✍ Nama dhaame/jiruun isatti hadhoofte wahii yoo tasa argite... waa'ee gaarummaa isaa fi kennaa Rabbiin isaaf kenne kan inni namoota biroo irraa adda ittiin ta'e wahii itti haasahi...
hanga inniin dhaame sun deebi'ee ifutti gaarummaa fi qulqullinna inni qabu sanarraa itti haasahuu addaan hin kutin....!
Wal haa qurcinuu...!!
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Psychologically....
✍ Wantoota sadi ilmi namaa bu'aa tokko malee yeroo isaa itti ajjeesu isiniif hima. isaanis:
1) Waan dabreef jettee sheenawuu ykn uf ajiifachuu...!
2) Nama biraatiin uf Madaaluu yookiin nama biraatti if fakkeessuu...
3) Nama hunda jaalachiisuuf yaaluudha...!
Hanguma ilmi namaa wantoota armaan olitti dubbadhe kanaaf, yeroodhaa fi humna isaa kennaa deemuun..., jijjiirama tokko malee yaadaa fi dhiphachuudhaan miidhamni isaa bu'aa tokko malee dabalaa dhufa...!!
Share👇

✍ Namoota wajjiin jiraachuu qabdu keessaa muraasa isaanii:
1) Namoota si deeggaran ykn si utuban,
2) Namoota daangaa kankee siif kabajan,
3) Namoota si wajjiin argamuun isaanii si gammachiisu,
4) Namoota lafumaa ka'anii sirratti hin murteessine,
5) Namoota bakka ati isaan bira hin jirrettis sirraa falmatan,
6) Namoota onneerraa si dhageeffatan...!
Galatoomaa... 👇

#Jaallan_koof....!
✍ Ilmi namaa jireenya isaa keessatti jaalallee isa barbaachisa....
Jaalallee karaa wajjiin imalu, jaalallee yoo inni mucucaate harka isa qabu,
yoo inni imimmaan dhangalaase isarraa haqu,
Jaalallee qoree miilaa siif baasu, kan yaada siif qabbaneessu si barbaachisa.
✍ Jaalallee wayta si bira jiru boohartiidhaan akka waan addunyaan guutuun si bira jirtuutti si guutu...!
Yoo si wajjiin imala bahe, qalbii kankee jaalalaan guutu.....
Bakka inni si wajjiin jirutti, sodaa wanti jedhamu kan onnee keessatti bakka hin qabne; kan yaadni yeroo Hun qabne.
Hiriyyaa wayta wantoonni hedduun harkaa si bahuu gahanitti, qabee harka kee keessatti si deebisu..... hiriyyaa yeroo ati karaa keetirraa maqxe, karatti si qaceelchu si barbaachisa....!
✍ Jaalallee wayta ati Abdii muratte Aayata qur'aanaa tan Abdii sitti hortu sitti dubbisu, wayta ati milkooftu Nashiidaa milkaahinnaa siif barreessu..!
Kan wayta karaan sitti dhiphatee, rakkoon sitti heddummaatte.... Jannataa fi qananii Jannataa irraa sitti haasahu...., kan wayta sheeyxanni dirree tantee seene, cabsee sirraa baasu....! jaalallee akkanaa si barbaachisa....!
✍ Jaalallee yoo ati Abdii fi yaada gaarii kennituuf, inni jaalala siif kennu....!
Yoo ati tasgabbii fi nageenya keessa isaatiif ergitu.... inni jaalala dhuma hin qabne baasee siif kenna....!
Waadaan gidduu keessan jiru, dawaa rakkoo gidduu teessan jirtu furu malee, dhakaa laphee teessan irratti ulfaatu kan hin taane wahii....!
Wadaadhaan wanti hunduu namaaf salphataa deema...!, adaduma kuftuun waadaa waliif seentan yaadachaa.... humnaa fi Abdii guddaa onnee kee keessatti horataa dhufta...!
✍ Lubbuun teessan gaggaariin, waadaa waliif galtee, walitti boohartee, akka dhiiga tokkootti wal keessa danbalaatee.... akka waan waadaan keessan haada gidduu keessan walitti hidheetti...
Niyyaa toluun waan baay'ee bareeda.... hiriyyoota akkanaa argachuun immoo waan sana hunda irra caalu....
Hiriyyaa gaarii Rabbiin isiniif haa hiru....
🖋 @Ibro....

