โUmriin_isii_meeqa_beektuu_____?
Daqiiqaa 1 qofa.
Warri hawwii ilmoo qabu hundaa Rabbiin ittiin haa gahu.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or

#Mokkoramuun_Sunnaadha
โKaraan gufuu hin qabne eessayyuu nama hin geessu, yoo gufuu namatti ta'e malee.
Kanaaf mudannoo isin mudate kamuu akka hammeenyaatti osoo hin taane akka carraatti fudhaa.
@tafak_or

#Itti_hin_yaadinโ
โ"Waan Rabbiin kankeeti jedhee siif galmeesse tokko, osoo addunyaan guutuun irraa si deebisuuf si fuuldura dhaabbattellee, inni Rabbiin siif qoode suni yoomuu keetuma".

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โ #Yaadadhu ๐
Yeroo Hirribaaf gara firaasha keetii deemtu seenaa sahaabaa kanaa yaadadhu ;
"Sahaabichi kuni (Radiyallaahu Anhu) warra jannataa tahuu isaa Rasuula keenyatu (SAW) Ragaa baheef. Kan jannata badhaafames dalagaa guddoo siinqeffateen osoo hin taane, yeroo hirribaaf deemu guyyaa tokko qalbii isaa keessatti jibbaa nama tokkoo qabatee bulee hin beeku, onneen isaa jibbaa fi waanyoo namaa irraa bilisa".
#Qalbii_bilisoomte!

โขโขโข
ุงูู ูุซุฑูู ู ู ุงูุตุญุงุจุฉ ุงูุฐูู ุฑูุงูุชูู ุจุงูุฃูููุ ุณุจุนุฉ:
ูก- ุฃุจู ูุฑูุฑุฉ (ูฅูฃูงูค) ุญุฏูุซูุง.
ูข- ุนุจุฏุงููู ุจู ุนู ุฑ (ูขูฆูฃู ) ุญุฏูุซูุง.
ูฃ- ุฃูุณ ุจู ู ุงูู (ูขูขูจูฆ) ุญุฏูุซูุง.
ูค- ุนุงุฆุดุฉ ุฃู ุงูู ุคู ููู (ูขูขูกู ) ุญุฏูุซูุง.
ูฅ- ุงุจู ุนุจุงุณ (ูกูฆูฆู ) ุญุฏูุซูุง.
ูฆ- ุฌุงุจุฑ ุจู ุนุจุฏุงููู (ูกูฅูคู ) ุญุฏูุซูุง.
ูง- ุฃุจู ุณุนูุฏ ุงูุฎุฏุฑู (ูกูกูงู ) ุญุฏูุซูุง.
-------
๐๐ก๐

๐
Namtichatu intala takka ta maqaan ishee #Fitnaa jedhamtu fuudhe. Namtichi kuni mucayyoon tuni akkuma maqaa kana bareedinni ishee nama fattanuu hin oolu jechaa fuudhe. Yoo fuudhee manaan gahatu fokkinna Rabbiin malee namni tokko hin beekne kana qabdi mucayyoon. Achumaa aaree takka kabalaasee jennaan rifattee rafte.
Achumaa gurbaan meeshaa ufii walitti qabatee jalaa sokkuuf/imaluuf manaa bahe.
๐งHaaadha : Ilma koo eessaaf ganamaan baate sila hardha__?
๐ณIlma ; Ummaa hardhaan tana biyya gadi dhiisuu barbaadeeti.
๐งHaadha : Fitnaa hoo eessa goote___?
๐ณIlma : fitnaan Rafutti jirtii, nama fitnaa dammaqse Rabbiin abaaree jiraa, sanumaaf hirribarraan kaasu jedhee dhiise...๐๐
ุงููุชูุฉ ูุงุฆู ุฉ ูุนู ุงููู ู ู ุฃููุธูุง.....๐
#Halkan_gaarii
Follow me ๐

#Yaalii
โ Sahaabaan beekkamaan #Abdallaah_binu_Salaam (Radiyallaahu anhu)Yahuudaa ture. Wanti guddaan Islaamummaa tana si seensise maali jedhamee gaafatamee ture. Deebiin isaa maal ture beektuuu___โ๐
Follow mehttps://t.me/tafak_or

