#Seenaa_haa_hojjannuu____!
Seenaa ilaalchisee ilmi namaa gosa saditu(3) jira;
โffaa; Namoota seena Dubbisan/#History_Readers.
โffaa; Namoota seenaa Barreessan/#History_Writers.
โffaa; Namoota seenaa hojjatan/#History_Makers.
โฌ Hunduu gaariidha. Yoo seenaa dubbiste gara seenaa barreessuu fi hubachuutti guddatta. Garuu seenaa hojjachuun waa hundaa caala.
Join๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Mowlid๐ซ
โฌAkkauma beekkamu guyyoota muraasa booda Ayyaanni mowlida jedhamu Baatii Rabi'alawwal keessa gaafa guyyaa 12 namoota tokko tokkoo fi biyyoota tokko tokko keessatti ni kabajama, nutis waa'ee Ayyaana kanaa ilaalchisee ibsa gabaabaa fi gahaa taโe isiniif qooheessinee jirra...nu hordofaan dhaamsa keenya.
#Kutaa_1ffaa #Madda_Ayyaana_mowlidaa jedha.
Kutaan kun boqonnaa gaggabaaboo hedduu jalatti qabata;
1ffaa; Biyyoota yeroo jalqabaatiif Ayyaana kana kabajaa turan.
2ffaa; Mootummoota keessaa namoonni ayyaana kana kabajan jiruu ?
3ffaa; Ibsa gabaabaa waa'ee mootummaa "The Fatimid's" ุงููุงุทู ููู jedhamuun walqabatee.
4ffaa; Hayyoonni Islaamaa waa'ee mowlidaan walqabatee maal jedhu laata ?
5ffaa; Ragaa ifagalaa Ayyaanni kuni baqqa'uu dhabuun walqabatee.
6ffaa; Gaafiilee tokko tokko warroota Ayyaana kana Ayyaanteffataniif.
7ffaa; Dhiibbaa inni Amantii Islaamaa keessatti qabu.
By #Abulmansuur
#Itti_fufa

#Yaa_Rabbi!
Rabbiin qalbii Qulqulluu beeka, sagalee dhokattuu dhaga'a, yoo ati #Yaa_Rabbi jette;
โYookaa yaamsa kee siif awwaata.
โTakkaa balaa ati hin beekne sirraa qolata.
โYookaa bakka hin beeknetti mindaa gaariidhaan galmoofta.
ุฅู ุงููู ูุนูู ุงูููุจ ุงูููููุ ููุณู ุน ุงูุตูุช ุงูุฎูููุ ูุฅุฐุง ููุช: ูุงุฑุจ.. ูุฅู ุง ุฃู ููุจู ูู ุงููุฏุงุกุ ุฃู ูุฏูุน ุนูู ุงูุจูุงุกุ ุฃู ููุชุจ ูู ุฃุฌุฑูุง ูู ุงูุฎูุงุก .

#Obsa_Gaarii
โฌ#Obsa_gaarii_horadhu!...Barnoonni ati hardha barattu kun boru/fuulduratti si fayyaduu danda'aa maaltu beeka...!
ูู ุตุจูุฑุงู ุ ุงูุฏุฑูุณ ุงูุชู ุชุชุนูู ูุง ุงูููู
ุณุชููุฏู ุบุฏุงู..!
#Be_patient, the lessons you learn today It will help you tomorrow..
join๐

