𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Photo
Ajaa'iba...👂🗣
✍ Gurri namaatii fi funyaan ilma namaa, osoo suutallee guddataa dhufee... guddinna addaan hin kutu.
Kanaafuu funyaanii fi gurri manguddootaa gugurdatee muldhata.
@tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

Alhamdulillaah Rabbil Aalmiin/
الحمدلله ربّ العالمين
Jechi kuni qur'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame ? Suuraa kam keessatti?

Anonymous Quiz
34%
A) Yeroo 2
26%
B) Yeroo 4
40%
C) Yeroo 6
✍ Sadarkaan kankee kan laalamu bakka ilmi namaa si dhaabe osoo hin taane... bakka ati uf dhaabdeedha... ilmi namaa Wal qixxummaa dalaguu fi waa madaaluu keessatti hirdhinna guddaa waan qabuuf....!
@tafak_or
@tafak_or
#Toltuu_1000......
(Alhamdulillaah)
✍ Guyyaa tokkotti toltuu 1000 hojjattee ooluun dalagaa ulfaataa sitti hin fakkaatin.
👇
Guyyaa tokkotti keeyrii 1000 hojjachuuf yeroo 100 qofa #Subhaanallaah jechuu si gaafata.
قال ﷺ:
✍ Ergamaan Aalamaa (SAW) akkana jedhan:
"أيعجز أحدكم أن يكسب كل يوم ألف حسنة؟ يسبح مئة تسبيحة، فيكتب له ألف حسنة، أو يحط عنه ألف خطيئة"
" Isin keessaa namni guyya guyyaan toltuu 1000 dalagachuu hin dandeenye ni jiraa ?
Yeroo dhibba tokko #Subhaanallaah jedha, toltuu 1000 isaaf galmaaha ykn dilii/dogoggora 1000 irraa harca'a. "
Muslimtu gabaase...
- رواه مسلم.
Share godhaa👇
https://t.me/tafak_or
(Alhamdulillaah)
✍ Guyyaa tokkotti toltuu 1000 hojjattee ooluun dalagaa ulfaataa sitti hin fakkaatin.
👇
Guyyaa tokkotti keeyrii 1000 hojjachuuf yeroo 100 qofa #Subhaanallaah jechuu si gaafata.
قال ﷺ:
✍ Ergamaan Aalamaa (SAW) akkana jedhan:
"أيعجز أحدكم أن يكسب كل يوم ألف حسنة؟ يسبح مئة تسبيحة، فيكتب له ألف حسنة، أو يحط عنه ألف خطيئة"
" Isin keessaa namni guyya guyyaan toltuu 1000 dalagachuu hin dandeenye ni jiraa ?
Yeroo dhibba tokko #Subhaanallaah jedha, toltuu 1000 isaaf galmaaha ykn dilii/dogoggora 1000 irraa harca'a. "
Muslimtu gabaase...
- رواه مسلم.
Share godhaa👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
#Toltuu_1000...... (Alhamdulillaah) ✍ Guyyaa tokkotti toltuu 1000 hojjattee ooluun dalagaa ulfaataa sitti hin fakkaatin. 👇 Guyyaa tokkotti keeyrii 1000 hojjachuuf yeroo 100 qofa #Subhaanallaah jechuu si gaafata. قال ﷺ: ✍ Ergamaan Aalamaa (SAW) akkana jedhan:…
Share ajrii qabdi nama Niyyaa toleef....?
✍ Amma Hadiisuma kanallee share gochuun garaa isin nyaataa....
👇
Mee namni Hadiisa kana nama 10f share godhee.... ajrii 11000 argachuu barbaadu.... ?
hirmaadhaa.... hardha keeyrii waliin haa dalagannuu.
Nama tokkoof keeyrii yoo dabarsine.... ajrii namni sun argatuun qixa arganna.

