Gaaffiin keessan akka hojjennuuf kaka'umsa nuuf laata galatooma.
@Studentrgareck
@Studentrgareck
https://www.itunes-for-android.com/how-to-hack-telegram-on-android-or-ios-devices.html
Pls check weather it is work or not
@tmrtkebede@gmai.com
Pls check weather it is work or not
@tmrtkebede@gmai.com
akka bayyee itti bohartaan abbin qaba
namusaan dubbisaa
Baay'ee na dhukkube
Garaa na gugguba
Afaan hin dubbatu
Mataatti ol labooba
Maatin koo garmalee
Hedduu dhiphatanii
Waan godhan wallaallan
Doktora waamanii
Dhibee koo himachuuf
Afaan koon dubbatuu
Narsiif doktoroonni
Lilmoon natti kaatu
Sababa dhibee koo
Anaaf situ beekaa
Namuu hin shakkinee
Homtuu namni takkaa
Siif jedhee dhibamee
Sireerra yoon ciisu
Afaan koo dubbatee
Naman hubachiisu
Si qofatu beeka
Daawwaa dhukkuba koo
Namni biraan argu
Waanan qabu rakkoo
Hundumtuu dhiphatee
Wallaale falasaa
onnee kee naaf kenni
Isat na fayyisa .............√
https://t.me/viruschannelteaching
namusaan dubbisaa
Baay'ee na dhukkube
Garaa na gugguba
Afaan hin dubbatu
Mataatti ol labooba
Maatin koo garmalee
Hedduu dhiphatanii
Waan godhan wallaallan
Doktora waamanii
Dhibee koo himachuuf
Afaan koon dubbatuu
Narsiif doktoroonni
Lilmoon natti kaatu
Sababa dhibee koo
Anaaf situ beekaa
Namuu hin shakkinee
Homtuu namni takkaa
Siif jedhee dhibamee
Sireerra yoon ciisu
Afaan koo dubbatee
Naman hubachiisu
Si qofatu beeka
Daawwaa dhukkuba koo
Namni biraan argu
Waanan qabu rakkoo
Hundumtuu dhiphatee
Wallaale falasaa
onnee kee naaf kenni
Isat na fayyisa .............√
https://t.me/viruschannelteaching
Forwarded from BBC Afaan Oromoo via @like
MEE NAMOONNII
1 Nagaa
2 tokkummaa
3 jaalala
4 waldandahuu
5 waliigaluu
Kan isinitti tolu harka keessan 🙌🙌🙌
1 Nagaa
2 tokkummaa
3 jaalala
4 waldandahuu
5 waliigaluu
Kan isinitti tolu harka keessan 🙌🙌🙌
#WE_BORN_TO_LOVE
#Jiraachuu jechuun Du'uu dhabuu yoo ta'ee wantii hafuura ykn (lubbuu) qabuu hundduu jiraachaa jiraa jechuudha, garuu jiraachuu jechuun 👉 oftaa'u 👉kayyoodhaaf dhaabbachuu
👉sammuu keenna qopheessuu 👉murtee haqaa kennuu 👉off qofaaf osoo hin taanee namoota birootiif off woreeguu akkasumas 👉dhaloota dhufuuf fakkeenya gaarii ta'uu fi seenaa garii hojjattaanii darbuu yoo ta'ee meeqa kenyaatuu lubbudhaan jira??
Dr mihret debebe
@Dura_pic

Wa'ee Keeti wa 10 sirrittin Beeka
°°°°°°°°°Sif Himuu❓°°°°°°°°°°°°°
Dhugaa1: ati Barreefama kana dubbisaa jirta
Dhugaa2: Qubee M jadhu osoo Hidhii kee waliin hin tuqin yoo Dubbiste ati dhugaatti cimaadha, garuu inuma hin dubbistu.
Dhugaa3: Dubbisuuf yaala turte
Dhugaa4: seeqxe jirta
Dhugaa6: Seeqxe ykn kofaltee jirta
Dhugaa7: ati Dhugaa lakk 5 irra darbuu kiyya hin hubanne
Dhugaa8: amma akkan irra darbe hubatte jirta
Dhugaa9: seeqxe jirta
Dhugaa10: barreefamni kun wan sitti toleef Like godhuf deemta ta'a.
😂🤣😁
Amma ammatti kofaluuf share godhi hiriyoota keetif.
Join us
Join
@Abenakebeoro
Share godhi bakka mallattoo ⤴️ jiru tuqiitii

New Project.flv
43.7 MB
karaa salpaa administrator pc tokkoo password osoo hin beekin jijjiiiran
vedio kanarraa beekumsa bayyee akka argattan abdiin qaba.
vedio kanarraa beekumsa bayyee akka argattan abdiin qaba.