#No_Mowlid
1ffaa;Bid'aan #Ayyaana_Mowlidaa_tuni_eessaa_maddite ?
Namoonni yeroo jalqabaatiif Ayyaana mowlidaa kana kabajuu eegalan Mushriktoota #Ubeydiyyoota/Faaximiyyoota jedhamantu, A.L.Hijraatti jaarraa 3ffaa irraa eegalanii/waggaa 350 booda, biyya masrii fi biyyoottan biroo keessattis ayyaana mowlidaa fi ayyaanota biroos kabajaa turaniiru.
โก๏ธKaayyoo ummanni kun Ayyaana kana eegalaniif keessaa inni ijoon;
โUmmata Nasaaraatti hidhachuudhaaf.
โAqiidaa Islaamaa bareedduu tana dachee tanarraa dhabamsiisuudhaa fi
โIslaamummaa waan jedhamu kana dhama osoo hin taane maqaa qofa gochuudhaaf.
โffaa;#Faaximiyyoonni_kun_ummata akkam ? #Hortee_kam ? #Adeemsa_Akkam_Irra_turan ?
Jaarraa 3ffaa keessa ykn tilmaamaan gadaa bulchiinsa Abbaasiyyootaa keessa firqaan/Gareen Shii'aa baaxiniyyaa jedhamtu addatti citanii mootummaa addaa hundeeffatanii turan.
โณUmmanni kun mootummaa isaanii #faaximiyyoota/The Fatimid's jedhanii kijibaan faaximaa intala Rasuulaatiin uf moggaafatan.
โณFaaximiyyoonni ummata keessa isaaniitti kufrii fi munaaafiqummaa dhokfatee, jaalala Ahla-beytii gubbaadhaan muldhifatuudha.
Itti_fufa...
Share๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
1ffaa;Bid'aan #Ayyaana_Mowlidaa_tuni_eessaa_maddite ?
Namoonni yeroo jalqabaatiif Ayyaana mowlidaa kana kabajuu eegalan Mushriktoota #Ubeydiyyoota/Faaximiyyoota jedhamantu, A.L.Hijraatti jaarraa 3ffaa irraa eegalanii/waggaa 350 booda, biyya masrii fi biyyoottan biroo keessattis ayyaana mowlidaa fi ayyaanota biroos kabajaa turaniiru.
โก๏ธKaayyoo ummanni kun Ayyaana kana eegalaniif keessaa inni ijoon;
โUmmata Nasaaraatti hidhachuudhaaf.
โAqiidaa Islaamaa bareedduu tana dachee tanarraa dhabamsiisuudhaa fi
โIslaamummaa waan jedhamu kana dhama osoo hin taane maqaa qofa gochuudhaaf.
โffaa;#Faaximiyyoonni_kun_ummata akkam ? #Hortee_kam ? #Adeemsa_Akkam_Irra_turan ?
Jaarraa 3ffaa keessa ykn tilmaamaan gadaa bulchiinsa Abbaasiyyootaa keessa firqaan/Gareen Shii'aa baaxiniyyaa jedhamtu addatti citanii mootummaa addaa hundeeffatanii turan.
โณUmmanni kun mootummaa isaanii #faaximiyyoota/The Fatimid's jedhanii kijibaan faaximaa intala Rasuulaatiin uf moggaafatan.
โณFaaximiyyoonni ummata keessa isaaniitti kufrii fi munaaafiqummaa dhokfatee, jaalala Ahla-beytii gubbaadhaan muldhifatuudha.
Itti_fufa...
Share๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Waan_hiree_teetii_yoomuu_hin_dhabdu!
"ู ุง ูุงุชููู ูู ููุฎูู ููู
ูู ุง ุฎููููู ููู ูู ูููุชูู "๐น๐
โWhat you missed was not created for you
And what was created for you will not be missed. โ"
Join๐@tafak_or

#Keennumatu_walfixe
โฌNabi yuusuf (AS) eelatti/boollatti gatamuun isatti hin dhagaโamne ture,...garuu wanti Dhugamatti isa quuqe yoo jiraate namni boollatti isa gate sun obboloota isaa ta'uudha.
ููู ู ููุคููู ููุณู ุงููู ูุฏ ุฑูู ููู ูู ุงูุจูุฆุฑ
ุจู ู ุง ุขูู ูู ุจูุญูุุฃูู ู ู ุฑูู ุงู ูุงูู ุฅุฎููุชู.
#Halkan_gaarii.
Join๐ @tafak_or

