#Dubartoota_Salafaa
#Abdallaa_binu_Rawaahaa(RA) guyyaa tokko boohee jennaan haati manaas teettee wajjiin boosse,achumaan abdallaa binu Rawaahaa maaltu si boochise jedhee gaafateen;
"
Share๐๐๐
@tafak_or

Sihii boossu argee jennaan boohe
"jetteen.Share๐๐๐
@tafak_or
@tafak_or
#ุณูุฑุฉ_ุงููุจู_ุงูู
ุฃู
ูู
#Seenaa_Rasuulaa
ุงูุญููุฉ 4โฃ1โฃ
#Kutaa___14ffaa
171~Ergamaa Rabbii fi Abuubakris erga goda keessa guyyaa sadi turanii booda goda keessaa bahanii gara madiinaa deeman.
172~Ammas namni Abuubakri gabrummaa irraa isa bite tokkos kan maqaan isaa #Aamir_binu_Fuheyraa jedhamu imala wajjiin eegalee,karaa irrattis isaan tajaajilaa ture.
โNamni karaa madiinaatti isaan qaceelchaa ture #Abdallaah_binu_Ureyqix jedhama,garuu waan nama dinqisiisaa yeroo sana mushrika ture.
173ffaa;
Yeroo #Rasuulli Aalamaa fi #Abuubakri-siddiiq,#Aamir_binu_fuheyraa, akkasuma qajeelchaa karaa #Abdallaa_binu_Ureyqix Imaalaa turanitti wantoota heddutu isaan mudate;
174~Mudannoowwan sana keessaa;
โSeenaa #Suraaqaa_binu_Maalik.
โTikseen Holaa Islaamummaa seenuu.
โSeenaa #Ummu_ma'abad Alkuzaa'iyyaa.
โZubeeyrii fi Xalhaan osoo biyya Shaam irraa galaa jiran Rasuulaan walitti dhufuu.
Itti fufa...
Share godhaa๐๐

#Guyyaa_Arafaa
#Abdallaa_binu_Amri_binul_Aas irraa akka oodeffammetti ergamaan Aaalamaa (SAW) akkana jedhan:
ใุฎูุฑ ุงูุฏุนุงุก ุฏุนุงุก ููู ุนุฑูุฉใ
{ Irra Caaltuun kadhaa Du'aa'ii guyyaa Arafaati.} Jedhan.
ุฑูุงู ุงูุชุฑู ุฐู ูุญุณูู ุงูุฃูุจุงูู.
Join๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

Sahaabota keessaa warroota #Hadiisa_Rasuulaa (SAW) kumaa ol odeessan;
โ ูุฃุจู ูุฑูุฑุฉู ูู ุฃูุซุฑูู ุญุฏูุซุงู ููุฏ ุฑูู 5374 ุญุฏูุซุง
โฌ Hunda keessaa hadiisa baayโee kan odeesse #Abuu_hureyraadha, hadiisa 5374 gabaasee jira.
โ ุซู ุนุจุฏุงููู ุงุจู ุนู ุฑ ุฑูู 2630 ุญุฏูุซุง
โฌ Ergasii #Abdallaah_binu_Umar Hadiisa 2630 odeesse/gabaase.
โ ุซู ุฃูุณ ุจู ู ุงูู ุฑูู 2286 ุญุฏูุซุง
โฌItti aansee #Anas_binu_maalik hadiisa 2286 gabaase.
โ ุซู ุฃู ูููุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูุช 2210 ุญุฏูุซุง
โฌ itti aanee haadha teenya #A'aishaadha. Hadiisa 2210 gabaaste.
โ ุซู ุงุจู ุนุจุงุณ ุฑูู 1660 ุญุฏูุซุง
โฌ Ergasii #Abdallaa_binu_Abbaas. Hadiisa 1660 gabaase.
โ ุซู ุฌุงุจุฑ ุจู ุนุจุฏุงููู ุฑูู 1540 ุญุฏูุซุง
โฌ Isatti Aanee #Jaabir_binu_Abdillaah hadiisa 1540 gabaase.
โ ุซู ุฃุจู ุณุนูุฏ ุงูุฎุฏุฑู ุฑูู 1170 ุญุฏูุซุง
โฌ Ergasii #Abuu_Sa'iidalkidriidha. Hadiisa 1170 odeesse. Hunda isaaniihuu Rabbiin isaanirraa haa jaalatu.
ุฑุถูู ุงูููฐููู ุนููู

#Rabbiin_beekuu
โณWarri jiruu duniyaa irra gaarii waan jiruu duniyaa tana keessa jiruu osoo hin dhandhamin dachee tanarraa godaanan.
โฌAchumaa wanti irra gaariin jiruu duniyaa tana keessatti argamu maali? Jedhamee gaafatame.
"#๐๐๐๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐๐๐๐" jedhee deebise.
#Abdallaa_binu_mubaarak.
join๐

