Suleyiman AwalΒ 
1.11K subscribers
121 photos
4 videos
238 links
Asiin na Qunnamaa
πŸ‘‡
https://t.me/Suleyiman_Awal
Download Telegram
Forwarded from Riyaad Raayyaa
BEEKSISA
""""""""""""""""'"
Namoonni dhimmoota garaagaraa kanneen akka;-

- Wal-tajjiif
- Gaa'ilaaf
- Maatiif
- Jaalalaaf
- Nashiidaa fi sirbaaf
- Eebbaa fi Ayyaanaaf
- Beeksisa sagantaalee adda addaatiif
- Beeksisa dhaabbilee fi oomishaalee garaagaraatiif
- Haala yeroo fi mata-duree feetan kamirattuu.....

Kanneen #Walaloo barbaaddan keessaan nu qunnamuu dandeessu. Yeroo fi haala feetaniin dhimma barbaaddan irratti walaloo ajaa'ibaa yeroo gabaabaa keessatti nubiraa argachuu dandeessu.

Karaalee armaan gadiitiin nu qunnamaa
πŸ‘‰ @Riyaad_Raayyaa

Dabalata; lakk bilb. 0937178516 ykn 0979095669
Forwarded from Dhaabbata Beeksisaa
🎀
πŸ–€β™₯️🀍 🎀 Beeksisa 🎀 πŸ–€β™₯️🀍
Oduu Gammachiisa Fayadamtoota #Telegram hundaaf Dhaabbatni beeksisa Telegram Channel fi group tolaan isiniif beeksisuuf isini guddisuuf qophii isii xumure jira kanaaf kottaa Galmeefadhaa irraa faayidaa ta,aa beekumsaa fi Humna qabnuun afaan Oromoo ha dagaagsinu

Ulaagaan Galmee
1ffaan media afaan Oromoo ta,uudha.

2ffaan media safuu fi dudhaa Oromoo eegatu ta'uu qaba.

3ffaan member isaa 100/1k ta,uufii isaa ol ta,uu qaba.
Carraa Gaariin isiniif hawa namni Oromoo taatee afaan Oromoo tiin dubbachuu yeellaate si gaafata seenaan gaafa Oromummaan beekamtii guddaa taate. πŸ“
Forwarded from Walaa_promotoin
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!!
Promotion channaali oromootiif
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu
@walaaoromo

Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu.

Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel
@Walaa_meme kan join godhaati wan haraya asirati egadha
Galatooma.
Forwarded from Dhaabbata Beeksisaa
🎀
πŸ–€β™₯️🀍 🎀 Beeksisa 🎀 πŸ–€β™₯️🀍
Oduu Gammachiisa Fayadamtoota #Telegram hundaaf Dhaabbatni beeksisa Telegram Channel fi group tolaan isiniif beeksisuuf isini guddisuuf qophii isii xumure jira kanaaf kottaa Galmeefadhaa irraa faayidaa ta,aa beekumsaa fi Humna qabnuun afaan Oromoo ha dagaagsinu

Ulaagaan Galmee
1ffaan media afaan Oromoo ta,uudha.

2ffaan media safuu fi dudhaa Oromoo eegatu ta'uu qaba.

3ffaan member isaa 100/1k ta,uufii isaa ol ta,uu qaba.
Carraa Gaariin isiniif hawa namni Oromoo taatee afaan Oromoo tiin dubbachuu yeellaate si gaafata seenaan gaafa Oromummaan beekamtii guddaa taate. πŸ“
Forwarded from Dhaabbata Beeksisaa
🎀
πŸ–€β™₯️🀍 🎀 Beeksisa 🎀 πŸ–€β™₯️🀍
Oduu Gammachiisa Fayadamtoota #Telegram hundaaf Dhaabbatni beeksisa Telegram Channel fi group tolaan isiniif beeksisuuf isini guddisuuf qophii isii xumure jira kanaaf kottaa Galmeefadhaa irraa faayidaa ta,aa beekumsaa fi Humna qabnuun afaan Oromoo ha dagaagsinu

Ulaagaan Galmee
1ffaan media afaan Oromoo ta,uudha.

2ffaan media safuu fi dudhaa Oromoo eegatu ta'uu qaba.