#Ergaa_guddoodha
Matadureen
Buยดaa ceยดii milkeessuu jetti.
*****************
Yoo irratti cichite
Kaayyoo kankee qabattee
Yoo mulยดata qabaattee
gahee kankee taphattee
Yoo duubatti hin ilaalle
Iddoowwan itti kufte
Garuu yoo hin irraanfaanne
Akka taatee as dhufte
Yoo ilaaluu dhabaatte
Gidiraaf shira namaa
Yoo barnoota irraa barte
Hammeenya nama hamaa
Yoo duubatti sin deebifne
Kaยดumsi galma hin qabne
Yoo si kiffisuu baatan
Jechoonni dhama hin qabne
Yoo galaanni danbaliin
Hunduu kan sinfudhannee
Yoo galma kankee kalee
Tasatti hin dagannee
****
**** Kuftee hin kuftuu beeki
Ni milkoofta gaaf tokkoo
Kanaaf fuuldura laali
Galma hin dhooggituu rakkoon
Gaaf tokko laaluuf jirta
Tabba dheeraarra baatee
Harka hin kennin rakkoof
Woma feetes yoo taatee
#Haganaaf_naga
By Ahmed huseen
Share๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Matadureen
Buยดaa ceยดii milkeessuu jetti.
*****************
Yoo irratti cichite
Kaayyoo kankee qabattee
Yoo mulยดata qabaattee
gahee kankee taphattee
Yoo duubatti hin ilaalle
Iddoowwan itti kufte
Garuu yoo hin irraanfaanne
Akka taatee as dhufte
Yoo ilaaluu dhabaatte
Gidiraaf shira namaa
Yoo barnoota irraa barte
Hammeenya nama hamaa
Yoo duubatti sin deebifne
Kaยดumsi galma hin qabne
Yoo si kiffisuu baatan
Jechoonni dhama hin qabne
Yoo galaanni danbaliin
Hunduu kan sinfudhannee
Yoo galma kankee kalee
Tasatti hin dagannee
****
**** Kuftee hin kuftuu beeki
Ni milkoofta gaaf tokkoo
Kanaaf fuuldura laali
Galma hin dhooggituu rakkoon
Gaaf tokko laaluuf jirta
Tabba dheeraarra baatee
Harka hin kennin rakkoof
Woma feetes yoo taatee
#Haganaaf_naga
By Ahmed huseen
Share๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โโQORMAANNI KUTAA 8FFAA GADDII LAKKIFAMEERRAA !
Oromia Education office has revealed the pass point of 8th graders.
Oromia Education office has announced that it was given to 482,613th grade students in 2013
469,882 of these students have passed through grade 9 since they got pass points.
12,731 (2.6 %) students have announced their release without getting the passing point.
In this way, the offices in high school have announced that taking the points of students from Telegram and the website of Oromia education will reach all students and their records quickly.
Guyyaa 14/01/2014 qabxiin darbiinsa kutaa 8ffaa bara 2013 ifoomeeraa biro barnoota Oromiyaa barattoota kutaa 8ffaa barattoota 482,613 ra 2013tti qorumsa naannoo (Regional Assessment) kennee man keessaas barattoonni 469,882 (97.4%) qabxii darbinsa fiduun gara kutan 9ffantti darbaniru. barattoonni 12731 (2.6%) immoo qabxii darbiinsaa otto hingalmeessiin hafanii jiru.
@Free_Education_Ethiopia

#Dubartiin_warshaa_hayyootaa
โฌ#Imaamul_Bukaarii(Rahimahullaah) haadhatu leenjisee guddise.
โุงูุจุฎุงุฑู ุฑุจุชู ุฃู ู
โImaamu #Shaafi'ii(Rahimahullaah) haadha isaattu akkasitti guddise.
โุงูุดุงูุนู ุฑุจุชู ุฃู ู
โImaamu #Ahmed_binu_hanbal(Rahimahullaah) haadhatu leenjisee baase.
โุฃุญู ุฏ ุจู ุญูุจู ุฑุจุชู ุฃู ู
โImam #Haafiz_binu_Hajar(Rahimahullaah) obboleettii isaattu guddisee bakkaan gahe.
โุงูุญุงูุธ ุจู ุญุฌุฑ ุฑุจุชู ุฃุฎุชู
โSheykhul_Islaam #Ibnu_Teymiyaa(Rahimahullaah) haati isaa Teymiyaa jedhamti, Da'awaa fi gorsa gaarii namaa dabarsuun beekkamti. Isitti irkifamee isheedhaan beekkames.
โุงุจู ุชูู ูุฉ ูุงูุช ุงู ู ุชุณู ู ุชูู ูุฉ ุู ูุงูุช ูุงุนุธุฉ ุูููุณุจ ุฅูููุง ู ุนูุฑู ุจูุง.
โฌDubartoonni warshaa hayyootaati, yoo dubartiin tolte manaa fi ala keenyatu tola.
ุงููุณุงุก ู ุตุงูุน ุงูุฑุฌุงู ูุฅุฐุง ุตูุญุช ุงูู ุฑุฃุฉ ุตููุญ ุงูุจูุช ู ุงูู ุฌุชู ุน
#Dubartoota_musliimaa_hunda_Rabbiin_haa_tolchu.
#ุงููููู _ุฃุตูุญ_ูุณุงุก_ุงูู ุณูู ูู.