#Waa'ee_Azaanaa
โพAzaanni yeroo jalqabaatiif kan karaa godhame hijraa irraa waggaa 1ffaa keessa jedhan.
โพ#Sababni_Azaanni_dhufeef?
Yeroo salaataa addaan baasanii beekuun isaanitti ulfaatee jennaan, mallattoo yeroo ittiin beekuu danda'an irratti mariโachaa turan.
โพ#Azaana_kana_eennutu_yeroo_jalqabaatiif_arge?
Namni yeroo jalqabaatiif Abjuudhaan Azaana kana arge #Abdallaa_binu_zeydi jedhama Achumaa Wahyiinis isuma jabeesse.
Join๐@tafak_or

โ Sahaabaabonni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam), Hadiisa Rasuularraa fuudhanii nutti geessan. isaan keessaa kan hedduu odeessetu jiras, kan muraasa odeessetu jiras.
1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaร bota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
โ ูุฃุจู ูุฑูุฑุฉู ูู ุฃูุซุฑูู ุญุฏูุซุงู ููุฏ ุฑูู 5374 ุญุฏูุซุง
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
โ ุซู ุนุจุฏุงููู ุงุจู ุนู ุฑ ุฑูู 2630 ุญุฏูุซุง
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
โ ุซู ุฃูุณ ุจู ู ุงูู ุฑูู 2286 ุญุฏูุซุง
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
โ ุซู ุฃู ูููุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูุช 2210 ุญุฏูุซุง
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
โ ุซู ุงุจู ุนุจุงุณ ุฑูู 1660 ุญุฏูุซุง
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
โ ุซู ุฌุงุจุฑ ุจู ุนุจุฏุงููู ุฑูู 1540 ุญุฏูุซุง
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
โ ุซู ุฃุจู ุณุนูุฏ ุงูุฎุฏุฑู ุฑูู 1170 ุญุฏูุซุง
ุฑุถูู ุงูููฐููู ุนููู
(Radiyallaahu anhum jamii'a).
โSahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...
Share๐
https://t.me/tafak_or
1ffaan: #Abuu_Hureeyraadha...sahaร bota hunda keessaa, namni hadiisa hedduu hedduu himeedha. Hadiisa 5374 odeesse.
โ ูุฃุจู ูุฑูุฑุฉู ูู ุฃูุซุฑูู ุญุฏูุซุงู ููุฏ ุฑูู 5374 ุญุฏูุซุง
2ffaa:
#Abdallaa Ibnu Umar Hadiisa 2630 odeesse.
โ ุซู ุนุจุฏุงููู ุงุจู ุนู ุฑ ุฑูู 2630 ุญุฏูุซุง
3ffaan:
#Anas binu Maalik Hadiisa 2286 odeesse.
โ ุซู ุฃูุณ ุจู ู ุงูู ุฑูู 2286 ุญุฏูุซุง
4ffaan:
Haadha muslima maraa @Aa'ishaadha Hadiisa 2210 odeessite.
โ ุซู ุฃู ูููุง ุนุงุฆุดุฉ ุฑูุช 2210 ุญุฏูุซุง
5ffaan:
#Abdallaa binu Abbaasa Hadiisa 1660 odeesse.
โ ุซู ุงุจู ุนุจุงุณ ุฑูู 1660 ุญุฏูุซุง
6ffaan:
#Jaabir binu Abdillaah Hadiisa 1540 odeesse.
โ ุซู ุฌุงุจุฑ ุจู ุนุจุฏุงููู ุฑูู 1540 ุญุฏูุซุง
7ffaan:
#Abuu_Sa'iid Alkudriyyii Hadiisa 1170 odeesse....
โ ุซู ุฃุจู ุณุนูุฏ ุงูุฎุฏุฑู ุฑูู 1170 ุญุฏูุซุง
ุฑุถูู ุงูููฐููู ุนููู
(Radiyallaahu anhum jamii'a).
โSahaabonni torban kunniin warra hadiisa gurguddaa galmeessuudhaan beekamaniidha.... hin dagatinaa...
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๐บ๐
Sahaabaan guddaan #Abdallaa_Ibnu_Abbaas (Radiyallaahu anhumaa) akki jedhe:
โขโขููุงูู ุงุจููู ุนูุจููุงุณู - ุฑูุถููู ุงูููููู ุนูููููู ูุง :
โ Yeroo hirribaaf deemtan, wuduu'aan malee hin rafinaa, lubbuun ilma namaa waan irratti duute irratti kaafamtii..โ
ููุง ุชููููู ู ุฅููููุง ุนูููู ููุถููุกูุ ููุฅูููู ุงููุฃูุฑูููุงุญู ุชูุจูุนูุซู ุนูููู ู ูุง ููุจูุถููุชู ุนูููููููู .
๐
Albidaayaa wan-nihaayaa Jildii 9ffaa/fuula 251 ilaalaa...
๐ุงููุจูุฏูุงููุฉู ููุงููููููุงููุฉู ( ูขูฅูก/ูฉ)
โขโฟโโฟโข