana jechuun AI’n yaada ofii isaa irraa osoo hin taane, waan irraa barate irratti hundaa’ee hojjeta.

📱 AI Jireenya Keenya Keessa Jiraa?

Eeyyee—baay’ee!
Namoonni hedduun AI fayyadamaa jiru, garuu yeroo baay’ee hin hubatan.
Fakkeenyaaf:
YouTube video siif filu
TikTok content si agarsiisu
Google gaaffii kee deebisu
bilbilli kee fuula kee beeku
Translator afaan hiiku
👉 Kun hundi AI dha.
Har’a AI technology keessaa kutaa guddaa ta’eera.

🚀AI’n Maal Jijjiiraa Jira?

AI hojii hedduu saffiseera. Namni yeroo dheeraa keessatti hojjetu, AI’n sekondii keessatti hojjechuu danda’a.

Akka:
doctoroota gargaaruu
barnoota salphisu
hojii office saffisiisuu
animation fi suuraa uumuu
hojii warshaa hojjechuu
Kanaaf biyyoonni hedduun AI irratti hojii guddaa hojjechaa jiru.
Sababni isaa:
👉 Namni AI fayyadame saffisaan guddachuu danda’a.
⚠️ Garuu AI’n Rakkoo Hin Qabuu?
Qaba.
Technology hundi akkuma faayidaa qabu, rakkoo illee qaba.
Namoonni hedduun sodaa kana qabu:
hojii namaa hir’isa
odeeffannoo sobaa uumuu danda’a
namoonni technology irratti hirkatan baay’achaa jiru
Kanaaf AI’n sirnaan fayyadamamuu qaba.
AI’n ofii isaa badaa miti—akkaataa itti fayyadamnu irratti hundaa’a.

🌎Gara Fuulduraatti AI Maal Ta’a?

Hayyoonni hedduun akka jedhanitti, gara fuulduraatti AI:
hojii baay’ee keessatti iddoo guddaa qabaata
barnoota jijjiira
hojii daldalaa fooyyeessa
yaala fayyaa saffisisa
technology sadarkaa bira ga’a
Kana jechuun:
👉 Namni AI barate carraa guddaa qabaata
👉 Namni irraa fagaatu duubatti hafuu danda’a

🔥 Barnoota Guddaa
Artificial Intelligence nu barsiisa:
👉 Technology’n saffisaan guddachaa jira
👉 Addunyaan gara digital tti jijjiiramaa jira
👉 Barachuun dirqama ta’aa jira
Garuu yaadadhu:
💡 AI’n sammuu qabaachuu hin danda’u akkuma namaa.
👉 Inni waan namni uume dha.
👉 Kanaaf namni yeroo hunda caala.

🔚Goolabbii

Artificial Intelligence jechuun robot nama bakka bu’u qofa miti.
Inni technology akka namaatti hojii hojjechuu danda’u dha.

Har’a AI’n:

bilbila kee keessa jira
internet keessa jira
hojii addunyaa jijjiiraa jira
💡 Dhugaan guddaan tokko jira:
“Namni technology barate yeroo waliin guddacha… namni irraa fagaatu yeroo irraa hafaa jira.”
Kanaaf:
👉 AI sodaachuu qofa hin barbaachisu
👉 Hubachuu fi sirnaan fayyadamuun barbaachisaadha.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍5❤2
💟Baankiiwwan kanneen keessaa kam verify godhachuu barbaadda?

Manuma keessan taa'uudhaan Herrega Baankii keessanii Fayda ID waliin wal qabsiifachuuf ykn verify godhachuuf linkiiwwan armaan gadii fayyadami.