#Sallallaahu_Aleyhi_wasallam
โ"......
๐#Abdallaah_binu_Salaam(Radiyallaahu Anhu) yeroo waa'ee akkaataa seensa Islaamummaa isaa irraa haasawu.
Nu argachuuf๐
https://t.me/tafak_or
โ"......
Takkattima fuula isaa kabajamaa sana (Sallallaahu Aleyhi wasallam) laalee argeen, fuula nama kijibuu akka hin taane Dubbiin naaf galte...."
๐#Abdallaah_binu_Salaam(Radiyallaahu Anhu) yeroo waa'ee akkaataa seensa Islaamummaa isaa irraa haasawu.
Nu argachuuf๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
Rasuula Rabbii irratti Salawaata buusaa meee______?๐
ุฃูููู ุตู ุนูู ุณูุฏูุง ููุจููุง ู ุญู ุฏ ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู

Anonymous Poll
93%
Sallallaahu Aleyhi wasallam
78%
Sallallaahu Aleyhi wasallam
#Dhugaa_tolchee_beekaโ
โAkka ati nan ganne ni beeka...!,
โhanga fedhes karaa irraa maqu akka ati karaa kankee irratti na deebistu nin beeka!,
โ hanga fedhes sirraa fagaadhu, akka ati ufitti na deeffattu ni beeka...!,
โ hanga ani araarama sirraan barbaannee olitti dachaa akka ati dhiifama naaf gootu nin beeka....!,
โ hanga ani sitti hin dheessine caala..., akka ati tika kee keessa na oolfattu ni beeka...!,
โ Hanga ani ufin eegnee olittis...akka ati na eegdu ni beeka....!
โ ani gabricha akkanaa tahuun koo ee waa badee fokkate, ati Rabbii akkanaa tahuun kee ee waa tolee bareede...!
โJabeenyi fi qarummaanis siin malee nan baastu.
#Dhiifama_naaf_godhi๐
โ@Ibroo
Yoo sitti tole share ๐https://t.me/tafak_or
โAkka ati nan ganne ni beeka...!,
โhanga fedhes karaa irraa maqu akka ati karaa kankee irratti na deebistu nin beeka!,
โ hanga fedhes sirraa fagaadhu, akka ati ufitti na deeffattu ni beeka...!,
โ hanga ani araarama sirraan barbaannee olitti dachaa akka ati dhiifama naaf gootu nin beeka....!,
โ hanga ani sitti hin dheessine caala..., akka ati tika kee keessa na oolfattu ni beeka...!,
โ Hanga ani ufin eegnee olittis...akka ati na eegdu ni beeka....!
โ ani gabricha akkanaa tahuun koo ee waa badee fokkate, ati Rabbii akkanaa tahuun kee ee waa tolee bareede...!
โJabeenyi fi qarummaanis siin malee nan baastu.
#Dhiifama_naaf_godhi๐
โ@Ibroo
Yoo sitti tole share ๐https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Tafakkuraaa_mee!
โ Dur namni gootni baayโee jaalatamaa...., Amma maaliif adabamee hidhatti guuramaa
โ Dur kaafiraaf islaamatu waraanaan wal fixaa...., Amma islaamumatu ofumaa wal fixaa
โ Bara qabeenyi hin jirreetti barakatu baayโataa..., Bara qabeenyi lafa guutetti hattuttu baayโataa
โ Dur namni xiqqoma barateeti baayโisee hubataa..., Amma baayโise baratee hubannaa xiqqaataa.
โ Kalee namni of beeke waan gaarii hojjataa...., Amma nama uf beeketu beekkamaan jallataa
โ Bara beelli buโe baalatu lafaa dhumee...., Bara balaan buโe namatu lafaa dhumee
โ Dur dubara dhiira waliin duulte deenatu odeessaa...., Amma dhiira dubara hanqate ijumaan agarree
โBara hongeen buโeyyuu homa qaban waliin nyaatan....., Bara hongeen baโe waan qaban wal biratti nyaatan !.
โ Namni waan ati qabdu lakkaayuun si faarse....., Waan ati qabdu gaafa fixe si arrabsa
Nu hordofaaa๐

โHayyudureen tokkummaa eennu beektuu laata_?
Rasuula keenya, Rasuula Aalamaa, Sayyida Anbiyaa Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam)...
Salawaata Buusaa meee๐
ุตููุง ุนูู ุฑุณูู ุงููู {ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู }

