𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.9K subscribers
564 photos
23 videos
31 files
2.05K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Aa'ishaan haati mu'imintootaa ( Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
72%
A) 66
14%
B) 80
14%
C) 85
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhà...!

Rizqii halaalaa Rabbiin isiniif haa hiru.
@tafak_or
Nama afaaniin caldhisee waa hunda bira dabru tahuun kee isaaniif hin galu. Suutumaan bira dabree.... bira dabree.... bira dabree....
.............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka.

Obsi kee simaafuu raajiidha...!
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Dhaloota_ammaa....

👨‍🦱 Ilma: Abbaa koo, gaafii barsiisaan Daree keessatti nu gaafate, guyyaa hardhaa namni hunduu dadhabee ana qofatu deebisee bar...!!
🧔‍♂ Abbaa: Wow.....! baay'ee nama gammachiisa mucaa koo... gaafiin maal tureeyyu ?
👨‍🦱 Ilma: Namni hardha hujii manaa osoon hojjatin dhufe eennu... 😜

Share 👇
https://t.me/tafak_or
#Special

Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, ጥቃትdhaaf/miidhamaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba.

Share👇
@tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hanga feete jabeenya qabaattus, waan siif barraahee ol inuma hin fudhanne...!

#Tasgabbiif...👇

@tafak_or
Harki Kara Rabbii ol diriirte, hoongoo deebitiin waan hin yaadamne....!

@Warwaannaa....!
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh

Rabbiin waan ati barbaaddu hunda siif hin kennu. Wanti waan barbaaddu hunda siif hin kennineef, haqa godhachuu dhabdee osoo hin taane, waan sana caalu akka haqa godhattu waan beekuuf.
Rabbiin akka keeyrii qabu waan beekuuf malee, akkanaaan galmee kee sana si jalaa hin tursiisu....!, keeyrii siif yaadee malee dhimma tokkos akkanaan siif milkeessuu hin dhabu..!

👉 Kanaafuu itti hin gaddin.... wanti hunduu keeyrimaaf... Rabbiin keeyriidhaa keeyriidhaan malee hin dhufu.
فرب الخير لا يأتي إلاّ بالخير

Share👇
https://t.me/tafak_or
Dubartoota keessaa dubartiin badduun.... dhiira TikTok gubbatti dannastu/sirbitu..... 😁

@tafak_or
#Isinumaaf......

wal duuba teessanii wal hamataa, wal boccooraa hin oolinaa....!
Qalbiin ilma namaa Rabbiin biratti kabajaa qabdi... Rabbiin hunda keessanuu irraa isin gaafata.

Namaaf dawaa tahuu yoo hin dandeenyee... dhukkuba namatti hin tahinaa...!

@tafak_or
Rasuulli akkanatti raganiif....

1) Abuu Bakri... Ummata koo keessaa, ummata koof Rahmata godhuun kan irra beekkame Abuu Bakri Assiddiiq (Radiyallaahu anhu).
2) Umarlfaaruuq (Radiyallaahu anhu).... Amrii Rabbii keessatti jajjabaachuu fi jajjabeessuunis kan beekkamu Umar binu Kaxxaab.
3) Usmaan binu Affaan (Radiyallaahu anhu)... sahaabaa hunda keessaa dhugamatti saalfachuidhaan kan beekkamu Usmaan binu Affaan.
4) Mu'aaz binu Jabal... Sahaabaa hunda keessaa halaalaa fi Haraama sirritti adda baasee kan beeku Mu'aaz (Radiyallaahu anhu).
5) Zeydi binu Saabit.. (Radiyallaahu anhu), Ilmii faraa'idaa ykn qabeenya dhaalchisuu keessatti kan dandeettii guddaa qabu Zeydi jedhan.
6) Abuu Ubeeydaa... Ummata hunda keessa amanamaa namattu jira, Irra amanamaan ummata kiyyaa Abuu Ubeydata binu Jarraah (Radiyallaahu anhu).

Sahaabaa Rasuulaa.... Sallallaahu aleyhi wasallam ❤️
Share👇
https://t.me/tafak_or
Guyyaa hardhaa Kitaabaa haaraa ni eegalla
....


Inshallah
Hardha galgala Kitaaba akkaan bareedaa kana eegalla....

Wal argaan galgala sa'aatii 3:00
Kitaaba haaraa kanaan Wal baruuf.....




Isin qophiidhaa....
Hanga pdf erguuf page hardha barannu kana ilaalaa