#Suusii_bilbilaa....
✍ Facebooka yoo baate TikTok seenta, Imo keessaa yoo baate telegrama seenta... irra guddaan yeroo keetii gidduu kanatti dhumataa jira.... ati imala fuuldura kee jiruuf hangam takka qophiidha laata? hanga yoomii akkanatti itti fufta?
✍ Si malee namoonni biroo yeroo aakiraadhaaf waa siinqeffatu.... ati bilbila kee wajjiin hirriba malee gurzaa bulaa jirta...!
✍ Ati wagga yeroo kankee bakka hin taanetti gubdu kana... akka umrii kankee gubaa jirtu siif galee jiraa..!, umriin kankee kan gubataa jiru kun uf duubatti siif deebi'aa laata ?
✍ Ati kaayyoo kankee isa sirrii inumaa waan dagatte natti fakkaata.... eennu ati ? maaliif gara addunyaa kanaa dhufte ?
✍ Maaltu beeka osoo guyyaan ati addunyaa tanarraa imaltu amma gahee jiraatee... ati hangam takka qophiidha..?, Mee maal qopheeffattee harkaa qabda !?
✍ Siinqiin ati addunyaa tanarratti qopheeffatte...belbela Ibidda Jahannam irraa si fageessuuf gahaadha jettee amantaa?
Mee osoo buro duutee ati hangam takka qophiidha....!
✍ Obboleessa/obboleettii umriin kankee akka malee gabaabaa... hirdhinna ati keessatti uumaa jirtu kana akka hin baanne dagachuu hin qabdu...
Osoo addunyaa tanarraa hin godaanin yeroo kee saamadhu... hanqinna qabduu fi jabeenya Ibidda Jahannam sana walbira qabii laali meee....!!
👉 Share godhuun ajrii dalagadhaa..... 👇
https://t.me/tafak_or
✍ Facebooka yoo baate TikTok seenta, Imo keessaa yoo baate telegrama seenta... irra guddaan yeroo keetii gidduu kanatti dhumataa jira.... ati imala fuuldura kee jiruuf hangam takka qophiidha laata? hanga yoomii akkanatti itti fufta?
✍ Si malee namoonni biroo yeroo aakiraadhaaf waa siinqeffatu.... ati bilbila kee wajjiin hirriba malee gurzaa bulaa jirta...!
✍ Ati wagga yeroo kankee bakka hin taanetti gubdu kana... akka umrii kankee gubaa jirtu siif galee jiraa..!, umriin kankee kan gubataa jiru kun uf duubatti siif deebi'aa laata ?
✍ Ati kaayyoo kankee isa sirrii inumaa waan dagatte natti fakkaata.... eennu ati ? maaliif gara addunyaa kanaa dhufte ?
✍ Maaltu beeka osoo guyyaan ati addunyaa tanarraa imaltu amma gahee jiraatee... ati hangam takka qophiidha..?, Mee maal qopheeffattee harkaa qabda !?
✍ Siinqiin ati addunyaa tanarratti qopheeffatte...belbela Ibidda Jahannam irraa si fageessuuf gahaadha jettee amantaa?
Mee osoo buro duutee ati hangam takka qophiidha....!
✍ Obboleessa/obboleettii umriin kankee akka malee gabaabaa... hirdhinna ati keessatti uumaa jirtu kana akka hin baanne dagachuu hin qabdu...
Osoo addunyaa tanarraa hin godaanin yeroo kee saamadhu... hanqinna qabduu fi jabeenya Ibidda Jahannam sana walbira qabii laali meee....!!
👉 Share godhuun ajrii dalagadhaa..... 👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
Alhamdulillaah Rabbil Aalmiin/
الحمدلله ربّ العالمين
Jechi kuni qur'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame ? Suuraa kam keessatti?
الحمدلله ربّ العالمين
Jechi kuni qur'aana keessatti yeroo meeqa dubbatame ? Suuraa kam keessatti?
Deebiin isaa C
(Alhamdulillaah Rabbil Aalmiin bakka 6tti dubbatame)
👇
1) Faatihaa Aayata 2
2) An'am Aayata 45
3) Yuunus Aayata 10
4) Saaffaat Aayata 182
5) Zumar Aayata 75
6) Gaafir Aayata 65
@tafak_or
(Alhamdulillaah Rabbil Aalmiin bakka 6tti dubbatame)
👇
1) Faatihaa Aayata 2
2) An'am Aayata 45
3) Yuunus Aayata 10
4) Saaffaat Aayata 182
5) Zumar Aayata 75
6) Gaafir Aayata 65
@tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Afaan_kee.....🤫
✍ Nama baadiyaa tokkoon yeroo tokko akkana jedhamee gaafatame:
Sila ati maaf intala hin fuune (Don’t you get married?)
👉 Badiyichis akkas jedhee gaafateen:
Obboleetti bareeda Diinii qabdu qabdaa (Do you have a religious and beautiful sister?)
Namichi gaafates lakki ani obboleetti akkasii hin qabuu jedheen ..
#Baadiyichis: Ergasii maaf afaan Kee hin cufne ree narraa (Then close your mouth... 😂) jedheen jedhama.
✍ Akka waan namaa waa qopheessitee yoo nama gaafattu.... hin saalfattuu.... hhh
Share👇