1. CBE ~  https://cbefayda.cbe.com.et/
2. CBO ~ https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization
3. Bank of Abyssinia ~ https://cs.bankofabyssinia.com/fayda_connect

4. Awash Bank ~ https://fayda.awashbank.com/en

5. Hijra Bank ~ https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/acctVerf

6. Siinqee Bank ~ https://fayda.siinqeebank.com:7443/

7. Oromia Bank ~
https://share.google/GUWsaxoIAESFRp2hM

8. Dashen Bank ~ https://dashensuperapp.com/dashen-fayda

9. Wegagen Bank ~ https://fayda.wegagenbanksc.com.et/harmonization

10. Rammis Bank
~ fayda.rammisbank.et https://share.google/plT5HzQvm1tv8UNXv

11. Bunna Bank
~Bunna Bank S.C https://share.google/A0hUwRAMgdnLtlbzo

12. Hibret Bank
~ Hibir KYC https://share.google/i51ZxAdL9Un0akwdQ

13. Zamzam Bank
~ Zamzam Bank Self Care https://share.google/xGGSSeRFdT1CIbhNy

14. Zemen Bank
~ Zemen Bank - Fayda Harmonization Public Portal https://share.google/suZir106gcgnGBmq0

15.Tsehay Bank
~Tsehay Bank - Secure Authentication https://share.google/kth9Jhv6ZUYBkjplw

16. Nib International Bank
~ Nib-Fayda Harmonization https://share.google/L5ZLh3L8fejwRZuwz

17.  Goh Betoch Bank
~ Goh Betoch Bank- National Id https://share.google/ctaQjZ5hn9oM14V8v

18. Enat Bank
~ Link Fayda ID - Bank Account Entry https://share.google/ylkI3uBltBHjEfQDT

19. Development Bank of Ethiopia
~ DBE-National ID https://share.google/rJZuO1Pgr89iRk78y

20. Anbesa Bank
~Fayda Account Harmonization https://share.google/TZRz6F7D1vyh0drad

21. Ahadu Bank
~ Welcome | Ahadu Bank - Ahadu Fayda https://share.google/AWGS37Dz6lBUjnpc9

22. Addis International Bank
~Home - FaydaOnline https://share.google/VvAB1Q3Ptz5BMeHzg

23. Abay Bank
~ Abay Bank KYC Verification https://share.google/w8Vbv2NE8iKEFmaoG

24.  Sidama Bank
~ Sidama Bank – Fayda Harmonization https://share.google/761CzPTAIDMgDZfq7

25. Tsedey Bank
~ Tsedey Bank – Fayda Harmonization https://share.google/sTOqWWmX7Q9mfREKN

26.  Amhara Bank
~ ABa Fayda Integration System https://share.google/Vv4h7sacieT0EIrXA

27. Berhan Bank
~Source: nationalidharmonization.berhanonline.et https://share.google/mmNkJ7YisczE9C6yK

To get all links tegether press the following link
National ID https://share.google/D1KV8dm1ZcLYwrX6a

National bank of Ethiopia 🇪🇹
Home - National Bank of Ethiopia https://share.google/diEOL8VzfbyedwCTu
National ID Ethiopia
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍6
Shift + F1 - What is it?
Shift + F2 - Edit cell comment
Shift + F3 - Paste the function into the formula
Shift + F4 - Search Next
Shift + F5 - Find
Shift + F6 - Previous Panel
Shift + F8 - Add to the selection
Shift + F9 - Calculate the active worksheet
Shift + F10 - Popup menu display
Shift + F11 - New spreadsheet
Shift + F12 - Save
Ctrl + F3 - Set name
Ctrl + F4 - Close
Ctrl + F5 - XL, size of the restore window
Ctrl + F6 - Next Workbook Window
Shift + Ctrl + F6 - Previous Workbook Window
Ctrl + F7 - Move window
Ctrl + F8 - Resize Window
Ctrl + F9 - Minimize the workbook
Ctrl + F10 - Maximize or Restore Window
Ctrl + F11 - Inset 4.0 Macro sheet
Ctrl + F1 - Open File
👍2
☑️ 🔐 Telegram Kee Hack Ta'uu Irraa Eeggadhu?