3ffaan member isaa 100/1k ta,uufii isaa ol ta,uu qaba.
Carraa Gaariin isiniif hawa namni Oromoo taatee afaan Oromoo tiin dubbachuu yeellaate si gaafata seenaan gaafa Oromummaan beekamtii guddaa taate. πŸ“
Forwarded from Dhaabbata Beeksisaa
🎀
πŸ–€β™₯️🀍 🎀 Beeksisa 🎀 πŸ–€β™₯️🀍
Oduu Gammachiisa Fayadamtoota #Telegram hundaaf Dhaabbatni beeksisa Telegram Channel fi group tolaan isiniif beeksisuuf isini guddisuuf qophii isii xumure jira kanaaf kottaa Galmeefadhaa irraa faayidaa ta,aa beekumsaa fi Humna qabnuun afaan Oromoo ha dagaagsinu

Ulaagaan Galmee
1ffaan media afaan Oromoo ta,uudha.

2ffaan media safuu fi dudhaa Oromoo eegatu ta'uu qaba.

3ffaan member isaa 100/1k ta,uufii isaa ol ta,uu qaba.
Carraa Gaariin isiniif hawa namni Oromoo taatee afaan Oromoo tiin dubbachuu yeellaate si gaafata seenaan gaafa Oromummaan beekamtii guddaa taate. πŸ“
Forwarded from Or Telegram Tips
Kallattiin heddutu jiru telegram keessa telegram akkuma you fi fecebook namoota seera isaa guuttataniif ni kaffala sadarkaa Sana qaqabuuf barnoota asiin darbanu sirriitti hordofuu qabdu Namoonni biraas carraa kana fayyadamaa Akka ta,anuuf group nu jalatti argamu keessati add member godhaa Nutis social media irratti beekamtiifii fudhatama argachuu qabna saniif immoo seerota isaa baruu qabna galatooma.

πŸ‘‡πŸ–€β™₯️🀍 https://t.me/TelegraamAfaanOromoo/4225
Sule awal
Forwarded from Barsisa Adeba
Leenjii ga'umsa sammuu
Personal Development Training
Sammuu dhala namaa leenjisuun milkaa'inaaf qopheessudha......!

πŸ‘‰Carraa Biizinaasii (business opportunity)

Keessattu magaaloota armaan gadii Kan jirtan

Assallaa
Balee
Bishooftuu
Duukam
Adaamaa
Buraayyuu
Jimmaa
Naqamtee
Harar
Amboo
HAWWAASA
Sabbataa
Finfinnee
Bahirdar
Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa namoota sammuu guddataa fi qajeelaa qabu qofa ilalaata

#Sammuu jeecha "Ani hin danda'u jedhuun #garboome gonkumaa #karoora isaa milkeessuu hin danda'u. Karoorii meeshaa gati jabeessa maal akka hojjennuu fi eessaa akka deemaa jirru nu argisiisuudha.

Akkummaa uufataa, nyaata, meeshalee adda addaa bitatee itti fayyadamaataan Kitaabota Xiin-sammuu fi leenjii ga'umsa sammuu/Personal Development Training ille fudhatanii sammuu keessan guddaa kan itti leenjiisuun milkaa’ina barabaadan of qophesii obbolee koo.
Nuu Qunamuufi Kara keessaa
Barsisa Adaba 0935078048/ 0914938332
As wr wb
Iyyaafanoo obboleesi keenya suuraa isaa argitanu kun Xaahir Abbaa gissaa jedhama hojiidhaafa biyya dhaloota isaa godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaa irraa gara biyya yamanii deemee ture dalagaas galee utuu dalagatuu gidduun sagaleen isaa badee hadha Woggaa tokkoo ol'ta,ee jira bilbilaanis ta ee qaamaan achi buuteen isaa dhabame jira sababii dhabamuu isaa irraan Kan Ka,e haati isaa dulloomtuun baayyee dhukubsataa jiru haadhaaf ijoollee isaatiif jedhaatii Iyyaafanoo kana shere godhaa biraan naaf gahaa Namni Bakka inni jiru beektan Kara lakkoofsa Bilbilaa
0942733663
+251948720962
kanaan nuuf iyya,aa Jedhu maatiin isaa πŸ‘‡ asiinis nu Qunnamuu
T.me/Suleyiman_Awal
1+1=1 Tokko ida,uu tokkoo =Tokko ta,ee jira 1βƒ£βž•1βƒ£πŸŸ°1βƒ£πŸ’
1⃣+1=1. Tokko ida,uu tokkoo Tokko ta ee jira πŸ’1βƒ£βž•1βƒ£πŸŸ°1βƒ£πŸ’
🎀
πŸ–€β™₯️🀍 🎀 Beeksisa 🎀 πŸ–€β™₯️🀍
Oduu Gammachiisa Fayadamtoota #Telegram hundaaf Dhaabbatni beeksisa Telegram Channel fi group tolaan isiniif beeksisuuf isini guddisuuf qophii isii xumure jira kanaaf kottaa Galmeefadhaa irraa faayidaa ta,aa beekumsaa fi Humna qabnuun afaan Oromoo ha dagaagsinu

