𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.9K subscribers
564 photos
23 videos
31 files
2.05K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Live stream finished (35 minutes)
Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.

Obboleessa koo Haasofni ati nama wajjiin taasiftu akka hodhaa uffataati. Ati hodhaadha, dubbiin tantee immoo lilmoo ittiin hodhamu san.
Yoo hodhaa tolchite, uffata akka gaarii nama hawatuu fi gatii bareeda baasu qopheessita.
yoo hodhaa balleessite immoo, uf qofa madeessita.
@Ibro

👇
https://t.me/tafak_or
Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan biyyattii gabaasee jira.
التلفزيون الإيراني الرسمي يعلن وفاة الرئيس إبراهيم رئيسي ومرافقيه بتحطم مروحيتهم.

odeeffannoo dabalataaf👇
https://t.me/tafak_or
Earphone gurraa sa'aatii tokkoof fayyadamte taanaan... baakteriyaan gurra keenyaa dachaa 700 dabalaa dhufa.

👇
https://t.me/tafak_or
#Rabbiin_biratti_jaalatamtuudha

Arrabarratti baay'ee laaftu, miizana qiyaamaa garuu akka malee tan namaa ol kaastu:
خفيفتان على اللسان ثقيلتان بالميزان

👇
‏سبحان الله وبحمده
‏سبحان الله العظيم
Subhaanallaah wabihamdihii&
Subhaanallaahil Aziim.

Mee Tasbiiha godhaa...
👇
https://t.me/tafak_or
#Nagaa_bultanii... 🫵

Hanga fedhe gadaan jijjiiramee, hanga fedhe sadarkaa fi qilleensi isaanii jijjiiramus warroonni gaarummaa fi qulqullinni keessa isaanii hin jijjiiramne.
Warroonni qoreen hammeenyaa fi xiqqeenyaa osoo koomee isaanii jalaan waraantu, abaaboo abdiidhaa namaaf qooddan nagaa bultanii...!
Warroota jireenyi isin hadheessitee, sanumaan wajjiinuu harka kennachuu diddan.
👉 warroonni gaddaan raftanii, abjuu guddaadhaan hirribaa dammaqxan,
👉 warroonni qilleensi jireenya keessanii hammam hadhaahus seeqataa deemtan....
👉 warroonni ganamaaf galgala Rabbii keessanitti warwaattan hunduu nagaa bultanii....
@Ibro...

Rabbiin barii hardhaa uume Kuni gammachuu guyyaa tanaa isin haa dhageessisu... 🤲
Share👇
https://t.me/tafak_or
Naannoo sin madaalle jiraachuu jechuun gabaabinnumatti teessoo kanarra taa'uu jechuudha.




akkam Mee Yimechal? 😁
https://t.me/tafak_or
يا أمانَ الخَائِفينَ، يَا مَلاذَ التَّائهِينَ،
رُحْمَاكَ رُحْمَاكَ بِالمَسَاكِينِ...... 🤲
Aa'ishaan haati mu'imintootaa ( Radiyallaahu anhumaa) waggaa meeqatti duute____?
Anonymous Quiz
72%
A) 66
14%
B) 80
14%
C) 85
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Rizqii halaalaa argachuun dugda nama cabsa, garuu akka mataa ol qabattee jiraattu si godhà...!

Rizqii halaalaa Rabbiin isiniif haa hiru.
@tafak_or
Nama afaaniin caldhisee waa hunda bira dabru tahuun kee isaaniif hin galu. Suutumaan bira dabree.... bira dabree.... bira dabree....
.............., Hanga namni si argu kamuu wan guyyaa takka kufuu mitii mucucaatte sin seene takka.

Obsi kee simaafuu raajiidha...!
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#Dhaloota_ammaa....

👨‍🦱 Ilma: Abbaa koo, gaafii barsiisaan Daree keessatti nu gaafate, guyyaa hardhaa namni hunduu dadhabee ana qofatu deebisee bar...!!
🧔‍♂ Abbaa: Wow.....! baay'ee nama gammachiisa mucaa koo... gaafiin maal tureeyyu ?
👨‍🦱 Ilma: Namni hardha hujii manaa osoon hojjatin dhufe eennu... 😜

Share 👇
https://t.me/tafak_or
#Special

Nama addaa tahuudhaaf yoo onnatte, ጥቃትdhaaf/miidhamaaf uf qopheessuu qabda. Nama addaa tahuun gatii guddaa akka nama gaafatu dursitee beekuun waajiba.

Share👇
@tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM