𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
12.2K subscribers
613 photos
25 videos
32 files
2.11K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Juhaa(ShekNasraddiin)

Warri hin beekne warra beekutti haa himuu....😁

Juhaan gaafa tokko gorsaaf ummata duratti bahee ture.
👳‍♂#Juhaa: Anba teenna maal akka isin gorsuu hedu beektuu___?
👥#Ummata : "Waan isin yaaddan akkamitti beekuu dandeenya sila.." jedhaniin.
👳‍♂#Juhaa: "ka isin hin beekne bu'aa maal qaba ree haasofni koo.."/jedhee bahee deema.
Ammas turee guyyaa biraa carraan isaaniin walitti deebisa.
👳‍♂#Juhaa : Gaafima jalqabaa sana gaafataan...
👥#Ummata : " Ee...ni beekna " jedhe ummannis...
👳‍♂#Juhaa : " Ajaa'iba waan an dubbachuu hedu erga ka dura beektanii...maaf isinitti iyyaa oola ree..." Jedhee hardhas dhiitee baha.
👥Hawaasnis bitaa itti galee amma walgahanii marii eegalan. Amma booda sheekni gaafii akkanaa nu gaafata taanaan, walakkaan " ee...ni beekna" walakkaan keenya immoo "lakkaa hin beeknu.." Jennaan jedhanii waliigalan.
Ammas guyyaa #3ffaa itti deebi'ee gaafii kana gaafataan ( waan isin gorsuu hedu beektuu?)
👥#Ummata : Sagaleen ummataa wal dhabuu eegala. Muraasni " ee...ni beekna", muraasni ammoo "lakkaa hin beeknuu" jedhan.
👳‍♂#Juhaa : Wow baay'ee bareeda...baay'ee bareeda. Amma akki gootan dhageeffadhaa :
"Warri hin beekna jettan suni warra hin beeknu jedhe sana barsiisaa..."😂 jedheen jedhama.
@Ibroo

Share👇
https://t.me/tafak_or
📯የመልካም ነገር ሁሉ መልካም ማለት አላህ ለእርሱ ሲተውህ ነው ።የጥፋት ሁሉ ጥፋት ማለት ደግሞ አንተን ለራስህ ነፍስ ሲተውህ ነው ።
https://t.me/tafak_or
#Really

Ilmi namaa kuni waan ati taateef hunda dagatee... waan ati tahuufii dadhabde qofa yaadata.
@tafak_or
-
‏لا تيَاس ولك ربٌ يقوٌل :
" وَرَحْمَتِي وَسِعَتْ كُلَّ شَيْءٍ "💗
Nabi muusaan (Aleyhissalaam) bishaan obaaseefii ergasii gara gaaddisaa deebi'ee, gaaddisa jalatti boqonnaa fudhachuu eegale.
(فسقى لهما ثم تولى الى الظل)
Gaarii namaaf hojjadhu, garuu nama gaarii taateef sanirraa deebitee galata hin eegin. yoo akkana goote badhaasni Rabbii bakka ati hin yaannee fi akka ati hin eegneen sitti dhufuu danda'a waan ta'eef.

share👇
@tafak_or
#Yaada...

Osoo guyyaan hardhaa Kuni guyyaa dhumaa Kee tahuu beektee, addunyaa tanarratti maal tahuu/dalaguu hawwita mee____?😢



comment 👇
Namoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....

Seenaa
https://t.me/Ibrahim_92taf
Namoonni biyyoota Europe guyyaa gabaabaa keessatti deemuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa....
1ffaa: @Belarus.... guyyaa 20 hanga 30 keessatti...
2ffaa:@Greek guyyaa 10 keessatti...
Kafaltiin erga biyya San seentanii booda...
3ffaa : @Turkey... kafaltiin parentiin cinaan... osoo hin deemin dura....
Hubachiisa... biyyoonni kunneen biyyoota Europe keessaa gurguddoo jedhaman kamuu seenuuf... dildila Akka taate hin dagatinaa....

Seenaa

https://t.me/qube_ee
#Oduu_gammachiisaa
Maatii Tafakkur hundaaf...

Ethiopia irraa gara #Belarus irraa gara
Germany gara
Poland gara
England deemuu namoonni barbaaddan seeraan if qopheessaa...!
akkasuma Ethiopia irraa gara #Greek Greek irraa
Germany
USA
UK ykn England namoonni guyyaa 10 keessatti deemuu barbaaddan qofti uf qopheessaa...
#Hubachiisa :Kafaltiin isaa erga waa hundi dhumatee biyya sana seente... ykn galgala bararaaf kaatu sana kaffalama...
passport fi Suuraa qofa barbaachisa
#Carraan_yeroo_hunda_hin_deebitu....

