𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.6K subscribers
562 photos
22 videos
24 files
1.99K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Sadarkaa_Soomaa

Sadarkaa Soomaa keessaa :
💫 Soomanni waan Rabbiin keenna dalagaa hunda keessaa ufiif filate, mindaa nama dhugaan soomee ana qofatu beeka jedhe.
💫 Mindaan nama Sooma oolee dhuma ykn daangaa hin qabu.
💫 Du'aa'iin nama Sooma afaanii qabuu gadi hin deebitu,
💫 Namni Sooma oole gammachuu lama gammada jedhan....
💫 Soomni guyyaa qiyaamaa shafaa'aa namaaf dhaabbata....
💫 Hafuurri nama Sooma oolee Rabbiin biratti, Shittoo caala urgaawa,
💫 Soomni wanteedha,...ibiddarraa nama dhoorga.
💫 Namni guyyaa tokko karaa Rabbii keessatti soome, Rabbiin fuula isaa ibiddarraa fageessa jedhan...,
💫 Jannata keessa balbala warri soome qofti ittiin seenutu jira...

Follow👇
@tafak_or
💫#Sadarkaa_Soomaa....!
(https://t.me/tafak_or)

1) Rabbiin (Subhaanahu wata'ala) Soomni kiyya... galata isaa ana qofatu beeka jedhe..!
2) Gosoonni obsaa sadeenuu soomaa keessatti walitti qabamte...Obsi bakka meeqatti qoodama ?
3) Soomni guyyaa qiyaamaa manguddummaa siif dhaabbata...!
4) Dalagaale Rabbiin nama dalageef, araaramaa fi ajrii guddaa beellameef keessaa Soomni isa tokkoodha....!
5)Soomni diliiwwanii fi dogoggora hedduu namarraa harcaasa...!
6)Soomni ibiddarraa wantee namaaf taha...!
7)Sooma heddummeessuun wantoota Jannata nama geessan keessaa isa tokko...!
8) Hafuura shittoo caala hafuura nama soomaannoolettu Rabbiin biratti urgaawa....
9) Soomanni halkan barakaa fi kabajaa... halkan leeylatulqadrii uf keessaa qaba....
10) Soomni.....(#Itti_fufa....)

Join&share👇
https://t.me/tafak_or