๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โฆ๏ธFEEMASOOTA BIYYA KEENNAATIIF ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ ๐นGaafiin eegala ๐ฏWaggaa 1400 dura duubatti si deebisa . ๐งถYeroo san Ifaan , Interneetni , ๐ทYaabbiin gaariin lafaa fi samirra yaa'u hin turre . โณQalamaan hin barreessine M/B seenanii hin seenne . ๐ฌFooqii Irra Liiftiinโฆ
Obsaan dubbisaa Mee ergaa Obboleessa kiyyaa kana
๐ค
โ Kan na ajaa'ibee na dhiisuu dide... abbaan qabeenyaa mootummaadhaan walii galtee gaafa qabaate, bu'aa guddaa waan argatuuf jecha... mootummaan biyyattii biyyaafis toluu baatu ykn biyyas cunqursu, bu'aa isaatiif jecha gaarummaa isaa leellisa... garuu kan hiyyeesaattu si dhiba... rakkoo fi gabrummaa: dararaa fi cunqursaa meeqa keessa jiraataa.... mootummaan keenya kan akkanaati jedhee leellisa....!
๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โ Ilmi namaa mucucaa fi dogoggora kee sirraa eega.. Rabbiin towbaa kankeetii fi qajeelluma kee sirraa eegaa...
Argitee garaagarumma....!! @tafak_or
Argitee garaagarumma....!! @tafak_or
โ Waa lamatu jireenya namaa balleessa. isaanis:
Waan dabreen dhiphatuu fi harka namaa eeggatuu.
โ Namni balbala waan dabree dhadhadhahe, balbala fuulduraattu jala dabra.
namni nama biraa harka eeggates, boqonnaa isaa harka caalu dhaba.
โ Kanaafuu nama biraatiin busy tahuu fi waan bira dabarreenis busy tahuun jireenya keenya balleessuu keessatti gahee guddaa qaba.
Share๐
https://t.me/tafak_or
Waan dabreen dhiphatuu fi harka namaa eeggatuu.
โ Namni balbala waan dabree dhadhadhahe, balbala fuulduraattu jala dabra.
namni nama biraa harka eeggates, boqonnaa isaa harka caalu dhaba.
โ Kanaafuu nama biraatiin busy tahuu fi waan bira dabarreenis busy tahuun jireenya keenya balleessuu keessatti gahee guddaa qaba.
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โGaloo/lolaa wallaalaa...., hidhaa/giddibii beekkumsaa qofatu nurraa dhaaba...
#Haa_barannuu... ๐
@tafak_or
#Haa_barannuu... ๐
@tafak_or
#Akkana_turre
โ Kaalid binu Waliid xalayaa kisraatti (Moggaasa mootummoota Persia/Furs) hundaafakkana jedhee barreesse:
โ Islaamummaa qabadhu nagaan jiraattaa, yoo didde garuu dhiira akka isin jiraachuu jaalattan du'uu jaalattu qabadhee sitti duulaa... โ
Kisraan xalayaa erga dubbisee booda... deeggarsaa fi birmaannaa barbaacha mootummaa biyya chaayinaatti xalayaa barreeffate...
Mootummaan chaayinaas akkana jedhee deebii deebiseef:
โ Yaa kisraa koo...!, Ani ummata osoo Gaara buqqisuu barbaadanii buqqisuu danda'an afoo dhaabachuuf humna itti hin qabu... โ
#Eessa_jirra_amma๐
https://t.me/tafak_or
โ Kaalid binu Waliid xalayaa kisraatti (Moggaasa mootummoota Persia/Furs) hundaafakkana jedhee barreesse:
โ Islaamummaa qabadhu nagaan jiraattaa, yoo didde garuu dhiira akka isin jiraachuu jaalattan du'uu jaalattu qabadhee sitti duulaa... โ
Kisraan xalayaa erga dubbisee booda... deeggarsaa fi birmaannaa barbaacha mootummaa biyya chaayinaatti xalayaa barreeffate...
Mootummaan chaayinaas akkana jedhee deebii deebiseef:
โ Yaa kisraa koo...!, Ani ummata osoo Gaara buqqisuu barbaadanii buqqisuu danda'an afoo dhaabachuuf humna itti hin qabu... โ
#Eessa_jirra_amma๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Ani ballaas miti... maraattuus miti... garuu gaafuma gatiin nyaataa rakasee, gatiin ilma namaa dabalu arguuf hawwee dadhabe.... !
#Ramadaana_booda_hoo?