💡 Namni tokko lakkoofsa bilbilaa kee argachuun qofa Telegram kee seenuu danda'a jechuun yaaddeertaa?

❌Dogoggora!

✅ Two-Step Verification hojii irra yoo oolchite, password dabalataa malee eenyullee account kee seenuu hin danda'u.

📌Akkaataa itti hojii irra oolchitu:

1️⃣ Telegram bani
2️⃣ Settings seeni
3️⃣ Privacy and Security filadhu
4️⃣ Two-Step Verification tuqi
5️⃣ Set Password filadhu
6️⃣ Password cimaa galchi
7️⃣ Recovery Email dabaladhu
8️⃣ Code email irraa siif ergame mirkaneessi
━━━━━━━━━━━━
⚠️ Two-Step Verification hin qabdu taanaan:

❌ SIM kee yoo si jalaa badde accountn kee hatamuu danda'a
❌ Code Telegram kee namni argate account kee seenuu danda'a
❌ Odeeffannoo dhuunfaa kee argachuu danda'a
━━━━━━━━━━━━━

✅ Two-Step Verification qabda taanaan:

🔒 Account kee eegatta.
🔒 Chats fi datan kee ni tikfama.
🔒 Hackers irraa eegumsa dabalataa argatta.
🔒 Nagaan Telegram fayyadamta.

━━━━━━━━━━━━━
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤2🥰2👍1
⚠️  Eeggannoo ❗️

❌ Link hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun,....
1. Hackeridhaaf isin saaxila
2. Yakki account keessaniin hojjetamnaan dhaabbanni telegram banned akka taatan godha!

✅ Account keessan eeggachuuf:
1. Two-step verification code fayyadamaa!
2. Security management keessan yeroo hundumaa ceck godhaa!
3. Link adda addaa isiniif ergamu, adda baaftanii utuu hin hubatin hin tuqinaa!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1🔥1👏1
Dhufa Jecha Kompitaraa.

Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa “The yong mans gleanings” jedhu keessatti ture.

Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.

Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.


Maddi | Wikipedia
😘3❤2🥰2
🚨 Of Eeguun Ammadha.

Suuraan keessan Midiiyaa Hawaasaa irratti Gadhiistan Sin #onsuu Akka danda'u beektuu?

Ogeeyyiin Saayibarii(#Cybersecurity_Experts)  👮‍♂️🌟 akka Dubbatanitti Suuraa Selfie🌐 qulqullina olaanaa qaban kan quba yookiin sochii harka keessanii ifatti agarsiisu yommuu #Post gootan Of eeggannoo Cimaa gochuu qabdu jechuun Akeekkachiisaniiru.

Yeroo ammaa kana (AI) 🤖 tiin wanti hin hojjetamne hin jiru jechuu dandeessu.

Kanaaf Hattoonni (#Hackers) Mala kana fayyadamuun Ashaaraa Quba👆 keessanii suuraa gadhiistan irraa #Scan Gochuu akka danda'an himamaa jira.

Yeroo ammaa immoo Password Bilbilaa banuuf🔒, Mobile banking mirkaneessuuf 💸 fi Eenyummaa 🆔 mirkaneessuuf  iddoo ijoo jedhamutti Ashaaraan Quba keenyaa Gahee guddaa taphata.

✍️ Yaaddaniittuu Hacker n tokko Suuraa isin gadhiistan irraa #Fingerprint keessan utuu argatee. Waan barbaade akka hojjetuuf Karaa bal'aa bantaniifii jechuudha.

Kanaafuu, Suuraa keessan (public) yeroo gad-lakkiftan of eeggannoo Cimaa akka gootan sinitti himuun fedha.

💡 Waan kee eeggadhu, Share Godhi Obboleessakeef.🛡️  ✍️

📝
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🥰4❤3👍1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3😍2😘2
🧠 Roobootii Haaraa Kutaa Sammuu Namaaf Hojjetame Hojii Irra Oole

Neuralink robotii haaraa baqaqsanii yaaluu sammuu keessatti sirritti hojjetu beeksiseera. Teknooloojiin kun namoota qaamni isaanii socho'uu dadhabe yaada isaanii qofaan kompiitaraa fi meeshaalee biroo to'achuuf abdii guddaa kenna.