#Nuti_hoo_eessa_jirra_laaata!?
Abii_Hureyraa(#Radiyallaahu_Anhu) guyyaa tokko isaa boohu arkanii akkana jedhaniiin;
Yaa#Abbaa_Hureyraa!...Duniyaaf_jecha_boosa_moo!?
ูุง ุฃุจุง ููุฑูุฑุฉ.. ุฃุชุจูู ุนูู ุงูุฏููููุง!
โโโโโโโโโ
- ูุง ูุงูููุ ุฏูููุงูู ูุฐูู ูุง ุชูุจููููุ
โฌLakkaa Rabbii kiyyatti kakadhee, #Duniyaan_teesan_tun_nan_boobchistu..!
ุฅูููู ุง ุฃุจูู ู ููู ุซููููู ุงูุญูู ูููุ
โWanti ani booheef ulfaatinna ba'aatiif
ูุณูุก ุงูุฑููู ุ
โHammeenya hiriyyaatiif,
ููู ููู ููููุฉู ุงูุฒููุงุฏ ุ
โXiqqeenya siinqii/dhalee tiyyaa fi,
ููุจุนุฏู ุงูุทููุฑูู..
โFageenya karaa koottu na boochise malee duniyaa teessanii miti.
ุฃุจูู ุฎูููุง ู ูู ุฃู ุฃุณููุท ููู ุงูููุงู ุฉ ู ูู ุนูู ุงูุตุฑุงุท ููุง ุฃุฏุฎูู ุงูุฌูููุฉ..
โGuyyaa qiyaamaa Siraaxa gubbaa jahannamiin keessatti kufee way seensa jannataa dhabaa isa jedhutu na boochisa๐ญmalee,#yoom_duniyaa_taate.
ููุฏูุฏุชู ุฃูููู ููู ุฃูุฎูู.
#Osoo_dhalachuu_baadhee jedhee hawwee dadhabe.
(#Radiyallaahu_Anhu_Wardaah)
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Yoo Sahaabaan Rasuulaa(SAW) akkanatti Azaaba sodaaf boohu Anaa fi ati hoo...๐ญ?
Join๐@tafak_or/https://t.me/tafak_or
Abii_Hureyraa(#Radiyallaahu_Anhu) guyyaa tokko isaa boohu arkanii akkana jedhaniiin;
Yaa#Abbaa_Hureyraa!...Duniyaaf_jecha_boosa_moo!?
ูุง ุฃุจุง ููุฑูุฑุฉ.. ุฃุชุจูู ุนูู ุงูุฏููููุง!
โโโโโโโโโ
- ูุง ูุงูููุ ุฏูููุงูู ูุฐูู ูุง ุชูุจููููุ
โฌLakkaa Rabbii kiyyatti kakadhee, #Duniyaan_teesan_tun_nan_boobchistu..!
ุฅูููู ุง ุฃุจูู ู ููู ุซููููู ุงูุญูู ูููุ
โWanti ani booheef ulfaatinna ba'aatiif
ูุณูุก ุงูุฑููู ุ
โHammeenya hiriyyaatiif,
ููู ููู ููููุฉู ุงูุฒููุงุฏ ุ
โXiqqeenya siinqii/dhalee tiyyaa fi,
ููุจุนุฏู ุงูุทููุฑูู..
โFageenya karaa koottu na boochise malee duniyaa teessanii miti.
ุฃุจูู ุฎูููุง ู ูู ุฃู ุฃุณููุท ููู ุงูููุงู ุฉ ู ูู ุนูู ุงูุตุฑุงุท ููุง ุฃุฏุฎูู ุงูุฌูููุฉ..
โGuyyaa qiyaamaa Siraaxa gubbaa jahannamiin keessatti kufee way seensa jannataa dhabaa isa jedhutu na boochisa๐ญmalee,#yoom_duniyaa_taate.
ููุฏูุฏุชู ุฃูููู ููู ุฃูุฎูู.
#Osoo_dhalachuu_baadhee jedhee hawwee dadhabe.
(#Radiyallaahu_Anhu_Wardaah)
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Yoo Sahaabaan Rasuulaa(SAW) akkanatti Azaaba sodaaf boohu Anaa fi ati hoo...๐ญ?
Join๐@tafak_or/https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Waldhaansoo
ุฎูููุง ูููุถุงู.....ูู ูุฎูู ุนุจุซุงู๐โค๏ธ
We were created for struggle.....we were not created in vain.
Qabsoodhaaf uumamne...bilaasha/taphaaf hin uumamne.

#Salaata_Subhii.
โErga Rabbiitii wantoota tokko tokko akka nuti salaata Subhii yeroo isaa kabajnee salaannuufnu qarqaaran keessaa;
โโโโโโโโโโ
โ ุงูููู ู ุจูุฑุงู.
โYeroodhaan Rafuu.
โ ุงุณุชุฎุฏุงู ุงูู ูุจู.
โ#Alaarmii fayyadamuu.
โ ูุฑุงุกุฉ ุขูุฉ ุงููุฑุณู.
โ#Aayatal-Kursiyyii qaraโuu.
โ ุฃู ุชูุงู ุนูู ูุถูุก.
โWuduu'a godhattee wuduu'aan Rafuu.
โ ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุดุฑุจ ุงูู ุงุก ูุจู ุงูููู (ุญุชู ุชุถุทุฑ ููุงุณุชููุงุธ ูููุง ).
โHirribaan duratti Bishaan heddummeessitee dhuguu...(halkan dammaquuf si dhiiba).
โ ุฃู ุชุญุงูุธ ุนูู ุฃุฐูุงุฑ ู ุง ูุจู ุงูููู ูุงูุชุณุจูุญ ููุญูู.
โZikriilee Hirriba dura jedhamanitti/Qara'amanitti fayyadamuu. Fkn; Tasbiihaa fi kkf.
โ ุฃู ุชูุงู ูุฃูุช ุตุงุฏู ุงูููุฉ ูู ุงูุนุฒู ุนูู ุฃุฏุงุก ุตูุงุฉ ุงููุฌุฑ ูู ููุชูุง.
โNiyyaa Qulqulluu ijjannoo "Salaata fajriidhaa yeroo isaa kabajee salaata"jettuun rafuu.
Share๐@tafak_or/https://t.me/tafak_or
โErga Rabbiitii wantoota tokko tokko akka nuti salaata Subhii yeroo isaa kabajnee salaannuufnu qarqaaran keessaa;
โโโโโโโโโโ
โ ุงูููู ู ุจูุฑุงู.
โYeroodhaan Rafuu.
โ ุงุณุชุฎุฏุงู ุงูู ูุจู.
โ#Alaarmii fayyadamuu.
โ ูุฑุงุกุฉ ุขูุฉ ุงููุฑุณู.
โ#Aayatal-Kursiyyii qaraโuu.
โ ุฃู ุชูุงู ุนูู ูุถูุก.
โWuduu'a godhattee wuduu'aan Rafuu.
โ ุงูุฅูุซุงุฑ ู ู ุดุฑุจ ุงูู ุงุก ูุจู ุงูููู (ุญุชู ุชุถุทุฑ ููุงุณุชููุงุธ ูููุง ).
โHirribaan duratti Bishaan heddummeessitee dhuguu...(halkan dammaquuf si dhiiba).
โ ุฃู ุชุญุงูุธ ุนูู ุฃุฐูุงุฑ ู ุง ูุจู ุงูููู ูุงูุชุณุจูุญ ููุญูู.
โZikriilee Hirriba dura jedhamanitti/Qara'amanitti fayyadamuu. Fkn; Tasbiihaa fi kkf.
โ ุฃู ุชูุงู ูุฃูุช ุตุงุฏู ุงูููุฉ ูู ุงูุนุฒู ุนูู ุฃุฏุงุก ุตูุงุฉ ุงููุฌุฑ ูู ููุชูุง.
โNiyyaa Qulqulluu ijjannoo "Salaata fajriidhaa yeroo isaa kabajee salaata"jettuun rafuu.
Share๐@tafak_or/https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Jireenya
โฌJireenyi tuni seera ittiin bulmaataa lama qabdi;
โุงูุญูุงุฉ ููุง ูุงุนุฏุชุงู :
โโโโ
#1ffaan; Yoomuu harka hin kennatin jedha.
ุงูุฃููู ูุง ุชุณุชุณูู ุฃุจุฏูุงุ
#2ffaan; Seera tokkoffaa sana yoomuu hin dagatin jedha.
ูุงูุซุงููุฉ ุชุฐูุฑูุง ุฏุงุฆู ูุง ุงููุงุนุฏุฉ ุงูุฃูููโ.๐ผ
#Halkan_Gaarii.
Join๐@tafak_or/@tafak_or

#Ambulance ๐๐
Akka addunyaatti #Ambulance yeroo jalqabaaf hojjatamee itti fayyadamamaa ture isa kana.
Join Us๐@tafak_or