โ Ramadaanni keessaa bahee guyyaa muraasa lakkoofsisee jira. haala keenya kan Ramadaana keessaatiin Wal bira qabnee yoo ilaallu... mee Ramadaana booda akkam jirra ?
Aaah lubbuu koo...! guyyaa ajaa'ibaa keessa turte; salaata, dhaabbata, qaraatii qur'aanaa, sooma, zikrii, du'aa'ii, sadaqaa, tola ooltummaa fi firoottan koo jajjabeessuudhaan ibaadaa gaarii dabarsaa ture...!
โ Mi'aa Iimaanaa dhandhamnee, maalummaa soomaa hubannee, mi'aan imimmaanii nutti muldhatee, obboroo yeroo suhuuraa Rabbitti warwaachuun aadaa keenya tahee ture.
โ Salaanni keenya salaata nama gammachuun isaa fi jireenyi isaa hundi salaata keessa jirtuu fakkaata ture. Soomni keenya sooma nama gatii isaa beekee fi mi'aa isaa dhandhamee baree fakkaata. yeroo sadaqannu sadaqaa nama hiyyummaa hin sodaannee kennataa turre.... akkas turree... akkas turree....Ramadaana keessa akka hedduu turre.
akkasitti balbala keeyrii hunda keessa gangalachaa turre... hanga hedduun keenya... osoo duuti keenya Ramadaana booda taatee hoo jennee hawwinu takka ture.... ๐ข
โ Ramadaanni nurraa fe'atee jira... erga Ramadaanni nurraa fe'atee guyyaa xiqqoodha... baatii takkaahuu hin guunne... garuu namni qara hin salaanne kan Ramadaana keessa salaataa ture.. kan bakka durii sanatti deebi'ee meeqa...!
kan dhala nyaachaa ture, yeroof uf qusate amma dhala eegale meeqa...!, kan Haraama laaluu aadeffate, kan Ramadaanaaf irraa cite, amma eegale meeqa.. kan sigaaraa aarsuuf dhiise, Ramadaanni baanaan aarsaa jiru meeqa kam...!
โ Nuti akkuma yeroo Ramadaanaa turtan San, Ramadaana boodas addaan hin citinaa jechuu baannus... garuu yoo xiqqaate dalagaa gaggaarii tana: Sooma, dhaabbata halkanii, sadaqaa fii keeyrii dalagannu sana osoo itti jabaannee jechuu barbaade...
Join๐

โ๏ธ Salaata keessatti dubartiin miila ufii muldhisuun taha moo hin tahu___?
Anonymous Poll
23%
A) Hin taha
79%
B) Hin tahu
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ๏ธ Salaata keessatti dubartiin miila ufii muldhisuun taha moo hin tahu___?
Deebii erga filattee.... A) ykn B) Tuqxa... achi booda Jala gadi buutee
@Vote kan jedhu San cuqqaasta...
ykn Comment jalatti barreessita
@Vote kan jedhu San cuqqaasta...
ykn Comment jalatti barreessita
โ Namoonni kufaatii hedduu booda lafaa ka'an hunduu, miila ufii jijjiiranii osoo hin taane sammuu isaanii jijjiiraniiti....!
@tafak_or
@tafak_or
Innaa lillaahi WA innaa ileyhi Raaji'uun....
eennullee hin duune du'uma isin yaadachiisuuf malee๐ข
https://t.me/tafak_or
eennullee hin duune du'uma isin yaadachiisuuf malee๐ข
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
Laamiyaa kutaa 5ffaa
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Kutaa 5ffaa dhageeffadhaa
#Yaadachiisa:
โ Akka tasaa kaleessa osoo garee Tafakkur jalatti nama seensisu... nama maqaan isaa "Allah is my best friend" jedhu arge.
Amma garuu keessaan dubbisa jedhee barbaadee dhabe.
inshallah asumaanuu isaafis namoota biraatiifis gorsa haa tahuufan barreesse. jechoota akkanaa hedduu kan nuti dogoggora tahuu isaa hin beekne, moggaafataa oollu fi itti fayyadamaa oollu heddutu jira.
#Cuunfaan_dubbii: jechoota akka
" Hiriyyaan muslimtootaa Rabbiin qofa, Rabbii koo malee hiriyyaa fi jaalalleehis hin qabu; Rabbii keetitti waahiloomi ykn hiriyyoomi... " jechoonni jedhaman dogongora guddaadha....
wanti Aqiidaan wal qabata waan taheef uf haa eeggannuu isiniin jedha.
