๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12K subscribers
585 photos
23 videos
32 files
2.07K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#kutaa8ffaa

Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa bara 2015 Naannoo Oromiyaa ifoomeera.

Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti barattoonni bara 2015 qormaata kutaaa 8ffaa naannichaatti fudhatan karaa oonlaayinii (https://oromia.ministry.et/#/result) qabxii isaanii ilaallachuu dandaโ€™u.
โœ Rabbiin akka ati bakka San geettuu fi yaada saniin akka milkooftu osoo beekuu baatee..., jaalala ykn fedhii waan sanaa fuudhee qalbii Kee keessa sin kaahu....!
Bakka yaaddan hunda; iddoo hawwitan hunda Rabbiin isin haa geessu..... ๐Ÿคฒ
#Si_mudatee_beekaa.....

โœ (#Onnline) jechi jettu tun, barreeffama jireenya nama hedduu diigan keessaa ishee tokkoodha.
โœ Fuula Telegrama; What's App; Messenger fi Imo yoo seente yeroo hedduu maamiltoota kankee, toorri isaanii mallattoo #(Online) jedhu argita.
Jechi Kun jiruu nama hedduu diigee jira. Hiriyyoottan; jaarsaa fi jaartii akkasuma Maatii hedduu gidduu amanamummaa dhabamsiisee jira. Akkasuma wal dhabbii fi wal dhibdee hedduu uumee jira; namoota hedduu addaanis fageessee jira.
โœ Hiriyyoottan Kee keessaa nama meeqatu mallattoo kana arguun, abboo silaa online irraa hin buutuu, garuu maaluma si godhee na dubbisuu didde siin jedhee beeka___?!
" Ufii guyyaa hundaa Online irra jirta, garuu na dubbistee hin beektu" jedhee Sababa bilbilli Kee banaa taheef qofa si komatee beeka.
โœ Obboleewwan koo dubbiin tuni martis dhugaa miti, martis sobaa miti.....
#Hubadhaa_mee:๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa #online jechuun nama wajjiin haasahaa jira; barreeffama kee argee beekaa siif deebisuu dide jechuu miti.
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu kana muldhisuun, osoo sin argu Akka nama sin garreetti dubbachuu dide jechuu miti....
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, yeroo sanitti barreeffama kee ykn gaafii kankee hatantamaan siif deebisuu danda'a jechuu miti...!
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, Yeroo hundaa nama dubbisa jechuu miti...!
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, yeroo dhuunfaa isaa online fayyadamu hin qabu jechuu miti...
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, bilbila isaa namumaan qofa haasahuuf banate jechuu miti ...
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, hin dadhabu yeroo hundaa nama waliin haasaha jechuu miti.. (dadhabbii irraa bilbila isaa banee rafuu danda'a)..
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, ee dhugaadha banaa jira, garuu dirqamee dhimma ariifachiisaaf online irra jiraachuu danda'a...
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, ee dhugaa banaadha.... garuu barnoota zoomiidhaan barachaa jiraachuu danda'a...
๐Ÿ‘‰ Bilbilli isaa mallattoo (#Online) jedhu muldhisuun, bilbilli isaa ijoollee isaa harkas jiraachuu danda'aa; ykn tasa banamee jiraa; ykn banee dagatee biraa rafee jiraa; ykn... ykn.... ykn.... ๐Ÿ˜
โœ please Wal hubadhaa, jecha (#Online) jettu tana niyyaa itti tolaa.... dhiifama walgaafadhaa...., haga ammaa hin rafnee ? ๐Ÿ˜, maal goota waliin hin jedhinaa....
โœ Anaa keessan @Ibroo.. waan dubbistaniif galatoomaa....

๐Ÿ‘‰ Nama isin komate hundaaf share gochuu hin dagatinaa, link Chaanaala keennaas share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Maal irratti wal waanyitu Mee....!