#Aariin_janntarraa_nama_fageessiti.
๐ธ ูุงูู ุฑูุณูููู ุงูููฐููู ๏ทบ :
Rasuulli Rabbii (๏ทบ) akkana jedhan;
โชโชโชโชโชโชโชโชโชโชโชโชโชโชโชโช
ยซ ูุง ุชูุบุถุจูุ ููููู ุงูุฌูููุฉู ยป.
๐"Hin Aarin/hin dallanin jannatatu siif jiraa..."
๐ ุตุญูุญู ุงูุฌุงู ุน ูงูฃูงูคโข
#Sahiihul_jaami'iin fuula 7374 ilaalaa.
Join ๐@tafak_or

#Zikrii_galgalaa
#ุฃุฐูุงุฑ_ุงูู ุณุงุก
((ุงููููููู ูู ููููู ุนูุฐูุงุจููู ููููู ู ุชูุจูุนูุซู ุนูุจูุงุฏููู)).
{Allaahumma qinii Azaabaka, yowma Tab'asu Ibaadaka...@}
โชโชโชโชโชโชโชโชโชโช
#Hiikkaa;
Yaa Rabbi guyyaa gabroottan kankee kaaftu, azaaba kankee jalaa akka najaa na baastu si kadhadha.

Waa sadi (3) obsuun garmalee namatti ulfaata;
โBiyya jaalattu keessaa dirqiidhaan baafamuu.
โHiriyyaa akkaan waljaalattuun walirraa fagaachuu.
โNama garmalee jaalattu du'aan uf biraa dhabuun akkaan namatti ulfaata.
Rabbiin_obsa_gaarii_nuuf_haa_kennu.
แแแฐ'แฉแฉ แแฉแฉแII

#Tiktok
#ุชูู ุชูู
Jechi #Tik tok jedhu maddi isaa Afaan Arabaa..hiikni isaa #Gowwaa/Ahmaqa jechuu akka taโe meeqa keessantu beeka.
Inumaa gowwaa keessaayyuu isa #Mukkula/ุดุฏูุฏ ุงูุญู ู jedhamu sana.
ุชูู: ุฃูุญูู ูููุ ุชูุงุฆููู: ุดูุฏููุฏู ุงููุญูู ูููุ ููููุง ููุนููู ูููู.

Please ufumaa akka ufin arrabsine.
Share ๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
#ุชูู ุชูู
Jechi #Tik tok jedhu maddi isaa Afaan Arabaa..hiikni isaa #Gowwaa/Ahmaqa jechuu akka taโe meeqa keessantu beeka.
Inumaa gowwaa keessaayyuu isa #Mukkula/ุดุฏูุฏ ุงูุญู ู jedhamu sana.
ุชูู: ุฃูุญูู ูููุ ุชูุงุฆููู: ุดูุฏููุฏู ุงููุญูู ูููุ ููููุง ููุนููู ูููู.
ุชูู: ุฃูุญูู ูููุ ุชูุงุฆููู: ุดูุฏููุฏู ุงููุญูู ูููุ ููููุง ููุนููู ูููู.
Please ufumaa akka ufin arrabsine.
Share ๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Shamarran_teenya_eessa_jirti_laata?
โฌ#Faaximaa_binti_Axxaar Albagdaadiyyaa jedhamti.
ูุงุทู ุฉ ุจูุช ุงูุนุทุงุฑ ุงูุจุบุฏุงุฏูุฉ ุฑุญู ูุง ุงููู:
Oboleessi ishee yeroo waa'ee isii haasa'u akkana jedhe;
โฐโฐโฐโฐโฐโฐ
" ุฃููููุง ุฎูุฑุฌุชู ู ูู ุงูุจูุชู ุซูุงุซู ู ุฑุงุช:
"Obboleettiin tiyya harka sadi qofa mana isheetii ala baate;
1ffaa; Guyyaa heerumte manaa baate.
ููู ู ุชุฒูููุฌุชูุ
2ffaa; Guyyaa hajjii manaa baate.
ูููู ู ุญุฌููุชูุ
3ffaa; Guyyaa duute manaa baate.
ูููู ู ู ุงุชุชู".
#Eessa_jirra_laata!?
Maddi; #Taariikul_Islaam lillzzahbii.
๐ุชุงุฑูุฎ ุงูุฅุณูุงู ููุฐูููุจู ูคู / ูกูขูฆ.