Galatoomaa๐

โ Osoo kijibatti hin dirqamneen duratti karaalee armaan gadii kana dabruu yaali:
๐ Hin dubbatinii... caldhisuuf yaali..,
๐ Deebii deebisuu akka hin dandeenye rakkoo himadhu...!
๐ Hanga wahiis taatu dhugaa irraa dubbadhu.....,
๐ Gaafii sana gaafiidhaan deebisi....,
๐ Dhimma sana dagadhuu, mataduree/ajandaa haaraa eegali....
Rabbumaa jedhii hin kijibin๐ซต
Share๐
https://t.me/tafak_or
๐ Hin dubbatinii... caldhisuuf yaali..,
๐ Deebii deebisuu akka hin dandeenye rakkoo himadhu...!
๐ Hanga wahiis taatu dhugaa irraa dubbadhu.....,
๐ Gaafii sana gaafiidhaan deebisi....,
๐ Dhimma sana dagadhuu, mataduree/ajandaa haaraa eegali....
Rabbumaa jedhii hin kijibin๐ซต
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Muhaadaraan keenya ykn barnoonni Sanbata dhufuu... #laamiyaa Kutaa 6ffaan Wal qabatee:
1) Aqiidaa Howditti amanuu,
2) Baldhinna Howdii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) ilaalchisee,
Bifaa fi hafuura bishaan kanaa ?
3) Baay'inna Makarajii/jookii fi kubbaayyaa Howdii Rasuulaa.
4) Howdiin iddoo itti argamu,
5) Nama yeroo jalqabaa Howdii irraa dhugu,
6) Nabiyyoonni hunduu Howdii mataa isaanii qaban moo Nabi Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam) qofatu qaba ?
7) Namoota Howdii Rasuulaa dhuguu hin dandeenye ykn isaan irratti haraamaa,
8) Warroonni Howdii Rasuulaa irraa hammaaratan eennuun fa'a.
9) Aqiidaan Ahlussunnaa Wal jamaa'aa miizaana keessatti maal jetti ?
10) Howdiin Kuni waan amma jiraati moo hin jiru ?
11) Howdiin hin jiru warri jedhu eennu fa'i ?
12) Miizaanni guyyaa qiyaamaa jiraachuu Ragaan qur'aanaa fi Hadiisarraa maali ?
13) Miizaanni Gurraa fi arraba qabaan dhugaadhaa ?
14) Miizaana tokko qofa moo heddutu jira guyyaa sana ?
15) Guyyaa sana maaltu mazzanama ?
Abbaa dalagaati moo, dalagaa isaati moo, galmee dalagaa isaati ?
16) Kan mazzanamu ulfaatinna keeti moo, ulfaatinna kiiloo keetiiti ?
Ragaa qabdaa ?
17) Dalagaan Kuffaaraa mazzanamtii ?
18) Warri Miizaanni qiyaamaa hin jiru jedhu eennu ? maaf akkasitti mormo ?
19) Warra miizaanaan Wal qabatee si morman akkamitti keessummeessuu dandeessa ?
Kun hunduu ๐
ูุฃูุฑ ุจุงูู ูุฒุงู ูุงูุญูุถ ุงูุฐู
ุฃุฑุฌูุง ุจุฃูู ู ูู ุฑูุง ุฃููู.....
20) Waa'ee Siraaxaa irraa...
๐#Deebiif....Wal argaan keenya Sanabata dhufu galgala sa'aatii 3:00 irratti #Live haa tahu.

โ Muhaadaraan keenya ykn barnoonni Sanbata dhufuu... #laamiyaa Kutaa 6ffaan Wal qabatee: 1) Aqiidaa Howditti amanuu, 2) Baldhinna Howdii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) ilaalchisee, Bifaa fi hafuura bishaan kanaa ? 3) Baay'inna Makarajii/jookii fiโฆ
Share.... gochuun keeyrii dalagadhaa....
๏ดฟููุง ุทุนุงู
ุฅูุง ู
ู ุบุณููู๏ดพ
โ๏ธ Rabbiin qur'aana keessatti, Ummanni kaafiraa azaaba keessatti nyaata
Gisliina jedhamu malee, nyaata biraa hin qaban jedha. Gisliina jechuun___?

28%
A) Bishaan hafuurri hoo'a isaa qofti gogaa namaa quuncisu
40%
B) Malaa warra azaabaa...
38%
C) Muka qoree qabu nyaatan