Ulaagaan Galmee
1ffaan media afaan Oromoo ta,uudha.

2ffaan media safuu fi dudhaa Oromoo eegatu ta'uu qaba.

3ffaan member isaa 100/1k ta,uufii isaa ol ta,uu qaba.
Carraa Gaariin isiniif hawa namni Oromoo taatee afaan Oromoo tiin dubbachuu yeellaate si gaafata seenaan gaafa Oromummaan beekamtii guddaa taate. πŸ“ Nuqunnamuuf https://t.me/Suleyiman_Awal
0942733663
Forwarded from Dhaabbata Beeksisaa
As Wr Wb Oduu gammachiisa obboleeywan Islaamaa hundaaf Barnoota qur,aanaaf hadiisaa bilisaan online irratti barsiisuu eegalaniiru ustaazota jajaboodhaan qar,amaa Jira isinis carraa kanatti fayyadamtanii bakka jirtanu teessanii online irratti imo dhan barachuu dandeessu
Kabajamtootaafi jaalatamtoota maatii channel keenyaa Link kana join shere godha

Channel kana #joinShere
πŸ‘‡
https://t.me/+ESMIH3qpUsgwODFk
Verify black This is the house 󱒏?
What is the reason given



Toora fecebook ko link kana cuqaasaa seenaa follow naaf godhaa.
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
WAAN GOOTEEF SITU BEEKA!
~~~~
Irraan gadee sigigaataaf
Tulluun ol ka'ee dhaabatu
Holqi akka manneeniitti
Keessa jiraachuuf mijatu
"Uggum", yaa hojii rabbii
Akkanni cimu akka jabaatu
~
Gammoojjii aduu gubaan
Baddaa rooba tamsaase
Ganna qorra diilalla'aan
Cabbii samii facaase
Birraa abaaboon lalisee
Mukkeen baala harcaase
~
Teessoo maraaf wolqixaa
xiqqaaf guddaan irra sooru
Diriiraa dirra galaanaa
Kan hundi irrasaa oolu
Situ afee diddiriirsee
Dachee irra nu jiraannu
~
Dachee gara balleettii
Ishee hundaaf hayyoo
Kamuu sirra gulufaa
Dadhaben jettu woyyo
Jiraan sirra qotaa~ du'aan sirra ciisa
Yaa kennaa waaqayyoo
~
Feetu dabaa sirreessita
Feetu duudaa dubbachiifta
Fayyaa du'aa taasiftee
Da'aa fayyaa fakkeessita
Maaliif akka sigigsite
Waan gooteef situ beeka!
~
Barreessaan

Odeeffannoo dabalataa argadhaa link armaan gadii kana tuqaatii


https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
TikTok account kana Follow Godhaa haaraan banadhe video seenaa oromoofi oromiyaa tin wol qabatan isiniif qodheesina

Suleyiman Awal maqaa jedhuun baayyeen keessan telegram irratti na beektu hamma TikTok kana jalqabnaa kottaa woliin hojjenee woliin fayyadamnaa

πŸ‘‡πŸ€β€οΈπŸ–€ πŸ™ please πŸ‘‡ Follow Shere Godhaa
πŸ‘‡
https://www.tiktok.com/@suleyimanawal?_t=8hzT3okXbIz&_r=1