#Qurxummii_Yaadaan_liqimsamneeeโ
โ
ูุง ุฅููฐู ุฅูุงู ุฃูุช ุณุจุญุงูู ุฅูู ููุช ู ู ุงูุธุงูู ูู.....!
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โ
"Rabbiin Nabiyyallaahi Yuunus sun keetuma, osoo Rabbii akkanaa kana qabdu qurxummiin yaadaa kamuu akka sin liqimsine...."
ูุง ุฅููฐู ุฅูุงู ุฃูุช ุณุจุญุงูู ุฅูู ููุช ู ู ุงูุธุงูู ูู.....!
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
-
"ุงููููููู ูู ููููุจูุง ุตูุงููุญูุง ููุง ููุนูุตูููู."!

#Hambaa_Beekkumsaa
โBiyya Hindiitti hayyama mootummaan alatti hantuuta ajjeesuun dhoorkaadha. Biyya keenyatti hoo laata____?
Barreessaan {Fu'aad Sulxaan}
#Oduu_Simbirtuu
Kabajamtoota hordoftoota chanaalii Tafakkur, yeroo dhihoo keessatti Kitaabni #Hambaa_Beekkumsaa jedhu kan Kitaabnis Raajiidhaa, kan barreessaan kitaabaas nama Raaju, Kitaabni kitaabota hanga ammaa Afaan Oromoon barreeffamanii gabaa irra oolan hedduu keessaa kan isaan madaalamu xiqqaatu, kitaaba beekkumsa hedduu uf keessatti hammate, kitaaba xiqqaafii guddaan irraa duroomuu hin dandeenye, wallaahi dhugaa dubbachuuf kitaaba yeroo dheeraaf itti yaadamee barraahe yeroo muraasa booda isin biraan gahuuf qophii hunda xumurree jirra.
Qopheessaan Hiriyyaa koo jaalatamaa fi kabajamaa, mucaa qacalee, lafaa dhufaa nafaa Cufaa Barataa Fu'aad Sulxaan.
Nu eegaa๐

#Kana_beektuu_laata_?
โ Biyya Hindiitti Hayyama mootummaan alatti hantuuta ajjeessun dhoorkaadha.
โAmantanii amanuu baattanii gosoonni allaattii tokko tokko kan walfuudhan cidha godhachuudhaan. Cidha irrattis misirroo fii gaggeessitoonnillee ni argaman jechuun qorattoonni damee kanaa ni himu.
Maddi kitaaba ๐#Hambaa_Beekkumsaa jedhu irraahi.
Barreessaan Fu'aad Sulxaan.
Yeroo muraasa booda ni eebbifama๐

#Maaltu_Si_boochisa____?๐ญ
โ"Guyyaa tokko osoo #Sufiyaanassowrii(Rahimahullahu) wajjiin deemutti jirru, karaa irratti kadhattuun takka itti dhuftee qarqaarsa gaafatteen. Sufiyaanis (Rahimahullaah) kiisha ufii keessa barbaadee waan kennuuf dhabnaan boo'icha eegale๐ญ. Achumaa anis "Rabbiin Rahmata ufii siif haa godhuu, garuu maal taatee bootta? " jedhee gaafadheen. Innis akkana jedhee naaf deebise :
"Yaa obboleessa koo, ilmi namaa tokko ati nama keeyrii dalagu wahii sehee yaadee sitti dhufee, waan si yaadeef sana sirraa dhabuu irra musiibaan caaltu ni jirti jettee yaaddaa๐ญ!" Mis'ar binu Kidaam nama jedhamutu akkana jedhee nuuf gabaase.
Asirraa maal barattu....๐
Nu eegaaa

#Yaada
Sagantaa #live/tamsaasa kallattiiisinii eegaluudhaaf maal yaaddan. Yoo xiqqaate torbaanitti guyyaa tokko hanga 2......
Yaada nuu kennaa mee..
Yeroo fi mataduree akkam akka barbaaddan.
Yaadaaf๐
https://t.me/tef_akkur2

Gorsa 31 barattoota kutaa 12ffa qoramaniif.....nu eegaa daqiiqaa muraasa qofa