𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
12.2K subscribers
613 photos
25 videos
32 files
2.11K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Takka kijibde taanaan... dhugaan tantee tan achi boodaa hunduu shakkamtuudha.... !

@tafak_or
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh Maatii #Tafakkur hundaaf... galgala hardhaa Kitaaba #Laamiyaa kan sheeka beekkamaa ifaa addunyaa kanaa tahe, hayyuu hayyummaa isaa addunyaan ragdeef Kitaaba sheekul Islaam #Ibnu_Teymiyaa waan goolabnuuf irratti akka argamtan kabajaadhaan isin gaafadha....
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....

Share👇
https://t.me/tafak_or
Audio
Subhaanallaah 😢
Live stream finished (1 hour)
Bakka keeyrii itti facaastetti sharriin yoo magarte baay'ee sin ajaa'ibin... dacheen gariin kan facaasaaf hin taanetu jira waan ta'eef....!
@Ibro
@tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🪫
Yeroo bilbilli kee chaargii fixatee cufachuuf %1 hafu... fiigdee osoo hin cufatin chargessita... !



waan lubbuu ilma namaa du'aaf kaate wahii baraarte namatti hin fakkaatuu.... 😁👌

hardha fetaa jedhaa👇
https://t.me/tafak_or
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dheessanii galuunis yeroo takka takka, furmaataas gootummaas ni jedhama.
Gaafa dheessite, takkaa lubbuu kee baraarta ykn nama biraa balaa jalaa baasta...!

Yeroo hunda dirree waraanaatti fuuldura deemuu qofa osoon taane, duubatti deebi'uunis iddoo itti fayyadu qaba.

👇
https://t.me/tafak_or
Poolisa ajajaa isaatti bilbilee...

🚨 Police: Alaqaa wanjalanyaa tokkotu nu bira jira...Haadha manaattu Abbaa manaa Muka sibiilaatiin mataa dhahee jira.
🚓 Ajajaa: maaliif ?
🚨 Police: Isheen Alwaada/kushiinaa qulqulleessitee osoo hin gogin... abbaan manaa ishee waan kopheedhaan seeneef...
🚓 Ajajaa: Qabdanii ree ?
🚨 Police: hin qabne hanga ammaatti ?
Ajajaa 🚓: Maaf qabuu diddan ree ?
🚨 Police: Hanga Alwaadni/Kushiinaan goguuf eegaa jirra.......😁
@Ibro

Oolmaa gaarii👇
https://t.me/tafak_or
✍️ Sahaabaan Rasuulli (SAW) keessummaa tahuudhaan mana isaa qubatam eennu____?
Anonymous Quiz
14%
A) Usaamaa
20%
B) Zeydi binu Haaris
66%
C) Abbaa Ayyuub Al-ansaarii
#Sadaqaa....

Gaafa duute qabeenya kankee qabattee qabrii seenuu hin dandeessu... garuu du'a kee dursitee uf dura erguu dandeessa...!

@tafak_or
Alhamdulillaah



hardha baay'ee gammadee jira... hunda keessan Rabbiin haa gammachiisu...
#Alhamdulillaah....

Guyyaa kankee keessatti homa Rabbii kankee irratti faarfattu ykn galateeffattu yoo arguu dadhabde, daqiiqaa muraasaaf qofa ija kankee dunuunfadhuu turi mee...
Ifaan ijaa kan Rabbiin siif kenne qofti, silaa sekondii hunda galata Rabbiif galchuu si gaafata.

Alhamdulillaah
👇
https://t.me/tafak_or
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh....
Mee isin hunduu daqiiqaa 15 Tafakkur uf duuba deebi'aa sakatta'aa... achi keessaa ergaa isinitti bareedde tokko tokko .. garee keessatti forward godhaa....



let's go...... 👇
#Isaan_bar....😁

👗Jaartii: Osoo ani du'ee, hangam turtee jaartii 2ffaa fuuta ?
👔 Jaarsa: Hanga biyyeen qabrii keetii goguuf/ hanga qabriin tee mooftuuf eegee fuudha.
👗Jaartii: Waadaadhaa...!?
👔 Jaarsa: Sesseeqatee.... eeyyan waadaadha...!
Haati manaa erga duutee booda, naannoo waggaa tokko gahuuf, abbaan manaa qabrii ishee guyya guyyaan ziyaaraa ture.. garuu qabriin ishee guyyaa hundaa jiidhaadha, hin gogu...!

Guyyaa tokko jaarsi ziyaaraa qabrii galgalatti jijjiiratee, galgala ziyaare... garuu akka tasaa Obboleessa jaartii isaa qabrii moggatti arge.
👔 Jaarsa: abboo maal asii hojjatta ?
👖 Obboleessa jaartii: Dhaamsa obboleettii kootii galmaan gahaa jira... guyyaa lama lamaan dhufaa qabrii ishee jiisaaf...! 😁

Duutee fi juraattteellee... malli ishee ulfaataadha...!, wy isin.
👇
https://t.me/tafak_or