🫵#Tafakkur
{ Qabeenyi kootis waa narraa deebisuu hin dandeenye....}
﴿مَا أَغْنَى عَنّي مَالِيَهْ﴾
✍ Namni dondha/Bakila caalaa waan hore keessaa deege inuma hin jirre.
لم أر أشقى بماله من البخيل!
✍ Duniyaa gubbatti qabeenya kana walitti qabuuf dhakaa fi mukatti bu'ee; boolla namni hin seene seenee; dhiphatee; dafqee walitti qaba.
لأنه في الدنيا مهتمٌ بجمعه
✍ Aakiratti immoo qabeenya kana eessaa walitti qabde ? Maaliif walitti qabde ? Eessatti balleessite ? Maaf haqa koo dhoorgatte ? Maa miskiina bira dabrite? Maaf ollaa kee dagatte ? Maaf haraama keessatti baaste ? Maaf haraamarraa walitti qabde ? Jedhamee....waggaa dheeraa irratti qormaatama.
وفي الآخرة محاسبٌ على منعه
✍ Duniyaatti boqonnaa hin arganne; yaada keessaa bahee gammachuu hin arganne. Aakirattis qormaata jala taruu hin dandeenye....!
غير آمن في الدنيا من همه
ولا ناج في الآخرة من إثمه
✍ Duniyaa gubbatti osoo qabuu, akka nama hin qabneetti jireenya hiyyeessaa jiraataa ture...!. Qormaanni isa eeggatu kan qiyaamaa garuu qormaata warra sooreyyiiti......!
#Maali_hoongoon_akkanaa....!
عيشه في الدنيا عيش الفقراء
وحسابه في الآخرة حساب الأغنياء
✍@Hasanalbasrii irraa....
الحسن البصري
Share👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf