๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
11.8K subscribers
564 photos
22 videos
31 files
2.04K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
โœ‹
โž› Ruuhiin teenya yeroo baay'ee nama gaddaa fi gadadoo, ulfaatinna jiruu, rakkoo jireenya keenya keessatti nu mudatuu fi ulfaatinsa guyyaa keenyaa nurraa qoodatu jaalaatti. Yeroo gammachuu hunduu jaalallee kankeeti.

Follow @tafak_or
#Dhageessee

โž› Wanti ati sirritti dursitee hubachuu qabdu ;

๐Ÿ‘‰Addunyaan tantee,
๐Ÿ‘‰qilleensi ati keessa jiraattu, ๐Ÿ‘‰sammuun kankee,
๐Ÿ‘‰ilaalchi kankee,
๐Ÿ‘‰ namummaan kankee kan namoota birootiin faallaadha. Kanaafuu lubbuu tantee tan namoota birootiin hin madaalin, uf ta'ii jiraadhu.
โž› Namni ati argitu hunduu addunyaa tanarratti karaa mataa isaa qaba. Ati eennullee gadii miti, eennus sii olii miti.
- ุนู„ูŠูƒ ุฃู† ุชุฏุฑูƒ ุชู…ุงู…ุงู‹ ุฃู†ู‘ ุนุงู„ู…ูƒ ุŒ ุธุฑูˆููƒ ุŒ ุนู‚ู„ูƒ ุŒ ุฃููƒุงุฑูƒ ุŒ ุดุฎุตูŠุชูƒ ู…ุฎุชู„ูุฉ ุชู…ุงู…ุงู‹ ุนู† ุบูŠุฑูƒ ุŒ ู„ุฐู„ูƒ ู„ุง ุชู‚ุงุฑู† ู†ูุณูƒูŽ ุจุฃุญุฏ

- ูƒู„ู‘ูŒ ู„ู‡ ู…ุณู„ูŽูƒูู‡ ููŠ ู‡ุฐู‡ ุงู„ุฏู†ูŠุง ุŒ ูู„ุง ุฃู†ุช ุจู…ุชุฃุฎู‘ุฑู ุนู† ุฃุญุฏ ุŒ ูˆู„ุง ุฃู†ุช ุณุงุจู‚ูŒ ู„ูŽู‡
.

Follow ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Gaafa Rasuulli Rabbii (SAW) du'aan addunyaa tanarraa boqatan, umriin haadha mu'umintootaa aayyo Aa'ishaa meeqa ture____?
Anonymous Poll
29%
A) Waggaa 33
47%
B) Waggaa 18
24%
C) Waggaa 44
#Nagaa_jirtuu!
โ€‹ู€โ•—โ•โ•โ•เณ‹ โ€ข ๐ŸŒธ โ€ข เณ‹โ•โ•โ•โ•”

  โž› Hordoftoonni Nabi muhammad (SAW) jirtuu!.
โž› Jirtuu!, warroonni jireenyi isaan hin jijjiirre; warroonni fageenyi biyyaa nurraa isaan hin fageessine; warroonni qilleensi jijjiiramuun amala isaanii hin jijjiirre!.
โž› Jirtuu!, warroonni miidhama keenya irra dhuftanii, hadhaa miidhama keenyaa nu wajjiin dhandhamtan.
โž› Namoonni yaada keessa seenuu keenna hubattanii waan biraa dhabdanis, du'aa'iidhaan nu bira dhaabbattan jirtuu!.
โž› Namoonni gaggaariin, bakka gaariitti, bakka keeyriitti malee hin muldhanne jirtuu!
โž› Namoonni yaada jabaa fi hamilee guddaa onnee keessan keessatti qabattanii sossootan jirtuu!.
โž› Hordoftoonni Tafakkur jirtuu!
Baga jiraattan, ammas bakkuma jirtanitti nagaa fi tasgabbii keessa jiraadhaa!.

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Bada_jiru๐Ÿค”

โž›Jiruun tuni waa hunda xiinxalluufis dheertuun taane, waa hunda yaadachuufis gabaabduu miti. Garuu akka isiin waan hunda nuuf tahuu hin dandeenye gaafa nuuf gale, jiruun tuni baay'ee bareedduu wahiitii beektanii!

Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
@Breaking
โž› Namoonni suuriyaaa keessatti sababa kirkira lafaatiin Shahiidan, hanga ammaatti 1602 gahanii jiru..
Rabbiin isaaniif haa araaramu
#Gaafii_Sammuu

โž› Osoo si taatee kamiin dursita______?
1) Jabanaa irraa fuuta moo ?
2)Bilbila kaasta moo?
3) Daa'ima hirribaa dammaqee boohaa jiru sossobda moo?
4) Saree mana balleessaa jirtu baasta ?
https://t.me/tafak_or
๐Ÿค”Taajjabbii ๐Ÿ‘‡

โž› Dur hirriba wanti jedhamu kun salphaa ture. Akkuma ati ifaa dhaamsiteen hirribni si qabee, ifaan dhaamuu qofaan rafaa turre. Amma garuu yoo ati ifaa dhaamsite, yaanni shaamaa qabsiifatee, jalumaan sitti dhufa. Uf raffisuufis ifaajee si gaafata jechuudha!.

