Soomni Ramadaana 1443ffaa guyyaa boru Bitootessaa 24 jalqaba.
Saudi-arabiyaa bakka baay'eetti baatiin Ramadaanaa waan argameef guyyaan borii Ramadaana ta'uu ibsaniiru.
Sha'abaanni guyyaa 29 tti kan dhume yoo tahu Soomni Ramadaanaa Hijraa 1443 galgala ha'aa tahuun beekamee jira.
Raamadaanni, Raamadaana Milkii akka isiniif tahu hawwa!
baga geessan jenna!
@tafak_or
@https://t.me/tafak_or

#Ramadaana1
✍Baatiin Ramadaanaa :
➛ Baatii kokkeen teenya keessa dheebottu, garuu qalbiin teenya dheebuu baatu.
➛ Baatii mar'imaan keenya keessa qullaa ta'u, garuu lubbuun teenya keessa tasgabbii argattu.
➛ Baatii qaamni keenya keessa laafu, garuu Iimaanni keenya keessa jabaatu.
➛ Baatii oliigadi deemuun keessa xiqqaatu, garuu Aqiidaan teenya keessa jabaattu.
Join👉@tafak_or

#Sooma_maaliin_faxxarte? Jettee nama hin gaafatin.
➛Hiriyyaan kankee kun takkaa nyaanni isaa kan maqaa hin qabne/nyaata miskiinaa wahii ta’ee dhugaa jirtu sitti himee..., keessi isaa garuu ni miidhama.
➛ takkaa waan hin nyaanne wahii nyaadhe siin jedhee kijibee dilii/badii keessa seenaa.
➛ Carraan inni qabu takkaa dhugaa sitti himuu, takkaa si kijibuudha. Kanaafuu dogoggoratti nama hin gatina.

✍Namni lama biyya keenya keessatti nama rafee jiru sodaatan .isaanis:
➛ Hattuu fi
➛Mootummaa
Hattuunis ammaa natti dammaqan osoo jettee hollattu, waan gootu gooti.
Mootummaanis ummatni rafe kun osoo natti dammaqe silaa halka takka algaa irra nan bulchu...., yoomuma laata!? Jechaa jiraata.

✍Dawaan Qalbii waa shan (5) (jedhe Hayyuun tokko) :
➛ #1ffaa : Qur’aana hubannaan qara'uudha.
➛ #2ffaa : Garaan qullaa ta'uudha (Soomana soomuu).
➛ #3ffaa : Dhaabbata halkanii ( Salaata Leylii ).
➛ #4ffaa : Yeroo obboroo/Suhuuraa sana Rabbitti warwaachuu.
➛ #5ffaa : Namoota gaggaarii wajjiin jiraachuu.

#Soomni_sadarkaa_hanganaa_qaba.
➛ " Soomni kiyya, ana qofatu galata isaa beeka" jedhee Rabbiin ufitti irkise.
➛ Galanni/ Ajriin nama sooma qabuu daangaa hin qabu.
➛ Du'aaiin nama sooma afaanii qabuu awwatamtu malee gadin deebifamtu.
➛ Namni sooma oole gammachuu lama qaba :
Gammachuu yeroo sooma furuu fi gammachuu yeroo Rabbiin walgahuuti.
➛ Soomni guyyaa qiyaamaa manguddummaa/Shafaa'aa namaaf dhaabata.
➛ Fooliin afaan nama soomaan ooleeti bahu sun Rabbiin biratti shittoo caala urgaa'a.
➛ Soomni ibidda jahannam irraa wantee namaaf ta'a.
➛ Namni karaa Rabbii keessatti /imala keessatti guyyaa takka soome, Rabbiin fuula isaa waggaa 70 ibidda jahannam irraa fageessa.
➛ Jannata keessa balbala "#Rayyaan"(dheebu_baaftuu) jedhamtutu jira...yoo warri duniyaa tanarratti soomaa ture balbala tanaan soome...namoota birootti balballi tun deebitee cufamti.
Share👉https://t.me/tafak_orhttps://t.me/tafak_or

