๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#10ffaa ..... (Baatii simannaa keessummaa) โ Osoo keessummaa jabaa wahiittu torbaan dhufu keessa, mana kankee dhufuu heda siin jedhanii ... garuu manni kankee qulqullinna hin qabnee... mana kee osoo hin qulqulleessine bareechita moo...!?, qulqullinna manaaโฆ
#11ffaan
(Baatii heexoo irraa .....)
โ Niyyaa tantee tolchi, lubbuu tantee leenjisi.
Dalagaan tantee qulqulluu fi karaa sirrii irratti, akkasuma tan shari'aadhaan Wal galtu yoo taate malee Rabbiin sirraa hin qeebalu.
Kanaafuu waa'ee soomaa ofiifis barattee maatii kankeetis ammumarraa barsiisuu qabda. Sodaa Rabbii irratti uf leenjisuu qabda.
Ramadaanni Mana Barumsaa warra sodaa Rabbii onnee keessaa qabuuti....!!
#12ffaan:
โ๏ธ Ammuma irraa Rahimaa fi firoottan kee sufadhu... firummaa kutuu irraa fagaadhu...!
๐ Nama firummaa sufe Rabbiin isa sufa... nama firummaa namaa kute Rabbiin isa kuta...!
๐ Nama Rahima sufu jechuun nama harka galata namaaf deebisu osoo hin taane; nama yoo kutanis deebisee nama sofu....!!
#13ffaa....
๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#11ffaan (Baatii heexoo irraa .....) โ Niyyaa tantee tolchi, lubbuu tantee leenjisi. Dalagaan tantee qulqulluu fi karaa sirrii irratti, akkasuma tan shari'aadhaan Wal galtu yoo taate malee Rabbiin sirraa hin qeebalu. Kanaafuu waa'ee soomaa ofiifis baratteeโฆ
๐ซ#Ramadaanaaf_
qoophiidhaa....!โจ
#13ffaa
โ๏ธ Ramadaana keessa namoonni hedduun qur'aana qara'uu fi yeroo hedduu kattamuudhaan beekkama. Obboleessa koo bareedaa..!, Ramadaana keessa qara'uun akka siif salphatuuf, hedduu deddeebitee buusuu akka dandeessuuf amma baatii sha'abaanaa kana keessa sochii jabeeffachuu qabda.
Yoo asiin dura guyyatti juz'a takka qofa kan kattamtu taate... amma gara juz'a 2 fi 3... inumaa torbaaniin kattamuutti ol guddisuu qabda....!!
#14ffaa
โ Baatiin Ramadaanaaa baatii Salaanni keessa heddummaatuun beekkamuudha... (Sunnaa; Taraawihaa fi Salaata leeyli...)
garuu Ramadaana keessa dadhabbii fi cinqaa tokko malee dhaabbatuu yoo barbaadde.. ammumarraa ibaadaa keetitti jajjabaachuu qabda...!
Ammumarraa Rukuu'aa fi sujuuda Kee dheereffachuu qabda...!
#15ffaa..
โ Qananii addunyaa kana keessa jiran keessaa qananiin keessi kee nagaa qabaachuu caalu hin jiru....!!
Yeroo namni waa'ee namaatiin cinqamu, ati immoo jibbaa fi waanyoo namaa irraa keessi kee qulqulluu tahuun nageenyaa fi tasgabbii addaa siif kenna...!!
Kanaafuu osoo Ramadaanni hin seenne.... keessa kee qulqulleessuun dirqama...!!
16ffaa.... (#Itti_fufa..)
Share๐