Hunduu haqa sirraa qabu ...!
✍ Haadhaa fi Abbaa kankeetitti tola ooluu jechuun haadha manaa kankee miidhuu jechuu miti. haadha manaa kankee jaalachuunis haadhaa Abbaa kankeetitti jallachuu jechuu miti.
👉 Nama haqa sirraa qabu hundaafuu haqa isaa kenniif....!
🌸أعطِ كل ذي حق حقهِ🌸
👇

✍ Ijoolleen islaamaa Social media seenaatii, islaamummaa fi dhugaa facaasuudhaan.... warra jallinnaa fi sharriin deemu hundatti xurree dhiphisaa....!
Qur'aana.....
✍ Qur'aanni dawaa qofaa miti... dawaan nama fayyaduus danda'a, nama fayyaduu dhabuus danda'a... qur'aanni fayyaadha....!!
Qur'aanni jiruu kooti....!!
@tafak_or

✍ Comment fi like kee jalatti mallattoon Kun (👎) yoo sitti dhufe... Abdii hin kutatin....
Bilbila bichaa ol galabbaxii... jireenya kee itti fufi....!!
hhhh....
https://t.me/tafak_or
Bilbila bichaa ol galabbaxii... jireenya kee itti fufi....!!
hhhh....
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Gantummaa jechuun, namni ati isaaf jecha ija lamaan baaftee gumaachiteef... deebi'ee ballaa jedhee si yaamuudha....!!
Gadaa akkanaa keessa jirra....!
Gadaa akkanaa keessa jirra....!
🌷 Assalamualaikum obboleewwan koo hunduu.... ergaa tana qalbirraa waan barreesseef dubbisaa...!
✍ Dhiifama nama gaafachuun mallattoo qaroominnaa fi guddinnaa hanguma taheen... garuu bakka hunda dhiifamni balleessaa namaaf hin sirreessu...!
👉 Dhiifama kan siif godhu, osoo hin beekin tasa miila koo irra yoo ijjatte malee, gaafa Onnee kootirra miilaan deemtee miti....!
👉 Dhiifamni kan godhamu gaafa ati burcuqqoo bishaanii ykn qalama ani jaaladhu na jalaa cabsite malee....gaafa hamilee kiyya cabsitee miti....!!
👉 Gaafa ati Kitaaba akkaan jaaladhu siif ergise, qola Kitaaba kootii irraa cirtee naaf galchite malee....gaafa ati kabajaa fi ulfinna ani qabu, kan itti si amane sana na jalaa madeessitee miti....!!
Obbolaaa....
✍ Yeroo tokko tokko dogoggoroota "#dhiifama" jechuun namaaf hin sirreeasinetu jira...!
Altokko tokko madaan madoofte suni,dhiifama caalaa gadi fageenya qaba...
waraansi ati waraannamte.... jecha dhiifama jettu sana caala keessi isaa qilata...!,
Cabiinsi ati cabde... qurciinsi/ sukkuummiin addunyaa tanaa guutuun walitti osoo qabamee, siif qurcuu dhabuu danda'a...!
Asumaanuu dogongorri irra hin dabramnes jira....
👉 Bakka madaa kootii akka na dhukkubu osoo beektu miila keetiin narra deemtee, dhiifama jechuun baay'ee ulfaataadha...!,
👉 Iccitii ufiiyyuuu lubbuu tiyya dhokfadhu wahii sitti himadhee, iccitii sana baasuuf jettee na sodaachisaa.... booda dhiifama na gaafachuun baay'ee ulfaataadha...!
👉 Hiriyyummaa ishee daangaa hin qabne takka sitti hiriyyoomee, ati jibbaa fiddee na keessa facaastee.... irra naaf dabri jechuun baay'ee natti ulfaataa beeki....!
#Obboleessa_koo....!,
✍ Iddoo tokko tokko goonkumaa airreessuun baay'ee namatti jabaata...!,
Bishaan yeroo hunda bakka yaa'a isaatti hin deebi'uu beeki..., deebi'us bishaan ciisaa tahee hafa, bishaan gaafa ciise ni ajaawa... bishaan ajaan isaa ufitti sin kaleessine osoo dheebuun si laaffistee jiraattellee, dhuguun sitti jabaataa beeki...
👉 Osoo Albee ati ittiin na waraante irraa dhiigni hin gogin dhuftee dhiifama naan hin jedhin...!, Afaaniin ustee na biraa deemutu naaf bareedaa na amani...!
👉 Qalbii kiyya keessatti qaawwa jechamni addunyaa tanaa guutuun osoo walitti qabamee, guutuu hin dandeenye, na keessatti hanbiftee dhiifama nan gaafatin....
👉 Obboleessa/ttii koo erga harka kee turee... harkaa na baafattee... deebitee harka koo hin qabin...
🖋 @Ibroo keessan....
Nagaan naaf turi.....!

✍ Bakka ati rakkattee fi cinqamtetti, ilmi namaa harka yoo si jalaa fudhate... Rabbiin dhimma kankee ittigaafatamummaa fudhachuu barbaadeetii beeki...!
Wayta San hanga feete rakkattus, namni haajaa tantee siif baasuu danda'u isa qofa akka tahe si yaadachiisuuf...!!
Allaah🤲
https://t.me/tafak_or
Wayta San hanga feete rakkattus, namni haajaa tantee siif baasuu danda'u isa qofa akka tahe si yaadachiisuuf...!!
Allaah🤲
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Rabbiin haajaa tantee guutuu yoo barbaade, sihii biyya jirtuu, isheen biyya meeqa keessaa imaltee sitti dhufti....!
وإذا أراد الله إتمام حاجةٍ
أتتك على سفرٍ وأنت مقيمُ
Rabbiin haajaa teessan hunda haa guutu....!