➛Marxifadhaa!....#keessummaan _keessan_ariifataa_jiraa!
➾Qur’aanaa qara’uu heddummeessa,
➾ Sujuuda keessan dheeressaa,
➾ Sunnaa heddummeessaa,
➾ Hanqinna keessan guutadhaa,
➾Du'aa'ii keessan/warwaannaa keessan jabeessaa,
➾ Ramadaana jiruu qalbii teessanii godhadhaa!.
#Rabbiin_dalagaa_teessan_isinirraa_haa_jaalatu.
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻

➾ Namni soomu gammachuu lama (2) qaba :
➾#Gammachuu_Duniyaa : Tuni gammachuu wayta waan asiin dura barataniitti (nyaataa fi dhugaatii) deebi'an...ykn yeroo sooma hiikan.
➾ #Gammachuu_Aakiraa : Yeroo firii ifaajee isaa Aakiratti argataniidha.
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻◼⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻

Ramadaana keessa yeroo meeqa Qur’aana #kattamuu/buusuu barbaadda______!?
➾ Yeroo 1 qofa buusuu yoo barbaadde guyyaatti fuula #20 qara’uu qabda.
➾Yeroo 2 buusuu/kattamuu yoo barbaadde, guyyaatti fuula #40 qara’uu qabda.
➾ Yeroo 3 buusuu/kattamuu yoo barbaadde guyyatti fuula #60 qara’uu qabda.
➾ Yeroo 4 kattamuu yoo barbaadde, guyyaatti fuula #80 qara’uu qabda.
➾ yeroo 5 kattamuu/buusuu yoo barbaadde guyyatti fuula #100 qara’uu qabda.
Hammuma ati fuula #20 dabalaa deemtuun, kattamiins keetis dabalaa deema.
Join👉@tafak_or
@tafak_or
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Jiruu
➾ Abbaa #gamoo darbii hedduu taatee jireenyi garmalee sitti dhiphachuu danda'a..., Alwaada/kushiinaa keessa jiraatte qomti kankee baldhatuu danda'a.
➾Osoo Obboleewwan meeqa qabdu adda kankee jiraachuu ni dandeessa...., Obboleewwan malee dhalattee, obbolaa hedduun marfamuu dandeessa.
➾Hundaafuu alhamdulillaah jechuu hin dagatin.
Join👉#tafak_or

#Seequun_Sooma_cabsaa_laata😁______!?
➾Warra baatii Ramadaanaa kana keessaa fuula namatti guuruun.😔.., seequun soomana nama jalaa hin balleessuu seeqadhu!😁 jedhaanii!.
#Seeqachuun_sunnaadha!

#Irkoon_kiyya_sima
➾Akka ati nan daganne tolchee beeka,
"أعلمُ أنك لن تتركني
➾Akka tikaa fi tiksee kee keessa jirus inuma beeka,
وأنني في عنايتكَ
➾Hammuma ani karaa irraa maquun simatu karaa irratti na deebisa,
➾hamma fedhes sirraa fagaadhu, akka ati ufitti na deebistu inuma beeka!,
➾ Hamma ani Araarama sin gaafanne ati irraa naaf dabarta (ni beeka),
وأعلمُ أنك تسامحني أكثر مما أستغفرُ
➾ Hanga ani sitti dheessu caalaa ati na eegda (ni beeka ),
وتحرسني أكثر مما ألجأُ
➾Hamma ani uf eegu caalaa situ na eega (kanas tolchee beeka),
وتحميني أكثر مما أحذرُ
➾Hamma ani ajaja kankee ani hin fudhanne, ati na jaalatta (kanas beeka!)
✍Ni beeka...!,....hundaa ni beeka, yoom naa galuu dhabe Rabbii kiyya.
وأعلمُ أنني بئس العبدُ
وأنكَ نِعم الرّب
➾ Ani gabricha kee ta’uun kiyya waa hammaatee, waa fokkate..., Garuu ati Rabbii kiyya ta'uun waa tolee, waa bareede.
ولا حول ولا قوة إلا بكَ" ❤️
➾Qaroominaa fi dandeettiin kiyya si malee akka nan baafne reef naa galte.
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻---⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻-------⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻

#Galatoomaa
➾Yeroo keeyrii takka namaaf ooltu, niyyaa Qulqulluudhaan namaaf dalagi...., Why____?
akka jiruu tantee guutuu dheebuu galata namaatiin hin duuneef jecha. (Abbaan ebaluu tokko, anii waan guddaa ta'eefii, galatoomi mallee naan hin jenne...🤭)

#Taraawiha
➾ "Namni dhaabbata halkanii dheeresse, Rabbiin dhaabbii guyyaa qiyaamaa sana isaaf laaffisa...."
مَن أطال قيام اللَّيل؛ هَوَّن الله عليه وقوفَ يوم القيامة.
👉Imaamul-Owzaa'ii irraa.
- الإمام #الأوزاعي
Join👇

➾#Ati_warra_Taraawiha_xiqqoma_irraa_tuqatee_manatti_galu_san_keessa_jirtaa!?
✍هل أنت من الذين يصلون بعض التراويح ثم يخرجون؟
Warra san keessa yoo jiraatte, Mee hadisa armaan gadii kana dubbisi👇👇;
"من قام مع إمامه حتى ينصرف كتب له قيام ليلة"
➾ "Namni Imaama wajjiin hanga inni salaama baafattutti wajjiin dhasbate (Taraawiha guutuu salaate) akka nama halkan guutuu dhaabateetti isaaf barreeffama....".

___
اللَّهُمَ إن أيام رمضان تمضي سريعة ... فاجعل لنا فيها نصيباً من الرحمة ، و المغفرة ، و العتق من النار ...اللهٌم بدّل أقدارنا إلى أجملهَا فإنك القادِر الذيّ لا يعجزهُ شيءّ..🌙
____

#Kana_beektuu_laata?
➾Nabiyyoota/Ergamoota shan (Aleyhimussalaam) warroota Rabbiin osoo isaan hin dhalatin dura maqaa isaaniif moggaase. Isaanis:
1ffaa : Muhammadiin Ahmed jedhee maqaa isaa Qur’aana keessatti Rabbiin dhahe :
وَمُبَشِّرًا بِرَسُولٍ يَأْتِي مِنْ بَعْدِي اسْمُهُ #أَحْمَدُ ۖ فَلَمَّا جَاءَهُمْ بِالْبَيِّنَاتِ قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُبِينٌ.
2ffaa : Nabiyyallaahi #Yahyaa ilma Zakariyyaa (Aleyhissalaam) :
يَا زَكَرِيَّا إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ اسْمُهُ يَحْيَىٰ لَمْ نَجْعَلْ لَهُ مِنْ قَبْلُ سَمِيًّا.
3ffaa :Nabiyyallaahi Iisaa ibnu Maryam (Aleyhissalaam) ;
إِذْ قَالَتِ الْمَلَائِكَةُ يَا مَرْيَمُ إِنَّ اللَّهَ يُبَشِّرُكِ بِكَلِمَةٍ مِنْهُ اسْمُهُ الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ وَجِيهًا فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ وَمِنَ الْمُقَرَّبِينَ
4ffaa : Nabiyyallaahi #Ishaaq (Aleyhissalaam ) :
وَامْرَأَتُهُ قَائِمَةٌ فَضَحِكَتْ فَبَشَّرْنَاهَا بِإِسْحَاقَ وَمِنْ وَرَاءِ إِسْحَاقَ يَعْقُوبَ.
5fffaa : Ilma Nabiyyallaahi Ishaaq kan ta’e, Nabiyyallaahi #Yaaquub (Aleyhissalaam) :