💬 Teknooloojiin kun gara fuulduraatti jireenya namoota hedduu jijjiiruu danda'aa? Moo ilma namaa miidhuuf dhufe laata?
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3😍2😘2
🔒 Jireenya isaaniitiin shamarran malaa fi ogummaa cimaa dhiirota ittiin caalan 3 qabu.... ⏩As tuquun Itti fufaa dubbisaa
    
             👇👇👇👇
        👉✨See More✨👈
        👉✨See More✨👈
               👆👆👆👆


✅ Mala dubartii fi humna bishaanii siif haa kennu,... See More
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😍2❤1👍1🥰1
🌍 OGUMMAA AI FI TEEKNOOLOOJII (AI & TECHNOLOGY SKILLS)

Artificial Intelligence (AI) addunyaa hojii, daldalaa fi teknooloojii saffisaan jijjiiraa jira. Jijjiiramni kun namoota hedduu gammachiisaa jira; namoota biroo immoo sodaachisaa jira. Sababni isaa, hojiiwwan tokko tokko karaa haaraan hojjetamaa jiru.Garuu dhugaan jiru tokko: AI sodaatuun carraa hin uumu; AI barachuun fi fayyadamuun garuu carraa guddaa uuma. AI fayyadamuun:
✍️Hojii saffisiisuu,
✍️Odeeffannoo fi qorannoo salphisu,
✍️Daldala guddisuu,
✍️Tajaajila fooyyessuu,
✍️Yaada hojii haaraa maddisiisuu,
Hojii fi carraa hojii uumuu ni danda’ama.
Kanaaf dargaggoonni keenya AI akka diinaatti ilaaluu hin qaban. AI meeshaa hojii ammayyaa dha. Akkuma kompiitara, interneetii fi bilbila ammayyaa yeroo isaanii keessatti jijjiirama fidan, AI’nis yeroo keenya keessatti jijjiirama guddaa fidaa jira.Namni AI hubatu fi sirriitti fayyadamu, hojii isaa saffisiisuu, qulqullina isaa fooyyessuu fi dorgommii keessatti mootummaa argachuu danda’a. Addunyaan yeroo ammaa namoota teknooloojii waliin guddatan barbaaddi.

Ilaalcha Qajeelaa 🔭
Jireenya Fooyya’aaf
:-

Namni AI'n bakka bu'amu miti; namni AI fayyadamuun namoota AI hin fayyadamne bakka bu'a.Kana jechuun rakkoon guddaan AI miti; rakkoon guddaan jijjiirama addunyaa hubachuu dhabuu dha. Namni barachuu itti fufe, ogummaa isaa yeroo waliin haaromsu fi meeshaalee haaraa fayyadamu, yeroo hunda carraa qabaata.Kanaaf dargaggeessi har'aa gaaffii kana of gaafachuu qaba:"AI na sodaachisaa jira moo ani AI baradhee hojii koo keessatti fayyadamaa jira?"

Deebiin gaaffii kanaa gara fuuldura hojii fi milkaa'ina keetii murteessuu danda'a. "Teknooloojiin nama hin injiftu; namni teknooloojii sirriitti fayyadamu nama teknooloojii hin fayyadamne injifata." 🌐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🥰2❤1😍1
👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Join the Best Channels below 👇

Reading Materials & Psychological Channels 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵‍💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_

Educational Channels
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Insight news 😀
┃_
┃Crypto Earn 💸

┃Spiritual Channels 👇
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Faarfannaa Durii 🎙
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃Spiritual PDF ©

Sport Channels
┃_
┃Dirree Sport 😱
┃_
┃Sport Center ✅
┃_

Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️

News Channels
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍
┃_
┃

┃@hopepromotion 🎺
┃buy and sell channels 🛒

Contact: @Getu_Abera ☑️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2🥰1😍1
❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa
      👇👇

     See More
     See More
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😘3👍1😍1
🚀 Technology’n Gara Fuulduraatti Eessa Deema?