โœ Waanyoon waraana Ibliisaa/sheeyxaanaa keessaa tokko jedhan...
โœ Waanyoota sheeyxaanni osoo inni deeggarsa hin barbaadin deeggarsa gootiif jedhan...
โœ Namni nama waanyu Ibliisa fakkaata. durumaa hordoftoota Ibliisaa keessaa isa tokkoodha..
โœ Kaayyoon inni jiraatuufuu yaada sheeyxaanaa galmaan gahuudhaaf... innis nama diiguu fi jireenyi namaa akka diigamu hawwuu; kan qabu dhabee isaa gaditti deebi'uudha....
โœ Sheeyxaanni Aadamiin waanyuu kan eegale waan inni isa caalee argameef.... kan si waanyus homa ati isa caaltee argamteef malee waa Isa gootee miti..
Waanyoon hin milkaahin inshallah...

share๐Ÿ‘‰https://t.me/tafak_or
โœ Wanti galma Kee gahuu si dhoorkaa, kiisha duwwaa tahuu osoo hin taane sammuu fi qalbiin Kee duwwaa tahuudha....
@tafak_or
โœ Dubartii dhiira 7 qofa addunyaa kanarratti jaaladhe jettu takka isiniif himuu.... maaliif akka jaalattes torbanuu Sababa wajjiin keette....
Maal qaba shamarran keennas osoo akka ishee tahanii... ๐Ÿ˜



Yaada keessan... seenaa nama boochisu....
Share yoo gootan qofa isiniif dabarsa Seenaa tana
แˆฑแ‰ฅแˆƒแŠ•แŠ แˆ‹แˆ…

=> แŒ‚แŠ• แ‰€แ‰ แˆฎแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆแˆซ แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰?!!
=> แŒแˆ˜แˆ แ‹จแ‰ แ‹ฐแˆˆแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ญแˆจแˆณ
=> แŠ•แˆตแˆญ แŠ แˆžแˆซ แ‰ แˆ…แˆ˜แˆ แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แŠฅแˆซแˆฑแŠ• แ‰ แˆ›แŒฅแ‹แ‰ต แŠฅแŠ•แŒ‚ แ‰ แŠ–แˆญแˆ›แˆ
แˆแŠ”แ‰ณ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แˆ›แ‹ญแˆžแ‰ต
=> แ‹แˆ†แŠ• แˆ€แ‹˜แŠ• แˆฒแˆฐแˆ›แ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‹ซแˆˆแ‰…แˆต
=> แˆแˆจแˆต แŒ…แˆซแ‰ฑ แŠจแ‰ฐแ‰†แˆจแŒ  แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆžแ‰ต
=> แ‹ถแˆแŠแŠ• แˆฒแ‰ฐแŠ› แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แ‹ญแŠ‘แŠ• แ‰ฅแ‰ป แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแŒจแแŠ•
=> แŠ แ‹ž แˆฒแ‹ฐแˆฐแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‹ซแˆˆแ‰…แˆต
=> แŠ แŠ•แ‰ แˆณ แ‹จแŠ แ‹แˆซ แ‹ถแˆฎ แŒฉแŠธแ‰ตแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆแˆซ แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰?!!
=> แŒ‰แŠ•แ‹ณแŠ• แˆตแ‰ณแˆตแŠแŒฅแˆต แŠฅแˆซแˆทแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆแ‰ตแˆตแ‰ต แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰

แŠ แˆ‹แˆ… (แˆฑ.แ‹ˆ) แŒฅแˆซแ‰ต แ‹ญแŒˆแ‰ฃแ‹
https://t.me/tafak_or
๐Ÿ“™#Si_dhukkubaa_?

๐Ÿ‘‰ Hiin dhibamta taanaan dawaa armaan gadii kana fayyadami.