✍ Yaadni humnaa ol taanaan, gammachuu jireenya keetii booressa... kanaafuu dhimma kankee Rabbumatti kennii dhiisi...!
@tafak_or
@tafak_or
✍ Wanti hunduu Bareedinna mataa isaa qaba, garuu namni hundi bareedinna sana arguu hin danda'u malee....!!
@tafak_or
@tafak_or
✍ Yeroo ilmi namaa bakka namatti booharuu fi bakka silaa bareeda jedhamu barbaadatee taa'u, Saahibni qur'aanaa immoo bakka tasgabbii qabuu fi bakka namni busy isa hin goone barbaadachuu eegala....!
Rabbitti booharuun yeroo sana isatti mi'aawa waan taheef...!!
Saahiba qur'aanaa Rabbiin nu haa taasisu....
https://t.me/tafak_or
Rabbitti booharuun yeroo sana isatti mi'aawa waan taheef...!!
Saahiba qur'aanaa Rabbiin nu haa taasisu....
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Rabbiin hanguma dadhabbii keetiitiin; hanguma obsaa fi wareegama ati kafalteen galata siif kafala.
👉 Harka hin kennatin, hanga dhumaatti falmadhu....!, Abjuu milkaahuun ishee dirqamaattu jira waan ta'eef never give up....!!

🌺🍃
Sahaabaan guddaan #Abdallaa_Ibnu_Abbaas (Radiyallaahu anhumaa) akki jedhe:
••قَالَ ابْنُ عَبَّاسٍ - رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُمَا :
“ Yeroo hirribaaf deemtan, wuduu'aan malee hin rafinaa, lubbuun ilma namaa waan irratti duute irratti kaafamtii..”
لَا تَنَـمْ إِلَّا عَلَى وُضُوءٍ، فَإِنَّ الْأَرْوَاحَ تُبْعَثُ عَلَى مَا قُبِضَـتْ عَلَـيْهِ .
👇
Albidaayaa wan-nihaayaa Jildii 9ffaa/fuula 251 ilaalaa...
📓الْبِدَايَةُ وَالنِّهَايَةُ ( ٢٥١/٩)
•✿❁✿•
https://t.me/tafak_or
Sahaabaan guddaan #Abdallaa_Ibnu_Abbaas (Radiyallaahu anhumaa) akki jedhe:
••قَالَ ابْنُ عَبَّاسٍ - رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُمَا :
“ Yeroo hirribaaf deemtan, wuduu'aan malee hin rafinaa, lubbuun ilma namaa waan irratti duute irratti kaafamtii..”
لَا تَنَـمْ إِلَّا عَلَى وُضُوءٍ، فَإِنَّ الْأَرْوَاحَ تُبْعَثُ عَلَى مَا قُبِضَـتْ عَلَـيْهِ .
👇
Albidaayaa wan-nihaayaa Jildii 9ffaa/fuula 251 ilaalaa...
📓الْبِدَايَةُ وَالنِّهَايَةُ ( ٢٥١/٩)
•✿❁✿•
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
✍ Dhiirti hedduun, shamarran waan nama mallaqa qabuu fi nama bareedinnaan nama hawatu waan jaalattu itti fakkaata...
Shamarran qabeenyaaf bareeda keetiif osoo hin taane kan si jaalatan..., nama abbaa, haadha, Obboleessaa fi utubaa gaarii isaaniif ta'u, nama isaan kabajuu fi gatii isaaniif kennu jaalatan...!!
#Hin_sobaminaa....!!
👇
https://t.me/tafak_or
Shamarran qabeenyaaf bareeda keetiif osoo hin taane kan si jaalatan..., nama abbaa, haadha, Obboleessaa fi utubaa gaarii isaaniif ta'u, nama isaan kabajuu fi gatii isaaniif kennu jaalatan...!!
#Hin_sobaminaa....!!
👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
✍ Dhiirti hedduun, shamarran waan nama mallaqa qabuu fi nama bareedinnaan nama hawatu waan jaalattu itti fakkaata... Shamarran qabeenyaaf bareeda keetiif osoo hin taane kan si jaalatan..., nama abbaa, haadha, Obboleessaa fi utubaa gaarii isaaniif ta'u, nama…
Mee akkamitti warra naan jedhuuf osoo deebii hin laanne... namni yaada kana amansiisuu dandeessan ?!
Dubbiin tuni dhugaa tahuu naaf himaa
Dubbiin tuni dhugaa tahuu naaf himaa
✍ Gaafii: Waggaa tokko osoo hin guutin qur'aana akkamitti guutuu isaa sammutti haffazuu danda'a ? !
#Deebiin:
Sadarkaa bilbila kee harkaa hin bufanne sanitti, gaafa qur'aanas jabeeffatteedha...!