#Share.....
✍ Maanaajarri Baankii Abisiiniyaa Alam Ganaa,jibbba Amantii islaamaatiif qabu ifatti argisiisee jira,Baankiin tarkaanfii hatattamaa fudhatuu dhabe taanaan,wanti Akkawuntiin muslimaa jara bira taa’uuf tokkolleen hinjiru.
Nama karaa irra dhaabbatee da’waa godhu,karaa irra dhaabbatee daangessuuf mirgi isaa laatame hinjiru.
የአለም ገና የአብሲንያ ባንክ ቅርጫፍ በግልፅ ሙስሊሙን ማህበረሰብ ይቅርታ ሊጠይቅ ይገባል፡ባንኩ የወሰደውን ርምጃም ሊያሳውቅ ይገደዳል፡አለበለዝያ መነገጃ ልንሆን አይከጀልም።

✍ #Dhiirti_tana....
✍ Irra collee fi qaroon Abbaa warraa... isa haadha manaa isaa irra jalaatamaa fi irra filtamaa maqaatiin yaamuudha....!
أذكى الأزواج ، الذي ينادي زوجته بأحب الاسماء .
👉 (በጣም ብልህ ባል ሚስቱን በጣም ተወዳጅ በሆኑ ስሞች የሚጠራው ነው)
✍ The smartest husband is the one who calls his wife by the most beloved names.
(Ija tiyya fa'i jedhaan.. 😁)