๐Ÿ“š Usmaan binu Aas Sahaabaan jedhamu, guyyaa islaamummaa qabate irraa eegalee, qaama isaa keessaa iddoon isa dhukkubu wahii akka jiru Ergamaa Aalamaatti (SAW) himate. achumaa Rasuulli keenya (SAW) akkana jedhaniin;

1ffaa : Harka kee iddoo si dhukkubu sana irra kaahi... ๐Ÿ‘‡
โ— ุถูŽุนู’ ูŠูŽุฏูŽูƒูŽ ุนู„ู‰ูฐ ุงู„ุฐูŠ ุชูŽุฃูŽู„ู‘ูŽู… ู…ูู† ุฌูŽุณูŽุฏููƒูŽ
2ffaa : Yeroo 3 "Bismillahi" jedhi... ๐Ÿ‘‡
โ— ูˆูŽู‚ูู„ู’: ุจุณู’ู…ู ุงู„ู„ู‡ูุŒ ุซูŽู„ูŽุงุซู‹ุง
3ffaa : "A'uzubillaah waqudratihii, min sharri maa ajidu, wa'uhaaziru... " ishee tana yeroo 7 jedhi...
โ— ูˆูŽู‚ูู„ู’ ุณูŽุจู’ุนูŽ ู…ูŽุฑู‘ูŽุงุชู: ุฃูŽุนููˆุฐู ุจุงู„ู„ู‡ ูˆูŽู‚ูุฏู’ุฑูŽุชูู‡ู ู…ูู† ุดูŽุฑู‘ู ู…ุง ุฃุฌุฏู ูˆูŽุฃูุญูŽุงุฐูุฑู.

โœด๏ธHadiisa kana Muslimtu gabaase...
๐Ÿ“™ ุฑูˆุงู‡ู ู…ูุณู„ูู…
Dhaamsa Rasuulaa share godhaa... ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Gatiin_lubbuu_namaa
_meeqa__?

โœ Gadaa asiin duraa keessa mootummaa abbaa irree tokkotu, namoota 1000 fi harree tokko adabbii du'aa itti murteessee ture.
Achumaa hawaasni: "Badiin harreen qabu maali?! jedhanii mootummaa kana gaafatan.
‏ู‚ุฑุฑ ุทุงุบูŠุฉ ุฅุนุฏุงู… ุฃู„ู ุดุฎุต ูˆุญู…ุงุฑุŒ ูุณุฃู„ู‡ ุงู„ู†ุงุณ: ูˆู„ู…ุงุฐุง ุงู„ุญู…ุงุฑุŸ!
โœ Achumaa mootummichi kunis gorsaa mootummaa kan tahe, kan moggaa isaatti argamutti akkana jedhee hasaase;
" Ummanni kun namoota 1000 ajjeefaman osoo hin taane, harreen tokkochi kuni, maaliif ajjeefama jedhanii ammaa nu gaafatan jedhee sitti himeen turree... " jedhee dinqisiifate.
ูู‡ู…ุณ ู„ู…ุณุชุดุงุฑู‡ ุงู„ุฐูŠ ุจุฌุงู†ุจู‡:
ุฃู„ู… ุฃู‚ู„ ู„ูƒ ุฃู†ู‡ู… ุณูŠุณุฃู„ูˆู† ุนู† ุฅุนุฏุงู… ุงู„ุญู…ุงุฑ ูˆู„ู† ูŠุณุฃู„ูˆุง ุนู† ุฅุนุฏุงู… ุฃู„ู ุดุฎุต!
๐Ÿ‘‰ Kuni jireenya ammaan tana qabatamaan keessa jirruun waan wal galu fakkaata.

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Seenaadhaaf....

