πŸš€Techno teaching programπŸ”‘
84 subscribers
61 photos
5 videos
6 files
68 links
comedy,teaching,film,news and poem all in one
For more information contact admin @JWMATT
We drive the world!!!
website:https://tamirat-kebede.jimdosite.com/
Download Telegram
Adda baana hin seene
Gaafa na jaallatte
1ffaan kee anaa
Gaafa anaan jette

Gaafa na dhungattee
Yeroon si haammadhe
Waliin deemna se'een
Icciti koo himadhe

Karaa dheeraa jaalala
Waliin qaxxaamurraa
Nama hin barbaannu
Nuti waliif jirraa

Hafuura keenyatu
Anaaf siif qorichaa


Waadaan keenya ammaatu
Borii keenyaaf riqichaa

Jettee sobaa keetiin
Keessi koo madaa'e
Haamileen koo cabee
Namaa gadin ta'e

Waa'ee keef booniikoo
An yoomuu hin gaabbuu
Kan waaqni naaf kennu
Hiree koos hin dhabu
#yaada#keessaan#naan#Gahaa
@jwmatt
FOR WEBSITE CREATION PLEACE JOIN US WE WILL TEACH YOU BY AFFORDABLE PRICE.
file:///C:/Users/KIKA%20THE%20KING/Desktop/free%20internet.html
akkam jirtu kabajamtoota horoftoota channel Techno Teaching Program
yaada tokko qabadhe isiniif dhufeera. yadaa kan karaa chanel kenyaaa akka isiniif gadhiifamuu yoo fetan
chaneli kenya share waliif godhaa
@technoteachingprogram
nothing is impossible if you spend your time on it..
Top influential person