Yeroo har’aa kana technology’n saffisa guddaadhaan guddachaa jira. Wanti yeroo tokko keessatti akka hin danda’amneetti ilaalamu, har’a dhugaa ta’aa jira. Namoonni bilbila harkaa irraa hojii hojjechaa jiru, Artificial Intelligence’n nama gargaaruu jalqabeera, robotonni hojii warshaa keessatti nama bakka bu’aa jiru.
Kanaaf gaaffiin guddaan yeroo ammaa namoonni hedduun gaafataa jiran tokko jira:
👉 “Technology’n gara fuulduraatti eessa deema?”
Dhugaan jiru tokko ni jira—technology’n bakka tokkotti dhaabbachuu hin danda’u. Akkuma yeroo darbe jijjiiramaa dhufe, gara fuulduraattis saffisaan jijjiiramaa deema.
🤖 1. Artificial Intelligence’n Addunyaa Caalaatti Jijjiira
Har’a AI hojii salphaa qofa osoo hin taane hojii guddaa hojjechaa jira. Gaaffii deebisuu, suuraa uumuu, sagalee hubachuu, afaan hiikuu danda’a.
Garuu gara fuulduraatti:
AI doctoroota gargaaruu danda’a
barnoota dhuunfaa kennuu danda’a
konkolaataa ofiin oofu bal’inaan babal’achuu danda’a
hojii office hedduu ofumaan hojjechuu danda’a
Namoonni hedduun yeroo ammaatti AI akka meeshaa gargaarutti ilaalu. Gara fuulduraatti garuu inni hojii fi jireenya keessatti kutaa guddaa ta’a.
Kana jechuun:
👉 namni AI barate carraa guddaa qabaata.
🏠 2. Smart World — Wanti Hundi Walitti Hidhama
Yeroo dhufu keessatti technology’n mana keenya, konkolaataa keenya, hojii keenya fi jireenya keenya walitti hidhuu danda’a.

Har’a illee:

smart TV
smart watch
smart home
arguu jalqabneerra.
Gara fuulduraatti immoo:
💡 manni ofiin ibsuu danda’a
🚗 konkolaataan ofiin oofuu danda’a
🛒 fridge’n nyaanni keessaa yeroo dhumu ofiin ajajuu danda’a
Kun “Internet of Things (IoT)” jedhama.
Wanti kun agarsiisu:
👉 technology’n jireenya namaa caalaatti salphisuu irratti akka hojjetu.
😖 3. Technology fi Fayyaa
Technology’n yaala fayyaa keessatti jijjiirama guddaa fiduu danda’a.
Gara fuulduraatti:
robotonni yaala baqaqsanii hodhuu hojjechuu danda’u
AI’n dhibee yeroo duraatti adda baasuu danda’a
namoonni doctor waliin online wal arguu danda’u
qorannoon fayyaa saffisuu danda’a
Kun jireenya namaa baraaruu keessatti gahee guddaa qaba.
🌍 4. Addunyaan Digital Guutuu Ta’a
Har’a internet jireenya keenya keessatti iddoo guddaa qaba. Gara fuulduraatti immoo:
hojii baay’een online ta’a
barnoonni digital ta’a
daldalli online irratti hunda’a
namoonni virtual world keessatti wal qunnaman dabala
Namni technology irraa fagaatu yeroo sana keessatti rakkachuu danda’a.
Kanaaf yeroo ammaa irraa technology barachuun murteessaadha.
⚠️ 5. Garuu Rakkooleen Jiraachuu Danda’u
Technology guddachuun faayidaa qofa hin qabu.
Rakkooleen akka:
hojii namootaa hir’achuu
odeeffannoo sobaa babal’achuu
namoonni technology irratti hirkachuu baay’achuu
cyber crime dabalu
mudachuu danda’u.
Kanaaf technology’n sirnaan to’atamuu qaba. Namoonni technology uumuu qofa osoo hin taane, itti gaafatamummaan fayyadamuu barachuu qabu.
🧠 6. Namni Milkaa’u Eenyu Ta’a?
Gara fuulduraatti:

❌ namni technology sodaate miti
✅ namni technology hubate fi itti fayyadame milkaa’a.
Har’a:
coding barachuun
AI hubachuun
digital skills qabaachuun
carraa hojii fi guddina guddaa fida.
Technology’n yeroo hunda nama qophaa’e waliin deema.

🔥 Barnoota Guddaa

Technology’n gara fuulduraatti:
👉 saffisaan guddachaa deema
👉 hojii fi jireenya jijjiiraa deema
👉 addunyaa digital caalaa uumaa deema
Garuu dhugaan guddaan tokko jira:
💡 Technology’n ofii isaa addunyaa hin jijjiiru…
👉 namoonni isa sirnaan fayyadaman addunyaa jijjiiru.

🔚 Goolabbii

Yeroo darbe: 🪨 dhagaa irraa jalqabne
🏭 gara maashiniitti ceene
🌐 internetiin wal qunnamne
🤖 AI’n addunyaa jijjiiruu jalqabe
Amma immoo gara fuulduraatti technology’n sadarkaa hin yaadamne irra ga’uu danda’a.
Kanaaf:
👉 barachuu irraa hin dhaabatin
👉 technology waliin guddadhu
👉 yeroo kee waliin deemuu baradhu
💡 Sababni isaa:
“Gara fuulduraatti namni technology hubate qofa osoo hin taane, namni yeroo waliin jijjiiramu jechuun milkaa’a.”🌐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
😍4😘2🥰1
Barnootni IT (Information Technology) barattootaaf faayidaa hedduu qaba. Isaan keessaa ijoon:

1. Dandeettii hojii ammayyaaf qopheessa

✓Biyya hunda keessatti carraan hojii IT irratti hundaa’a.

✓Barataan IT beekuu jalqabe hojii hedduu kan akka programmer, IT support, network, cyber security fi kkf argachuu danda’a.

2. Rakkoo furuuf

✓Barattoonni rakkoo xiyya-fudhattoota (problem-solving) akkamitti  furuu baratu.

✓Dandeettii yaada uumamaa (creativity) fi mala furmaataa argachuu dabala.


3. Intarneeta fi teknoolojii fayyadamuu sirriitti baratu

✓How to use Email, software, Word, Excel, database fi app garaa garaa sirritti baratu.

✓Yeroo ammaa hojii kamiyyuu tajaajila kana ni barbaada.


4. Caalbaasii addunyaa irratti hirmaachuu danda’u

✓Barataan IT beekuu jalqabe, adunyaa guutuu waliin hojjachuu danda’a (remote work).

✓Afaan teknoolojii addunyaan ittiin haasawuu baratu.


5. Carraa daldalaa fi hojiif abdiidha

✓Website uumuun, app hojiirra oolchuun, design gochuun, coding barachuun daldala ofiin jalqabuu danda'u.

✓Barnootni IT nama of danda’e gochuu fi dinagdee ofii ijaaruu gargaara.


6. Yaada haaraa uumuuf carraa kenna

✓Robotics, AI, coding, automation fi digital innovation irratti hirmaachuu ni danda’u.

✓Barattoonni “project” haaraa uumuudhaan beekumsa isaanii mul’isuu danda’u.


7. Akka barataaatti dandeettii barnootaa fooyyeessa

✓Online learning, search engine sirriitti fayyadamuun barnoota keessa caalaatti injifachuu danda’u.

✓Qormaataaf qophaa’inni  isaanii ni cima.
❤2👍2🥰2😍1