โœ Intala jireenya ishee keessatti namoota 7 qofa jaalatte, garuu 7ffaan baay'ee garaa nama raasa.
Namoota akkanaa kanneen qaama qalbitu kabajaa isaaniitiif ka'ee nama dhaabbata. amma waan isheen jette isiniif haa dubbisuu mee...
โœ Jireenya koo keessatti namoota 7 kan itti hin saalfanneen walbare. Isaan sunneen dhugamatti namoota ulaagaa dhiirummaa guuttataniidha. namoota jaalalli isaanii onnee koo keessaa yoomuu hin banneedha.
Hunduu Seenaa mataa isaanii kan dubbatamee hin dhumnee fi kan dhageeffattee hin hifanne qaban.๐Ÿ‘‡

#1ffaa : Inni jalqabaa Kuni nama yeroo jalqabaa akka ija koo banadheen isa argeedha, nama harka isaatii nyaadhee guddadheedha; guyyaa Ani dhaladhee addunyaa haarawa arge irraa kaasee, Isa na baadhatu; na hammatuu fi na dhungatu qofa arge.
Chocolate ๐Ÿซ fi buskutii adda addaa akka ani gammaduuf jecha naaf bita. waan barbaade yoo gaafadhe takkaa isarraa dhabee hin beeku.
inni anaaf fakkeenya koo guddaadha. innis abbaa koo kan na wajjiin dhama'eedha. Inni anaaf bar jaalallee jalqabaati, ani isa dura nama tokkoo hin jaalanne....!
#2ffaa); Inni itti aanu nama ani Isa wajjiin daa'imaa guddadhe; wajjiin taphanna; wajjumaan gangalanna; gaddaa fi gadadoos wajjiin dabarsina.
Garaa tokkoo baane; algaa tokkotu nu horataa ture; mana tokko, teessoo tokko irra nama wajjiin jiraataa turreedha. Yeroo keenya guutuu wajjumaan dabarsina. yoo ani boohe, innis imimmaan koo laalee na wajjiin booha. Akka malee qashaanee wajjiin kofalla, nyaata arganne adda kutannee walumaan nyaanna ture.
Inni sun bar ilma haadhaa fi Abbaa kiyyaati. Inni sun bar anaaf obbolaa kootii... hiriyyaa jireenya kootii yoo jetteen ni dandeessa.
#3ffaa; Sadaffaan immoo asuma dhihoo kana dhufee, giifti duree mana isaa na godhate. kabajaa fi ulfinni inni naaf qabu jechaan hin ibsamu. Yaabbattuu fi goota, hamilee fi Abjuu koo guddaa nama tureedha.
Yaabbii isaa irra na kaahatee bakka yaade hunda naan deema ture. Isa bar jaalalaa fi Rahmata waliif qabnutu iddoo tokkotti walitti nu qabe. jaalalli nuti waliif qabnu nu bira kutee... naannoo keenyaaf gaaddisa tahee jiraata.
inni sun bar Abbaa manaa koo; Abbaa ijoollee koo kan ta'e; nama bakka isaa kan biraa buufachuu hin dandeenyee fi bakka jaalala isaa jaalala biraa buufachuu hin dandeenyeedha.

#4ffaa)Eennu_laata_?
Itti_fufa.... ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แˆˆแˆแŠ• แ‹ญแˆแŠ• แˆšแŠฎแˆจแ‹๐Ÿค”