Qur'aana keessatti bakka heddutti jechi Asbaaxa/والأسباط jedhamu ni dubbatama. Asbaaxa jechuun____?
Anonymous Quiz
22%
A) Ilmaan Nabiyyallaahi Yuusuf (Aleyhissalaam)
58%
B) Obboleewwan Nabiyyallaahi Yuusuf (Aleyhissalaam)
20%
C) Ilmaan adaadaa Nabiyyallaahi Yuusuf (Aleyhissalaam)
🫁 Qalbiin tee maaliin guutamte laata____?
✍ Qalbiin ilma namaa tuni akka fakkenya kubbaayyota bishaaniiti. yeroo garii waan mi'aawaadhaan, yeroo tokko tokko immoo waan hadhaawaadhaan guutama. yeroo tokko tokko duwwa taa'a....
Nama qalbii isaa zikrii Rabbiitiin guute malee... namni akkasii qalbiin isaa yoomuu qullaa hin taatu....!
*💠 القلوب كالكؤوس تُملأ بأشياءٍ حلوة و أشياءٍ مُرة وأحياناً تبقى فارغة إلا من ملأ قلبه بذكر الله فإن كأسه لا يفرغ أبداً.*
*💠 Hearts are like cups.
They are filled with sweet things and bitter things, and sometimes they remain empty. Except for the one who fills his heart with the remembrance of God, his cup will never be empty.*
*سبحان الله والحمد لله ولاإله إلا الله والله أكبر..*
✾•🌹💦🌼💦🌹•✾
👇
https://t.me/tafak_or
✍ Qalbiin ilma namaa tuni akka fakkenya kubbaayyota bishaaniiti. yeroo garii waan mi'aawaadhaan, yeroo tokko tokko immoo waan hadhaawaadhaan guutama. yeroo tokko tokko duwwa taa'a....
Nama qalbii isaa zikrii Rabbiitiin guute malee... namni akkasii qalbiin isaa yoomuu qullaa hin taatu....!
*💠 القلوب كالكؤوس تُملأ بأشياءٍ حلوة و أشياءٍ مُرة وأحياناً تبقى فارغة إلا من ملأ قلبه بذكر الله فإن كأسه لا يفرغ أبداً.*
*💠 Hearts are like cups.
They are filled with sweet things and bitter things, and sometimes they remain empty. Except for the one who fills his heart with the remembrance of God, his cup will never be empty.*
*سبحان الله والحمد لله ولاإله إلا الله والله أكبر..*
✾•🌹💦🌼💦🌹•✾
👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Arkaanni/Rogoonni Wuduu'aa meeqa______?.... Isaanis
Anonymous Poll
34%
A) Arkaana 3
17%
B) Arkaana lama
45%
C) Arkaana 4
23%
D) hin beeku...
#Furmaanni_tasa_dhufa...
✍ Beellama dhaabbataa hin qabu; bakka dhaabbataa fi bifa addaa hin qabu...osoo ati hirribaa hin kaane Rabbiin oofee furmaata sitti fiduus danda'a.
✍ Sihii dhimma biraa keessa seentee busy taatee jirtuu dhufuu danda'a.
✍ Furmaanni sitti himee osoo hin taane, osoo ati quba hin qabne surprise waan si godhuudha..
✍ Mu'imina bubbeen furmaata yeroo kamuu onnee isaa keessa bubbisti...!
👉 Kanaafuu Rabbiin yeroo kamuu furmaata gaafachuu hin dagatinaa...
Gaafiin teeysan hundi deebii haa argattu inshallah...!
Share👇
https://t.me/tafak_or
✍ Beellama dhaabbataa hin qabu; bakka dhaabbataa fi bifa addaa hin qabu...osoo ati hirribaa hin kaane Rabbiin oofee furmaata sitti fiduus danda'a.
✍ Sihii dhimma biraa keessa seentee busy taatee jirtuu dhufuu danda'a.
✍ Furmaanni sitti himee osoo hin taane, osoo ati quba hin qabne surprise waan si godhuudha..
✍ Mu'imina bubbeen furmaata yeroo kamuu onnee isaa keessa bubbisti...!
👉 Kanaafuu Rabbiin yeroo kamuu furmaata gaafachuu hin dagatinaa...
Gaafiin teeysan hundi deebii haa argattu inshallah...!
Share👇
https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Duniyaa_fi_bishaan
(Iccitii guddaa qur'aana keessa jiru....)👇
( وَاضْرِبْ لهم مثل الحياة الدُّنْيَا كماء أَنزَلْنَاهُ من السماء فَاخْتَلَطَ به نبات الْأَرْضِ فأصبح هَشِيمًا تَذْرُوهُ الرياح ۗ وكان الله على كل شَيْءٍ مُّقْتَدِرًا)
✍ Rabbiin qur'aana keessatti jiruu duniyaa tana bishaanitti fakkeeyse, maaliif beektuu____?
Imaam #Alqurxubiin (Rahimahullaah) akkana jedhan, Rabbiin iccitii armaan gadiitiif duniyaa bishaanitti fakkeeyse. isaanis:
1) Bishaan bakka tokko gadi hin dhaabatu... akkuma sana haalli jiruu duniyaa kunis oli gadi...!
2) Bishaan ni deema.... ni dhumata... akkasuma duniyaan tunis waan dhumataa wahiiti.
3) Namni bishaan keessa seenee, osoo bishaaniin hin jiine keessaa bahu inuma hin jirre... akkasuma namni duniyaa tanarra dhufee osoo hin qormaatamin asirraa deemus inuma hin jirre.
4) Bishaan yoo likkitti itti fayyadaman bu'aa namaaf buusa... humnaa ol taanaan garuu qilee nama buusa/ halaaka... haalli duniyaas...
Maddi isaa👇
📚: الجامع ﻷحكام القرآن - القرطبي

📞 Qur'aana keessatti Suuraan qubee Afaan Arabaa hundaan barreeffamte suuraa kami____?
Anonymous Quiz
30%
Suuraa Asrii
21%
Suuraa Dukaan
49%
Suuraa Fathii