Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
✍ Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.
@Ibro
👇
https://t.me/tafak_or

✍ Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan biyyattii gabaasee jira.
التلفزيون الإيراني الرسمي يعلن وفاة الرئيس إبراهيم رئيسي ومرافقيه بتحطم مروحيتهم.
odeeffannoo dabalataaf👇
https://t.me/tafak_or
التلفزيون الإيراني الرسمي يعلن وفاة الرئيس إبراهيم رئيسي ومرافقيه بتحطم مروحيتهم.
odeeffannoo dabalataaf👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

✍ Earphone gurraa sa'aatii tokkoof fayyadamte taanaan... baakteriyaan gurra keenyaa dachaa 700 dabalaa dhufa.
👇
https://t.me/tafak_or
👇
https://t.me/tafak_or
#Rabbiin_biratti_jaalatamtuudha
✍ Arrabarratti baay'ee laaftu, miizana qiyaamaa garuu akka malee tan namaa ol kaastu:
خفيفتان على اللسان ثقيلتان بالميزان
👇
سبحان الله وبحمده
سبحان الله العظيم
Subhaanallaah wabihamdihii&
Subhaanallaahil Aziim.
Mee Tasbiiha godhaa...
👇
https://t.me/tafak_or
✍ Arrabarratti baay'ee laaftu, miizana qiyaamaa garuu akka malee tan namaa ol kaastu:
خفيفتان على اللسان ثقيلتان بالميزان
👇
سبحان الله وبحمده
سبحان الله العظيم
Subhaanallaah wabihamdihii&
Subhaanallaahil Aziim.
Mee Tasbiiha godhaa...
👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Nagaa_bultanii... 🫵
✍ Hanga fedhe gadaan jijjiiramee, hanga fedhe sadarkaa fi qilleensi isaanii jijjiiramus warroonni gaarummaa fi qulqullinni keessa isaanii hin jijjiiramne.
✍ Warroonni qoreen hammeenyaa fi xiqqeenyaa osoo koomee isaanii jalaan waraantu, abaaboo abdiidhaa namaaf qooddan nagaa bultanii...!
✍ Warroota jireenyi isin hadheessitee, sanumaan wajjiinuu harka kennachuu diddan.
👉 warroonni gaddaan raftanii, abjuu guddaadhaan hirribaa dammaqxan,
👉 warroonni qilleensi jireenya keessanii hammam hadhaahus seeqataa deemtan....
👉 warroonni ganamaaf galgala Rabbii keessanitti warwaattan hunduu nagaa bultanii....
@Ibro...
Rabbiin barii hardhaa uume Kuni gammachuu guyyaa tanaa isin haa dhageessisu... 🤲
Share👇

✍ Naannoo sin madaalle jiraachuu jechuun gabaabinnumatti teessoo kanarra taa'uu jechuudha.
akkam Mee Yimechal? 😁
https://t.me/tafak_or
akkam Mee Yimechal? 😁
https://t.me/tafak_or
يا أمانَ الخَائِفينَ، يَا مَلاذَ التَّائهِينَ،
رُحْمَاكَ رُحْمَاكَ بِالمَسَاكِينِ...... 🤲

Aa'ishaan haati mu'imintootaa ( Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
72%
A) 66
14%
B) 80
14%
C) 85
✍ Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhà...!
Rizqii halaalaa Rabbiin isiniif haa hiru.
@tafak_or

✍ Nama afaaniin caldhisee waa hunda bira dabru tahuun kee isaaniif hin galu. Suutumaan bira dabree.... bira dabree.... bira dabree....
.............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka.
Obsi kee simaafuu raajiidha...!
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
.............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka.
Obsi kee simaafuu raajiidha...!
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Dhaloota_ammaa....
👨🦱 Ilma: Abbaa koo, gaafii barsiisaan Daree keessatti nu gaafate, guyyaa hardhaa namni hunduu dadhabee ana qofatu deebisee bar...!!
🧔♂ Abbaa: Wow.....! baay'ee nama gammachiisa mucaa koo... gaafiin maal tureeyyu ?
👨🦱 Ilma: Namni hardha hujii manaa osoon hojjatin dhufe eennu... 😜
Share 👇
https://t.me/tafak_or
👨🦱 Ilma: Abbaa koo, gaafii barsiisaan Daree keessatti nu gaafate, guyyaa hardhaa namni hunduu dadhabee ana qofatu deebisee bar...!!
🧔♂ Abbaa: Wow.....! baay'ee nama gammachiisa mucaa koo... gaafiin maal tureeyyu ?
👨🦱 Ilma: Namni hardha hujii manaa osoon hojjatin dhufe eennu... 😜
Share 👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
#An_siif_boohe....!
✍ Intala booorsaa fi quumii kankee keessa uffata qarshii qaaliidhaan qofa bitameen guuttamee, garuu osoo akka tasaa ati duutee, Abaayaa ittiin si sattaran uffata sana keessaa dhabuun fafa... 😢

#Hin_beeku....
✍ "Hin beeku" jecha jettu tana uf haa barsiisnuu mee...
Hin beeku gaafa jette, hanga waa beektutti si barsiisan. hin beeka gaafa jette ammoo, hanga waan himtu dhabdu takka si gaafatan waan taateef...!
@Ibro
share👇

✍ Hanga feete jabeenya qabaattus, waan siif barraahee ol inuma hin fudhanne...!
#Tasgabbiif...👇
☘@tafak_or☘
#Tasgabbiif...👇
☘@tafak_or☘