แŒ แˆ‹แ‰ต แ‹จแˆšแˆธแˆซแˆญแ‹แ‰ธแ‹ แˆžแ‰ต แ‹ญแˆšแ‰ แ‰ตแŠ“แ‰ธแ‹ แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฆแ‰น แ‹ญแˆ†แŠ•?!
แˆˆแˆŒแ‰ฃ แ‹จแ‰ฐแŒˆแˆˆแŒ แ‹ แŠจแ‹แ‹ตแˆ˜แ‰ต แ‹จแˆ›แ‹ซแˆ˜แˆแŒ แ‹ แ‹ˆแ‹ญแˆ แˆˆแ‹ˆแˆซแˆฝ แˆณแ‹ญแˆแˆแŒ‰แ‰ต แ‹จแˆšแ‰ฐแˆ‹แˆˆแˆแ‹ แˆƒแ‰ฅแ‰ฑ แ‹ญแˆ†แŠ•?
แˆ˜แˆญแˆณแ‰ต แ‹จแˆšแ‹ซแ‰ฐแŠแ‹ แ‰ แˆฝแ‰ณ แ‹จแˆšแˆแ‰ณแ‰ฐแ‹ แˆตแŠ•แ‹แˆญ แŠฅแ‹แ‰€แ‰ฑ แ‰ตแˆ†แŠ•?
แ‹จแŠ แŠ•แ‹ต แ‰€แŠ• แ‰ แˆฝแ‰ณ แ‹จแˆšแ‹ซแŒˆแˆ›แ‹ แˆแ‰ฅแˆต แ‰ขแŒฅแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแˆตแ‰€แ‹ญแˆ˜แ‹ แ‹แ‰ แ‰ตแŠ“ แ‰แŠ•แŒ…แŠ“แ‹ แ‹ญแˆ†แŠ•?
แŠฅแˆณแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‰ฐแŒฃแ‹ฐ แ‹แˆƒ แ‰ แˆแ‰ตแˆฝแŠจแˆจแŠจแˆญแ‹ แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แˆแ‰ฅ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‰ฐแŠ•แŒ แˆˆแŒ แˆˆแ‰ฝแ‹ แŠฅแ‹แ‰€แŠ“แŠ“ แ‹แŠ“ แ‰ตแˆ†แŠ•?
แ‹จแŒƒแˆ‚แˆแ‹ซแŠ• แ‹จแ‹˜แˆญแŠแŠแ‰ต แŠซแ‰ฃ แˆˆแ‰ฅแˆถ แ‹จแŠฅแŠจแˆŒ แ‹˜แˆญ แŠแŠ แˆ›แˆˆแ‰ฑ แ‹ญแˆ†แŠ•?
แ‹ญแŒˆแˆญแˆ›แˆ โ˜๏ธแ‰…แŠ•แŒฃแ‰ต แ‰ณแŠญแˆ แˆแ‰ก แ‹แˆตแŒฅ แŠฉแˆซแ‰ต แ‹จแˆˆแ‰ แ‰ต แˆฐแ‹ แŒ€แŠแ‰ต แŠ แ‹ญแŒˆแ‰ แˆ>>(แˆ™แˆตแˆŠแˆ)
๐Ÿค”แ‹จแŠ แ‹ฐแˆ แˆแŒ…แŠ“ แŠฉแˆซแ‰ต แˆแŠ• แŠ แŒˆแŠ“แ‰ธแ‹? แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆญแ‹ซแ‹ แแ‰ตแ‹ˆแ‰ต แˆ˜แŒจแˆจแˆปแ‹ แŒแˆ›แ‰ต แŠแแˆตแ‹ซแ‹แŠ• แŠ แ‹ญแˆจแ‹แ‰… แˆžแ‰ตแŠ• แŠ แ‹ญแŠจแˆแŠญแˆ(แŠ แˆŠแ‹ญ.........;
#Hijaaba....
Faransaay #Hijaaba irratti duula eegaltee jirti.
Uffata nuti gatii isaa wallaalle warri gatii isaa beeku duula shamarran Islaamaa irratti banee jira. Yaa Allaah Tumsa keee...
Mammaaksa haaraa... ๐Ÿ˜

โœ Lukkuu distii Kee keessa jirutu, mirgoo distii ollaa keetii keessa jiru siif caala.
โœ Garbuu ooydaa kiyyaattu qamadii ollaa kiyyaa naaf caala....
โœ Sooranni keenna guddaan zikrii Rabbii keessa jira. guyyaa kankee gammachuu fi raahaadhaan dabarsuu yoo barbaadde salaata subhii fi Azkaara sabaahaatiin eegali.
#Subhaanallaah uumaa Rabbii...

๐ŸŒ#Snail/Gaafa baaftuun Afaan ishee keessa ilkaan 25000 oltu jira jedhan.
โœ Dandeettii waggaa sadihii ol walitti aansitee rafuu Rabbiin kenneef....
ู…ุง ูุนู„ ุงู„ุฌู„ูŠู„ ูู‡ูˆ ุฌู…ูŠู„....

National geography