Join👉 https://t.me/tafak_or
➾Nabiyyoota/Ergamoota shan (Aleyhimussalaam) warroota Rabbiin osoo isaan hin dhalatin dura maqaa isaaniif moggaase. Isaanis:
1ffaa : Muhammadiin Ahmed jedhee maqaa isaa Qur’aana keessatti Rabbiin dhahe :
وَمُبَشِّرًا بِرَسُولٍ يَأْتِي مِنْ بَعْدِي اسْمُهُ #أَحْمَدُ ۖ فَلَمَّا جَاءَهُمْ بِالْبَيِّنَاتِ قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُبِينٌ.
2ffaa : Nabiyyallaahi #Yahyaa ilma Zakariyyaa (Aleyhissalaam) :
يَا زَكَرِيَّا إِنَّا نُبَشِّرُكَ بِغُلَامٍ اسْمُهُ يَحْيَىٰ لَمْ نَجْعَلْ لَهُ مِنْ قَبْلُ سَمِيًّا.
3ffaa :Nabiyyallaahi Iisaa ibnu Maryam (Aleyhissalaam) ;
إِذْ قَالَتِ الْمَلَائِكَةُ يَا مَرْيَمُ إِنَّ اللَّهَ يُبَشِّرُكِ بِكَلِمَةٍ مِنْهُ اسْمُهُ الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ وَجِيهًا فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ وَمِنَ الْمُقَرَّبِينَ
4ffaa : Nabiyyallaahi #Ishaaq (Aleyhissalaam ) :
وَامْرَأَتُهُ قَائِمَةٌ فَضَحِكَتْ فَبَشَّرْنَاهَا بِإِسْحَاقَ وَمِنْ وَرَاءِ إِسْحَاقَ يَعْقُوبَ.
5fffaa : Ilma Nabiyyallaahi Ishaaq kan ta’e, Nabiyyallaahi #Yaaquub (Aleyhissalaam) :
وَامْرَأَتُهُ قَائِمَةٌ فَضَحِكَتْ فَبَشَّرْنَاهَا بِإِسْحَاقَ وَمِنْ وَرَاءِ إِسْحَاقَ يَعْقُوبَ.
Join👉 https://t.me/tafak_or
Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Rabbiif_moo____?
➾Wanti ati ulfaataadha jettee yaaddu, Rabbiin biratti laafaadha.
➾Wanti ati guddaadha jettee yaaddu, Rabbiin biratti xiqqaadha.
➾Wanti ati hin danda'amu jettee yaaddu (Impossible ) hundi, Rabbii keenya irratti laafaadha.

➾ Ijoollee keenya akkamitti Soomana irratti gudisuu dandeenya_____?
❶~ Jaalalleen keessan (SAW) bar soomaa turee...jedhiin.
❷~ "Nullee yeroo akka keessan kana ijoollee turre, soomaa turree bar"...jechaa jajjabeessuu qabda.
❸~ Yeroo isaan beelayanii waa nyaachuuf yaalan "Amshir faxxaruu" geettee jedhanii jajjabeessuu.
❹~ Ajrii soomaa isaaniif himuudha.
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻

#Afaan_kabajamaa
➾ Afaan Aduwwii leellisuu dhiisnee, afaan kabajaa, Afaan jaalalaa, Afaan Qur’aanni kabajamaan ittiin buufame, Afaan Rabbiin Qur’aana keessatti isaa faarsi dubbachuu fi guddisuu haa yaalluu.
✍Rabbiin Qur’aana keessatti bakka heddutti Afaan Arabiffaa kana faarsee jira :
"بلسان عربي مبين"
"إنا أنزلناه قرءانا عربيا"
"إنا جعلناه قرءانا عربيا"
"وكذلك أنزلناه حكما عربيا"
"وهذا لسان عربي مبين"
"وكذلك أنزلناه قرءانا عربيا"
"قرءانا عربيا غير ذي عوج"
"كتاب فصلت آياته قرءانا عربيا"
"وهذا كتاب مصدق لسانا عربيا"