Seenaa👇
https://t.me/qube_ee
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
account koo waan cufameef Seenaa Join godhaa... TikTok irratti....
Warri Tafakkur Jirtuu....


dhiifama kaa nun komatinaa... hanga sagantaa keenyaan walitti deebinuuf.
Suuraan sababa isii dubbisuutiif Umar binu Kaxxaab Islaamummaa seenee suuraa tami______?
Anonymous Quiz
21%
A) Suuraa Baqaraa
21%
B) Suuraa Mariyam
59%
C) Suuraa Xaahaa
Gadaa tana keessa barreeffama keennaafuu guard/Eegdota barbaachisee jira...
Jecha takka yoo ati dubbatte namni hiika dhibba takka itti kenna... dhugaa wardiyyaa barreeffama koo qofa naa eegu qacaruun barbaada...
inbox na dubbisaa... 😁

@tafak_or
አንዳንዴ ምድር ላይ እኛ ምንፈልገው እና ምንመኘው ገፅታ ባይከሰት ወይም ባይሆንልን ውስጣችን የነበረውን ታላቁን የገፅታውን ሀይል ውስጣችን ውስጥ ማቆየታችን በሆነ ጊዜ ከምንፈልገው ዐላማ በላይ እንድናገኝ ይረዳናል

So ላተህዘን 👍
https://t.me/tafak_or
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Chaanaalli #Tafakkur miseensota 4700 ol qaba. miseensonni keenna hunduu osoo nama 1 qofa add godhanii ykn nama tokko affeeranii namoonni keeyrii tana saamatan meeqa tahu....!?
Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....

https://t.me/tafak_or
Rasuulli keenya SAW Erga ergamtoonni yeroo dheeraaf addaan citanii; erga wallaalli dachee tana dhaale; erga dukkanti wallaalaa ifnana beekkumsaa dhaamsitee booda; gadaa ummanni akka qorsoo bichaannitti naqamtee addaan faffaca'e keessa ergaman. 👇

Erga Nabiyyiin qajeellumaa; ergamaan Rahmataa Kuni dhufee booda ummanni diinaa bareedaa kanaan badhaadhe.. 👇
Osoo meeqa jibbu; osoo meeqa garaan baasu; osoo hedduun isaanii waanyoof mataan dhukkubu islaamummaan mataa ol qabatte.... 👇
هُوَ الَّذِي أَرْسَلَ رَسُولَهُ بِالْهُدَى وَدِينِ الْحَقِّ لِيُظْهِرَهُ عَلَى الدِّينِ كُلِّهِ وَلَوْ كَرِهَ الْمُشْرِكُونَ
Booda islaamummaan mudhattee dachee tana bahaa fi dhiha geette; ummanni islaamaas tokkummaadhaan amantii kana qabatanii turan. Qalbiin isaanii karaa diriiraa kana irratti ijaaramtee...; waljaalattee; qaama tokko taatee deemaa turte...👇
Rasuula keenna boodas, bakka bu'oonni isaa/Kulafaa'onni islaamaa karaa kana qabatanii, qarriffaan ciniinanii waggaa dheeraaf Irra deemaa turan... 👇
Yeroo dheeraa booda fitnaan/dhibdeen Rasuulli gidduu keessanitti buuti jedhan Suni ni buute.... 😭....

#itti_fufuu_laata...?!

share👇
https://t.me/tafak_or
Warroota Míidiyaa hawaasaas ta'ee page dhuunfaa isaanii fayyadaman hundaan naa gahaa....👇

Hundi keessanuu #social_media irra kan turtan yeroo gabaabaadhaaf. Guyyaan ati warra text/barreeffama isaanii dubbisaa jirtu kana uf biraa dhabdus dhufuun isaa waan hin oollee itti nyaadhuu dhugi... 😢
‏كلنا في وسائل التواصل تواجدنا مؤقت
‏   تأكد أنه سيأتي اليوم الذي لن تجد
‏فيه الذين تقرأ لهم الأن ..👇

Karaa keessa dabraa jirtu kana suutuma deemi mee..!,
👉 Qoreen hedduun karaa kana keessa jiraachuu danda'aa amala kee bareechifadhu!,
👉 jechaan nama hin miidhin!,
👉 arraba keen daangaa namatti hin dabrin..!
👉 waan waggaa dheeraa addunyaa kanarra jiraattu seetee namarratti uf hin tuulin..!
👉 like fi comment namni sii kennuun hin dagamin...!
👉 jechaa fi gocha fokkataa page Kee irratti dhiistee addunyaa kanarraa hin godaanin...!
👉 bakka hin taanetti, akka sirraa hin bareennetti hin muldhatin...!
Gaariin ati barreessitee bira kutte; dhaamsi gaggaariin ati namaaf laatte; hagam takka akka nama fayyadu hardha osoo hin taane boru kan beekuu dandeessu....
Kanaafuu uf duubatti waan gaarii dhiisii deemi....!
#Dhiifama_naaf_godhaa...
🍃🕊
Share 👇
https://t.me/tafak_or
Balballi keeyrii tokko yoo isiniif saaqame daddafaa itti ariifadhaa... yoom akka cufamu waan hin beekneef....