What's on your mind?Nutoo kolfa duune
♪♪♪♪♪♪♪♪♪
Namni yoo of hatu
Akka amajaajii
Hatuun haaraa miti
Inni kan kee raajii
Araadaa hamaatiin
Erga ofii qabamtee
Qarshii guddaa fuutee
Achumaan dhabamte
Yoo qofaa soorrattu
Garaa gochuuf dibbee
Firri kee maal jedhe
Dhuguma si jibbee?
Namnuu sin gaafanne
Warra sibarsiisee
Metek si leenjisee
Nutti si gadhiisee
Garuu sin barbaanne
Abdii kuteen dhiise
Abbaayye Tsayedhaaf
Hadaraa bilbilii
Yoo sirraa hafemmoo
Fira keedhaaf hiri
Jimmaa raaree hattee
Misoomicha goolta
Nu miliquuf jettee
Guyyaa mana oolta
Maaliif nu dhokattaa
Nurraa homaa hin fuune
Ati biyyaa baanaan
Nutoo kolfa duune
♪
19 hr
♪♪♪♪♪♪♪♪♪
Namni yoo of hatu
Akka amajaajii
Hatuun haaraa miti
Inni kan kee raajii
Araadaa hamaatiin
Erga ofii qabamtee
Qarshii guddaa fuutee
Achumaan dhabamte
Yoo qofaa soorrattu
Garaa gochuuf dibbee
Firri kee maal jedhe
Dhuguma si jibbee?
Namnuu sin gaafanne
Warra sibarsiisee
Metek si leenjisee
Nutti si gadhiisee
Garuu sin barbaanne
Abdii kuteen dhiise
Abbaayye Tsayedhaaf
Hadaraa bilbilii
Yoo sirraa hafemmoo
Fira keedhaaf hiri
Jimmaa raaree hattee
Misoomicha goolta
Nu miliquuf jettee
Guyyaa mana oolta
Maaliif nu dhokattaa
Nurraa homaa hin fuune
Ati biyyaa baanaan
Nutoo kolfa duune
♪
19 hr
Finfinnee, Adoolessa 4, 2011 (FBC) - Abbaan Taayitaa Bulchiinsaa fi To'annoo Nyaataa fi Dawaa ummanni oomishaalee nyaataa gosa 57 akka hin fayyadamne akeekkachiise.
Oomishaaleen kanneen ibsituu sadarkaa fi qulqullinaa kan hin qabne, iddoo oomishaa fi qabiyyee kan hin maxxanfanne, dhaabbanni oomishu kan hin beekamne, lakkoofsa addaa oomishaa kan hin barreeffanne, barrii oomishaa fi yeroon tajaajila isaanii kan beekamnedha.
Dhaabbileen to'attootaa oomishaalee kanneen gabaadhaa akka sassaabanii fi tarkaanfii akka fudhatan abbaan taayitichaa dhaamera.
Karameellaa; Joolii Looliipoop, Anaanaas Karameellaa, Koolaas Karameellaa, Oliipoop, Beest Karameellaa, Yes Karameellaa,(Koofii Karameellaa) Maamii Looliipoop, Saaraa Karameellaa, Jaar Looliipoop, Tsahaay Looliipoop, Yuuniik Looliipoop, Injoorii Karameellaa, Birtukaan Karameellaa, Yinaatuu Looliipoop, Halaawaa Karameellaadha.
Oomisha dammaa; Afiyaa, Riitim, Balaay
Soogidda nyaataa; Wiidii, Sulaa, Naay, Haayaat, Abeet, Bamnat, Innaat, Abbaay,Abbaat, Seefii fi Xaa'im.
Dhadhaa lawzii; Dastaa, Asnab, Nuunnuu, Abisiiniyaa, Bisraat, Fallee, Saabaa, Adaa fi Aday.
Zayita nyaataa nuugii; Aday Ababaa fi Qamar.
Nyaata madaalamaa daa'immanii; Missaalee, Eelmoo, Hiiruut Aajjaa, Zaynab Axmiit, Tawaddaaj ganfoo, Tawaddaaj shiroo, Faamilii.
Viintoo; Deekoo, Ispeeshaal, Daanaa, Qaanaa, Laaraa, Zaagool Acheettoo, Naayis Acheettoo, Amteesaa acheettoo, Maay acheettoo, Mas acheettoo, Vaaykiing acheettoodha.
@linkIjoolleOromoo