Follow ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Aayaat

โœ” Kirkirri lafaa,
โœ” Volcanoon,
โœ” Aduu fi baatiin jijjiiramuun,
โœ” Bishaan guddatee daangaa isaa bira dabruun,
โœ”Bubbeen hobonboleettiin,
โœ” Roobni daangaa dabruun,
โœ” duumessi dhabamuun,
โœ” Dukkanni halkanii dheerachuun, โœ” Guyyaan gabaabbachuun,
โœ” Aduu fi Jiini walitti bu'uun,
โœ” qorraa fi hoo'i hammaachuun,
โœ” Naanna'iinsi urjiidhaa fi kkf hunduu mallattoo tokkichuma fi jabeenya Rabbii keenyaa irratti nu qajeelchaniidha.
Mallattoowwan armaan olitti dabarsine hunduu :
โž› Tokkichummaa fi Rabbummaa dhugaa inni haqa godhatu nuuf ibsiti,
โž›Rabbiin uf danda'aa akka tahee fi dandeettiin isaa guddinna waa hundaa akka caaltu nuuf ibsa,
โž›Rabbiin waahila tokko malee, dhugamatti gabbaramuu haqa godhatu isa tokkicha qofa,
โž› Namni dhugaan gabbaramuu qabu isa tahuu fi wantoonni isa duubaan jiran hunduu kijiba tahuu!.
โž› Uumaan hunduu isatti hajamoodha, eennus isarraa duroomuu akka hin dandeenye nuuf ibsa.
โž› Wanti isa biraa nuuf barraahe nun hanqatu, wanti isa biratti nutti hin barraahin nun dhaqqabu.

Follow me๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
#Tumsa_Rasuulaa
โž› Dhufaa jirra warri #Tafakkur inshallah.....kitaabaa xiiqiidhaan, xiqqiidhaaf, nama xiiqa'ee beekuuf barraahe.
Barreessaan ๐Ÿ‘‡
abbaa chaanaalii #Tafakkur, abbaa kitaaba #Iccitii_dhaloota_qubee
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
#Tumsa_Rasuulaa โž› Dhufaa jirra warri #Tafakkur inshallah.....kitaabaa xiiqiidhaan, xiqqiidhaaf, nama xiiqa'ee beekuuf barraahe. Barreessaan ๐Ÿ‘‡ abbaa chaanaalii #Tafakkur, abbaa kitaaba #Iccitii_dhaloota_qubee
Kitaabni kuni :
โž› Ragaawwan gurguddoo guddinna Rasuula keenyaa ibsan 84 ol uf keessaa qaba,
โž›Karaalee Rasuulaa keenyaaf tumsuu dandeenyuun 80 ol uf keessaa qaba.
โž› Dabalataanis karaalee jaalala Rabbii fi Rasuulaatti nama geessan 100 ol uf keessaa qaba...

Follow ๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โž› Qurโ€™aana keessatti suuraan qubee saa [ุญุฑู ุงู„ุซุงุก] guutumaan guututti uf keessaa hin qabne suuraa meeqa___?
Anonymous Quiz
39%
A) Suuraa 3
27%
B) Suuraa 4
34%
C) Suuraa 16
#Mudannoo

โž› Ilmi namaa guyyaa ulfaataa; guyyaa mudannoo isaa dabree dabree dagachuu danda'a, garuu nama guyyaa sana keessa isa xiqqeesse; hamilee isaa cabse; mudannoon isaa suni isa gammachiise sana yoomuu dagachuu hin danda'u.

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โž› Yaa Allaah...karaa hedduu seennee ilaallee jirra, garuu karaan boqonnaa fi tasgabbii itti arganne karaa kankee qofa.
Yaa Rabbi karaa kankee irratti nu deebifadhu.
@tafak_or
#Nama๐Ÿ‘‡

โž› Namni yeroo hunda ajaa'ibsiifatamu/dinqisiifamu hin jiru,
โž› Namni hamma ati yaadduu oliitti guutuus hin jiru,...
โœ” hirdhuun guutamuu barbaachisu ni jira,
โœ” madaan yaalatti hajamu ni jira,
โœ”hanqinni dhokfamuu qabu ni jira,
โœ” dogoggorri dagatamuu qabus ni jira,
โœ”Mucucni irra darbamuu qabus ni jira,
โœ”qomti nama garii dhiphattee tan qoma nama badhatteetti hajamtus ni jirti,..qomti nama hundaa walqixaa miti.
๐Ÿ‘‰ Kanaafuu ati yeroo ilma namaa madaaltu akka malaa'ikaatti osoo hin taane, akka namaatti madaaluu qabda. Nama taโ€™ee kan hin dogoggorre hin jiru.

Follow me๐Ÿ‘‡
@tafak_or
‏" ูŠุง ู…ูŽู†ู’ ุชุนู„ู…ู ุงู„ุณูู‘ุฑูŽ ู…ู†ุง .. ู„ุง ุชูƒุดูู ุงู„ุณูู‘ุชุฑูŽ ุนู†ูŽู‘ุง !" โค
#Eebba
โž› Kitaabni "#Tumsa_Rasuulaa" jedhu gaafa guyyaa 26/6/2015 magaalaa Shaashamannee galma siitii paarkiitti/naannoo keellaatti...ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee bakka ulmaa'onni fi Hayyoonni gurguddoon argamanitti kan eebbifamu ta'a.
Irraan hafinaa.

โž› Barreessaan Ibraahim Eda'oo (daarektara miidiyaa Tafakkur)
Gulaaltoonni Dr. Kamaal Galatuu maammee (Muftii Oromiyaa)
Ahmed huseen Gishee

Odeeffannoo dabalataaf
+251937073695
๐Ÿ‘‡
@tafak_or
โž› "Dhibeen dawaa hin qabne dullumaa qofa" jedhan Ergamaan Aalamaa (SAW).
@tafak_or
๐Ÿ‘‰ Wallaalli dhibeedha. Dawaan isaa garuuu beektota gaafachuudha.
@tafak_or